ch
Feedback
Milki health science tutorial center 💉💊

Milki health science tutorial center 💉💊

前往频道在 Telegram

Center of empowering minds. WhatsApp: Follow this link to join my WhatsApp community: https://chat.whatsapp.com/KRS8CJF6RSkILpWRkfoGLP?mode=ac_t

显示更多

📈 Telegram 频道 Milki health science tutorial center 💉💊 的分析概览

频道 Milki health science tutorial center 💉💊 (@milkihsc) 是活跃参与者。目前社区聚集了 16 232 名订阅者,在 医学 类别中位列第 1 480,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 076

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 16 232 名订阅者。

根据 30 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 2 132,过去 24 小时变化为 51,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 29.93%。内容发布后 24 小时内通常能获得 16.14% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 4 854 次浏览,首日通常累积 2 617 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 15

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Center of empowering minds. WhatsApp: Follow this link to join my WhatsApp community: https://chat.whatsapp.com/KRS8CJF6RSkILpWRkfoGLP?mode=ac_t

凭借高频更新(最新数据采集于 01 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 医学 类别中的关键影响点。

16 232
订阅者
+5124 小时
+887
+2 13230

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
七月 '26
七月 '26
+15
在0个频道中
六月 '26
+2 156
在2个频道中
Get PRO
五月 '26
+790
在1个频道中
Get PRO
四月 '26
+301
在2个频道中
Get PRO
三月 '26
+1 276
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+1 251
在2个频道中
Get PRO
一月 '26
+1 093
在2个频道中
Get PRO
十二月 '25
+754
在3个频道中
Get PRO
十一月 '25
+525
在2个频道中
Get PRO
十月 '25
+553
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+385
在1个频道中
Get PRO
八月 '25
+554
在6个频道中
Get PRO
七月 '25
+307
在2个频道中
Get PRO
六月 '25
+626
在4个频道中
Get PRO
五月 '25
+398
在4个频道中
Get PRO
四月 '25
+266
在3个频道中
Get PRO
三月 '25
+310
在4个频道中
Get PRO
二月 '25
+575
在5个频道中
Get PRO
一月 '25
+690
在2个频道中
Get PRO
十二月 '24
+763
在3个频道中
Get PRO
十一月 '24
+936
在1个频道中
Get PRO
十月 '24
+396
在2个频道中
Get PRO
九月 '24
+123
在1个频道中
Get PRO
八月 '24
+164
在1个频道中
Get PRO
七月 '24
+228
在1个频道中
Get PRO
六月 '24
+184
在3个频道中
Get PRO
五月 '24
+188
在3个频道中
Get PRO
四月 '24
+260
在4个频道中
Get PRO
三月 '24
+166
在1个频道中
Get PRO
二月 '24
+157
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+222
在2个频道中
Get PRO
十二月 '23
+124
在2个频道中
Get PRO
十一月 '23
+449
在2个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
01 七月+15
频道帖子
Barataa Milki health Online kan tahe Amaan Haboo kan jedhamu Exit Exam ammaa kana akkas godhee injifannoon dadhabbii isaa wag
+1
Barataa Milki health Online kan tahe Amaan Haboo kan jedhamu Exit Exam ammaa kana akkas godhee injifannoon dadhabbii isaa waggaa 16 ija itti godhee jira. Baga Rabbi sigammachiise Amoo Keenya. Milkiin Milkaa'inaaf

