Haftuu Production
Open in Telegram
🎙 Faaruuwwan mana Adiveentistii duraan qindaa'aniifi haarawaa ba'an bakka tokkotti isiniif qoodna! Youtube Link: https://youtube.com/channel/UC9lYFfK1Ejctk-bL4o2MmUQ Nu quunnamuuf: @faaruuadiveentistii / @Od_sda
Show more9 827
Subscribers
+224 hours
+637 days
+22530 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '26
July '26
+196
in 4 channels
June '26
+317
in 9 channels
Get PRO
May '26
+155
in 4 channels
Get PRO
April '26
+177
in 3 channels
Get PRO
March '26
+221
in 6 channels
Get PRO
February '26
+208
in 3 channels
Get PRO
January '26
+235
in 6 channels
Get PRO
December '25
+230
in 3 channels
Get PRO
November '25
+245
in 5 channels
Get PRO
October '25
+242
in 5 channels
Get PRO
September '25
+319
in 6 channels
Get PRO
August '25
+250
in 8 channels
Get PRO
July '25
+308
in 5 channels
Get PRO
June '25
+190
in 6 channels
Get PRO
May '25
+228
in 8 channels
Get PRO
April '25
+229
in 8 channels
Get PRO
March '25
+259
in 10 channels
Get PRO
February '25
+250
in 5 channels
Get PRO
January '25
+238
in 4 channels
Get PRO
December '24
+347
in 9 channels
Get PRO
November '24
+207
in 4 channels
Get PRO
October '24
+169
in 5 channels
Get PRO
September '24
+262
in 6 channels
Get PRO
August '24
+227
in 3 channels
Get PRO
July '24
+408
in 4 channels
Get PRO
June '24
+219
in 3 channels
Get PRO
May '24
+265
in 5 channels
Get PRO
April '24
+236
in 3 channels
Get PRO
March '24
+196
in 2 channels
Get PRO
February '24
+166
in 2 channels
Get PRO
January '24
+212
in 3 channels
Get PRO
December '23
+188
in 3 channels
Get PRO
November '23
+187
in 3 channels
Get PRO
October '23
+211
in 3 channels
Get PRO
September '23
+273
in 0 channels
Get PRO
August '23
+133
in 0 channels
Get PRO
July '23
+224
in 0 channels
Get PRO
June '23
+115
in 0 channels
Get PRO
May '23
+123
in 0 channels
Get PRO
April '23
+136
in 0 channels
Get PRO
March '23
+105
in 0 channels
Get PRO
February '23
+92
in 0 channels
Get PRO
January '23
+216
in 0 channels
Get PRO
December '22
+155
in 0 channels
Get PRO
November '22
+158
in 0 channels
Get PRO
October '22
+164
in 0 channels
Get PRO
September '22
+118
in 0 channels
Get PRO
August '22
+155
in 0 channels
Get PRO
July '22
+181
in 0 channels
Get PRO
June '22
+143
in 0 channels
Get PRO
May '22
+169
in 0 channels
Get PRO
April '22
+100
in 0 channels
Get PRO
March '22
+177
in 0 channels
Get PRO
February '22
+91
in 0 channels
Get PRO
January '22
+124
in 0 channels
Get PRO
December '21
+76
in 0 channels
Get PRO
November '21
+63
in 0 channels
Get PRO
October '21
+104
in 0 channels
Get PRO
September '21
+83
in 0 channels
Get PRO
August '21
+105
in 0 channels
Get PRO
July '21
+177
in 0 channels
Get PRO
June '21
+220
in 0 channels
Get PRO
May '21
+108
in 0 channels
Get PRO
April '21
+95
in 0 channels
Get PRO
March '21
+89
in 0 channels
Get PRO
February '21
+701
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 20 July | +8 | |||
| 19 July | +5 | |||
| 18 July | +26 | |||
| 17 July | +8 | |||
| 16 July | +10 | |||
| 15 July | +9 | |||
| 14 July | +7 | |||
| 13 July | +14 | |||
| 12 July | +7 | |||
| 11 July | +12 | |||
| 10 July | +5 | |||
| 09 July | +8 | |||
| 08 July | +8 | |||
| 07 July | +5 | |||
| 06 July | +13 | |||
| 05 July | +3 | |||
| 04 July | +13 | |||
| 03 July | +11 | |||
| 02 July | +16 | |||
| 01 July | +8 |
Channel Posts
| 2 | #OBSAA_WAA_TA'UUFI!
