Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gubbaa Qorichaa
Open in Telegram
1 018
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-1030 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '25
July '25
+5
in 0 channels
June '25
+8
in 0 channels
Get PRO
May '25
+12
in 0 channels
Get PRO
April '25
+16
in 0 channels
Get PRO
March '25
+14
in 0 channels
Get PRO
February '25
+9
in 0 channels
Get PRO
January '25
+9
in 0 channels
Get PRO
December '24
+31
in 0 channels
Get PRO
November '24
+83
in 1 channels
Get PRO
October '24
+37
in 0 channels
Get PRO
September '24
+64
in 0 channels
Get PRO
August '24
+94
in 0 channels
Get PRO
July '24
+176
in 0 channels
Get PRO
June '24
+164
in 0 channels
Get PRO
May '24
+132
in 0 channels
Get PRO
April '24
+118
in 0 channels
Get PRO
March '24
+107
in 0 channels
Get PRO
February '24
+93
in 0 channels
Get PRO
January '24
+89
in 0 channels
Get PRO
December '23
+228
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 25 July | 0 | |||
| 24 July | 0 | |||
| 23 July | 0 | |||
| 22 July | 0 | |||
| 21 July | 0 | |||
| 20 July | 0 | |||
| 19 July | 0 | |||
| 18 July | 0 | |||
| 17 July | 0 | |||
| 16 July | 0 | |||
| 15 July | 0 | |||
| 14 July | 0 | |||
| 13 July | +1 | |||
| 12 July | +1 | |||
| 11 July | 0 | |||
| 10 July | 0 | |||
| 09 July | 0 | |||
| 08 July | 0 | |||
| 07 July | 0 | |||
| 06 July | +1 | |||
| 05 July | +1 | |||
| 04 July | 0 | |||
| 03 July | 0 | |||
| 02 July | +1 | |||
| 01 July | 0 |
Channel Posts
Peejii feesbuukii Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gubbaa Qorichaa hordofaa
https://www.facebook.com/61574069865776/posts/pfbid02npxg2wpUKjWwBcgTJUMx1mNPTpFejZuW3RKugqHiBfWsL7YEykGbS6ro4TvGRapSl/?app=fbl
| 2 | No text... | 160 |
| 3 | No text... | 128 |
| 4 | #Waajjira_Abbaa_Alangaa_Aanaa_Gubbaa_Qorichaa
Murtii Barsiisoo Galmee H/Hawaasaa
==============/=================
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Gubbaa Qorichaa Qabeenyoota Abbaa hin qabne yeroo dheeraaf gatamanii iddoo adda addaatti faffaca'anii turuun tilmaamni maallaqaa Qarshii Mil. 100 oliin tilmaamamuu himata dhiheessuun Mootummaaf akka murtaa'u taasisee.
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Gubbaa Qorichaa qabeenyoota Abbaa hin qabne bara 2005 irraa kaasee iddoo adda addatti gatamanii argaman
1ffaa:- Eskaavaatar CATERPILLAR jedhamuu. bifti isaa Keelloo tahe firrii tokko.
2ffaa. Tiraaktara FOTONTA824 60H jedhamuu bifti isaa dimaa tahee firri lama.
3ffaa.Tiraaktara FOTONTA904 60H jedhamuu bifti isaa cuqullisa tahee firri tokko.
4ffaa. Gaarii tiraaktaraa guddaa tokko bifti isaanii magariisa tahe firri tokko.
5ffaa.Roottoo sibilaa guddaa tokko bifti isaa cuqullisa tahe firri tokko.
