en
Feedback
Ortodoksii Waloomaa

Ortodoksii Waloomaa

Open in Telegram

@Rabbuunii7 ✍️Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy(d/t languages 👉Afaan oromoo 🔥for English 🔥Amharic,Giiz 🍏📩 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Ortodoksii Waloomaa

Channel Ortodoksii Waloomaa (@orto02) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 18 443 subscribers, ranking 4 320 in the Religion & Spirituality category and 1 878 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 18 443 subscribers.

According to the latest data from 08 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 374 over the last 30 days and by 28 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 1.57%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 0.94% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 289 views. Within the first day, a publication typically gains 174 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 5.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
@Rabbuunii7 ✍️Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy(d/t languages 👉Afaan oromoo 🔥for English 🔥Amharic,Giiz 🍏📩 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 09 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

18 443
Subscribers
+2824 hours
+647 days
+37430 days
Posts Archive
Isin Ortodoksi dha❓

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Rufa'eel Ergama nageenya Balaqeessa raamaa Gargàara xoobit Rufa'eel si waama Abdii dadhaboota Hirkoo keenya ati Gammachuu nu guuta yoo si waamnu nuti Ogeessadham ati Hayyuu isa guddaa Dursitoota keessas Kennan kan ke adda Gadaameessa hiikta yeroo cininsuuti Kanaaf si waamna Ijoollee ke nuti Warrii si waamani Nagaan da'uu Maqasin doctor Isan biraa ga'uu Warra si beekneetis Ati qabattu haloo Akka odeessan mitis Warrii galgaloo Galmee ilmaan nama Turtii dachee irratti Galmee si dubbisa Fuula hoolichatti ‼️ Galmeeko akkam laata? Jireenyi ko har'aa Cubbuu gaad_na qabe Humna na caaleera Garuumma inqabu Jireenyi koo guyyuu Haala kana immoo Eenyure kan fayyuu? Adaara naf guddisi Amantii ko xiqqoo Gaaddiisaa naf ta'ii Na olchiika rakkoo Deemsi ko miidhagee Daandii jireenya irratti Akka naf galma'uu Galmee ke guubatti Gartuu qulqulloota Akka dhabbadhuuf Toloota waliinis Akkan faarfadhuuf Adaara na golgii Rufa'eel abbaa ko Ani gartuu keeti Ni beekta laphee ko Yaada ko dhukkuubu Cubbuun dirmaama'ee Qalbii ko busha'uu Humnisa lamsha'ee Hirkoo naf ta'ii yaa ogeessa fayyaa Gadidduu kee qofan Seexanni guubate iyyaa Si Gammachisuuf miti Ergan barreeffama ko Yaadachisuuf malee Dadhaboota akka ko Dhiiga bitameera Sif ta'ee gartuu Dinni ko amaajajin Garaa hàà kutaatu Ayyaana fi eebbii ke Anarra hàà buufatu Simboo uuma keeti Akka na dawwaatu Waadaa ken na duursi Rufa'eel ergama Eebbaa ke naf roobsi yaa Guddicha raamaa Dn Abdiisaa (Ftaa) 02/13/2018 Walaloo code🔔@Ruf_13 @13 @03 @003 ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @orto02            ♨️ ╚═════════════╝ ♡    ❍ㅤ ⎙     ⌲    🔕    🏆 Share,like, comment ✍️

Barri 2018 Fudhatee haa sokku isa si boossisuu Kan bariidhaan si kaasee mana bunarraa si naanneessuu Gadadoofi siqiiqii kee Namni ati hin beekne sirraa haa kaffalu liqiikee Fudhatee haa sokku wal ajjeechaafi waraansaa Du'a namaa kan lallabu oduu abaarsaa Fudhatee haa sokku geengoo rakkinaa keessa deddeebi'uu Aduun guddinaafi gammachuu akka hin lixnetii siif haa bari'uu Fudhatee haa sokku sanafummaafi hojii tuffachuu Torban guutuu akkuma Yuunifoormiitti hluffata tokkk uffachuu Fudhatee haa sokku dhukkuba fottoksee si qorquu Danqaraa si danqee karaa darbaa si dhorkuu Fudhatee haa sokku oduu sukkanneessaa Naaf haa ta'u yoo jettee commentii jalatti Ameen jettee follow na gochuu dandeessaa. ✍️Daniel (eng)

