Haftuu Production
Open in Telegram
๐ Faaruuwwan mana Adiveentistii duraan qindaa'aniifi haarawaa ba'an bakka tokkotti isiniif qoodna! Youtube Link: https://youtube.com/channel/UC9lYFfK1Ejctk-bL4o2MmUQ Nu quunnamuuf: @faaruuadiveentistii / @Od_sda
Show more9 548
Subscribers
+1524 hours
+1057 days
+12930 days
Posts Archive
9 548
๐ ODUU GAMMACHIISAA ๐ข
KOOYYEE FACCEE FI NAANNOO ISHEETTI KAN ARGAMTAN HUNDUMAAF!
๐ซSagantaa Hafuuraa Addaa Kanaaf Kabaja Guddaan Afeeramtanii Jirtu!
@haftuuproduction
9 548
"BAKKA RAKASAA IRRAA FAGAATU!"
๐ค Bakki rakasaa eessa?
๐ค Akkamittisimmoo irraa fagaatama?
๐ค Waa'ee kanaa sagaleen Waaqayyoo maal jedha?
Deebii isaa ergaa kana keessatti argattu!
Seenaatii irraa baradhaa hiriyoota keessaniifis qooduun itti afeeraa!
Ergaan sagalee Waaqayyoo akkas nama eebbisan torban torbaniin karaa toora kanaa, jechuunis #Girmaye_Bayisa_Official kan isin biraan ga'aa turaniifi isin biraan ga'uus itti fufan ta'a.
Isin hin darbin!๐
https://youtu.be/QD17FyilWD8?si=VZvsfT7WYX0lpHHw
9 548
๐ฌ Gurmuun #PCM Yuunivarsitii #WARAABEE faaruu haarawaa heedduu nama eebbisu, suur-sagalee qulqullina ajaa'ibaa qabuun, Mat-duree "GADDI DACHEE" jedhuun qabatanii dhiyaatanii jiru.
๐ https://youtu.be/YGk-nhYJ6FE?si=XJCnyFoyHwCvB6_M
Ittiin eebbifamuun hiriyoota keessaniifis qoodaa!๐
@haftuuproduction
9 548
GADI LAKKIFAMEERA! ๐ฅ
#AYIIM_SI_GAAFATA!
๐ By: Bedasa(Mamush) Wondimu
๐ฌ Presented by: Bedasa Wondimu Official
๐น Music Arrangement: Dawit Mitiku (Dave Studio)
https://youtu.be/4Woo16aPQ-0?feature=shared
#likee, #subsribe akkasumas #share gochuun jabeessuu hin dagatinaa!
AYYAANNI ISINIIF HAA BAAYYATU!๐
@haftuuproduction
9 548
Repost from GYC Ethiopia (generation youth for Christ)
HAR'A GALGALA SA'A 2:00tti eegala
โโSagantaan konfiraansii hafuuraa Marsaa 3ffaa RAY Ministry guyyaa har'aa jechuunis galgala sa'a 2 tti waan eegaluuf, eebba guddaa kana of hin dabarsiina!
โHiriyyoota keessan itti affeeraaa
โ
โแ แญแธ แก แฅแณ แข แจแฎแ แก แฉแ แก แจแฎ แก แแแฐแฆ แข
โEfe 5:16( BARICHA BITAA YEROON KUN YEROO HAMAADHAHOO)
โ
โGuyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa!โโ Efe. 5:16
โ
โโRedeeming the time, because the days are evil.โEphesians 5:16 (KJV)
โ
โโแแแน แญแแแฝ แแธแแ แแแแ แแแขโ แคแแถแ 5แฅ16
โ
โLafa nagaa oolaa, wal argaan galgala sa'a 2 irratti
โJOIN NOW
โ๐๐
โhttps://t.me/RAYministry
Available now! Telegram Research 2025 โ the year's key insights 