2
Barattuu keenya marsaa 5ffaa barnoota dabalataa 'Milki health science' kan karaa online barataa kan turte Biqiltuu Asfawu kan+1
Barattuu keenya marsaa 5ffaa barnoota dabalataa 'Milki health science' kan karaa online barataa kan turte Biqiltuu Asfawu kan jedhamtu Waaqni akkasitti qormaata bahiinsaa nuu milkeesseeraani. #Inbox ‘’Waaqa gaditti galaata guddaa qabduu bayyee ulfaadhaa’’ Baga Waaqni sigammachiise Milkaa’inni keessan injifannoo keenya ‎Jabaan Waaqa ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎https://t.me/milkiHSC ‎
1 945
3
Barattootni kaffaltii raawwataa jirtan Screenshot keessoon nuu erguu hindagatiinaa. Kanneen nuu Hardhaergitan galgala sa'a 1:
Barattootni kaffaltii raawwataa jirtan Screenshot keessoon nuu erguu hindagatiinaa. Kanneen nuu Hardhaergitan galgala sa'a 1:00 eegalee gareetti isin makuu eegallaatii, Hangasitti obsaan nu eegaa.
2 143
4
Isheen kun Sabilee Darajjee jedhamti. Waa gaafa maxxansinu jela deemtee nu arrabsiti, barattoota comment godhan jela deemtee+3
Isheen kun Sabilee Darajjee jedhamti. Waa gaafa maxxansinu jela deemtee nu arrabsiti, barattoota comment godhan jela deemtee reply gootee arrabsiti. Karaa facebook fi telegram dhaan. Ji'a tokko karaa Online barachuuf qarshii 500n kaffaltee barattee turte.Ragaan kaffaltii ishee kunoo, Qarshii 500n sanaan ji'a afur barachuun qabaa jette. Hi'ii maal akkamitti jennee guyyaa lama sadii eegnee garee keessaa remove gooneen. Isatu aarsee laata🤔 moo rakkoo wayii qabdii laata nurraa. Mee kan beektaniin keessaan nudubbisa. Wanti gargaarruun yoo jiraateef.
893
5
Licensure exam ‎Muummee 'Anesthesia' dhaan 'Licensure exam' qoramtanii kan darbitaniif👇 ‎ ‎Akkuma beekamu qormaata gahumsa oogummaa muummee 'Anesthesia' kan gaafa 19/10/2018 fudhattan firii qormaata keessanii 'link' armaan gadiin gaafa 23/10/2018 eegaltanii ilaallachuu dandeessu jedhamee jira. Barattootni muummee 'Anesthesia' kun kan qormaata kana milkooftan 'Practical' qoramuuf galmeen isaa gaafa 24/10 hanga gaafa 26/10/2018 qofaatti 'link' kanaan👇 ‎https://hple.moh.gov.et/ ‎galmaa'uu qabdu jedhamees jira. Galmaa'uuf FAN keessaniif Password keessan galshuun bakka itti qoramuu barbaaddan akka filattan FMOH isin beeksisee jira. ‎ ‎Hubachiisa👉Galmee akka xumurtaniin 'system' kan isiniif kennu 'Registration No' 'print' godhachuun qabachuu hindagatiinaa. ‎ ‎Barattootni muummee fayyaa kanneen biroon firii qormaata keessanii gidduu kana waan siniif gadhiifamuuf obsaan nu eegaa jedhamtaniittu. ‎Maddi👉FMOH ‎........................ ‎የአንስቴዥያ የተግባር ፈተና ለምትወስዱ ተመራቂዎች በሙሉ ‎___ ‎በሰኔ 19/2018 ዓ.ም የተሰጠውን የሙያ ፈቃድ ፈተና የወሰዳችሁ የአንስቴዥያ ሙያ ተመዛኞች ውጤታችሁን ከሰኔ 23/2018 ዓ.ም ጀምሮ መመልከት የምትችሉ መሆኑን እያሳወቅን በተጨማሪም የጽሁፉን ፈተና ያለፋችሁ ተመዛኞች የተግባር ፈተና ለመውሰድ ከሰኔ 24 እስከ 26/2018 ዓ.ም ብቻ ምዝገባ የሚከናወን ስለሆነ በኦንላይን https://hple.moh.gov.et/ ላይ በመግባት የብሄራዊ መለያ ቁጥር(FAN) እና Password በማስገባት መፈተኛ ጣቢያ በመምረጥ ምዝገባችሁን እንድታከናውኑ እያሳሰብን ከላይ ከተጠቀሰው የጊዜ ገደብ ውጪ ምንም ዓይነት የምዝገባ ጥያቄ የማናስተናግድ መሆኑን አውቃችሁ በተጠቀሱት ቀናት እንድትመዘገቡና ስትመዘገቡ በመረጣችሁት የፈተና ጣቢያ በፈተናው ወቅት እንድትገኙ እናሳስባለን፡፡ Source👉FMOH
2 327
6
Sa'atiin barnootaa torbeetti sadii halkan sa'a 2:30-4:30ttidha. Barnootni hundinuu kallattiin darba. Qarshiin ji'aa 500n qofa