Walaloo Ayyaanaa Bara Haaraa Dabalatee, Kan Masqalaallee Kan Yeroo Ilaallatu Kan Ajajaan Isiniif Barraa'u Kamuu Of Keessaa Qabu Chaanaalii Kanaa Gadii Seenaa Ilaalaa Yoon Sobe Barbaannaan Itti Hin Makamiinaa Dhugaa Waaqaa👇 @Walaloo0

Nu bira hunduu jira koottaa as goraa filannoon keessan maali tajaajiltoonni keenya tajaajilamtoota barbaadaa jiru waan ta'eef seenaa baradhaa kan kanaa gadii chaanaaliiwwan barumsa Ortodoksii seeraaf danbii Doogmaa Qannoonaa isaa eeggate dabarsaa waan jiraniif seenaa baradhaa. Galatoomaa

#Arrabni keenya bara 2018 keessa maal dubbachaa ture❓ Nama itti balleessinee fi itti yakkine hin qabnu laata❓ Egaa waa'ee arraba Kitaabni Qulqulluun waan baay'ee nuun jedha. Jechi "#Arraba" jedhu Kitaaba qulqulluu afaan oromoo abbaa jaatamii ja'aa irraa caqasa (xiksii) sagaltamii afur (94) qaba. "Afaanii (arraba irraa) bahee gooftaa namaaf ta'a" akkuma jedhu mammaaksi Oromoo ko, Wangeellis immoo "Namni #arraba isaa eeggatu, jireenya isaa eeggata; namni of eeggachaa hin dubbanne garuu, jireenya isaa balleessa" (Fakk.13:3). Itti daddabalees "Gowwaa #arraba isaatu isa balleessa, wanta afaan isaa dubbateenis qabama" (Fakk.18:7). Ammas waa'ee arraba (dubbii) keenyaas Kitaabni Qulqulluun akkas nuun jedhu : - "Dubbii kee hundumaan siif murteeffama, dubbii kee hundumaanis sitti murteeffama"(Maat.12:37). "Afaannii isaanii gara awwaala banamaatti nama geessa, #arraba dhadhaa dibatanii dubbatu." (Faar.5:9). "Dubbii afaan isaa keessaa ba’u keessaa abaarsa, wallaalchisa, gad nama qabuutu guute; #arraba isaa jala jal’inaa fi hamminatu jira." (Faar.10:7) "Hidhii sobaan namatti kuulu hundumaa, #arraba jajuu gurguddaa dubbatus, gooftichi haa kukkutu!" (Faar.12:3). "Isaan #arraba isaanii akka billaa qaratu, dubbii hadhaa'aas akka xiyyaa iddaatti kaa'atu." (Faar.64:3). "Dubbiin #arraba isaanii isaan gufachiisa." (Faar.64:8). "... #arraba isaaniitiin akka bofaa nama hiddu." (Faar.140:3). "Jal'ina dubbachuu afaan keettii, dubbii micciiramaas #arraba keettii fageessi!" (Fakk.4:24). "Namni waa'ee hin baafne, namni jal'aan #arraba isaa isa micciiramaa fudhatee, asii fi achi deema" (Fakk.6:12). "Yommuu dubbiin baay'atu cubbuun hin hafu, namni #arraba isaa eeggatu garuu hubataa dha #arrabni nama qajeelaa akka meetii fo'amaati, yaadni nama jal'aa garuu gatii hin qabu; #arrabni nama qajeelaa nama baay'ee soora, warri gowwoonni garuu qalbii dhabuu isaaniitiif du'u." (Fakk.10:19-21). "Duunii fi jireenyi aboo #arrabaa jala jiru." (Fakk.18:21). "Namni afaan isaa fi #arraba isaa eeggatu, rakkinatti akka hin galleef of eega." (Fakk.21:23). "Namni #arraba tole lafee nama cabsa." (Fakk.25:15). "... #Afaan keessaniin soba dubbattu, #arraba keessaniinis micciiramummaa dhageessiftu." (Isa.59:3). "Ollaan ollaa isaa gowwoomsa, dhugaa kan dubbatus hin jiru; isaan #arraba isaaniitiin soba dubbachuu, micciiramummaadhaanis hojjechuu amala godhatan; karaa isaanii kana irraas deebi'uu dadhaban." (Erm.9:5). "... #arraba isaaniitiin akka xiyyaatti waraananii nama ajjeesu; afaan isaaniitiin ollaa isaaniitti nagaa dubbatu, garaa isaanii keessatti garuu isa gaadu." (Erm.9:8). "... ani akka ati isaanitti dubbachuu, isaan ifachuus hin dandeenyetti, #arraba kee laagaa keetti nan maxxansa;" (Hisq.3:26). "Namni nama amantii qabu of se'ee, #arraba isaatti immoo luugama hin keenye, inni of sossoba malee amantiin isaa waa'ee hin baasuuf." (Yai.1:26). "Garuu namni #arraba leejisuu danda'u hin jiru; inni (arrabni) hamaa gabii hin qabnee dha, hadhaa du'a fiduunis guutuu dha. Arrabaan maqaa Waaqayyoo gooftaa eebbifna (galateeffanna, faarfanna, lallabna, ...) isumaanis namoota fakkaattii Waaqayyootti uumaman arrabsina. Afaanuma tokko keessaa eebbii fi abaarsi ba'a; kun akkas ta'uun irra hin jiru, obboloota ko! Burqaan tokko bishaan miyaa'aadhaa fi hadhaa'aa yaasaa ree? Obboloota ko! Mukti harbuu ija ejersaa, mukti wayniis ija harbuu godhachuu danda'aa ree? Akkasuma immoo burqaan horaa bishaan namni dhugu yaasuu hin danda'u." (Yai.3:8-12). "Namni jireenyatti gammaduu barbaadu, inni bara gaarii arguu fedhus, #arraba isaa hamaa dubbachuuttii, afaan isaas haxxummaadhaan dubbachuuttii haa ittisu." (1Pheex.3:10). Egaa Walumaagalatti yaa michoota ko! "Yoos #arraba kee hamaattii, afaan kees soba dubbachuuttii eegi!" (Faar.34:13). Xumura itti dhaamsi koo, Bara dhuftu kanatti "Kottaa dubbiidhaa fi afaaniin utuu hin ta'in hojiidhaa fi garaa dhugaadhaan wal jaallannaa!" (1Yoh.3:18). Ammaaf kun as irratti barreessuuf ni ga'a natti fakkaata. Hedduutu jira waan ta'eef isa kaan immoo isinumti barbaadaatii dubbisa kitaaba qulqulluu keessa jira.

Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha. Hunda Isaa Argachuuf👉 see more

Akka namaf miti Har'aa ga'uun ko Barruu ke gaaddiisaa Naf ta'ee abbaa ko Kiyyoo fi gufuu baay'ee Darbeen har'aa ga'ee Jirààchu kotiifis Dhiiga ke lola'ee Gaafa firaa dhaba Gaafa qofumma sana Guyyaa abdii dhabnee Qalbii itti cabnee Si'i qofa olchaa ko Kan jijjiiramne Dadhiba kootif jecha Cubbuudhan garboome Sirraatis fagaadhe Addunyan firoome Ani sirraa fagadhuus Ati na faana jirta Qooda ko dhiphaate Beenya naf taatetta Ani inqabu dandeetti Humna kos nanbeeka Mandisni kos si'idha Goofta sittu akeeka Eyyee!! eessa jiraare Arjaa akka keeti Leencaa golgoota Alfaa omeegadha ati Akka keefan jiraa!! Sin abdaadhen rafaa Ayyaana ke uffaadhen Daandii ko ta'ee ifa Garboome jirààdhu Sin ta'eera birmaadu Barichis darbeera Barri dhalootni gadduu Omtuu sin madaaluu Inqabdus safara Safuu yaa arjuuma ke Yaa mooti araara Jaalala ke addaa Bagaan kan kee ta'ee Sitti wamamuu kof Dirra ke mada'ee 🥰 Itti fufaa Dn Abdiisaa (ftaa) Shaggar 01/13/2018

Repost from N/a
iyyesuus_kirsitos_osoo_nama_hin_ta'iin_fayyisuu_hin_danda'uu_1.mp370.32 MB

Repost from N/a
iccitii_nama_ta'uu_waaqayyoo_keessati_dubaroo_maryami_hadhaa_waaqayyooti.mp366.60 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 11 ffaa.mp388.65 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 10 fffaa.mp380.24 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 10 ffaa.mp380.01 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kuta 9ffaa.mp383.76 MB

Repost from N/a
iccitii mana ta'uu waaqayyoo kutaa 7ffaa.mp356.37 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 6ffaa (1).mp374.47 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 5ffaa.mp392.78 MB