cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Qeerroo Bilisummaa Oromoo

"Ka'i Qeerro!" Follow Us!! Twitter: twitter.com/Qeerroo2011/ Facebook: facebook.com/SQeerroo/ Instagram: instagram.com/Qeerroo2011/ Telegram: t.me/Qeerroo2011/

إظهار المزيد
فنلندا350لم يتم تحديد اللغةالسياسة2 953
مشاركات الإعلانات
18 299
المشتركون
+724 ساعات
+157 أيام
+45030 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Mootummaa Abbaa Irree Abiyyi Ahimed irrattti mormiin eegale. (SQ-Waxabajjii 03, 2024) Murni Abbaa irree Abiyyi Ahimediin durfamu kan Oromoof rifaatuu homaatuu hin qabne, iyyeessota ilmaan Oromoo kuma dhibbaan lakkaawaman maqaa “ijaarsa seeraan alaa” jedhuun karaarratti hambisaa turuu Sagaleen Qeerroo gabaasaa ture. Yaadannoon yeroo dhihoofi haga ammaayyuu itti fufee jiru Hundeeffama Caaseffama haaraa Magaalaa Shaggar jedhamuutiin rakkoo fi dararaa jabaan ilmaan Oromoo irratti adeemaa jiruuf ture salphaa miti. Haaluma kanaan adeemsa diigumsa manaa kana babal’isuun Godina Shawaa Bahaa Magaalaa Adaamaa keessatti adeemsisaa kan turan guyyaa har’a bakka boolloo jedhamutti mormiin jabaan mudachuu maddeen SQf mirkaneessani. Sirna abbaa irree irratti dammaquun fala filannoo hin qabne.
إظهار الكل...
🔥 33👍 30 18🙏 5😭 4
إظهار الكل...
Waayee diroonii Horro Guduruu keessatti kufe jedhamee waan hanga ammaa beeknu

Tibba kana suurriifi viidiyoon dironii Godina Horro Guduruu Wallaggaa ooyiruu keessatti kufee argame jedhame miidiyaa hawaasaarratti qoodamaa jira. Gareen BBC verify, ogeeyyii dhimma meeshaa waraana xiinxalan waliin suuraalee kana kan xiinxale yeroo ta'u, dirooniin kufe kun gosa diroonii waraanaa Turkitti omishamu Baayiraaktar TB2 jedhamu ta'uu akka hin oolle hubateera.

👍 71🙏 39🔥 13 11
إظهار الكل...
Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011) on X

https://t.co/zovcZDFbZe

6.86 MB
👍 62 26🔥 6
Oduu Addaa (SQ-Caamsaa 22, 2024) Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongoroo Ganda Caancoo keessatti Drone n Faashistii Abiy Ahimediin akka Uummata Oromoo fixxuuf bobbaate, boombii hedduu waliin maasii qonnaan bulas keessatti kuftee argamteetti.
إظهار الكل...
35👍 18
Photo unavailableShow in Telegram
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa kaadhimaamtoota haaraa eebbisuun Dirqama itti aanuuf bobbaase. Jaarmiyaa ABO-WBO kaadhimaamtoota leenjii Siyaasaafi Loltummaa Leenjisuun bobbaasa turun beekamaadha. Jaarmiyichi Diinaa Qabsoo Oromoof yaadda ta'uun Fira qabsootti abdii hora jira. Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Gidduu Galeessaa Birgeedii Aduu saafaa Kaadhimaamtoota Haaraa Eebbisuun dirqama itti aanuuf bobbaseera. Eebba Kaadhimaamtoota kana irraatti Itti Aanaan Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa Jaal Jireenyaa Rabbumaa argamuuniru.
إظهار الكل...
👍 89 26
25:31
Video unavailableShow in Telegram
Qophii Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Caamsaa 14, 2024 galgalaatitti dhiyaadha!
إظهار الكل...
128.11 MB
👏 24👍 10 6
Photo unavailableShow in Telegram
Murni gidirsaan PP Mirga namummaa dhala namaa sarbuun rakkoo ulfaataa ilma namaarraan gahaa jira! (SQ-Caamsaa13, 2024) Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsoo Araddaa Gaara Abdullaatitti Abbaa Maatii Obbo Iisaa Abdii Ussoo jedhaman dirqamaan Mooraa Leenjii Waraanaa deemuu qabdu jechuun reebicha jajjabaa irratti raawwachuun bifa suuraan mul’atu kanaan miidhaa ulfaataa irraan gahanii jiru. Duulli ilmaan Oromoo Mooraa Leenjii Waraanaatti guuruu kun kan duraa olitti jabaachuudhaan Oromiyaa cufa keessaa Saala, Umurii fi fayyummaa osoo adda hin baasne kan guuraa jiran ta'uu Maddeen SQ bakkoota hedduurraa nuuf mirkaneessaniiru.
إظهار الكل...
👍 43😭 28😢 14 5👀 1
Dargaggoota Waraanni Abiyyi Maqiitti mana hidhaatii baasee rashane!
إظهار الكل...
😢 48👍 9🥰 6
Photo unavailableShow in Telegram
😢 40😭 14👍 12 11
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.