Milki health science tutorial center đđ
Center of empowering minds. WhatsApp: Follow this link to join my WhatsApp community: https://chat.whatsapp.com/KRS8CJF6RSkILpWRkfoGLP?mode=ac_t
Ko'proq ko'rsatishđ Telegram kanali Milki health science tutorial center đđ analitikasi
Milki health science tutorial center đđ (@milkihsc) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 17 201 obunachidan iborat bo'lib, Tibbiyot toifasida 1 372-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 2 002-o'rinni egallagan.
đ Auditoriya koârsatkichlari va dinamika
ĐœĐ”ĐČŃĐŽĐŸĐŒĐŸ sanasidan buyon loyiha tez oâsib, 17 201 obunachiga ega boâldi.
05 Sentabr, 2026 dagi oxirgi maâlumotlarga koâra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 483 ga, soânggi 24 soatda esa 15 ga oâzgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.
- Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
- Jalb etish (ER): Auditoriya oârtacha 28.28% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 10.72% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni toâplaydi.
- Post qamrovi: Har bir post oârtacha 4 864 marta koâriladi; birinchi sutkada odatda 1 844 ta koârish yigâiladi.
- Reaksiyalar va oâzaro taâsir: Auditoriya faol: har bir postga oârtacha 36 ta reaksiya keladi.
đ Tavsif va kontent siyosati
Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida taâriflaydi:
âCenter of empowering minds.
WhatsApp: Follow this link to join my WhatsApp community:
https://chat.whatsapp.com/KRS8CJF6RSkILpWRkfoGLP?mode=ac_tâ
Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi maâlumot 06 Sentabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli boâlib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Tibbiyot toifasidagi muhim taâsir nuqtasiga aylantirishini koârsatadi.
Ma'lumot yuklanmoqda...
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 06 Sentabr | +4 | |||
| 05 Sentabr | +15 | |||
| 04 Sentabr | +12 | |||
| 03 Sentabr | +43 | |||
| 02 Sentabr | +32 | |||
| 01 Sentabr | 0 |
| 2 | #licensure_exam_result
Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Abduremaan Aliyyii kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) nuu milkaa'ee jira.
âWaaqni akkasitti milkiin sigalshe hagalatoomu.
âAmma barataa miti, ogeessa fayyaati.
#INBOX
"#An Abduremaan Aliyyii Turaa jedhama 'Department of Bsc nursing' Nageellee Arsii General Hospital and medical college irraa...
# dhugaa Rabbii Galatoomaa isinii jechuu qofaa dhufee Coc Darberaa..!!
#Dhaloota dhufaa jiruuf lee nuuf jabaadhu
... Milkinii milkayinaa kenaa...!!"
âBaga Waaqni sigammachiise jabaa keenya
âMilkii HSTC dhaloota Milkeessuuf
âhttps://t.me/milkiHSC | 1 555 |
| 3 | â#Licensure_exam_result
âBarataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Dessalee Fiqaaduu kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) nuu milkaa'ee jira.
âWaaqni akkasitti milkiin sigalshe hagalatoomu.
âAmma barataa miti, ogeessa fayyaati.
âBaga Waaqni sigammachiise jabaa keenya Dso
âMilkii HSTC dhaloota Milkeessuuf
âhttps://t.me/milkiHSC
â | 1 490 |
| 4 | #Licensure_exam_result
âBarataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Badhaasaa Tesfaayee kan jedhamu, qormaata bahiinsaas qabxii bareedaan Licensure exam (COC)s qabxii bareedaan nuu milkaa'ee jira.
âWaaqa akkasitti milkiin sigalsheef galanni hatahu
âAmma barataa miti, ogeessa fayyaati.
âBaga Waaqni sigammachiise jabaa keenya
âMilkii HSTC dhaloota Milkeessuuf
âhttps://t.me/milkiHSC | 1 722 |
| 5 | Matn yo'q... | 1 832 |
| 6 | Barattootni COC/Licensure exam barachuu barbaaddan, muummee Bec Nurse taatan jirtuu.
Online qofaatti barachuu kan barachuu barbaaddan.
Yaada keessan nuuf barreessaa | 1 969 |
| 7 | Matn yo'q... | 2 487 |
| 8 | Carraa hojii banaa digirii fi muuxannoo zeeroo dhaan.
