ch
Feedback
Ortodoksii Waloomaa

Ortodoksii Waloomaa

前往频道在 Telegram

@Rabbuunii7 ✍️Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy(d/t languages 👉Afaan oromoo 🔥for English 🔥Amharic,Giiz 🍏📩 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

显示更多

📈 Telegram 频道 Ortodoksii Waloomaa 的分析概览

频道 Ortodoksii Waloomaa (@orto02) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 18 417 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 4 341,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 1 882

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 18 417 名订阅者。

根据 06 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 354,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 1.58%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.96% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 290 次浏览,首日通常累积 177 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 5

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
@Rabbuunii7 ✍️Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy(d/t languages 👉Afaan oromoo 🔥for English 🔥Amharic,Giiz 🍏📩 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

凭借高频更新(最新数据采集于 07 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。

18 417
订阅者
无数据24 小时
+367 天
+35430 天
帖子存档
Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 11 ffaa.mp388.65 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 10 fffaa.mp380.24 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 10 ffaa.mp380.01 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kuta 9ffaa.mp383.76 MB

Repost from N/a
iccitii mana ta'uu waaqayyoo kutaa 7ffaa.mp356.37 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 6ffaa (1).mp374.47 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 5ffaa.mp392.78 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 4ffaa.mp378.13 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 3ffaa.mp379.89 MB

Repost from N/a
+1
iccittii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 2ffaa.mp335.82 MB

Repost from N/a
+1
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 1ffaa.mp378.98 MB

Repost from N/a
+3
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kuta12ffaa.mp371.06 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 13 ffaaa.mp391.40 MB

Hi

🚨Gatii Data(Birr)+ yeroo(time) + Madda(source) + hubanna fi yaada(awareness, think) + barreessuu (qubeessuu) = maxxaansa ☝️☝
🚨Gatii Data(Birr)+ yeroo(time) + Madda(source) + hubanna fi yaada(awareness, think) + barreessuu (qubeessuu) = maxxaansa ☝️☝️☝️Amma kana aarsaa goone barreeffama isin biraa geenya. 🚨☝️Dubbiste maaliif callisteere? Saree maaliif taata👈kan galata inbeekne....👈waan naf gootan tokko qabdan garuu barnoota kana argachuuf 👈 channel kana warning ⚠️ akka gallee eega. ✓Abbaan isinif taane keessa ba'uu dàndeessûú 👈 yoo teessanif infayyadan iddoo qabachuu qofa. ✓Warrii sammuu nagaa itti yaada 👇👇👇 ⚠️‼️🚨 Maxxaansa channel kana nàmni dubbisa jiruu. Views 200 incaalu yoo baayate Views 400 ol_ta'uu qaba guyyaa tti Subscribe 18.4 lubbuu injiraani moo du'a qofa,moo duuda qofa jira...... ⚠️ Warning nuti kenneera. Namni iji ke argee barreeffama asirraa scroll 📜 gootu 👈nagaa qabdu 😔 ✓share godhi ol_kawwaadhu Save goote yeroo biraa dubbista ✓like godhi👈gatii inbaastu maaliif hamaa(miqaanya taata)? ✓comment barreessi ni dubbifna akka beektutti. ⚠️🚨‼️Kan indhageenye,tuffaatu moo yoo rakkoo sammuu qabate ala👈nagaa miti.