#Track #2ffaa
🎙 F/taa: Girmaayee Baayisaa
✍️ Mat-duree: ICCITIIDHA!
🗓 Kan maxxanfame: 2026/18
📀 Qabee: 6ffaa
Ittiin eebbifamuun #share, #like, #subscribe gochuun ga'ee keenya haa ta'u!
👉🏾 https://youtu.be/N2GYCmg2lbc?si=QJ-Ias0N4Vb0F1IO
@haftuuproduction | 1 |
| 3 | 💫FAARUU EEBBAA HAARAWAA🔥
#FIIXAAN_BA'UMSA!🎉
🎶 By: GAHSC Fellowship, GC of 2026
📲 Presented by: YASPHIS MEDIA
🎹 Music Arrangement: El-Roi Studio
🎬 Produced by: Alpha Films Production
https://youtu.be/jIDEThQhpCg?si=CoHG2ZoouuFNDD_m
AYYAANA BAAYYEE!🙌
@haftuuproduction | 1 328 |
| 4 | Voice message | 131 |
| 5 | https://youtu.be/125PBV20DFU | 1 493 |
| 6 | https://youtu.be/UGlvMxLy5V4?si=Hp6QN1B1KQtEeWSI | 1 994 |
| 7 | ERGAAN HAR’AA
" Walitti Dhufeenya Fedhii Ofii Qofa irratti Hundaa'e "
✝️ CAQASA M/QULQULLUU
“Simbirroota qilleensa keessa balali'an ilaalaa isaan hin facaasan hin haamanis gombisaattis hin galchan; garuu abbaan keessan inni waaqa irraa isaan in soora. Egaa isin immoo isaan irra guddaa hin caaltanii ree?”
— Mat. 6:26
XIINXALA ISAA
Walitti dhufeenyi hundinuu jaalala dhugaa irratti kan hundaa’e miti. Namoonni tokko tokko kan namatti dhihaatan nama sana akkuma jiruun jaallatanii utuu hin ta’in, maal akka argatan abdatanii dha. Jaalalli dhugaan ni kenna, ni tajaajila, akkasumas aarsaa ni kaffala; jaalalli fedhii ofii irratti hundaa’e garuu, qofaa fayyadama, ni fudhata, yeroo bu’aan sun dhumu immoo ni bada.
Yesus namoota kuma shan erga dinqiin sooree booda, tuutni sun isa barbaaduuf ariifatu turan. Yeroo jalqabaa ilaallu, fedhiin isaanii kun kan nama dinqisiisu fakkaata ture. Ta’us, Yesus sababa isaan isa barbaadaniif ifatti baase: "Isin kan na barbaaddan... buddeen sana waan nyaattanii quuftaniif dha." Baay’een isaanii ergaa isaa irra dinqii inni hojjetu caalaatti dinqisiifatu turan. Isaan fayyisaa lubbuu isaanii caalaa, kennataa waan lafaa ta’e tokko barbaadu turan. Isaan mootii fedhii foonii isaanii kan guutuuf tokko barbaadu turan malee, kan garaa isaanii jijjiiruu miti.
Badiin kun har’as nu mudata. Kiristosiin hordofuu, gara mana sagadaa deemuu ykn geggeessitoota hafuuraa biratti argamuu kan dandeenyu, waan inni nuuf kennu (dinqii, eebba foonii ykn carraa gaarii) argachuuf qofa ta’uu danda’a. Kana gochuun garuu kennaa hundarra caalu—fayyinaa fi walitti dhufeenya Yesuusiin qabnu—dagachuu dha. Sababa keenya isa dhugaa of qoruu qabna. Kiristosiin kan barbaannu eenyummaa isaafimoo waan inni nuuf kennu qofaafi? Eebbi Waaqayyoo kan nama gammachiisuudha, garuu gonkumaa "Eebbisaa Isa ta'e" (Waaqayyoon) bakka bu’uu hin qabu.