âŠâŠâŠâŠâŠâŠâŠâŠâŠâŠâŠâŠ.
Beeksisa bakka hojii banaa
Ministeerri dhimma Alaa (FDRE) bakka hojii duwwaa armaan gadiitti caqasaman irratti dorgomtoota dorgomsiisee dhaabbataan qacaruu barbaada.
Gita hojii:
âą Gosa hojii: âAttachĂ©â
âą Sadarkaa: IX
âą Mindaa: 12,566
âą Baay'ina: 100
âą Ulaagaa Barnootaa: Gosa barnootaa kamiyyuun Digirii Jalqabaa (Bachelor's Degree) fi Muuxannoo Hojii Waggaa 0 (Zeeroo).
Hubachiisa: Dorgomtoonni yeroo galmeef dhiyaatan odeeffannoo fi sanadoota armaan gadii guuttanii argamuu qabdu:
1. Waraqaa ragaa barnootaa âoriginalâ fi kooppii âcost-sharingâ hin qabne.
2. Waraqaa eenyummaa.
3. Yeroo Galmee: Beeksiisni kun erga bahe irraa eegalee guyyoota hojii walitti aanan 7 (torba) keessatti ta'a.
4. Guyyaan qormaataa: isin beeksisna.
5. Bakka Galmee: Ministeera dhimma alaa gamoo haaraa darbii 4ffaa Lakk. 401 qaamaan dhiyaachuun ykn liinkii galmee armaan gadii fayyadamuun galmaa'uu ni dandeessu: https://forms.gle/R7PmwCNeqEE3EQBN6
6. Shamarran dorgoman ni jajjabeeffamu.
Ministeera dhimma alaa FDRE 27/12/2018
Odeeffannoo dabalataatiif lakkoofsa bilbilaa: +251115522079 irratti bilbiluun gaafachuu ni dandeessu.
Share gochuu hindagatiinaa
@followers
https://t.me/MilkiHST | 2 433 |
| 9 | #Licensure_exam_result
âBarataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Magarsaa Beekumaa kan jedhamu, qormaata bahiinsaas qabxii bareedaan Licensure exam (COC)s qabxii bareedaan nuu milkaa'ee jira.
âWaaqa akkasitti milkiin sigalsheef galanni hatahu
âAmma barataa miti, ogeessa fayyaati.
âBaga Waaqni sigammachiise jabaa keenya
âMilkii HSTC dhaloota Milkeessuuf
âhttps://t.me/milkiHSC | 2 281 |
| 10 | #INBOX
"#Barsisaa koo dhugaa rabbii YouTube keetiif sagalee atii group keessattii gadii dhiiftu qofaa caqasuudhanii...
Coc darbee Ulfaadhu barsiisaa koo
Galataa kee siif deebisaa...
# Dhaloota dhufuufi lee nuf jabadhuu..
... Milkinii milkayinaa kenna..... ... Yoo jiraanneee wal-agarra qaamanillee barsiisaa koo..."
Milkii HSTC dhaloota Milkeessuuf
https://t.me/MilkiHST | 521 |
| 11 | Matn yo'q... | 2 461 |
| 12 | â
ââđą BEEKSIISA LEENJII HUBANNOO FAAYYAA đą
â
ââMata Duree: Risky Sexual Behavior and Adverse Health Outcomes
â(Amala Saalqunnamtii balaaf nama saaxilanii fi miidhaa fayyaa isaan fidan)
â
ââđ Hubannoo Jireenya Keessan Jijjiiruuf Qophoofte! đ
â
ââYeroo ammaa karaan irra deemaa jirtan sirrii ta'uu fi dhiisuu isaa akka hubattaniif, akkasumas jireenya keessan keessatti bu'uura cimaa akka kaa'attaniif leenjiin kun isin gargaara.
ââMaal irratti xiyyeeffata? Haala hawwataa ta'een waa'ee qaama keessanii, fayyaa wal-hormaataa, gaa'ela keessa galuun dura maal beekuu qabda fi balaawwan fayyaa wal-hormaataa wajjin walqabatan gadi fageenyaan isin hubachiisna.
â
ââWanti nii saalfachiisa jedhamee yaadamu hin jiru: Wantoota hawaasni walitti haasa'achuu saalfatu asitti gadi diignee ifaan kan isin leenjisnu taha; waan irra dibnu hin qabnu.
