Afaan Oromo News
Afaan Oromo News š æ Contact : @admiinii_bot Buy ads: https://telega.io/c/AfaanON
Show moreš Analytical overview of Telegram channel Afaan Oromo News
Channel Afaan Oromo News (@afaanon) is an active participant. Currently, the community unites 24 395 subscribers, ranking 9 968 in the News & Media category and 205 in the Finland region.
š Audience metrics and dynamics
Since its creation on Š½ŠµŠ²ŃŠ“омо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 24 395 subscribers.
According to the latest data from 30 July, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -294 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.
š Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
āAfaan Oromo News
š
æ Contact : @admiinii_bot
Buy ads: https://telega.io/c/AfaanONā
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 31 July, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the News & Media category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 29 July | 0 | |||
| 28 July | 0 | |||
| 27 July | 0 | |||
| 26 July | 0 | |||
| 25 July | 0 | |||
| 24 July | 0 | |||
| 23 July | 0 | |||
| 22 July | 0 | |||
| 21 July | 0 | |||
| 20 July | 0 | |||
| 19 July | 0 | |||
| 18 July | 0 | |||
| 17 July | 0 | |||
| 16 July | 0 | |||
| 15 July | +2 | |||
| 14 July | 0 | |||
| 13 July | 0 | |||
| 12 July | 0 | |||
| 11 July | 0 | |||
| 10 July | 0 | |||
| 09 July | 0 | |||
| 08 July | 0 | |||
| 07 July | 0 | |||
| 06 July | 0 | |||
| 05 July | 0 | |||
| 04 July | 0 | |||
| 03 July | 0 | |||
| 02 July | 0 | |||
| 01 July | 0 |
| 2 | Israaāel Soomaaliilaandiif beekamtii biyyummaa kennite
Muummeen Ministiraa Israaāeel Beenjaamiin Neetaaniyaahuu Soomaliilaandiin biyya Riippaabliikaa Walaba taate jechuun Israaāeel beekkamtii akka kenniteef ibsan. Kunis Gaanfa Afriikaatti jijjiirama diiploomaasii guddaa akka taāe himameera.
Neetaaniyaahuun ibsa isaanii harraan, murteen kun kan irra gahame erga Ministirii Alaa Israaāeel Geediyoon Saarfi Pireezidaantiin Somaaliilaandi Abdurraahimaan Mohaammad marii taasisan taāuu ibsan.
Neetaaniyaahuun murteen kun walii galtee Doonaaldi Tiraampi duuka waliin walii mallatteessan kan wal simu taāuus dabalataan ibsaniiru.
Ergaa baga gammaddanii Pireezidaantii Soomaaliilandiif dabarsanii murtee kutannoo fudhatan jedhaniinis ibsa harra kennan kanaan Neetaaniyaahuun Pireezidaanti Abdurraahimaaniin raajeffataniiru. Itti fufuunis Abdurraahimaan Israaāeliin akka daawwatan affeerraa taasisaniifii jiran. | 4 114 |
| 3 | Baankiin Daldalaa Itoophiyaafi Sararri Daandii Xiyyaaraa Itoophiyaa walii galtee liqa birrii biiliyoona digdamii torbaa waliif mallatteessan
Finfinnee, Mudde 24, 2025: Baankiin Daldalaa Itoophiyaa ijaarsa mana jireenyaa hojjettoota Sarara Daandii Xiyyaaraa Itiyoophiyaatiif liqii Birrii biiliyoona 27.8 dhiyeessuuf waliigaltee āseena qabeessaā jedhame mallatteesse.
Waliigaltee kana Mudde 23, 2025 waajjira muummee baankichaatti bakka buāaan Pireezidaantii Baankii Daldalaa Itiyoophiyaafi Itti Aanaa Pireezidaantii hojii raawwachiiftuu Tajaajila Dhaabbilee Obbo Efireem Makuriyaafi Hoj Raawwachiisaan Garee Sarara Daandii Xiyyaaraa Itoophiyaa Obbo Masfin Xaasoo mallatteessaniiru.