2 215
7
没有文字...
2 474
8
‎Barattoota muummee 'Bsc Nurse', emergency and critical Nurse' fi HO tahanii kan bara 2019 ji'a 5ffaa 'Exit Exam' qoramuuf jettan maraaf.👇 ‎Guyyaa hardhaa (23/10/2018) amma sa'a 2:30 kanaa eegalee galmee barattoota 'Online' eegallee jirra. ‎Ammaaaf Barattoota 'Online' barachuu barbaadan qofaaf galmee eegallee jirra. ‎Amma dafnee barnoota yoo eegalle, akka nuti isin qajelchinutti yoo deemtan, sagantaa dubbisaa keenyaa yoo fayyadamtan, hanga jela bulti Exit Exam gahutti garee barnootaa keenya keessa yoo turtan 100% isin dabarsuuf sirriitti irratti hojjennee isin milkeessina jennee kutannoon qophii xumurree jirra. ‎Odeeffannoon Barnoota keenya torbeetti sa'a 6 qofa baratama (4weeks ×6hr/wk=24hr/month) or 3 period/week x 4weeks=12 period/month) barsiifna. ‎Guyyaa barnootni jiru yeroo hundaa network narakkisee an barachuu hindandahu wanti jedhamu hinjiru, Viidiyoon sagaleen shakala qormaataa fi pdf bareechinee siniif qopheessine hundi garee private keenya keessa siniif taa'a. ‎Irra deebitanii dhaggeeffachuun barachuu niidandeessu. ‎Kaffaltiin nuti ji'aan kaffalsiisnu akkuma duraati. ‎Dursitanii kan ji'a lama sadiis akkasumas kan ji'a 5's kaffalachuu dandeessu. ‎Kaffaltii raawwachuuf 'otherbank' dabarsuun dhorkaadha, Baankii deemanii (self) jedhanii galshuunis dhorkaadha, 'transfer' qofa fudhanna maqaa nama kamiiniyyuu hatahu rakkoo hinqabu. ‎Kaffaltii Raawwachuuf👇 ‎1000072825741 (CBE), 01320152975600 (Awash) maqaan 'Fantahun Guteta' qarshii kan ji'aa 500n galshuun 'Screenshot' keessoon nuuf ergaa. ‎Hubachiisa; Barattootni 'Licensure exam' qoramuuf jettan obsaan nu eegaa, gidduu kana kan keessanis galmee kan isin beeksisnu taha. ‎ ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎Jabaan Waaqa ‎Milki Health science Tc ‎Center of empowering minds ‎Odeeffannoo kanbiraaf ‎0910690594, 0917047563, 091105885 ykn 0964486719 ‎https://t.me/milkiHSC
2 533
9
Barataa keenya marsaa 5ffaa barnoota dabalataa 'Milki health science' kan karaa fuulaaf fuulaa magaalaa Naqamteetti kennamu b+1
Barataa keenya marsaa 5ffaa barnoota dabalataa 'Milki health science' kan karaa fuulaaf fuulaa magaalaa Naqamteetti kennamu barataa kan ture. Maqaan isaa Gammachuu Mootummaa kan jedhamu. ‎ Dhaabbata barnootaa NGUC kan barate, 'Exit Exam' kan ammaa kana 51//100 fiduun Waaqni nuu milkeesseeraani. ‎Jabaan Waaqa ‎Deemsi ammas itti fufa ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎https://t.me/milkiHSC ‎
2 524
10
没有文字...
2 301
11
MHSTC karaa Online barataa turan keessaa tokko kan taate, 'Global College' magaalaa Amboo dhaa kan baratte. Maqaan ishee Buze+1
MHSTC karaa Online barataa turan keessaa tokko kan taate, 'Global College' magaalaa Amboo dhaa kan baratte. Maqaan ishee Buzee Dhugaasaa kan jedhamtu Qormaata bahiinsaa ammaa kana nuu milkooftee jirti. Galata Waaqaa. ‎#Inbox👇 ‎''Barsiisaa keenya gargaarsa keessaniif gargaarsa waaqayyoon milkaa,eera gudda galatooma, barri jireenyi keessan haa eebbifamu dadhabbiin keessan firii argateera 👏'' ‎Baga Waaqni sigammachiise ‎Jabaan Waaqa ‎Deemsi ammas itti fufa ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎https://t.me/milkiHSC ‎