â
ââđŻ Eenyuun Ilaallata? (Ulaagaa Hirmaannaa)
â
âđâUmurii: Waggaa 16 ol kan ta'an hundaa (Dhiiraaf Dubara).
âđâHaala Maatii: Warra gaa'ela keessa hin galle (Sagantaan warra gaa'ela qabaniif gara fuulduraatti ni jiraata).
âđâSadarkaa Barumsaa: Barattoota Digirii fi isaa gadii qofa (Muummee kamiyyuu hatahu ni dabalata).
â
ââđ Hubachiisa addaa: Leenjiin kun barattoota Milki Health Science TC tiif akkasumas yuunivarsiitii mootummaa bakka tokko tokkotti marsaa tokkoof kennamaa kan ture yoo ta'u, amma garuu barattoota Naqamtee fi Naqamtee alatti argamaniif marsaa jalqabaaf karaa 'online' kennuuf qophii hunda xumurree jirra.
â
ââđ
Odeeffannoon Leenjichaan wal qabatu kanbiraan.
âđąâBakka Itti Kennamu: Karaa Online (Telegram private group addaa isiniif qophaa'uun, leenji'aa qofaatu keessa seena).
â
âđąâGuyyaa leenjiin itti kennamu: Qaammee 3/13/2018 galgala sa'a 2:00 irraa eegalee.
â
âđ«„âGatii Galmee: Galmee fi leenjiin walitti Qarshii 200 (Dhibba lama) qofa.
â
ââđĄ âCarraan mata duree kana irratti argattanii leenji'uu jireenya keessan keessatti baayyee dhiphaa dha, ammuma itti fayyadamaa.
âLeenjii keenya kanaan namoota baayyee barattoota baayyee fayyaduu dandeenya, itti hingaabbitan.
â
âErga leenjitanii booda âbara haaraa bara 2019 ejjennoo gaariin akka eegaltaniif, fayyaa qaama keessaniif dursa akka laattan ofitti amanamummaa gaarii akka qabaattan isin taasisa.
ââDhiira taatee ulaagaa kana keessa hin jirtu yoo ta'e obbolootakee ergi; itti hin gaabbitu. Abbaa fi haadha taatanii hordoftoota keenya kan taatanis, daa'ima umurii kana keessatti argaman yoo qabaattan galmeessisaa; sirriitti isiniif qajeelchinee, itti hingaabbitani.
â
ââđ Akkamitti galmaa'uu gandeessu?
â
ââđ Karaa telegram keenya; @Milk_HSTC
â
ââLakkoofsa Bilbilaa: 0917047563,
â
â
ââđ„ Fayyaan Harka Keessan Jira! đ„
ââErgaa kana hiriyoota keessaniif qooduun obboloota keessan fayyadamoo taasisaa.
â
âMilki health science TC
âCenter of empowering minds
âhttps://t.me/milkiHSC | 2 440 |
| 13 | #Exit_exam 2019
Galgala kana 2:30tti 'Exit Exam 2019 tutorial class karaa Milki health science Online class' qabna. Yeroon gahuuf daqiiqaa 5 hanqisaa garee keessatti nu eegaa.
Sagantaan barnootaa kan torbee kanaa hardha waan eegaluuf irraa hin hafiinaa.
Yeroo amma jiru kanatti seeraan waan itti fayyadamaa jirruuf, sagantaa barnootaa akka kanatti hanga dhumaatti itti fufnaan wanti nu sodaachisu hin jiraatu.
Injifannoon keenyuma
Barattootni haaraan galmaa'uuf fedhii qabdan telegram keenya: https://t.me/Milk_HSTC nuqunnamaa, 0917047563 nubilbiluus dandeessu.
#Jabaan_Waaqa
Milkeessi Waaq | 2 586 |
| 14 | Milkiin Akka maqaa isaati
Namni mana isatti goree
Ammaarate galaa
Bu'a dadhabi isaati
Olmaa danuu qaba
Katabame hin dhumu
Olmaan master keenya
Bu'aan inni nu biraa argate
Milkaa'i'insa keenya!!
Jirachuun Barsiisa Keenya
Bayyee kan itti nu boonsise
Bu'aa qoormaata keenya
Addunyaatti nuuf beeksise!!