Yaadni kun walitti dhufeenya namaa irrattis ni hojjeta. Namoonni tokko tokko qabeenya, dhiibbaa, arjummaa ykn bakka gaarii ati qabduuf jecha sitti dhihaatu. Namoota hunda irratti shakkiin ykn hamannaan akka si hin qabne. Kanaa mannaa, Waaqayyoon hubannoo siif kennuuf kadhadhu. Namoota jaalladhu, garuu ogummaan itti fayyadami. Arjummaan kee Kiristosiif akka isaan qajeelchu godhi; jaalalli inni of kennuun nama jaallatu garuu garaa of jaallachuu fi fedhii ofii qofa barbaadu jijjiiruuf humna qaba.
Walitti dhufeenyi keenya Waaqayyoo wajjin qabnu yeroo hunda mijaa’ina ykn bu’aa mataa keenyaaf kan dhufu utuu hin ta’in, jaalala dhugaa, galataafi garaa guutuudhaan kan ta’e haa ta’u!
AKKAS JEDHIITII KADHADHU:
1. Yaa Gooftaa, garaa koo guutummaatti sitti nan kenna. Mootummaa keetii fi qajeelummaa kee akka duraatti waan lafaa hundumaan olitti akkan barbaaduuf na gargaari.
2. Guyyuu Hafuura Qulqulluun na guuti. Yaadni, sababniifi gochi koo fedha kee akka calaqqisuuf na qulqulleessi.
3. Walitti dhufeenya koo keessatti ogummaa fi hubannoo naaf kenni. Namoota dhugumaan jaallachuu fi gama biraatiin immoo namoota na fayyadamuu barbaadan addaan baasee, ogummaan deebisuufi hubachuuf na gargaari!
Ayyaanni isiniif haa baayyatu!🙌
@haftuuproduction | 1 883 |
| 8 | ⏳ COMING SOON! 🔥
MISIRAACHOO ✝️
F /taa Badhaasaa Firrisaa fi
F/ttuu Siccaalee Tasfaayee
Faaruu ajaa'ibaa eebba mana samiin guute kana Sanbata dhufaa jiru galgala saa'atii 01:00(LT) #Haftuu_production gubbaan nu eeggadhaa!
AYYAANA BAAYYEE!
@haftuuproduction | 1 888 |
| 9 | 🌟 COMING SOON! 🔥
MISIRAACHOO ~ F/taa Badhaasaa Firrisaafi F/ttuu Siccaalee Tasfaayee
#Haftuu_production gubbaan eeggadhaa!
@haftuuproduction | 1 |
| 10 | Eebbi faarfannaa Badhaasaa Firrisaa fi Siccaalee Tasfaayee Sanbata dhufu (Adoolessa 11, 2018) akka ta'e beektu!
𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐧𝐲𝐞 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩 "ᴀʟʙᴜᴍ ꜰᴀʀ. ʙᴀᴅʜᴀᴀꜱᴀᴀ ꜰɪ ꜱɪᴄᴄᴀᴀʟᴇᴇ" 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮𝐮 𝐒𝐚𝐧𝐛𝐚𝐭𝐚 𝐬𝐚'𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐬𝐚'𝐚𝐭𝐢𝐢 𝟖:𝟎𝟎 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐞𝐞 𝐨𝐧𝐥𝐢𝐧𝐞 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐮𝐮 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮! 𝐇𝐚𝐦𝐦𝐚𝐬𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐧𝐮 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐚!
ꜱᴀɢᴀɴᴛᴀᴀ ꜰᴀᴀʀꜰᴀɴɴᴀᴀ ɢᴜᴅᴅᴀᴀᴛᴜ ᴊɪʀᴀ!
𝐋𝐢𝐧𝐤'𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐭𝐚𝐧
https://t.me/as_written | 1 771 |
| 11 | A A G A D H A G A ' A A 📢
🎶 Yeroo darbe obboleessi keenya Girmaayeen #Albeema isaa #6ffaan dhufaa jiraachuu isaa isin beeksisuun keenya ni yaadatama.
Maarree Jimaata dhufaa jiru galgala Saa'atii 01:00 (LT) irraa kaasee, karaa toora #youtube_channel "GIRMAYE BAYISA OFFICIAL" (kan armaan gaditti #seensiftuu isaa isiniif keenyeen) kan isiniif lakkifamu ta'uu isaa yeroo isin beeksifnu gammachuu guddaani.
