Haftuu Production
Відкрити в Telegram
🎙 Faaruuwwan mana Adiveentistii duraan qindaa'aniifi haarawaa ba'an bakka tokkotti isiniif qoodna! Youtube Link: https://youtube.com/channel/UC9lYFfK1Ejctk-bL4o2MmUQ Nu quunnamuuf: @faaruuadiveentistii / @Od_sda
Показати більше9 548
Підписники
+1524 години
+1057 днів
+12930 день
Архів дописів
9 548
🌟 ODUU GAMMACHIISAA 📢
KOOYYEE FACCEE FI NAANNOO ISHEETTI KAN ARGAMTAN HUNDUMAAF!
💫Sagantaa Hafuuraa Addaa Kanaaf Kabaja Guddaan Afeeramtanii Jirtu!
@haftuuproduction
9 548
"BAKKA RAKASAA IRRAA FAGAATU!"
🤔 Bakki rakasaa eessa?
🤔 Akkamittisimmoo irraa fagaatama?
🤔 Waa'ee kanaa sagaleen Waaqayyoo maal jedha?
Deebii isaa ergaa kana keessatti argattu!
Seenaatii irraa baradhaa hiriyoota keessaniifis qooduun itti afeeraa!
Ergaan sagalee Waaqayyoo akkas nama eebbisan torban torbaniin karaa toora kanaa, jechuunis #Girmaye_Bayisa_Official kan isin biraan ga'aa turaniifi isin biraan ga'uus itti fufan ta'a.
Isin hin darbin!📍
https://youtu.be/QD17FyilWD8?si=VZvsfT7WYX0lpHHw
9 548
🎬 Gurmuun #PCM Yuunivarsitii #WARAABEE faaruu haarawaa heedduu nama eebbisu, suur-sagalee qulqullina ajaa'ibaa qabuun, Mat-duree "GADDI DACHEE" jedhuun qabatanii dhiyaatanii jiru.
📎 https://youtu.be/YGk-nhYJ6FE?si=XJCnyFoyHwCvB6_M
Ittiin eebbifamuun hiriyoota keessaniifis qoodaa!🙏
@haftuuproduction
9 548
GADI LAKKIFAMEERA! 🔥
#AYIIM_SI_GAAFATA!
🎙 By: Bedasa(Mamush) Wondimu
🎬 Presented by: Bedasa Wondimu Official
🎹 Music Arrangement: Dawit Mitiku (Dave Studio)
https://youtu.be/4Woo16aPQ-0?feature=shared
#likee, #subsribe akkasumas #share gochuun jabeessuu hin dagatinaa!
AYYAANNI ISINIIF HAA BAAYYATU!🙌
@haftuuproduction
9 548
Repost from GYC Ethiopia (generation youth for Christ)
HAR'A GALGALA SA'A 2:00tti eegala
Sagantaan konfiraansii hafuuraa Marsaa 3ffaa RAY Ministry guyyaa har'aa jechuunis galgala sa'a 2 tti waan eegaluuf, eebba guddaa kana of hin dabarsiina!
Hiriyyoota keessan itti affeeraaa
በርቸ ፡ ብታ ። የሮን ፡ ኩን ፡ የሮ ፡ ሀማጰኦ ።
Efe 5:16( BARICHA BITAA YEROON KUN YEROO HAMAADHAHOO)
Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa!”— Efe. 5:16
“Redeeming the time, because the days are evil.”Ephesians 5:16 (KJV)
“ቀኖቹ ክፉዎች ናቸውና ዘመኑን ዋጁ።” ኤፌሶን 5፥16
Lafa nagaa oolaa, wal argaan galgala sa'a 2 irratti
JOIN NOW
👇👇
https://t.me/RAYministry
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
