en
Feedback
Bedeno Comprehensive Secondary School

Bedeno Comprehensive Secondary School

Open in Telegram
848
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Attracting Subscribers
August '24
August '24
+26
in 0 channels
July '24
+90
in 0 channels
Get PRO
June '24
+65
in 0 channels
Get PRO
May '24
+68
in 0 channels
Get PRO
April '24
+79
in 0 channels
Get PRO
March '24
+52
in 0 channels
Get PRO
February '24
+91
in 0 channels
Get PRO
January '24
+95
in 1 channels
Get PRO
December '23
+64
in 1 channels
Get PRO
November '23
+37
in 0 channels
Get PRO
October '23
+55
in 0 channels
Get PRO
September '23
+20
in 0 channels
Get PRO
August '23
+23
in 0 channels
Get PRO
July '23
+25
in 0 channels
Get PRO
June '23
+51
in 0 channels
Get PRO
May '23
+16
in 0 channels
Get PRO
April '23
+10
in 0 channels
Get PRO
March '23
+6
in 0 channels
Get PRO
February '23
+448
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
06 August+15
05 August0
04 August0
03 August0
02 August0
01 August+11
Channel Posts
Share 'BDENO SECONDARY SCHOOL GRADE 12 SCHOOL LIST 2016 EC.xlsx'

2
+4
No text...
1 366
3
+9
No text...
1 279
4
Kabaja ayyaana dubartootaa march 8 sababeeffachuun barattootni shamarranii mana barumsaa sad.2ffaa Baddannoo 9-12 jiran haala
Kabaja ayyaana dubartootaa march 8 sababeeffachuun barattootni shamarranii mana barumsaa sad.2ffaa Baddannoo 9-12 jiran haala hawwataa fi gammachiisaa taheen kabajamee jira.
1 073
5
March 8 ayyaanni dubartootaa guyyaa har'aa sadarkaa mana barumsatti kabajamee jira. Godina harargee Bahaa Mana barumsaa Sad.2ffaa Baddannotti guyyaa har'aa march 8 ayyaana dubartootaa barattootaa shamarran kutaa 9ffaa-12ffaa jiran keessummoota kabajaa waajjira barnootaa,koree GMB fi Barsiisota bakka jiranitti haala hawwataa fi bashannansiisaa taheen kabajame jira. Ayyaana kanarratti erga dhama qabu kan dabarsan IGtu korniyaa waajjira barnootaa aadde Zabanaa fi IA waajjira barnoota obbo Aliyyi Mahaammad  hubannoo kenname olaanaa ture. Gama barattootaan ayyaana kana  qophii gahaa gochuun Walaloo, Diraamaa fi baacoo garagaraan dabaluun kan gaggeeffame yommu tahu  gama mana barumsaatiin ammoo gaaffiilee qopheessuun barattootaa shamarranii kutaa 9ffaa fi 12ffaa giddutti waldorgommiin  gaggeeffamee hawwataa ture. Dabalatanis barattootaa Shamarranii kutaa 9ffaa --12ffaa jiran keessa Av. Sam.1ffaa  85 ol argatan  waliigala barattootaa shamarranii 18tiif Karaa mana barumsaatiin badhaasni kennamee jira. haala ayyaana march 8 phootoo waliin kan armaan gadii taha.
1 128
6
GUYYAA-             7/06/2016 BEEKSISA HATATTAMAA/URGENT/ G/H/Bahaa Aanaa Baddannoo, MB Sad. 2ffaa Baddannoo Barattoota Kutaa 12ffaa Hundaaf:-     ■ Barattoonni kutaa 12ffaa torbee kana(07-10/06/2016) foormii interaansii biyyoolessa Bara 2016 haala sagantaa armaan gadiitiin qaamaan mana barnootaatti  argamuun  akka guuttan cimsinee isin beeksifna.        ■ Sagantaa Foormii Barattoota Saayinsii Uumamaa  fi     ■  Sagantaa Foormii Barattoota Saayinsii Hawaasaa walumaagalatti       ☆Guyyaa 8 -10/06/2016   tahu beektanii Ulaagaalee armaan gadii Kana guuttachuun   dhuftanii foormii akka guuttan cimsinee isin hubachiifna.;-     1. Maqaa keessan kutaa 8ffaa(ministry) itti qoramtanii fi kan amma foormii ittiin guuttan tokko ta'uu/ wal fakkaachuu waan qabuuf sirrii tahuu mirkaneeffachuu 2.  foormii kan guuttan on line qaamaan MBtti argamtanii  waan t'eef  fuula qulqulluu fi miidhagsuun phootoo ka'uuf qophooftanii  kan dhuftan tahuu 3. Barattootni wayita foormii guutuuf MB dhuftan yoonifoormii keessan  dagachuu hin qabdan. 4. Guyyaa 12/06/2016ti maqaan barattoota foormii guutanii MB keessatti ni maxxanfama. Barattootni foormii guuttan sirritti guutamuu ni mirkaneeffattu jechuuf!   5. Adeemsa kana keessa darbee erga foormiin xumuramee ergame booda komiin dhiyaatu fudhatama hin qabu.                        HALKAN GAARII!     MB SAD. 2FFAA BADDANNOO
1 153
7
Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannoo mana barumsaa Sad.2ffaa Baddannootti qormaata moodelaa kutaa 12ffaa waaree boodaa gosa+6
Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannoo mana barumsaa Sad.2ffaa Baddannootti qormaata moodelaa kutaa 12ffaa waaree boodaa gosa barnoota Herregaa fudhachaa jiru. Dabalatanis, Barsiisotni muummee afaanii qormaata afaan Ingiliffaa waaree dura qoraman mana barumsaatti argamuun soroorsaa kan jiran tahu akka armaan gaditti kan maxxanfame taha.
1 518
8
Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannoo mana barumsaa Sad.2ffaa Baddannotti qormaata moodeelaa kutaa 12ffaa BBO qophaa'ee waajjira barnootaa aanaadhaan maxxanfame  guyyaa 27/05/2016 Bar.Engiliffaa kan waaree duraa bakka koree mana barumsaa argamanitti  bifa guutuu taheen jalqabamee jira.
1 320
9
+5
No text...
1 310
10
+4
No text...
1 285
11
Share 'History work sheet.docx'
1 213
12
https://t.me/mbaddannoosadarkaa2ffaa
563
13
Baay'ina Barsiisotaa kutaa kutaadhaan Kutaa 9ffaa Dhi 25 Dha 5 Kutaa 10ffaa Dhi 15 Dha 2 Kutaa 11ffaa Dhi 16 Dha - kutaa 12ffaa Dhi 14 Dha - Wg Dhi 70 Dha 7 ida'a 77 Kan daree seenanii barsiisaa jirani dha.
695
14
Grade 11 IT Unti 1 and 2.pdf
955
15
No text...
1 074
16
No text...
1 034
17
No text...
1 008
18
No text...
976
19
No text...
939
20
No text...
931