Obbo Efireem Makuriyaa baankichi fedhii hawaasaa buāuura godhachuun tajaajila liqii isaa babalāisaa jiraachuu ibsuun, waliigalteen dhaabbilee diinagdee sochoosan gurguddoo lamaan gidduutti taasifame kun kan addaafi seena qabeessa taāuu ibsaniiru. | 4 199 |
| 4 | Finfinfinneetti daandiiwwan keessoo namoota dhuunfaan cufaman banuun jalaqabame
Finfinnee, Mudde 24, 2025: Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Magaalaa Finfinnee, daandiiwwan keessa keessoo dallaadhaan cufamanii turan kaleessa irraa eegalee banuu akka jalqabe beeksise.
Abbaan taayitichaa tarkaanfii kana kan fudhate namoonni dhuunfaa daandii keessa keessoo magaalattii cufanii turan Mudde 4, 2018 irraa eegalee guyyootan torbaan walitti aanaan keessatti akka banan ajaja dabarsuu hordofeeti. Kanaanis namoota ajajicha osoo hin fudhatin hafan irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.
Itti Gaafatamaan Garee Bulchiinsa Daandii Kibba Magaalaa Finfinnee Injinar Bilisummaa Bayeechaa, daandii keessa keessoo namoota dhuunfaa cufamuun mirga buāuura hawaasni daandii itti fayyadamuuf qabu kan ugguruufi sochii tiraafikaa kan jeequudha jedhan.
Kanaaf, kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaalittii Aanaa 7, Waldaa Qaallitii Gabriāeel dugda duuba qaamotni daandii keessa keessoo dallaadhaan cufan dallaa akka buqqisan...... | 3 638 |
| 5 | āKaāumsi mindaa gadaanaan kan maatii jiraachisuu dandeessisu taāee akka murtaaāuuf hojjetamaa jiraā
- Obbo Dirribsaa Laggasaa;
Pirezidaantii Ittaanaa Konfedereeshinii Waldaalee Hojjettoota Itoophiyaa
++++++++++++++++++++++++++++
Mudde 15/2018 (Gaazexaa Pilaas):
Itoophiyaatti kaāumsi mindaa gadaanaan dhaabbilee dhuunfaa maatii jiraachisuu kan dandaāu akka taāuuf hojjetamaa jiraachuu Konfedereeshiniin Waldaalee Hojjettoota Itoophiyaa beeksise.
Keessattuu kaāumsi mindaa gadaanaan seeraan murtaaāe jiraachuu dhabuun jireenya hojjettoota dhaabbilee dhuunfaarratti dhiibbaa uumaa jiraachuun ibsameera.
Rakkinicha furuufis qaamolee qooda fudhattootaa waliin hojiileen garagaraa hojjetamaa jiru jedhameera.
Pirezidaantii Ittaanaan konfedereeshinichaa Obbo Dirribsaa Laggasaa akka ibsanitti waggoota hedduuf mindaan kaāumsaa dhaabbilee dhuunfaa otoo hinmurtaaāin tureera.
Yeroo ammaa rakkoo kana furuufi boordii mindaa kaāumsaa murteessu hundeessuuf qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu... | 3 450 |
| 6 | Baankiin Zeeniit damee isaa Itiyoophiyaatti banuuf fedhii akka qabu ibse
Finfinnee, Mudde 18, 2025: Baankiin Zeenit Itoophiyaa keessatti damee banuun, investimentii jalqabuuf fedhii cimaa akka qabu ibse. Koomishiniin Investimentii Ityoophiyaa fi bakka buāootni Baankii Zeeniit harra marii taasisuu Koomishiinichi ifomseera.
Itti aanaan Komishinara Komishinii Investimentii Ityoophiyaa, Obbo Zinaabuu Yirgaa, Itiyoophiyaan dhaabbilee faayinaansii idil-addunyaa simachuuf qophii taāuu ishee ibsaniiru.
Bakka buāaan Baankii Zeeniit Obbo Oluqayode Akinbinu, gama isaaniin, haaromsa damee faayinaansii fi tajaajila baankii dhiyoo kana taasifameen gabaa Itiyoophiyaa keessatti investimentii gochuuf fedhii akka qaban ibsaniiru.