2 351
12
Barataa 'Exit Exam' barattoota barnoota dabalataa MHSTC baratan kan marsaa 5ffaaa irraa qabxii guddaa galmeesise Gammadaa kan+1
Barataa 'Exit Exam' barattoota barnoota dabalataa MHSTC baratan kan marsaa 5ffaaa irraa qabxii guddaa galmeesise Gammadaa kan jedhamu kunoo👇 ‎Barataa keenya barnoota dabalataa 'Milki health science' kan karaa fuulaaf fuulaa magaalaa Naqamteetti yeroo dheeraaf barataa kan ture. Barataa keenya qaxalee kan tahe maqaan isaa Gammadaa Maaremaa kan jedhamu. Qabxii guddaa Exit Exam marsaa kanaa Siisaay Alamuu waliin qabxii Wal fakkaataa 83/100 fiduun sadarkaa 1ffaa irratti wal qabanii jiru. ‎Baga Waaqni sigammachiise Gammoo ‎Jabaan Waaqa ‎Deemsi ammas itti fufa ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎https://t.me/milkiHSC ‎
2 276
13
Barattuu keenya Milki health science kan karaa Online barataa turte. Dhaabbata barnootaa 'Kea_Med' jedhamu kan baratte kan ba+1
Barattuu keenya Milki health science kan karaa Online barataa turte. Dhaabbata barnootaa 'Kea_Med' jedhamu kan baratte kan baratte, maqaan ishee Boontuu Mihiretu kan jedhamtu 'Exit Exam' kan ammaa kana qabxii armaan gadii fiduun Waaqni injifannoon nuu xumursiiseeraan. ‎Baga Waaqni siinis, nus maatiikee gammachiise. ‎Deemsi itti fufa ‎Baga gammadde baga gammadne ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎https://t.me/milkiHSC
2 166
14
Barataa keenya barnoota dabalataa 'Milki health science' kan karaa fuulaaf fuulaa magaalaa Naqamteetti yeroo dheeraaf barataa+1
Barataa keenya barnoota dabalataa 'Milki health science' kan karaa fuulaaf fuulaa magaalaa Naqamteetti yeroo dheeraaf barataa kan ture. Barataa keenya qaxalee kan tahe maqaan isaa Suuraa Kaasaahun kan jedhamu. ‎ Dhaabbata barnootaa 'Rift Valley University' kan barate, 'Exit Exam' kan ammaa kana 70//100 fiduun Waaqni nuu milkeesseeraani. ‎Jabaan Waaqa ‎Deemsi ammas itti fufa ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎https://t.me/milkiHSC ‎
2 017
15
Barataa keenya barnoota dabalataa 'Milki health science' kan karaa fuulaaf fuulaa magaalaa Naqamteetti yeroo dheeraaf barataa+2
Barataa keenya barnoota dabalataa 'Milki health science' kan karaa fuulaaf fuulaa magaalaa Naqamteetti yeroo dheeraaf barataa kan ture. Barataa keenya qaxalee kan tahe maqaan isaa Damaraa Daaqaa kan jedhamu. ‎ Dhaabbata barnootaa New generation University' kan barate, 'Exit Exam' kan ammaa kana Waaqni nuu milkeesseeraani. ‎Jabaan Waaqa ‎Deemsi ammas itti fufa ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎https://t.me/milkiHSC ‎
2 206
16
Barataa keenya Milki health science kan karaa Online barataa ture. Dhaabbata barnootaa 'REHOMED College' kan barate, maqaan i+1
Barataa keenya Milki health science kan karaa Online barataa ture. Dhaabbata barnootaa 'REHOMED College' kan barate, maqaan isaa Gammadaa Immiruu kan jedhamu 'Exit Exam' kan ammaa kana 61/100 fiduun Waaqni nuu milkeesseeraani👇 ‎#Inbox ‎''Bsa keenya bayyee galatooma , barumsa Online nu barsisaa turtaan bayyee 'Exit Exam' irratti nu gargaareera, Ammas COC yeroo gabaaba keessatti nu eegalchisaa'' ‎Jabaan Waaqa ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎https://t.me/milkiHSC