Waliigalaa tilamaamni maallaqaa qarshii 100,005,050 oliin tilmaamamuu koree ragaasistuu qabeenya Abbaa hin qabne waliin sakatta'uun erga adda baasne booda waajjira Maallaqaa Aanaa Gubbaa Qorichaa bakka bu'uun himata Mana Murtii irratti dhiheessuun falmii gaggeessaa erga turee booda Abbaan qabeenyicha yoo jiraate dhufee falmii keessatti akka hirmaatu Beeksisni gama mana murtiin bahee yeroo murtaa'eef qilleensarra akka turuu erga godhamee booda Abbaan argamuu waan hin dandeenyeef Manni Murtii ragaa namaa fi ragaa barruu gama Abbaa Alangaattin dhiyaate seera roggumaa qabuun waliin xinxaaluun dhaddacha gaafa guyyaa 14/8/2017 ooleen qabeenyoonni maqaa fi gosti isaanii olitti caqasaman kun Mootummaan akka bulchuu fi akka dhaalaman murtaa'e jira. | 155 |
| 5 | +2 Guca gabaasa Torbee Adeemsa Dhimmoota Yakka Adda Addaa.docx | 283 |
| 6 | Hordoftoota keenya akkam oltan jecha fuula feesbuukii waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gubbaa Qorichaa liinkii itti aanuu kana cuqaasuun akka follow, like share nuf gootan kabajaan issin gaafan. galatomaa!
https://www.facebook.com/61574069865776 | 263 |
| 7 | Galata , Godinaalee, Aanaalee, Abbootiin Alangaa Keenya Duula Hojii Hubannoo Seeraa Baatii Guraandhalaa milkeessu keessatti qooda olaanaa fudhatan hundinuu galata guddaa qabdu, kallatti of duraa kennaman xiyyeeffannaan ilaalaa hojiirra oolchaa | 304 |
| 8 | Akkam Jirtu? Heroine Kun Yeroo Hojilee gurguddoo ariitiin fi qindoomina cimaan itti raawwanuudha. kun si:-
1 Gabaasa Kurmaana sadaffaa bifa qulqullina qabuun kutaa hunda haala hojilee hojjataman hunda hammatuun hojjachuun yeroo jedhame keessatti galchuu,
2. Hojilee akka Qabeenya mootummaa deebisisuu dullulaan Biiroon keenya labse akka Godina keenyattis waan labsameef hojiin gara kanaan akka Anaalee keenyatti hojjatamaa jiru gahaa miti. Abbaan Adeemsaa yeroo adda Addaa kalattii Biiroo irraa kenname forward isiniif gochuun kallattii kennamus fudhatanii hojjachuu irratti harcaatii cimaatu jira. Kun hooggnasi fi Abbootiin Adeemsaa xiyeeffannoo itti kennuun akkuma duula hubannoo seeraa goone sana hojii kanas hojjachuu qabna.
Kanaafuu akkuma Kana dura jedhe hoggansi sababa Ramadanaa kanaan hojiin nu jalaa harcaa’uu hin qabu kana immoo Tooftaan hogganuun keessaa bahuun Barbaachiidha.
#Team Harargeen Lixaa hojii kaminuu dubbatti hafuu hin qabnu!!! Jabaadhaa!!
——————————- | 363 |
| 9 | 28/06/2017,Duullii qabeenyaa fi Maallaqa mootummaa deebisiisuu, argannoo odiitii fi herregoota siorrii hin taane adda baddaa sirreesisuu cimee itti galameera,garuu sochiin godinaalee fi aanaalee wal caala kana hooggansi sirrittim ilaalaa, duulli kun HH shaampiyoonaa olaaanaa taasisuu qaba, hojiin kun miidiyaadhaan deegaramuu qaba, Qaamooleen siyaasaa hoji kana beekuu qabu ,beekuu qofaa moti Waajjira keenya karaa adda addaa jechuun lafa ijaarsa waajjiraa, motoora , meeshaalee tajaajila adda ddaa bituufi qabu,Wantoota murtii cimaa ta'an ammoo nu beeksisaa ykn Obboo Pheexiroos Daareektara kominikeeshinii BAAWO tif ergaa, Halkan gaarii!! | 281 |
