uz
Feedback
Haftuu Production

Haftuu Production

Kanalga Telegram’da o‘tish

🎙 Faaruuwwan mana Adiveentistii duraan qindaa'aniifi haarawaa ba'an bakka tokkotti isiniif qoodna! Youtube Link: https://youtube.com/channel/UC9lYFfK1Ejctk-bL4o2MmUQ Nu quunnamuuf: @faaruuadiveentistii / @Od_sda

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali Haftuu Production analitikasi

Haftuu Production (@haftuuproduction) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 10 314 obunachidan iborat bo'lib, Din & Maʼnaviyat toifasida 8 738-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 3 222-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 10 314 obunachiga ega bo‘ldi.

24 Sentabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 241 ga, so‘nggi 24 soatda esa 5 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 20.04% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 6.22% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 2 067 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 642 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 16 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“🎙 Faaruuwwan mana Adiveentistii duraan qindaa'aniifi haarawaa ba'an bakka tokkotti isiniif qoodna! Youtube Link: https://youtube.com/channel/UC9lYFfK1Ejctk-bL4o2MmUQ Nu quunnamuuf: @faaruuadiveentistii / @Od_sda”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 25 Sentabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Din & Maʼnaviyat toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

10 314
Obunachilar
+524 soatlar
+487 kun
+24130 kun
Postlar arxiv
✝️ “Huursaa bishaan baay'ee surraa qabu caalaa, dha'aa galaanaa isa humnaan wal rukutu caalaas, Waaqayyo inni hundumaa gararr
✝️ “Huursaa bishaan baay'ee surraa qabu caalaa, dha'aa galaanaa isa humnaan wal rukutu caalaas, Waaqayyo inni hundumaa gararraa jiru surra-qabeessa!” — Far. 93:4
Maatiin Haftuu martuu baga guyyaa isa eebbifamaafi qulqulla'aa Sanbata Gooftaa keenya Yesuus Kristoos nagaan geessan! 🎉 #SANBATA_GAARII🙌 🌟 Saxaxni: @haftuu_graphics

Gadi lakkifameera!🔥 ''Isin Soogidda Biyya Lafaati'' 🎶 By: Singer Bonaa Lamiso 📲 Presented by: Christian Media(SDA) 🎹 Music Arrangement: Abenezer Mengistu 🎬 Produced by: Basliel Film Production 👉🏾 https://youtu.be/g9wgujLr9mY?si=h-eWGcVXaSWmrEC- ITTIIN EEBBIFAMAA!🙌 Namootaafis qooduun ga'ee keessan ba'aa. @haftuuproduction

GALAANA-FAARUU-SDA.apk3.19 MB

📱 GALAANA FAARUU SDA 🎶 Faaruu Afaan Oromoo fi Amaariffaan walitti fiduuf kan qophaa’e app haaraa.Waldoota hedduu irraa giddu galeeffatee kan qophaa'ee fi barattoota Universityfillee kan caalmaatti mijatu, GALAANA FAARUU SDA-Apk 🙏 Yeroo kamiyyuu faaruuwwan jaallattu argachuu fi dubbisuuf 📖 Faaruuwwan karaa salphaa fi qindaa’een itti fayyadamuuf 📝 Yaadannoo dhuunfaa kee barreessuu fi kuusuu 🌙 Dark Mode fayyadamuuf 🏫 SDA Social Network keessatti manneen barumsaa, kolleejjota, yunivarsiitiiwwan, hospitaalota fi kilinikoota SDA beekamoo argachuuf ⛪ Odeeffannoo fi qabeenyaalee hawaasa SDA waliin wal qunnamsiisuuf ✨ Qabiyyee isaa keessaa: 🎵 Faaruuwwan Afaan Oromoo 140 🎵 Faaruuwwan Afaan Amaaraa 50 🔍 Search 📝 Yaadannoo Koo 🌙 Dark/Light Mode 🏫 SDA Social Network 💚 Kaayyoon app kanaa faaruu fi quunnamtiiwwan Garaa garaa qabeenya SDA guyyaa guyyaa keessatti kan dhiyeessu ta'a. 📲GALAANA FAARUU SDA 🙏 App kana fayyadamaa, hiriyoota keessaniifis qoodaa. 💚🎶 Waaqayyo isin haa eebbisu!