Baankiin Zeeniit Naayijeeriyaa keessatti dhaabbilee tajaajila faayinaansii kennan wateren hangafa keessaa tokko taāuun kan humane taāu, Afrikaa fi addunyaa irratti tajaajila faayinaansii adda addaa kenna. Komishiniin Investimentii Ityoophiyaas adeemsa investimentii kana deeggaruuf qooda ... | 5 402 |
| 7 | Itoophiyaan biqiltuu zayitiif oolu shiyaa batar (Shea butter) qabaattus ittifayyadamaa hinjirtu
ā+++++++++++++++++++++
ā
āMudde 3/2018(Gaazexaa Pilaas): Itoophiyaan biqiltuu nyaataafi dibataaf oolu "shiyaa batar" jedhamu qabaattus ittifayyadamaa akka hinjirre Inistitiyuutiin Baayoofi Imarjiingi Teknoloojii beeksise.
ā
āQorataafi Daarektarri Olaanaan inistitiyuutichaa Pirofeesar Kaasaahun Tasfaayee, Itoophiyaan qabeenyota uumamaashee qorattee ittifayyadamuun dinagdeeshee guddisuu qabdi jedhaniiru.
āItoophiyaan iddoo argama biqiltuu uumamaa shiyaa bataritti kan argamtu ta'us eeraniiru.
ā
āBiqiltuun kun Naannoo Gaambeellaatti heddumminaan akka argamu eeranii; ummanni mala aadaan dibannaawwan faayaafi nyaataaf ittifayyadamaa jiraachuu himaniiru.
āAkka biyyaatti garuu biqiltuu kanatti sirnaan fayyadamaa hinjirru jedhaniiru.
ā
āIddoowwan tokko tokkotti muka biqiltuu "shiyaa batar" muruun iddicha qonna saliixiif oolchuun akka mul'atus eeraniiru. | 6 314 |
| 8 | Humna qilleensaa daangaa Itoophiyaa eeguu danda'u horanneerra
+++++++++++++++++++++
Sadaasa 30/2018 (Gaazexaa Pilaas): Humna daangaa qilleensaa Itoophiyaa eeguu danda'u horachuu Humni Qilleensaa Itoophiyaa beeksise.
Ajajaa Ittaanaan Humna Qilleensaa Itoophiyaa Birgaader Jeneraal Masarat Geetaachoo Gaazexaa Pilaasitti akka himanitti; ergamni ijoon Humna Qilleensaa daanga qilleensaa Itoophiyaa yeroo kamuu, haala kamirraayyuu eeguufi ittisuudha.
Yeroo ammaa mulāata dhaabbatichaa milkeessuuf teknoloojii ergamaafi dirqama mootummaafi biyyaan kennameef raawwachuu dandeessisu hidhachuus ibsaniiru.
Akka Birgaadeer Jeneraal Masarat Geetaachoo jedhanitti; humni Qilleensaa ergama kamuu haala amansiisaa taāeen raawwachuu kan dandaāu, teknoloojii ammayyaa addunyaan irra gahe uumuu, hidhachuufi ittifayyadamuu dandaāuudha.
Humna namaa teknoloojii baachuu, kalaquufi ittifayyadamuu dandaāu horachuurrattis hojjetamaa jiraachuu eeranii; yeroo ammaa teknoloojiiwwan dhuunfachuufi humna ofiitti fayyadamuurra gahamuu himaniiru. | 6 567 |
| 9 | Mootummaan Beeniin loltoota fonqolcha mootummaa gaggeessuuf turan toāachuu ibse
Loltoonni biyyattii Pirezidaantii Beenin Paatriis Taaloon taayitaarraa fonqolchineerra jechaan Televizyinii biyyaattiin labsuun booda, mootummaan Beeniin yaala fonqolchaa kana hambisuu ibse.
Maddeewwan Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Nageenyaa Motummaa Beeniin akka ibsanitti, yaalii fonqolcha mootummaa Beeniin Sambata kaleessaa taasifame hordofee loltoonni hedduun toāannoo jala oolfamuu ibsaniiru.
Pireezidaaanti Taalon Eebla dhufu kana taayitaa biyyattii dabarsanii kennuuf wayita qophaaāaa jirannitti yaaliin fonqolcha mootummaa kun gaggeeffame. Turtii waggaa kudhanii Beeniin gaggeessan keessatti diinagdee biyyattii fooyyaāus, garuu rakkoon nageenyaa kan hammaatee ture jedahmeera.
