es
Feedback
Ortodoksii Waloomaa

Ortodoksii Waloomaa

Ir al canal en Telegram

@Rabbuunii7 ✍️Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy(d/t languages 👉Afaan oromoo 🔥for English 🔥Amharic,Giiz 🍏📩 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

Mostrar más

📈 Análisis del canal de Telegram Ortodoksii Waloomaa

El canal Ortodoksii Waloomaa (@orto02) en el segmento lingüístico de Amárico es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 18 444 suscriptores, ocupando la posición 4 327 en la categoría Religión y espiritualidad y el puesto 1 877 en la región Etiopía.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 18 444 suscriptores.

Según los últimos datos del 07 septiembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 358, y en las últimas 24 horas de 13, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 1.61%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 0.94% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 296 visualizaciones. En el primer día suele acumular 174 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 5.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
@Rabbuunii7 ✍️Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy(d/t languages 👉Afaan oromoo 🔥for English 🔥Amharic,Giiz 🍏📩 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 08 septiembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Religión y espiritualidad.

18 444
Suscriptores
+1324 horas
+257 días
+35830 días
Archivo de publicaciones
Barri 2018 Fudhatee haa sokku isa si boossisuu Kan bariidhaan si kaasee mana bunarraa si naanneessuu Gadadoofi siqiiqii kee Namni ati hin beekne sirraa haa kaffalu liqiikee Fudhatee haa sokku wal ajjeechaafi waraansaa Du'a namaa kan lallabu oduu abaarsaa Fudhatee haa sokku geengoo rakkinaa keessa deddeebi'uu Aduun guddinaafi gammachuu akka hin lixnetii siif haa bari'uu Fudhatee haa sokku sanafummaafi hojii tuffachuu Torban guutuu akkuma Yuunifoormiitti hluffata tokkk uffachuu Fudhatee haa sokku dhukkuba fottoksee si qorquu Danqaraa si danqee karaa darbaa si dhorkuu Fudhatee haa sokku oduu sukkanneessaa Naaf haa ta'u yoo jettee commentii jalatti Ameen jettee follow na gochuu dandeessaa. ✍️Daniel (eng)

Walaloo Ayyaanaa Bara Haaraa Dabalatee, Kan Masqalaallee Kan Yeroo Ilaallatu Kan Ajajaan Isiniif Barraa'u Kamuu Of Keessaa Qabu Chaanaalii Kanaa Gadii Seenaa Ilaalaa Yoon Sobe Barbaannaan Itti Hin Makamiinaa Dhugaa Waaqaa👇 @Walaloo0

Nu bira hunduu jira koottaa as goraa filannoon keessan maali tajaajiltoonni keenya tajaajilamtoota barbaadaa jiru waan ta'eef seenaa baradhaa kan kanaa gadii chaanaaliiwwan barumsa Ortodoksii seeraaf danbii Doogmaa Qannoonaa isaa eeggate dabarsaa waan jiraniif seenaa baradhaa. Galatoomaa