🚨 "Dhibeen bellama hin qabatu "! 🚨 Gareen Of- Qopheessitoota duula hafuuraa sagantaa yaa’ii guddaa Telegram irratti qophees
🚨 "Dhibeen bellama hin qabatu "! 🚨 Gareen Of- Qopheessitoota duula hafuuraa sagantaa yaa’ii guddaa Telegram irratti qopheessee jira. "Sagantaan kunis kan ilaallatu da'ima keenya Toleraa Alamuutiin wal qabata. Guyyaa sana kadhannaan addaa ni taasifamaaf; guyyaa gaafa Fulbaana 17, bara 2019 E.C (yookiin September 27, 2026 G.C) karaa toora Telegramii garee Of-qopheessitootaa irratti galgala keessaa sa'aatii 2:00 irratti. Tajaajila fayyinaa mata-duree isaa “Ati kan fayyiftu, kottu!” jedhuun. Tajaajila lallabaa, faarfannaa, akkasumas kadhannaadhaan akkuma suuraa armaan olii irratti argamutti, daa'ima kana GOOFTAA dura nuuf dhiheessu. Kanaaf, gaafa sana waamicha Toleraa Alamuutiif dhiyaate irratti argamnee, waan qabnuun (kadhannaas ta'ee gargaarsaan) tumsa gochuudhaaf walii beellamneerra. Dhibeen isin hin argatin, duddu dudaan keessan hin dhibamin kadhannaa kooti. 🔗 Liinkii Garee: https://t.me/GOQDH7

Dachaane! Akkam jirtu marti keessanuu badhaadha jirtuu? Har'a mee nama tokkoon wol isin barsiifnaa... Shamarreen suuraa armaa
Dachaane! Akkam jirtu marti keessanuu badhaadha jirtuu? Har'a mee nama tokkoon wol isin barsiifnaa... Shamarreen suuraa armaan gadii irratti argitan tun Daraartuu Tusaa jedhamti. Maallaataa cinaan keessan beekuu dandeettu. Shamarreen tun umrii dargaggummaa kanatti tajaajiltuu fi sagalee kiilolee isheetiin waaqa ishee faarfachuun beekamti, kana dura faarfannaa qeenxee lamaa bifa suur-sagaleetiin nu biraan geettee jirti. Maarree amma immo lafaa dhuftuun tun ammas dandeettii fi humna ufii dabaltee gara albamaatti ol guddifteet, albama mata dureen isaa "Nan deema addaan hin kutu" jedhuun dhufaa jiraa nuun jedhaa jirti. Maarre nullee haal-duree hundaa xumurreet sirna guyyaa itti gooneerra! Kanaaf jaalattoonni faaruu fi worroonni hojii waaqaatiif kutannoon hojitti jirtan martuu gaafa guyyaa fulbaanaa 24/2019 ykn October 4/2026 wol argaan keenna toora telegiraamaa garee wolitti qabamiinsa keenya haa cimsinuu irratti haa ta'u! Waandhi nama guyyichaa nu haa taasisu, woliifis qoodaa! https://t.me/a7d1y

🎵 Gurmuu faarfattoota W/A/G/7ffaa Kicheeti. Faaruu qeenxee tokko qabatanii dhiyaatanii jiru. Yeroo dhiyoottis faaruuwwan suur-sagalee eebbaan guutan lama nuuf qabatanii dhiyaachuuf adeemsa irra kan jiranidha. Ittiin eebbifamaa!🙏 @haftuuproduction