Biyya kattaaf dhagaa Bubbeen awwaara kaasu Lafa du’aan achii Ekeraan asaasu Biyya lafti waadamaa Homtuu ol hin magarre Kan tokko iyyatee Tokko isa hin agarre Bersheebaa maaltu jiraa Biyya abdiin dhumaa Biyya itti du’anii Hin arganne gumaa Addunyaa hiyyeettii Bulchiinsallee hin qabne Eenyutu achi jiraa? Namniyyuu hin yaadanne Rakkoo dhamdhamachaa Gororri illee gogee Dhagaaf kattaanillee Kan walii isaaf ooge Dirmannaa dhabanii Iyya gaddaaf daaraa Sokoksaaf bir’atu Bersheebaa maaltu jiraa? Qilleensatu socho’a Lafa oolu dhabee Warra akka isaatii Baay’ee harka qabe Biyyeen biyyee ta’uu Qooda isaa gadhiisee Qilleensatti makamuuf Harka isaa bal’ise. Sanyiitu ol biqilee Lafa isaa abaara Qooda bishaan dhibe Otoo hin guddatiin daara Anoo kana hin eegne Maaltu asiin si fidee Hidda dhiigaa qabna Garaa keetu si dide Nan dhabe homtuu hin jiru Oliif gadi ilaalee Galaan qabus fixee Rakkoo kootu na caale Adeemsa tirannaan Miilli koo na dhubbee Lafarratti uumamuus Garaan koo na jibbe Guyyaa otoon lakkaa’uu Barri na gowwomsee Du’aaf qabdii nyaatee Isa dhumaa na cabse! Afaan qabamanii maal jedhu lammii koo Bara beelli hamaa Dubbiin yoo baay’ates hunduu nama jibbee Booda namaa gama Yoo bitarraa dhaban mirga ofii abdatu Garaa bal’atanii Qophaa ofii badanii garuu maal yaadatu Bersheebaa taa’anii Bishaan nama nyaatee dhallaadduu qabatu Ededa ilaalanii Garuu inni isuma harkaa nyaatee beeka Dur walii galani Hunduu isa dubbate ni fakkaata malee Wal quba hin qabani Cobni mukaas rakkoodha gaaddisa jedhanii Yoo itti baqatani

Bubbeen hammaan Obomboleettin kahee Dambaliin guddaanis Garba waliin dhahee Galaanni ololaatis Guutee dhangala'e Gaara Qulqulleettii Dirreesheetti lola'e Bidiruu fayyinaas Liqimsuudhaf ga'e Bitaa fi mirgaatin Ni iyya ni uursaa Dameelee wayiinii Mara walitti buusa Firiilee qajeelinaa Cicciree harcaasaa Bubbicha afarfataa Xiqqaaf guddaa raasa Dhugaa adiirratti Cilaattiidha laaqa Daandii sirriirraatii Hallayyaatti maqa Taliilaa jaalalaatti Hadhaa jibbaa naqa Burqaa hingognee Dhagaadhan duucha Hongee sobaatiinii Maddisee balleecha Qarruu nageenyaas Biyyoodhan boorecha Dubbii jiraa fi du'aa Hunda waliin makaa Summiicha seexanaa Hammeenya daakaa Wal marartee golgee Wal darartee akeekaa Wallaalummaan jooree Of taasiseera beekaa Galaanni jaalalaa Galoo jibbaatinii Mi'aan nageenyaas Heexoo jeequmsaanii Nadhiin garalaafinaa Summii hamminaanii Walmakee faalamee Hunkuramaa ta'ee Ilmaan Harmee jalaas Hundumtuu boora'ee Taliilli jaalalashees Booruun bakka bu'ee Dhuma isaanuu huba Jibbaatin summaa'ee @ju Dubbiin Harmeetis ta'e Dhamnisaa koshommii Dhaggeettiinsaas bade Gurri nuffeera goommii Ijjishees tahuuf jiraa Adaamii ollaa agamsaa Sila hiree ilmaansheef Hirqitee coccobsaa!!! Waliisaa wallaalamee Madda taliila dhugittii Summiidha natti ta'aa Booru arge dhuguuttii @Kadhannaadha_fallisaa #HANGA_CALALUUTTI!!

Faajjidha fannoon koo Sanaa Fajjii nageenyaa Dhiigni achirratti cophe Kan Fayyisaa Addunyaa Gowwaan yoo odeesses Dubbii fuggisoo fi fafa Anoo hin dhiisu ol qabu Isumatu gogee lafatti hafa Qabadhee ba'een dirree Iddoo dorgommii hundaa Moo'ichaan na haguugee Naaf kenne maqaa addaa "Yaa gowwaa, mee callisi Yoo iyyitu sammuutu mul'ata Akkasumaan xiqqummaa kee Addunyaatti waccee ibsitaa...? Waan feete yoo jettees Abbaa oolmaaf oolmaan qaba Innis guddina kan kootiif Harka keessaa qaba.........!

https://t.me/boost/orto02 ☝️☝️☝️Tuqun carraa keessan yaala.... 🔗 Link kana share godha