en
Feedback
Waajjira Barnoota Aanaa Ammayyaa

Waajjira Barnoota Aanaa Ammayyaa

Open in Telegram

Qulqullina Barnootaaf

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
660
Subscribers
-224 hours
+37 days
+11630 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+13
in 0 channels
November '24
+65
in 1 channels
Get PRO
October '24
+14
in 0 channels
Get PRO
September '24
+135
in 0 channels
Get PRO
August '24
+221
in 0 channels
Get PRO
July '24
+542
in 0 channels
Get PRO
June '24
+455
in 0 channels
Get PRO
May '24
+259
in 0 channels
Get PRO
April '24
+169
in 1 channels
Get PRO
March '24
+91
in 0 channels
Get PRO
February '24
+209
in 0 channels
Get PRO
January '24
+288
in 0 channels
Get PRO
December '23
+652
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 0 channels
Get PRO
September '230
in 0 channels
Get PRO
August '230
in 0 channels
Get PRO
July '230
in 0 channels
Get PRO
June '230
in 0 channels
Get PRO
May '230
in 0 channels
Get PRO
April '230
in 0 channels
Get PRO
March '230
in 0 channels
Get PRO
February '230
in 0 channels
Get PRO
January '230
in 0 channels
Get PRO
December '220
in 0 channels
Get PRO
November '22
+26
in 0 channels
Get PRO
October '22
+64
in 0 channels
Get PRO
September '22
+82
in 0 channels
Get PRO
August '22
+146
in 0 channels
Get PRO
July '220
in 0 channels
Get PRO
June '220
in 0 channels
Get PRO
May '22
+27
in 0 channels
Get PRO
April '22
+38
in 0 channels
Get PRO
March '22
+22
in 0 channels
Get PRO
February '22
+14
in 0 channels
Get PRO
January '22
+15
in 0 channels
Get PRO
December '21
+13
in 0 channels
Get PRO
November '21
+19
in 0 channels
Get PRO
October '21
+271
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
09 December0
08 December0
07 December+3
06 December+2
05 December0
04 December+5
03 December0
02 December0
Channel Posts
2
+1
No text...
649
3
Waajjirri barnoota A.Ammayyaa Ogeeyyii Waajjiraa,Waldaa Barsiisota Aanaa,Supparvaayizaroota,Daarektarootaa fi I/A/ Daarektarootaa Waliin Guraandhala 10/2014 duub-deebii supparviizhinii,cheekliistii nuusa 3ffaa fi haala baniinsa saamisteera lammaffaa irratti marii gochuun waltajjii keenya goolabneerra.
605
4
Cheekliistiin Hojiin Harcaatii Malee Saffisaan Akka Gaggeeffamuuf Nu Gargaara Kanaaf Caccabsinee Hojiitti Haa Hiknuun Ergaa Jabduu Keenya.
672
5
Hooggansa Barnootaa Aanaa Ammayyaa Hundaaf. Cheekliistii Hojii Nuusa keessa Jirruu Sirnaan Dubbisuun Hojiitti Haa Hiiknu.
625
6
Cheekliistii_Hojii_Nuusa_3ffaa_Waajjira_Barnoota_Aanaa_Ammayyaa.docx
609
7
No text...
578
8
+5
No text...
505
9
Aanaa Ammayyaa Mana Barumsa Binoo Makkanniisaatti qormaatni madaallii ifa barnootaa guyyaa har'aa Amajjii 28/2014 Kennamee Jira.
456
10
Guyyaa 27/05/2014 Supparvaayzarootni aanaa keenyaa cheekliistii godinaa kana dubbisuun gabaasuu yaalaa! 1.Ā  Qormaata semisteera 1ffaa tiin wal qabatee haala nageenya manneen barootaa hordofuun yeroon xumuruu 2.Ā  Ijaarsa bu’uura boruu ijaarsa isaa 100%Ā  xumuruu •  Kan bara 2015 tiif hanga ammaatti kan saayitiin adda ba’e gabaasuu 3.Ā  DDB barattootaa fooyyessuuf gabaasa kurmaana 2ffaa asitti jijjiirama jiru gabaasuu •  Meeqa irraa meeqatti gadi hir’ate 4.Ā  Haftee barattootaa •  Hanga ammaatti kan hafan kutaa 1-8 fi 9-12 tti meeqa ? _________________ •  Duula torbaan kana godhamaa jiruun kan deebi’an walumattiĀ  meeqa ? Dhi Dub Ā  Wal 5.Ā  Qormaata semisteera 1ffaa ilaalchisee. •  Gaafa 30/5/2014 dura kan jalqaban meeqa ? •  Gaafa 30/5/2014 kan jalqaban meeqa ? 6.Ā  Galii hirmaannaa uummataa maal irra jira ? •  Galiin galeĀ Ā  Karoora waggaa ______ Raawwii hanga ji’a kanaa _ Rakkoon jiru 7.Ā  Odiitii manneen barnootaa qarshii ā€œ school grantā€ •  Manneen barnoota odiitii ta’anĀ  filatamuu •  Baajatni gadi bu’uu •  Hojiitti galamuu
