cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Milki health science tutorial center 💉💊

Center of empowering minds

Більше
Рекламні дописи
1 626
Підписники
+1924 години
+687 днів
+19130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Dhaloota Milkiin gale. ❤#100% achievement Barattoota keenya kan Milki Health science tutorial center tti barataa turan, kan rooba keesaa aduuu keessa ganama barnoota isaanii isa Yuunivarsiitii sa'a booda Milki HSTC, akkasumas ganama nubira yoo baratan sa'a booda barnoota isaanii isa Yuunivarsiitii isaanii jechaa barataa turan kan yeroo dheeraaf dubbisiisaanii akkasumas barsiisaanii turre hundi isaanii qormaata #Exit_Exam bara kanaaf kan taa'an hundi❤❤100% nuu darbanii jiru. Muummee Narsiingii dhaan qabxii guddaallee kan galmeessise barattoota keenya 'Milki health science TC' dha. Galatni kan Waaqayyooti. Kan baranaa Milkiin galleerra, gargaarsa Waaqayyoon. Waaqa nugammachiiseef galanni hata'u. Dandeenyee miti isa danda'utu nuduuba jira. Baga Milkiin galle. Baga Milkiin nuugaltan Dhaloota kana qaruu keessatti hirmaannaa kan nuu taasisaa turtan hundi keessan guddaa galatoomaa,dadhabbiin keessan lafatti hinbanne.eebbifamaa. Dr@Dereje_ Chala Dabaloo Ittaanaa Baacaa Daniel Mit Emebet Bobo Lema
Показати все...
11👍 7
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Baga gammaddan Baga gammadne Barattootni keenya qormaata EXIT_Exam injifannoo galmeesistan. Hedduu isinitti boonne. Akkas malee. Dhamaatiin keenya lafatti hinbadnee
Показати все...
12
#MOE #FMOH #Exit_Exam result #We demand justice. #Release the exit exam results for those who have paid the exam fee. #Justice for private university students. #We need equality. #We are human beings. Barattootni hundi 'Campaign' kanatti makamaa. email kanatti hundi keessan komii keessan itti barreessaa. Bilbila kanaanis bilbilaa. Dhimmi kun kallattiin Dr Iyyoobiin waan ilaallatuuf barataan hundinui text itti erguu, furmaata hatattamaa akka kennamu hagoonu. Callisnaan firiin 'Exit_Exam' kun ganaa erga barataan kutaa 12ffaa qoramanii booda gadhiisna jedhama. Dafaa amma eegalaa. Bilbila dhuunfaa irratti text barreessaa. Qabxii keenya hatattamaan nuuf hagadhiifamu .................................... ሁሉም የግል ተቋምት ተማሪዎች Exit Exam' ወስዳችሁ ውጤት እየተጠባበቃቹ ያላችሁ እሄንን 'Campaign' ተቀላቀሉ ስልክ ሁሉም ተማሪ ይደውል ሞባይል ላይ Text ጻፉ email አድርጉላቸው ችግራችን በቀጥታ የምመለከተው ዶ/ር እዮብን ስለሆነ እሳቸዉ ላይ ሁሉም ተማሪ ውጤታችን ይለቅል ብሎ text ይላክ። የግል ተቋም ተማሪም የሰው ልጅ ነው። ጀምሩ ነጻ የስልክ አገልግሎትም ይሰራል ደውሉ። የግል ተማሪዎች ውጤት በአስቸኳይ ይለቀቅልን [email protected] [email protected] +251111565529 +251111553133 Dr Eyob (Responsible person) 0911690676 free 🤳  call 9799
Показати все...
👍 6 6
Duula email fi bilbilaan dhiphisuu eegalaa. Kun bilbilaa fi email isaaniidha. በስልክ እና በemail የማጨናነቅ ዘመቻን ጀምሩ
Показати все...
👍 7
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#MOE_Breaking Akka odeeffannoo ministeera barnootaa kan hoogganaa dhaabbata dhuunfaa Dr Iyyoob irraa bilbilaan qulqulleeffanneeti, Guyyaa hardhaa qabxii barattoota hundaa 'Online' waan goonuuf firii/bu'aa qormaata isaanii karaa 'online check' godhachuu danda'u jedhamee. Link akkuma argannetti asirra kan isiniif keenyu ta'a. Via👉MOE_Private institutions director
Показати все...
👍 10 2
Barnoota keenya 'Exit Exam' kutaa 2ffaa,👇 https://youtu.be/Zo9yc8nVzXk?si=0jVIQ24pHWhYuMR3
Показати все...

09:03
Відео недоступнеДивитись в Telegram
188.46 MB
👍 6
Barattootni keenya hunduu qormaata ganama kenname 'Exit_Exam' fi kan sa'a booda kenname 'Licensure_Exam' hunda nagaan xumuraniiru. Fuula isaanii hunda irraa gammachuutu dubbifama. Waaqni bu'aa isaanis nuhagammachiisu. Haala qormaata turee fi barnoota 'Milki health science TC' dhaa isiniif kennamaa ture irratti yaada yoo nuu barreesitan nutti tola, nu onnachiisa. Baga Nagaan nuuxumurtan. Kan dhama'e gatii dhamaatii isaa hinuma argata. Filannoo keessan waan nutaasifattaniif galatoomaa❤❤
Показати все...
18👍 2
https://youtu.be/zHywcFZ4qHE Sagantaa guyyaa hardhaa hunda Viidiyoon isaa kunoot
Показати все...
Sirna gaggeessaa barattoota keenyaaf taasifame, Ethiopia_2014

Yeroo jalqabaaf, akkasumas marsaa jalqabaaf barattoota barsiisaa turre qormaata Exit_Exam gaafa 19/10/2016 gaggeessaa barattoota keenyaaf taasifame, Milki Health science tutorial center Naqamte, 2016

Eebba Abbootii keenyaa kan hardhaa
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.