cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gubbaa Qorichaa

Kommona

Больше
Рекламные посты
838
Подписчики
+224 часа
+267 дней
+12230 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Karoora Hubannoo Seeraa Bara 2017 After Comment.docx2.48 KB
Obbo Feeysal Mohaammad yoo Rabbi jedhe iddoo hanqina itti qabnu sirreessaa irraayis barachaa ciminoota keenya immo daran itti fufsiisaa kan itti adeemnu taha galatoomaa🏆🏆🏆
Показать все...
Duub deebii seektaroota aanaa keenyaaf gabaasa Kenna Tajaajilaa Torbeen ergamu bara 2016 keessa seektaroonni aanaa keenyaa bifa kanaan goolabnee jirra.Ka ergates kan hin ergatinis barri 2016 dhumatee jira.2017 miira jijjiiramaatin itti galuu qabna. HORAA Bulaa
Показать все...
Duub deebi Seektaroota Aanaaf kenname.pptx0.61 KB
Duub deebii seektaroota aanaa keenyaaf gabaasa Kenna Tajaajilaa Torbeen ergamu bara 2016 keessa seektaroonni aanaa keenyaa bifa kanaan goolabnee jirra.Ka ergates kan hin ergatinis barri 2016 dhumatee jira.2017 miira jijjiiramaatin itti galuu qabna. HORAA Bulaa
Показать все...
Anaaleen keenya akkam jirtu? Yeroo ammaa raawwii hojii Karooraa bara 2016’f sadarkaa Godinatti fi akkasumsa hooggansa waajji immoo sadarkaa Naannootti ilaaluun wixinee karoora bara 2017 walharkaa fudhuun qophii gahaa goonee jirra. Kanaafuu yeroo ammaa kana hojiiwwaan hojjatamuu qaban fi karoora bara 2017 keessatti xiyyeeffannoo addaatin hojjatuu qabnu gamanumaa adda basuun sadarkaa Aanalee keessanittis mari’achuun galtee karoora akka godhachuun karaa guutuu taheen akka karoorfattan jechaa Bara kana immoo haala addaatiin Dhimmoota: @ Qabeenya mootummaa himannaan fi raawwachisuun deebisisuu kanaaf immoo Anaalee keessan keessattu waajjira Maallaqaa, Waldaa Hojii gamtaa fi kkf irraa ragaa qabatamaa barreeffamaan gaafachuun fudhachuun @ Taajaajila SB haala durii irraa addatti hojjachuu fi ragaa guutuu qabachaa deemuu @ Galmeewwaan takkaa guutuu ragaa sirnaan qabachuun AA dhufnaanis Hagam akka hojjate adda baasuun qabachuun Madalaa deemuu @ Galmeewwaan yakka Dinagdee sirnaan irratti hojjachuu @ Eeruwwaan Yakka Malaammaltummaa karaa guutuu taheen Godina beeksisuun galmeessuun kallattii kennameen qorachuu @ Hojiwwaan Kabajamuu Mirgoota namoomaatin walqabte Sirnaan AA hordofuun ragaa qabachuun hoggansaaf gabaasaa deemuun tarkaanfii fudhatame hordofaa gabaasuu @ Hubannoo Seeraa haala crime index mul’isuun gandoota ykn Arraddaa jijjiramni irratti dhufuu qaba jet tan filachuun itti fufiinsan kennuun ragaa qabachuun haala dhuma waggaa ykn kurmaana 2 ffaa irratti maadaluu dandeenyuun hojjachuu @ Galmeewwaan ol’iyyataa AA oli’iyyatu kamuu akkuma ol’iyyatameen Waajjira AA Godinaa Beeksisuun Bu’aa isas hordofuun akka beeknu fi gabaasnu gochuu @ Dhimma namuusa xiyyeeffannoo itti kennuun irratti hojjachuu @ bara kana Anaaleen keenya kamuu VK qabachuu kan qaban waan taheef gamanumaa bajata qabsiifachuu @ Fi Anaaleen hanqina Humna namaa qabdanis bajata qabsiifachuun gamanumaa itti qophaayuu fi hojjiwaan Biroo’s Miira waloo fi qindoomina gaarii qabuun hojjachuun ummata keenyaaf haga as jirutti Bu’aa gaarii akka galmeessinuu gamanumaa hawwaa barri bajata 2017 ✅ Kan Milkaa’inaa ✅ Kan Fayyaa ✅ Kan Qindoomina cimaan itti hojjannu fi Bu’aa gaarii itti buufnee waggaa itti anuutti milkiin ceenu 👍Kan Qindoomina Waloon Milkaa’ina Waloo 👍Kan Miiraa fi Sammuu gaariin hojii gaarii 👍Kan Fayyaa qaamaa qabachuun hojii fayyaaleessa itti hojjannuu nuuf haa Tayu.
Показать все...
👍 1
Repost from N/a
Dambii_Lakk_214_2012_Dambii_Korporeeshinii_Injineeringii_Oromiyaa.pdf2.82 KB
Repost from N/a
Dambii_Lakk_218_20_13_Dambii_Bulchiinsaafi_Naamusa_Abbootii_Alangaa.pdf9.42 KB
Repost from N/a
Dambii_Lakk_226_2014_Dambii_Sirna_Carraa_Hojii_Uumuufi_Ogummaa.pdf3.69 KB
Repost from N/a
Dambii_Lakk_224_2013_Dambii_Sirna_To’annoo_Gabaafi_Qulqullina_Oomisha.pdf3.21 KB
Repost from N/a
Dambii Lakk. 211-2012 (Dambii Komishinii Turizimii Oromiyaa).pdf2.63 KB
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.