Umurii jireenya kee
Gammada jiradhu
Akka nu boonsite
Bara baraan ulfaadhu!!
Kootaa hirmaadha
Milkii waliin baradha
Inni isin qajelchaa
Waqayyoo ni milkeesa!!
Bakka hundatti fac'aa
Barnooni milkii
Kaabaa Fi Kibba ga'aa
Tamsaasa milkii!!
Fayyaan faaya jedhee
Ijoollee milkin galchaa
Baratamuu qabaa
Fayyaan bakka argachu qaba!!
Erga milkii hordofne
Barnoota fayya kabachisne
Kanaf si hordofne jedhu
Barattooni fayyaalle!!
!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Hordoftoota milkii irraa!!
Horaa Bulaa!!
đȘđȘđȘđȘ
Walaloo Addunyaa D. dhaan | 2 612 |
| 15 | qarshii xiqqoon waan umurii keessan kana keessatti isin fayyadu hunda gadi fageenyaan leenjii bareedaaf gabaabaa tahe siniif qopheessaa jirra. Shamarraanis dhiirris umurii waggaa 16 kan tahan gaa'ela keessa kan hingalle hunda hirmaachisuun dhaloota balaa irraa eeguuf hubannoo uumuun nama sanas, maatii isaas borii isaaniis akkasumas biyya balaa irraa eegna. Fedhii keessan tahuu yaada nuuf barreessaa. | 2 322 |
| 16 | #Licensure_exam_result
âBarataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Eebbisaa Yaazaachewu Ijjiguu kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) milkaa'ee jira.
âWaaqni akkasitti milkiin sigalshe hagalatoomu.
âAmma barataa miti, ogeessa fayyaati.
âBaga Waaqni sigammachiise jabaa keenya Eebboo.
âMilkii HSTC dhaloota Milkeessuuf
âhttps://t.me/milkiHSC | 2 260 |
| 17 | â#Licensure_exam_result
âBarattuu barnoota dabalataa 'milki health STC 'face to face' barataa kan turte Sinboonee kan jedhamtu, qormaata bahiinsaas tahe Licensure exam (COC) milkooftee jirti.
âWaaqni akkasitti milkiin sigalshe ha eebbifamu.
âAmma barataa miti, ogeessa fayyaati.
âBaga Waaqni sigammachiise jabduu keenya Sinboo.
âMilkii HSTC dhaloota Milkeessuuf
âhttps://t.me/milkiHSC | 2 055 |
| 18 | â#Licensure_exam_result
âBarataa barnoota dabalataa 'milki health' karaa 'Online' fi 'face to face' barataa kan ture Dagaagaa Horaa kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) milkaa'ee jira.
âWaaqni akkasitti milkiin sigalsha.
âAmma barataa miti, ogeessa fayyaati.
âBaga Waaqni sigammachiise jabaa keenya Dagoo.
âMilkii HSTC dhaloota Milkeessuuf
âhttps://t.me/milkiHSC
â | 2 001 |
| 19 | #Inbox
âMana milkiitti goreen milkin gale
Galani kan waaqati
Qabsoon dhaloota barnootan jaaruu cimee itti ha fufu siin jenna Barsiisa koo, Qaxale ko!!â
âŠâŠ..
Licensure_exam_result
âBarataa barnoota dabalataa 'milki health STC Online' barataa kan ture Kadir Yusuuf Roobaa kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) milkaa'ee jira.
âWaaqni akkasitti milkiin sigalsha.
âBaga Waaqni gammachuun siguute Yuusuuf keenya.
âAmma barataa miti, ogeessa fayyaati.
âBaga Waaqni sigammachiise jabaa keenya.
âMilkii HSTC dhaloota Milkeessuuf
âhttps://t.me/milkiHSC | 1 940 |
| 20 | Licensure_exam_result
âBarataa barnoota dabalataa 'milki health STC Online' akkasumas qaamaanis barataa kan ture Dita Alemaayyoo kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) milkaa'ee jira.
âWaaqni akkasitti milkiin sigalsha.
âBaga Waaqni gammachuun siguute Taaree keenya.
âAmma barataa miti, ogeessa fayyaati.
âBaga Waaqni sigammachiise jabaa keenya.
âMilkii HSTC dhaloota Milkeessuuf
âhttps://t.me/milkiHSC | 1 880 |
