ch
Feedback
Haftuu Production

Haftuu Production

前往频道在 Telegram

🎙 Faaruuwwan mana Adiveentistii duraan qindaa'aniifi haarawaa ba'an bakka tokkotti isiniif qoodna! Youtube Link: https://youtube.com/channel/UC9lYFfK1Ejctk-bL4o2MmUQ Nu quunnamuuf: @faaruuadiveentistii / @Od_sda

显示更多
9 548
订阅者
+1524 小时
+1057
+12930
帖子存档
🌟 ODUU GAMMACHIISAA 📢 KOOYYEE FACCEE FI NAANNOO ISHEETTI KAN ARGAMTAN HUNDUMAAF! 💫Sagantaa Hafuuraa Addaa Kanaaf Kabaja Gu
🌟 ODUU GAMMACHIISAA 📢 KOOYYEE FACCEE FI NAANNOO ISHEETTI KAN ARGAMTAN HUNDUMAAF! 💫Sagantaa Hafuuraa Addaa Kanaaf Kabaja Guddaan Afeeramtanii Jirtu! @haftuuproduction

"BAKKA RAKASAA IRRAA FAGAATU!" 🤔 Bakki rakasaa eessa? 🤔 Akkamittisimmoo irraa fagaatama? 🤔 Waa'ee kanaa sagaleen Waaqayyoo maal jedha? Deebii isaa ergaa kana keessatti argattu! Seenaatii irraa baradhaa hiriyoota keessaniifis qooduun itti afeeraa! Ergaan sagalee Waaqayyoo akkas nama eebbisan torban torbaniin karaa toora kanaa, jechuunis #Girmaye_Bayisa_Official kan isin biraan ga'aa turaniifi isin biraan ga'uus itti fufan ta'a. Isin hin darbin!📍 https://youtu.be/QD17FyilWD8?si=VZvsfT7WYX0lpHHw

🎬 Gurmuun #PCM Yuunivarsitii #WARAABEE faaruu haarawaa heedduu nama eebbisu, suur-sagalee qulqullina ajaa'ibaa qabuun, Mat-duree "GADDI DACHEE" jedhuun qabatanii dhiyaatanii jiru. 📎 https://youtu.be/YGk-nhYJ6FE?si=XJCnyFoyHwCvB6_M Ittiin eebbifamuun hiriyoota keessaniifis qoodaa!🙏 @haftuuproduction

photo content

GADI LAKKIFAMEERA! 🔥 #AYIIM_SI_GAAFATA! 🎙 By: Bedasa(Mamush) Wondimu 🎬 Presented by: Bedasa Wondimu Official 🎹 Music Arrangement: Dawit Mitiku (Dave Studio) https://youtu.be/4Woo16aPQ-0?feature=shared #likee, #subsribe akkasumas #share gochuun jabeessuu hin dagatinaa! AYYAANNI ISINIIF HAA BAAYYATU!🙌 @haftuuproduction

HAR'A GALGALA SA'A 2:00tti eegala ‌‎Sagantaan konfiraansii hafuuraa Marsaa 3ffaa RAY Ministry guyyaa har'aa jechuunis galgala
HAR'A GALGALA SA'A 2:00tti eegala ‌‎Sagantaan konfiraansii hafuuraa Marsaa 3ffaa RAY Ministry guyyaa har'aa jechuunis galgala sa'a 2 tti waan eegaluuf, eebba guddaa kana of hin dabarsiina! ‎Hiriyyoota keessan itti affeeraaa ‎ ‎በርቸ ፡ ብታ ። የሮን ፡ ኩን ፡ የሮ ፡ ሀማጰኦ ። ‎Efe 5:16( BARICHA BITAA YEROON KUN YEROO HAMAADHAHOO) ‎ ‎Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa!”— Efe. 5:16 ‎ ‎“Redeeming the time, because the days are evil.”Ephesians 5:16 (KJV) ‎ ‎“ቀኖቹ ክፉዎች ናቸውና ዘመኑን ዋጁ።” ኤፌሶን 5፥16 ‎ ‎Lafa nagaa oolaa, wal argaan galgala sa'a 2 irratti ‎JOIN NOW ‎👇👇 ‎https://t.me/RAYministry

📙 Barruu faarfannichaa! @haftuuproduction