2 040
17
‎Barattoota keenya Milki health science kan karaa fuulaaf fuulaa magaalaa Naqamteetti barataa turan keessaa muraasa isaani. D
‎Barattoota keenya Milki health science kan karaa fuulaaf fuulaa magaalaa Naqamteetti barataa turan keessaa muraasa isaani.  Dhaabbata barnootaa New generation UC' kan baratanidha. Isaan isin ilaalaa jirtan kun hundi isaanii 'Exit Exam' isa ammaa kana Waaqni nuu milkeesseeraani. ‎ Jabaan Waaqa ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎https://t.me/milkiHSC ‎
1 902
18
Barataa keenya Milki health science kan karaa fuulaaf fuulaa magaalaa Naqamteetti barataa kan ture. Dhaabbata barnootaa New g+2
Barataa keenya Milki health science kan karaa fuulaaf fuulaa magaalaa Naqamteetti barataa kan ture.  Dhaabbata barnootaa New generation UC' kan barate, maqaan isaa Duuressaa Taarikuu kan jedhamu 'Exit Exam' kan ammaa kana Waaqni nuu milkeesseeraani👇 ‎Duuressaa jechuun mucaa qaxalee baayyee dandeettii qabu dha. ‎#Inbox ‎''Duraan dursaa barsiisa ko kabaajamo Nagaa fi arjummaan Waaqayyoo isiinif haa baayatun jedha. ‎Ani baratta keessan Duuressaa Taarikuun jedhama dhugaa dhumatti isiin anaaf nama utuu nan tufaatin jaalalaa natti argisiistani Abdii ko dukaanoften naf harreesitaani akka dhala keessanitti na gorsiitani beekumsa keessan tokko osoo hin hambifatiin nu barsiistanii abdii natti hortaani jireenyi bu'aa ba'ii qabaatus akkan injifadhee darbuuf kan isiin na gorsiitan sun Yeroo mara fulduura koo taa'ani na qajeelchu.Barsiisa ko naf jiraadha kunootti bu'aan keessan waaqayyoo gaafa na milkeessu barbadee gara keessanitti na fidee dhugaadha waaqa gaditti galanni isaa kan keessan'' ‎Dhuguma yoomiyyuu Jabaan Waaqa
1 993
19
‎Barataa keenya Milki health science kan karaa Online barataa ture. magaalaa Amboodhaa Dhaabbata barnootaa 'Global College' k+1
‎Barataa keenya Milki health science kan karaa Online barataa ture. magaalaa Amboodhaa Dhaabbata barnootaa 'Global College' kan barate, maqaan isaa Lammii Tolchaa kan jedhamu 'Exit Exam' kan ammaa kana Waaqni nuu milkeesseeraani👇 ‎#Inbox ‎''Milki Abbaa milkaa'inaa milkoofnera nu jiraadha'' Guddummaa Waaqaaf ragaa kanbahan hinqaana'an ‎Yoomiyyuu Jabaan Waaqa ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎https://t.me/milkiHSC
2 306
20
Barattuu keenya Milki health science kan karaa Online barataa turte. Dhaabbata barnootaa Yuunivarsiitii Riftii Vaalii kan bar+1
Barattuu keenya Milki health science kan karaa Online barataa turte. Dhaabbata barnootaa Yuunivarsiitii Riftii Vaalii kan baratte, maqaan ishee Na'ifa Amaan Mohaammed kan jedhamtu 'Exit Exam' kan ammaa kana qabxii armaan gadii fiduun Rabbi injifannoon xumursiiseeraan ‎Barattootni keenya waan jedhaman, akkaataa dubbisaa maal dubbisuu akka qaban itti himamaa ture, isa itti himaamaa ture hunda hojii irra oolchan Injifannoon goolabanii jiru. ‎Baga gammadde baga gammadne ‎Milkiin Milkaa'inaaf ‎https://t.me/milkiHSC
2 259