Dilbata kaleessaas Lotoonni Waraanaa Beeniin walgahuun Koree Waraanaa Lafaahundeeffamaa jedhaman wal gahuun televezyinii biyyattiin Pireezidaanti Taaloon akka taayitaarraa kaafaman murteessineerraa jechuun ibsa kennanii turan. | 5 478 |
| 10 | Galiin Tuuriizimii irraa argamu COVIDiin booda dabaalaa dhufeera:-Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa
Prime Media(Finfinnee)_Sadaasa 27/2018
Biiroon Aadaafi Tuuriizimii Oromiyaa Kabaja Guyyaa Tuuriizimii Addunyaa bara kanaa sababeeffachuun Godina Baalee Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baaleetti daawwannaa taasise.
Daawwannaa kana irratti Itti Aanaa Hoogganaa Biiroo Aadaafi Tuuriizimii Oromiyaafi Hoogganaa Damee Tuuriizimii Obbo Solomon Taammiruu erga mootummaan riifoormii damee kana irratti gaggeessee booda galiin damee tuuriizimii irraa argamu haalaan dabalaa jira jedhan.
Mootummaan diinagdee biyya utubuuf diinagdee gooroo shanan xiyyeeffannoo kennuun hojii hojjechaa jiru keessaa dameen tuuriizimii isa tokko ta'uu himanii, jijjiiramaan booda xiyyeeffannoo damee kanaaf kennamee hojjetamaa jiruun Erga COVID-19 abdiin guddaan akka jiruufi galiiin damee kana argames dabaluu dubbataniiru. | 4 872 |
| 11 | āItoophiyaan ittifayyadama Artifiishaal Italajansiitiin jalqabbii gaariirra jirtiā
- Kaabiilaa Hayilee Sobbooqaa (Ogeessa āAIā)
***
Gaazexaa Bariisaa
Finfinnee: Artifiishaal Italajansii (āAIā) hojii salphisuu, yeroofi humna namaa qusachuun tajaajiloota siāataafi qulqullina qabu kennuufi jireenya hawaasaa mijeessuu keessatti gumaacha olaanaa qabaata.
Biyyoonni guddatan kanneen akka Ameerikaa, Chaayinaafi Awurooppaa teknolojichatti fayyadamaa jiraachuufi Itoophiyaatti jalqabbii gaariirratti akka argamu ogeessi āAIā Kaabiilaa Hayilee ibse.
Yunivarsitii āTexasātti AIn digrii sadaffaa barachaa kan jiru Dargaggoo Kaabiilaan ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaaf kenneen Itoophiyaatti ittifayyadamni teknolojichaa jalqabbii gaariirra jiraachuuu ibseera. AI sektaroota gara garaa mootummaatti tajaajila kennaa jiraachuus eereera.
Teknolojicha namoota barataniifi magaalota guguddoo keessa jiraatan muraasni fayyadamaa waan jiraniif babalāisasaarratti hojii baayāeen makka hafus dubbateera. | 3 920 |
| 12 | Humni Ibsaa Itiyoophiyaa ji'oota Arfan darban galii Doolaara Miiliyoona Afurii ol aragachuu ibse
Finfinnee, Mudde 06, 2025: Bara baajataa 2018 ji'oota arfan darbanitti gurgurtaa humna ibsaa Keeniyaa, Jibuutii fi Taanzaaniyaa irraa galii Doolaara miiliyoona 46.8 argachuu Humni Ibsaa Itiyoophiyaa beeksise.
Daarektarri Komunikeeshinii dhaabbatichaa, Mogos Mokonnon, Tajaajila Oduu Itoophiyaaf, galiin kun kan karoorfame irraa dhibbeentaa 25 'ol caalmaa akka qabu ibsani.
Dhaabbatichi humni ibsaa oomishamu kun adda durummaan Tajaajila Humna Ibsaa Itiyoophiyaa, indaastiriiwwan anniisaa baayāee barbaadan, Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutii fi dhaabbilee damee albuudaa irratti bobbaāaniifi doolaaraan kaffaltii raawwataniif akka dhiyeessu akeekeera.