C O M I N G S O O N🔜 🎶 F/ttuu Siccaalee Tasfaayee jedhamti. W/A/G/7ffaa Dirree-Burraayyuu irraa. Armaan dura faaruuwwan baa
C O M I N G S O O N🔜 🎶 F/ttuu Siccaalee Tasfaayee jedhamti. W/A/G/7ffaa Dirree-Burraayyuu irraa. Armaan dura faaruuwwan baayyee keenyaaf eebba ta'an, Qabee guutuun akkasumas bifa suur-sagaleetiin mat-duree "MISIRAACHOO" jedhuun F/taa Badhaasaa Firrisaa(Abbaa Warraa) walin ta'uun nu biraan ga'uun isaanii yaadannoo yeroo dhiyooti. Yeroo amma kanas Siccaaleen faaruu qeenxee ajaa'ibaa tokko nuuf qabattee dhiyaachaa jirti. Fuuldurattis hojiiwwan adda addaan dhufuuf karoora qabu. Maarree nus hojiiwwan kunneen dafanii akka nu biraan ba'aniif, #seensiftuu #youtube isaanii asii gaditti isiniif keenyu kana ammuma seenuun maatii ta'aa. 🟣 https://www.youtube.com/@bedasafirisa77 Waan abboomamtaniif ulfaadhaa! @haftuuproduction

Repost from SOG Production
BARNOOTA 13FFAA AYYAANA, JAALALAA FI TOKKUMMAA
Fulbaana 19-25 SANBATA WAAREE BOODA
https://t.me/sogproduction/3024
JALQABA TORBANII Fulbaana 20 Ayyaana Yesus
https://t.me/sogproduction/3027
WIIXATA Fulbaana 21 Jaalala Waaqayyoo
https://t.me/sogproduction/3031
KIBXATA Fulbaana 22 Waaqa Jaalalaa
https://t.me/sogproduction/3036 #Yaa_nama_koo_ani_nama_atis_isumaa_innis_isheenis_sanumaa_nuu_martuu_kanumaa. #HALKAAN_GAARII_QABAADHA. @sogproduction https://www.youtube.com/@SOGProduction1D).

2. MAT-DUREEWWAN AKKAMII IRRATTI SAGANTAAWWAN ADDAA KANA AKKA ISINIIF DHIYEESSINU BARBAADDU? 3. SAGANTAAWWAN DARBAN IRRAA YEROO ITTI AANUTTI MAAL AKKA FOOYYESSINU BARBAADDU? Yaada keessan: 📩 @KuusaaFaaruuAdiveentistii 📩 @FaaruuAdiveentistii yks 📥 Karaa #direct_message nu qaqqabsiisuu ni dandeessu. AYYAANA BAAYYEE! 🙌 @haftuuproduction

1. TURTII YEROO AMMAMIIN AKKA ISINIIF DHIYEESSINU BARBAADDU?
Anonymous voting

SAANDUQA YAADAA BANAA! Nagaan Gooftaa keenya Yesus Kristoos hunduma keessaniif haa baayyatu! Akkuma beekamu yeroo darbe #Haftuu_Production, Tajaajila Wangeelaa #Soogiddaa(Soogidda Ministry) waliin ta'uun sagantaa kadhata Qaammee addaa bifa bareedaa ta'een geggeessuun keenya ni yaadatama. Sagantaa namoota baayyeefis eebba ta'e ture. Sagantaa kana booda akkasumas ammoon armaan dura faaruuwwan qooduun alatti, yeroowwan adda addaatti sagantaawwan hafuuraa akkanaa heedduu toora kana gubbaa irratti geggeessaa yeroo turre yaadotni irra deddeebiin nuuf dhiyaachaa turan sagantaa dhaabbataa hundumaaf eebba ta'u, mat-dureewwan adda addaa irratti, keessummoota adda addaa afeerree akka dhiyeessuu qabnu nuuf dhiyaachaa turaniiru. Maarree nus yaada keessan kana giddu-galeessa godhachuun, 'Tajaajila Wangeelaa Soogiddaa' waliin ta'uun sagantaa walitti fufaa geggeessuuf murteessinee jiraachuu keenya yeroo isin beeksifnu gammachuu guddaani. Akkaatuma murtee keenya kanaan immoon, isin hordoftoota keenya irraa yaadota galtee tokko tokko fudhachuu barbaanna. Yaadni keessan sagantaawwan keenya fuulduraatti qabaachuuf deemnu kanaaf baayyee nu barbaachisa, galtee guddaadha. Kanaaf isinis yaada keessan akkaatuma armaan gaditti isiniif dhiyeessinee jirruun akka nuuf dhiyeessitaniif jaalala Gooftaan isin gaafachuu barbaanna! Waan abboomamtaniif guddaa eebbifamaa!🙏🏽 SANBATA GAARII 🎉 @haftuuproduction