en
Feedback
Galmo kormoso 👈

Galmo kormoso 👈

Open in Telegram

Oromia Shall be Free

Show more
302
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-1630 days
Posts Archive
🇪🇹🇪🇷Sababoota ijoo hariiroon Ertiraafi itoophiyaa itti laafate keessaa muraasa akkasiin qindeessineera. Kunooti daawwadhaa. 👇👇 https://bbc.in/3GDaEuQ?at_campaign=ws_whatsapp

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Itoophiyaan waraanni Ertiraa ammalleen naannawwan daangaa Itoophiyaa to'atee akka jiruufi sabamoota sukkanneessoo raawwataa jiraachuu ilaalchisee gabaasaaleen bahaa jiraachu Dhaabbata Biyyoota Gamtooman (UN)tti himatte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7l1FnZX

Repost from Afaan Oromo News
JUST IN: Keeniyaatti Mormii farra mootummaa Wiixata kaleessaa gaggeeffame hordofuun waliin walitti bu’iinsa uumameen yoo xiqq
JUST IN: Keeniyaatti Mormii farra mootummaa Wiixata kaleessaa gaggeeffame hordofuun waliin walitti bu’iinsa uumameen yoo xiqqaate namoonni 10 du’an hedduun isaanii madaa’u Komishiniin Mirga Namoomaa Biyyaalessaa Keeniyaa mootummaan hoogganamu beeksiseera. 📰 Gabaasa Guutuuf | Addis Standard

⚖️ Obboo Taayyeen mana murtiitti 'sarbama mirgaa' isaaniifi maatii isaaniirra gahe jedhan dubbatan. Akkasumas haala qabiinsa isaanii ammaarrattis komii dhageessisuu abukaatoon isaanii himaniiru. ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cz9k4ydql5jo?at_campaign=ws_whatsapp

🇰🇪 Biyya ollaa Itoophiyaa kan taate Keeniyaatti har'a muddamatu jira. Daandiin gara magaalaa guddoo geessu cuccufameera. ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cr79lv5zp0do?at_campaign=ws_whatsapp

"Gama #Tigraayitiin Sababaa kamiinuu Waraanni eegalu hin jiru" - Letenaal Jeneraal Taaddasaa Warrada "Waraanni Sababa kamiinuu Tigraay keessatti eegalu hin jiru, wanti ummanni Tigraay barbaadu waan diigame deebisee ijaaruu fi nagaa buusuu dha” jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo naannichaa Lt. Jeneraal Taaddasaa Warrada. “Tigraay keessatti waraanni eegalu hin jiru” kan jedhan Pireezidaantichi, ummanni Tigraay “Qilleensa nagaa amma jiru kana sirnaan akka fayyadamu” waamicha dhiyeessaniiru. Saganticha irratti haasawa kan taasiisan Dura taa’aan Adda Bilisummaa Ummata Tigraay(ABUT) Dabratsiyoon Gabra Mikaa’el (Dr.) gama isaatiin, waraanni filannoo keenya miti jechuun kan dubbatan yoo ta’u, “dhaltoonni Tigraay waraana dhiigaa naannichatti gaggeefame keessatti wareegaman hundi nagaa uummata Tigraay mirkaneessuuf malee waraana itti fufsiisuuf miti.” https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=6520

🇪🇹 TPLF MM Abiyyiif deebii kenne. Dhimma sochii waraanaa, hidhattoota leenjisuufi kaan ka'aniiru. Dhihaadhaa! ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/crmvxlnlpr7o?at_campaign=ws_whatsapp

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Maanguddoon umurii waggaa 108ffaa dhiyeenya kana kabajatan Waaamii Birraatuu, ammalleen ispoortii hojjachuurraa hin sooromne. Du'a qofaatu ispoortii adda nabaasa jedhu. Ofii Waamii Birraatuu eenyudha? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/59I8zsK

Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa badhaasa Artist Andu'aalam Gosaaf kennee ture haqe; Dhiifamas gaafateera Faawundeeshini
Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa badhaasa Artist Andu'aalam Gosaaf kennee ture haqe; Dhiifamas gaafateera Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa sagantaa badhaasa Haacaaluu Hundeessaa marsaa 4ffaa tibbana gaggeeffame irratti Artist Andu'aalam Gosaaf badhaasa kennuusaa "dogoggora" ta'uu ibsuun, badhaasicha haquu beeksiseera. Du'a kaadhimaa isaa shamarree Qananii Addunyaan walqabatee shakkamaa ta'ee ji'oota sadiif hidhaatti erga tureen booda wabiidhaan kan gadhiifame Artist Andu'aalam Gosaa, tibbana Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa badhaafamuu isaa hordofee miidiyaa hawaasaa irratti mormiin gaggeeffamaa ture. Keessattuu sagantaa badhaasicha booda suuraawwan miidhama Qananii Addunyaa agarsiisan bal'inaan qoodamuu hordofee Faawundeeshinichi badhaasa artistichaaf kenne kana akka haqu duula mormii miidiyaa hawaasaa gaggeeffamee tureera. https://www.facebook.com/100072136776579/posts/pfbid02ECc9PWytw7pQjDkwmomX2uXbF4X9yJNV2UY7n3zBfndrSs7QKde9NUvML3YDbrBWl/?app=fbl

+1
Dhugaa #Qanani_Addunyaa Namni Awwalee. Yakkama Hidhaa Basee President Nannoo Oromiyaa Shimelis Abdisa ttii. Akka Gurbaan Hidhameetti Nama itti Eergee Yoo Mootummaa Keenya Deegartee Annatu Hidhaa Sii Basaa Ja'ee Addii Seeneefi Tuure. Akkasitti Du'aa Qanani Addunyaa Du'aa Siyaasa Godhan. Haqa Kee Rabbi Siif Haa Baasu.

Humnoota Tigraay fi hidhattoota ''lafa bilisaa'' ofiin jechuun socho'an gidduutti walitti bu'iinsi mudateera. Walitti bu'iinsi kun akkamiin eegale? https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cp3l7x7gnjpo

'Qaroo Booraanaa' jedhamuun kan beekamu Jaatanii Alii bara 1992 guyyaa har'aa ajjeefame. "Gaaddisi dawoo gosaa waa nurraa cabuu hin malle; Jaatanii Alii Tandhuu biyyeen si dhawuu hin malle," jechuun kan sirbameef Jaatanii Alii eeenyu? 👇🏿 https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57819659?at_campaign=ws_whatsapp

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Badhaasni Haacaaluu Hundeessaa marsaa 4ffaa magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaay-Laayititti har'a Waxabajjii 29, 2025 adeemsifamuu eegaleera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/on8mWO2

Repost from BBC AFAAN OROMOO
Badhaasni Haacaaluu Hundeessaa marsaa 4ffaa magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaay-Laayititti har'a Waxabajjii 29, 2025 adeemsifamuu eegaleera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/on8mWO2

“Randa gamaa moxobiin Bajjii baqaqsuu kooti Shira gantuun dadhabe Qe’ee godaanuu kooti… Shirri yoom dhugaa mootee Yoo waaroo
“Randa gamaa moxobiin Bajjii baqaqsuu kooti Shira gantuun dadhabe Qe’ee godaanuu kooti… Shirri yoom dhugaa mootee Yoo waaroo marte malee Yoo xiqqoo turte malee….” Haacee, erga si dhabnee raatuu taane! Dubbannes, uffannes nurraa bareeduu dide.

“Randa gamaa moxobiin Bajjii baqaqsuu kooti Shira gantuun dadhabe Qe’ee godaanuu kooti… Shirri yoom dhugaa mootee Yoo waaroo
“Randa gamaa moxobiin Bajjii baqaqsuu kooti Shira gantuun dadhabe Qe’ee godaanuu kooti… Shirri yoom dhugaa mootee Yoo waaroo marte malee Yoo xiqqoo turte malee….” Haacee, erga si dhabnee raatuu taane! Dubbannes, uffannes nurraa bareeduu dide.