Humni Elektirikii Ityoophiyaa dandeettii humna buufataalee raabsa anniisaa guddisuufi maamiltoota hedduu keessummeessuu, bantuufi cuftuu' toāannoo jijjiiru, tiraansifoormaroota haaraa fi dandeettii guddaa qaban bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuus ibseera. | 5 196 |
| 13 | Ministirri Muummee Abiy Ahimad Maarkoo Ruubiyoo waliin bilbilan mariāatan
Finfinnee, Mudde 04, 2025: Ministirri Dhimma Alaa Yuunayitid Isteetis Maarkoo Ruubiyoo roobii kaleessaa dhimmoota garagaraa irratti Muummee Ministiraa Itoophiyaa waliin marāiachuu beeksise.Taāus dhimmoota ijoo keessoo Itoophiyaa irratti wanti dubbatame balinaan hin ibsamne.
Akka ibsi Ministeera Dhimma Alaa irraa bahe mullisutti, Ameerikaafi Itoophiyaan Naannoofi gaanfa Afrikaatti nagaafi tasgabbii ummuuf walii galuu isaanii qofa irratti mariāachuutu ibsame. Taāus marii isaanii keessatti rakkoowwan ijoo akka bulchiinsa keessoo Itoophiyaa, yaaddoo waldhabdee siyaasaa, garagaarsa namoomaa ilaalchisee wanti ibsame tokkolleen hin jiru.
Dhimma kanaan wali qabate hanga oduun kuni qindaaāetti gama Waajjira Muummicha Ministeeraa irraa ibsi kenname hin jiru. | 6 046 |
| 14 | #Ad
ā X Tunnel Pro VPN: Surf smart, stay safe! Unblock content & secure your privacy. š
ā Sponsored Ad | #Adstelo | 1 |
| 15 | Ameerikaan Eertiraa, Somaaliyaafi Sudaan dabalatee lammilee biyyattii dhalattoota biyyoota Afriikaa kudhan taāan eyyami jireenyaa isaanii akka qoratamu beeksifte
Finfinnee, Mudde 02, 2025: Haleellaa Sadaasa 26, 2025, loltoota Eegdota Biyyaalessaa Ameerikaa, Washington D.C keessatti raawwatame hordofuun eyyamni jireenyaa lammilee Ameerikaa kan dhalooteen isaanii biyyoota adda fooāama 19rraa taāuun himame akka qoratamu ibsame. Dhalattoota lammilee biyyoottan kanneen keessa Somaaliyaa, Eertiraafi Sudaan dabalatee biyyoonni Afrikaa 10 akka keessatti argamanis himameera.
Bulchiinsi Pireezidaanti Tiraampi tarkaanfii kana akka fudhatu kan beeksise, erga namni lammii Afgaanistaan kan umrii 29 kan duraan humnoota U.S. waliin Afgaanistaan keessatti hojjate dhimma kan keessa harkaa qabachuun shakkameen boodadha. | 6 379 |
| 16 | Buufanni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu aviyeeshinii Afrikaa ni jijjiira jedhame
Giddugala imalaa Itoophiyaafi Ardii Afrikaa ta'a jedhamee abdatamuun ijaaramaa kan jiru buufanni xiyyaarichaa, gaafa goolabametti aviyeeshinii ardii Afrikaa akka jijjiiruu dandaāu himama.
Buufanni Xiyyaaraa Bishooftuu ijaaramu kun dhiibbaa Buufata Xiyyaaraa Boolee irra akka hirāisuufi gaāee Itoophiyaan geejjiba qilleensaa ardii Afrikaafi addunyaa keessatti qabdu akka cimsus abdatameera.
Handhuura biyyatti Finfinnee irraa naannoo kiilomeetira 40 kan fagaatu buufanni xiyyaaraa kun, ijaarsi isaa saffisaa jiraachuu Gaazexaan Naayijeeriyaa āTHISDAYā gabaase.
