cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Qeerroo Bilisummaa Oromoo

"Ka'i Qeerro!" Follow Us!! Twitter: twitter.com/Qeerroo2011/ Facebook: facebook.com/SQeerroo/ Instagram: instagram.com/Qeerroo2011/ Telegram: t.me/Qeerroo2011/

Show more
Finland330The language is not specifiedPolitics3 048
Advertising posts
18 171
Subscribers
+1624 hours
+1817 days
+72730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
Waayee diroonii Horro Guduruu keessatti kufe jedhamee waan hanga ammaa beeknu

Tibba kana suurriifi viidiyoon dironii Godina Horro Guduruu Wallaggaa ooyiruu keessatti kufee argame jedhame miidiyaa hawaasaarratti qoodamaa jira. Gareen BBC verify, ogeeyyii dhimma meeshaa waraana xiinxalan waliin suuraalee kana kan xiinxale yeroo ta'u, dirooniin kufe kun gosa diroonii waraanaa Turkitti omishamu Baayiraaktar TB2 jedhamu ta'uu akka hin oolle hubateera.

πŸ‘ 71πŸ™ 39πŸ”₯ 13❀ 11
6.86 MB
πŸ‘ 62❀ 26πŸ”₯ 6
Oduu Addaa (SQ-Caamsaa 22, 2024) Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongoroo Ganda Caancoo keessatti Drone n Faashistii Abiy Ahimediin akka Uummata Oromoo fixxuuf bobbaate, boombii hedduu waliin maasii qonnaan bulas keessatti kuftee argamteetti.
Show all...
❀ 35πŸ‘ 18
Photo unavailableShow in Telegram
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa kaadhimaamtoota haaraa eebbisuun Dirqama itti aanuuf bobbaase. Jaarmiyaa ABO-WBO kaadhimaamtoota leenjii Siyaasaafi Loltummaa Leenjisuun bobbaasa turun beekamaadha. Jaarmiyichi Diinaa Qabsoo Oromoof yaadda ta'uun Fira qabsootti abdii hora jira. Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Gidduu Galeessaa Birgeedii Aduu saafaa Kaadhimaamtoota Haaraa Eebbisuun dirqama itti aanuuf bobbaseera. Eebba Kaadhimaamtoota kana irraatti Itti Aanaan Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa Jaal Jireenyaa Rabbumaa argamuuniru.
Show all...
πŸ‘ 89❀ 26
25:31
Video unavailableShow in Telegram
Qophii Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Caamsaa 14, 2024 galgalaatitti dhiyaadha!
Show all...
128.11 MB
πŸ‘ 24πŸ‘ 10❀ 6
Photo unavailableShow in Telegram
Murni gidirsaan PP Mirga namummaa dhala namaa sarbuun rakkoo ulfaataa ilma namaarraan gahaa jira! (SQ-Caamsaa13, 2024) Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsoo Araddaa Gaara Abdullaatitti Abbaa Maatii Obbo Iisaa Abdii Ussoo jedhaman dirqamaan Mooraa Leenjii Waraanaa deemuu qabdu jechuun reebicha jajjabaa irratti raawwachuun bifa suuraan mul’atu kanaan miidhaa ulfaataa irraan gahanii jiru. Duulli ilmaan Oromoo Mooraa Leenjii Waraanaatti guuruu kun kan duraa olitti jabaachuudhaan Oromiyaa cufa keessaa Saala, Umurii fi fayyummaa osoo adda hin baasne kan guuraa jiran ta'uu Maddeen SQ bakkoota hedduurraa nuuf mirkaneessaniiru.
Show all...
πŸ‘ 43😭 28😒 14❀ 5πŸ‘€ 1
Dargaggoota Waraanni Abiyyi Maqiitti mana hidhaatii baasee rashane!
Show all...
😒 48πŸ‘ 9πŸ₯° 6
Photo unavailableShow in Telegram
😒 40😭 14πŸ‘ 12❀ 11
Sirni nama nyaataan Abiyyi Oromoo lafarraa daguuguu jabeessee itti fufee jira. (SQ-Caamsaa 04, 2024) Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaa Magaalaa Maqii Ganda Odaa iddoo addaa dhaaba loonii jedhamuun beekkamutti darggaggoota lama ammaaf maqaa isaanii hin argatin, waajjira poolisiitii baasuun haala sukaneessaadhaan ajjeesanii maddeen SQf himani.
Show all...
❀ 20πŸ‘ 10😭 10😒 2
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.