| 10 | No text... | 260 |
| 11 | No text... | 245 |
| 12 | No text... | 266 |
| 13 | No text... | 283 |
| 14 | Waajjirrii Abbaa Alangaa Aanaa Gubbaa Qorichaa har'a gaafa guyyaa 28/6/2017 guyyaa Ayyaana Dubartootaa March 8 akka Aanaa Gubbaa Qorichaattii kabajamaa jiruu irrattii argamuudhaan Hubannoo seeraa MataDuree Yakkoota Dubartii fi Daa'immaan irrattii rawwataaman fi Mirga Dubartii fi Daa'immanii heeraa motummaa waalin Qabsiisun akkasumaas Yakka Godaansaa seeran alaa fi Tajaajila Seeraa bilisaa Waajjira Abbaa Alngaatin kennamu irrattii hubaannoo seeraa Hawasaa Ayyaana dubartoota kabajaa jiraniif kenneera
Waalin taanee hubannoo hawaasaa Haa gabbifnuun dhamsaa keenya kan guyyaa har'atii. | 283 |
| 15 | +8 Law Blue Print LLB All in one for Exit Exam-2.pdf | 362 |
| 16 | Aanaaleen keenya akka ooltan jechaa gabaassa Xiinxala rakkoolee bulchiinsa gaarii fi qabiinsa mirga namoomaa qaamoolee nageenyaa fi Haqaa ilaalamaa jiruuf waan barbaanneef sarbamiinsa mirga Namoomaa irratti hojiilee hojjetaman Aangoo Godina Osoo hin dabalatin dhimmoota Aanaa irratti hojjetaman galmee eeruu irraa kaasee hanga galmee himataatti yoo jiraate , yakkoota daa'immanii fi dubartoota irratti raawwatanis kanneen Aanaa irratti hojjetame , qabiyyeen isaa bal'aa waan ta'eef hanga boru ganama sa'a 3:00 itti qindeessuun garee kana irratti akka nuuf ergitan jechaa dhimmoota yeroo nuuf ergitan kanneen Aangoo Aanaa ta'e qofa adda baasuun akka nuuf ergitan isiniin jenna. G/G Hooggansa waajjiraaf nagaan bulaa. | 223 |
| 17 | Anaalee Godinaa Kenyaa Hundaaf B/J ,Akkam jirtu jecha,Akkuma beekamu yeroon Gabaasni raawwii Kurmaana 3ffaa keessatti raawwataman osoo hin harcaasiin qulqullinaan akkatuma Guca Istatiksii fi RBM qindeessitanii hanga Bitooteessa gaafa 4/7/2017 softkoppii RBM FI ISTAATIKSII guyyaa dhummaa itti galuu hubachuun ,Barreeffama akka nu dhaqqabsiiftan dhaamsaa dabrsuun akkasumas gabaasa guutuu mallatta'e Hard Copy Fi soft Copy MGT mirkanaa'ee garaagarummaa tokkollee osoo hin qabaatiin Kan Adeemsaalee hundaa fi kan mana hojii kopaattii xarazuun (kutaa barreeffamaa ammoo gaafa 5/07/2017 qaamaan akka nu dhaqqabsiiftan isin beeksifna.Dabaltaan Hojiiwwan fakkeenyummaa/muxannoo gaggaarii ta’an addaa yoo qabaattan kophaatti nuuf ergaa
G/G
Itti Gaafatamaa WAAGHL (Obbo Ibsaa) tiif
-Ade/YMM WAAGHL tiif
-Ade/YD WAAGHL tiif
-Ade/Dhi/Ha/Hawaasa WAAGHL tiif
-Ade/YAA WAAGHL tiif
-Ade/GRKH WAAGHL tiif
-Ade/Dhi/Dub/Da. fi Farraa Namaan Daldaaluu WAAGHL tiif
-Ade/Kabajamu Mirgaa Namooma ,Hubannoo seeraa fi HOS WAAGHL tiif
Ciroo
HUB.
Hojiin Adeemsoonnii hundi xiyyeeffannoo itti keennuun Hojilee BGG,BB Fi saffartulee raawwii RBM kessatti caqafaman adeemsaa keessan addaan baasuun har’umarraa kaaftanii qindeesun bu’aa gaarii galmeessisuuf haa hojjenuu .
yeroo gaarii!!!!!!!!!! | 204 |
| 18 | Qajeelfama Itti fayadamaa fi Bulchhinsa Nagahee Taaksii Qajeelfama lakk 38/2016 bahe | 400 |
| 19 | Qajeelfama 906.2014 Amariffaan.pdf | 359 |
| 20 | qajeelfama Raabsaa fi gurgurtaa Booba'aa qajeelfama lakk 904 bara 2014 bahe | 365 |