👉🏾 https://youtube.com/@girmayebayisaofficial?si=pjy_lyEsOs1xveAb
Ammasitti kan maatii hin ta'in jirtan, seensiftuu isiniif keenyeen seentanii #subscribe gochuu hin dagatinaa!
Ayyaana Baayyee!🙏
@haftuuproduction | 2 483 |
| 12 | https://youtu.be/db_slSDqBlQ?si=Y8kiOHlgo3wKgvj2 | 2 287 |
| 13 | https://youtu.be/jxjwvXR-a38?si=wPfJo3DyHmZBr-Tu | 2 054 |
| 14 | https://youtu.be/4mGTtqH1FG4?si=ZBoQERkylTkMPv3R | 2 017 |
| 15 | 📢 AAGA DHAGA'AA!
💫F/taa Badhaasaa Firrisaa fi F/ttuu Siccaalee Tasfaayee jedhamu. W/A/G/7ffaa Burraayyuu-Dirree irraa. Faaruu Albeema guutuu mat-dureen isaa "MISIRAACHOO" jedhu qabatanii dhufaa jiraachuu isaanii yeroo isin beeksifnu gammachuu guddaadhaani. Sirni eebba isaa sanbata dhufaa jiru, jechuunis Adoolessa 11, 2018'tti Waldichatti haala adda ta'een kan eebbifamu ta'a.
Maarree obbolootni naannoo sana jirtaniifi isiniif mijatu martuu akka irratti qooda qabaattaniif kabaja guddaa afeeramtanii jirtu!
@haftuuproduction | 2 970 |
| 16 | Yeroo Dhiyootti Eeggadhaa!📢
@haftuuproduction | 2 547 |
| 17 | " Boru ganamarraa eegallee haga galgalaatti(guyyaa guutuu) Sagantaa Addaa "Qophii Faarfannaa" jedhu bifa adda ta'een isiniif qopheessinee jirra.
Sagantaa kanatti akka eebbifamtan homaa shakkii hin qabnu.
Koottaa nu waliin faarfannaadhaan Waaqayyoon waaqeffanna.
Sagantaa kanarratti Leenjiin dhimma Faarfannaarratti bifa addaan isiniif qophaa'ee jira.
Seenaa Imaltoota Emaahus irraa dhoksaa hedduu baranna.
Utuu Yesuusiin sirriitti hin hubatiin karaa dheeraa isa waliin deemneerra ta'a! Utuu Yesuusiin hubannee hin argiin, daandii dheeraa isa waliin deemnee tajaajilleerra ta'a!
Adeemsi akkasii kun akkasumaani. Gooftaa Yesuus bartoota sanaaf Emaahus irratti ijasaanii baneef. Sana booda sirriitti isa argani. Tajaajillii fi jireenyi isaanii achumaan jijjiirame. Sagantaan kun sagantaa Gooftaa Yesuus irratti argamee ija keenya nuuf banu akka ta'u hawwina, kadhannas!
Finfinnee, Shaggarii fi naannoo kanatti dhiyoo ka jirtan, namoonni Kutaa biyyaarraa maatii dubbisuu ykn dhimma gara garaaf magaala keenya jirtan, akkasumas miseensonni keenya biyya hambaatii dhimmoota adda addaaf gara biyyaa dhuftanii as jirtan sagantaan kun isiniifis kan keessani.
Haalota kana hundaaf carraa mijataa kan hin argannemmoo karaa Marsariitii #HopeChannelEthiopia kallattiidhaan daawwachuu dandeessu.
Irraa hin hafiinaa!!!" | 2 810 |
| 18 | Baga Guyyaa Qulqulla'aafi Eebbifamaa SANBATA Gooftaa Keenya Yesuus Kristoos Nagaan Geessan!🤗
#SANBATA_GAARII!
@haftuu_graphics | 2 614 |
| 19 | https://youtu.be/7FmZ-D2kXDk?si=ZAgD_dcX2oP4rjZO | 2 781 |
| 20 | @haftuuproduction | 3 307 |