#Arrabni keenya bara 2018 keessa maal dubbachaa ture❓ Nama itti balleessinee fi itti yakkine hin qabnu laata❓ Egaa waa'ee arraba Kitaabni Qulqulluun waan baay'ee nuun jedha. Jechi "#Arraba" jedhu Kitaaba qulqulluu afaan oromoo abbaa jaatamii ja'aa irraa caqasa (xiksii) sagaltamii afur (94) qaba. "Afaanii (arraba irraa) bahee gooftaa namaaf ta'a" akkuma jedhu mammaaksi Oromoo ko, Wangeellis immoo "Namni #arraba isaa eeggatu, jireenya isaa eeggata; namni of eeggachaa hin dubbanne garuu, jireenya isaa balleessa" (Fakk.13:3). Itti daddabalees "Gowwaa #arraba isaatu isa balleessa, wanta afaan isaa dubbateenis qabama" (Fakk.18:7). Ammas waa'ee arraba (dubbii) keenyaas Kitaabni Qulqulluun akkas nuun jedhu : - "Dubbii kee hundumaan siif murteeffama, dubbii kee hundumaanis sitti murteeffama"(Maat.12:37). "Afaannii isaanii gara awwaala banamaatti nama geessa, #arraba dhadhaa dibatanii dubbatu." (Faar.5:9). "Dubbii afaan isaa keessaa ba’u keessaa abaarsa, wallaalchisa, gad nama qabuutu guute; #arraba isaa jala jal’inaa fi hamminatu jira." (Faar.10:7) "Hidhii sobaan namatti kuulu hundumaa, #arraba jajuu gurguddaa dubbatus, gooftichi haa kukkutu!" (Faar.12:3). "Isaan #arraba isaanii akka billaa qaratu, dubbii hadhaa'aas akka xiyyaa iddaatti kaa'atu." (Faar.64:3). "Dubbiin #arraba isaanii isaan gufachiisa." (Faar.64:8). "... #arraba isaaniitiin akka bofaa nama hiddu." (Faar.140:3). "Jal'ina dubbachuu afaan keettii, dubbii micciiramaas #arraba keettii fageessi!" (Fakk.4:24). "Namni waa'ee hin baafne, namni jal'aan #arraba isaa isa micciiramaa fudhatee, asii fi achi deema" (Fakk.6:12). "Yommuu dubbiin baay'atu cubbuun hin hafu, namni #arraba isaa eeggatu garuu hubataa dha #arrabni nama qajeelaa akka meetii fo'amaati, yaadni nama jal'aa garuu gatii hin qabu; #arrabni nama qajeelaa nama baay'ee soora, warri gowwoonni garuu qalbii dhabuu isaaniitiif du'u." (Fakk.10:19-21). "Duunii fi jireenyi aboo #arrabaa jala jiru." (Fakk.18:21). "Namni afaan isaa fi #arraba isaa eeggatu, rakkinatti akka hin galleef of eega." (Fakk.21:23). "Namni #arraba tole lafee nama cabsa." (Fakk.25:15). "... #Afaan keessaniin soba dubbattu, #arraba keessaniinis micciiramummaa dhageessiftu." (Isa.59:3). "Ollaan ollaa isaa gowwoomsa, dhugaa kan dubbatus hin jiru; isaan #arraba isaaniitiin soba dubbachuu, micciiramummaadhaanis hojjechuu amala godhatan; karaa isaanii kana irraas deebi'uu dadhaban." (Erm.9:5). "... #arraba isaaniitiin akka xiyyaatti waraananii nama ajjeesu; afaan isaaniitiin ollaa isaaniitti nagaa dubbatu, garaa isaanii keessatti garuu isa gaadu." (Erm.9:8). "... ani akka ati isaanitti dubbachuu, isaan ifachuus hin dandeenyetti, #arraba kee laagaa keetti nan maxxansa;" (Hisq.3:26). "Namni nama amantii qabu of se'ee, #arraba isaatti immoo luugama hin keenye, inni of sossoba malee amantiin isaa waa'ee hin baasuuf." (Yai.1:26). "Garuu namni #arraba leejisuu danda'u hin jiru; inni (arrabni) hamaa gabii hin qabnee dha, hadhaa du'a fiduunis guutuu dha. Arrabaan maqaa Waaqayyoo gooftaa eebbifna (galateeffanna, faarfanna, lallabna, ...) isumaanis namoota fakkaattii Waaqayyootti uumaman arrabsina. Afaanuma tokko keessaa eebbii fi abaarsi ba'a; kun akkas ta'uun irra hin jiru, obboloota ko! Burqaan tokko bishaan miyaa'aadhaa fi hadhaa'aa yaasaa ree? Obboloota ko! Mukti harbuu ija ejersaa, mukti wayniis ija harbuu godhachuu danda'aa ree? Akkasuma immoo burqaan horaa bishaan namni dhugu yaasuu hin danda'u." (Yai.3:8-12). "Namni jireenyatti gammaduu barbaadu, inni bara gaarii arguu fedhus, #arraba isaa hamaa dubbachuuttii, afaan isaas haxxummaadhaan dubbachuuttii haa ittisu." (1Pheex.3:10). Egaa Walumaagalatti yaa michoota ko! "Yoos #arraba kee hamaattii, afaan kees soba dubbachuuttii eegi!" (Faar.34:13). Xumura itti dhaamsi koo, Bara dhuftu kanatti "Kottaa dubbiidhaa fi afaaniin utuu hin ta'in hojiidhaa fi garaa dhugaadhaan wal jaallannaa!" (1Yoh.3:18). Ammaaf kun as irratti barreessuuf ni ga'a natti fakkaata. Hedduutu jira waan ta'eef isa kaan immoo isinumti barbaadaatii dubbisa kitaaba qulqulluu keessa jira.

Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha. Hunda Isaa Argachuuf👉 see more

Akka namaf miti Har'aa ga'uun ko Barruu ke gaaddiisaa Naf ta'ee abbaa ko Kiyyoo fi gufuu baay'ee Darbeen har'aa ga'ee Jirààchu kotiifis Dhiiga ke lola'ee Gaafa firaa dhaba Gaafa qofumma sana Guyyaa abdii dhabnee Qalbii itti cabnee Si'i qofa olchaa ko Kan jijjiiramne Dadhiba kootif jecha Cubbuudhan garboome Sirraatis fagaadhe Addunyan firoome Ani sirraa fagadhuus Ati na faana jirta Qooda ko dhiphaate Beenya naf taatetta Ani inqabu dandeetti Humna kos nanbeeka Mandisni kos si'idha Goofta sittu akeeka Eyyee!! eessa jiraare Arjaa akka keeti Leencaa golgoota Alfaa omeegadha ati Akka keefan jiraa!! Sin abdaadhen rafaa Ayyaana ke uffaadhen Daandii ko ta'ee ifa Garboome jirààdhu Sin ta'eera birmaadu Barichis darbeera Barri dhalootni gadduu Omtuu sin madaaluu Inqabdus safara Safuu yaa arjuuma ke Yaa mooti araara Jaalala ke addaa Bagaan kan kee ta'ee Sitti wamamuu kof Dirra ke mada'ee 🥰 Itti fufaa Dn Abdiisaa (ftaa) Shaggar 01/13/2018

Repost from N/a
iyyesuus_kirsitos_osoo_nama_hin_ta'iin_fayyisuu_hin_danda'uu_1.mp370.32 MB

Repost from N/a
iccitii_nama_ta'uu_waaqayyoo_keessati_dubaroo_maryami_hadhaa_waaqayyooti.mp366.60 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 11 ffaa.mp388.65 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 10 fffaa.mp380.24 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 10 ffaa.mp380.01 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kuta 9ffaa.mp383.76 MB

Repost from N/a
iccitii mana ta'uu waaqayyoo kutaa 7ffaa.mp356.37 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 6ffaa (1).mp374.47 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 5ffaa.mp392.78 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 4ffaa.mp378.13 MB

Repost from N/a
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 3ffaa.mp379.89 MB

Repost from N/a
+1
iccittii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 2ffaa.mp335.82 MB

Repost from N/a
+1
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kutaa 1ffaa.mp378.98 MB

Repost from N/a
+3
iccitii nama ta'uu waaqayyoo kuta12ffaa.mp371.06 MB