Ijaarsi piroojeektii kanaa marsaan kan raawwatu taāuu kan eere Gaazexaan kun, adaduma imaltoonni baayāataniin akka babalāatu ibse. | 5 668 |
| 17 | Baankiin Istaandaardi Itoophiyaatti irra deebiin eeyyyama haaraa argachuun himame
Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa Waajjira Bakka Buāaa Baankii Istaandardiif eeyyama haaraa irra deebiāiin kennuufi beeksise. Kunis labsii Baankii biyyaleessa Itoophiyaa haaraa fooyyaāe jalatti dhaabbata biyya alaa eeyyama argate keessa isaa jalqabaa akka taāe himameera.
Baankichi Ibsa harāa waaree booda baaseen, eeyyama baankichaafi kennuu ibsuu kun immo āerga qajeelfamni haaraan bahe isaa jalqabaāā taāuu yaadachiseera. Kanaanis, toāannoon waajjiraalee bakka buāummaa baankota biyya alaa guutummaatti baankii Biyyaaleessa jalati kan bulani taāuutu eerame.
Akka Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa jedhutti labsiin haaraan fooyyaāe kun eeyyamafi toāannoo Waajjira bakka buāaa Baankii biyya alaa taāaan kallattiin bulchuuf kan raggaāee taāus dabalee ibseera.
āBaankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa waajjiraalee bakka buāoota baankota biyya alaa kanaan dura eeyyama kennuf aangoo kan qabu Ministeera Daldalaa fi Walitti hidhaaminsa Naannoo taāuu ibsuun amma erga labsiin irraa deebiin bahee as eeyyama argachuu akka eegaleā ibseera. Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa iyyannoowwan haaraa dhiyaatanis buāuura labsii haaromfame irratti hundaāuun gamaggamaa jiraachuu baankichi ifoomseera.
Akka Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa jedhutti, Waajjiraaleen Bakka Buāootaa kunneen wiirtuu qunnamtii fi daldalaatti ciminaan kan hojjatan, qorannoo gabaa gaggeessuufi hariiroo dhaabbilee cimsuufi kan tajaajilan yoo taāanis, garuu tajaajila daddabarsaa maalaqa raawwachuufi eeyyama kan hin qabne taāu ibseera. | 6 485 |
| 18 | No text... | 5 116 |
| 19 | Baankiin Chaayinaa ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuuf Doolaara Miiliyoona 500 akka dhiyeessu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2025: Ijaarsa Buufata Xiyyaara Idil - Addunyaa Bishooftuutti ijaaramuuf kan oolu Doolaara Miiliyoona 500 akka dhiyeessu Baankiin Chaayinaa tokko ibsuu, Sararri Daandii Xiyyaaraa Itoophiyaa ibse. Obbo Masfin Xaasoo, Hoji Gaggeessaan Sarara Daandii Xiyyaaraa Itoophiyaa wal gahii Invastimantii Afriikaa Moorookoo Raabaatitti gaggeeffamaa jiru irratti ifoomsaniiru. Obbo Masfin baankiin maallaqa kana akka dhiyeessu ibse kam akka taāe kan hin ibsine yoo taāan, haalli kun garuu hojii ijaarsa buufata xiyyaaraa kanaaf baayyee murteessaadha jedhan. | 6 616 |
| 20 | Hafteen qaama namaa waggaa miliyoona 3.4 qabu argame
++++++++++++++++++++++
Sadaasa 18/2018(Gaazexaa Pilaas): Hafteen qaama namaa umrii waggaa miliyoona 3.4 qabu qorannoon argamuu Abbaan Taayitaa Hambaalee Itoophiyaa beeksise.
Argannicha kan beeksisan qorataan Yunivarsitii Isteetii Arizoonaa Piroofeesar Yohaannis Hayilasillaasee, hafteen qaama namaa haaraan Naannoo Affaaritti argame kun umriinsaa waggaa miliyoona 3.4 yoo ta'u, dhala namaa bara Luusiin turte jiraachaa ture agarsiisa.
Argannichi kan ifoome Naannoo Affaar, naannawa Warransa Millee jedhamutti waggoota 22f qorannoo balāaa erga gaggeeffamee booda taāuu himaniiru.
Hafteen argame kun adeemsa argannoo namaa keessatti kaāumsa sanyii namaa Itoophiyaa kan mirkaneessu taāuu ibsaniiru.
Argannoon kun Luusitti dhiyoo ta'uusaatiin "Fira dhiyoo Luusii" jedhamee moggaafamuu dubbataniiru. | 5 500 |