474
11
+3
No text...
435
12
No text...
393
13
No text...
379
14
Dhaabbanni action aid damee aanaa Ammayyaa Hordoffii project taasise. Amajjii 26/2014 dhaabbanni action aid dhimmoota adda addaa irratti marii qaamolee garaa garaa waliin taasisuun karaa bulchaa aanaatiin durfamuun pirojektii bu'uura boruu ganda Guultii Bolaatti Mana Barumsa Guultii Samoon Keessatti argamu hordoffii fi deeggarsa dhimma ijaarsa isaa irratti hojjattota olaanaa damee dhaabbatichaa fi maadisa godinaa waliin daawwannaa taasisaniiru. Dhaabbanni bu'uura boruu akkanaa baadiyyaa Ammayyatti isa calqabaa ta'uun kan baay'ee namatti tolu ta'ee obbo Abarraa gaggeessaa damichaa guddaa galateeffachaa bulchaa aanaa keenyaa obbo Tulluu Tashoomaas dhimma barnootaaf xyyeeffannoo addaa gochuun socho'aa jiran galatni isaaniif ni mala. Galatooma.
378
15
No text...
393
16
Guyyaa 23/05/2014 Mariin Ogeeyyii Duub deebii Hojii Supparviizhinii Irratti Gaggeeffamee Jira. Hojjettoonni Waajjira Barnoota Aanaa Ammayyaa Daawwannaa M/Barnootaa Taasifame Irratti Marii Hoo'aa Amajjii 23/2014 Gaggeessuun Qabxiilee Duub-deebii Supparviizhinii Ittiin Gaggeeffame Irra Dhaabbachuun Milkaa'inoota Gaarii Jiran,Dhimmoota Fooyya'uu Qabanii Fi Kallattii Hojii Gara Fuula Duraa Irratti Ballinaan Maryachuun Marii Keenya Guduunfineerra.
374
17
Qajeelfama Bul-Qorumsaa.pdf
776
18
Qajeelfama Bul.Qorumsaa
2
19
Ashamaa! Yaadachiisaaf Hooggansa Barnoota A/Ammayyaatiif Gumaacha Qulqullina Barnootaaf Qabxiilee Armaan Gadii Giddu galeessa godhannee Haa Sochoonu. 1.BGGX barsiisaa jiraachuu 2.Karoora MHIBIXiyyeeffate qopheessuu 3.Marii Sad.CRC fi mbtti gaggeessuu 4.Yeroo hojii kabajuu 5.Sagantaan mb deeggaruu 6.Haftee Ittisuuf sochii jiru 7.Tuutooriyaalii gaggeessaa jiraachuu 8.Haala nageenya mb sirnaan hordofuu 9.Checklist Qopheeffachuu fi madaaluu 10.Karoora barnootaa qopheessuu 11.Gumiin sad.mb hojii qabatamaa hojjachuu 12.Koreewwanii fi Muummeewwan dhaabbatan hojii keessa galuun raawwii hojii sirna barnootaa gaarii qabaachuun gabaasaĀ  yeroon erguu 13.Gabaasa karaa yeroon barbaaduun kennuu:- Fkn Telegram,fb,soft copy of report,sms,etc 14.Barnoota raadiyoon kennuu 15.Supparviizhinii daree gaggeessuu 16.HGB keessatti barnoota qabatamaa taasisuuf yaalii bara 2014 godhame 17.Library sad.mb tti sochii godhame 18.Wayitii gubate bakka buusuu 19.Battallee fi MWF sirnaan hojiirra oolch 20.Adda duree hojiin baasaa deemuu 21.Herrega mb nuusa nuusaan cufuu 22.GMB waggaa 2 ol tajaajilan jijjiiruu 23.Mariin b/tootaa fi hawaasa mb gaggeeffamuu 24.Eeggattummaa malee mb bulchuu 25.BID/ BSTD Hordofuu 26.Kar fi raawwii ijaarsa adda addaa taasisuun faasiliitii fi infrastructure jiru guutaa deemuu. FMB Waajjira Barnoota A/Ammayyaa Am.3/2014Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā  Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā Ā  10Q
495
20
Maallaqni School grant lafee dugdaa qulqullina barnootaati. Aanaa Ammayyaa keessatti Maallaqni school grant NGO dhas mootummaa guddaadhas. Osoo maallaqni kun jiraachuu baatee manneen barnoota Aanaa Ammayyaa yoona maal akka fakkaatan waliin beekna. Qajeelfama kana sirriitti dubbisanii hubachuun baayyee barbaachisaadha.
504