ancient history of oromoo
Open in Telegram
2 310
Subscribers
-324 hours
+177 days
+3730 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '25
July '25
+37
@0
in 0 channelsJune '25
+85
@0
in 0 channels Get PRO
May '25
+107
@0
in 0 channels Get PRO
April '25
+125
@0
in 0 channels Get PRO
March '25
+106
1
in 1 channels Get PRO
February '25
+112
@0
in 0 channels Get PRO
January '25
+111
@0
in 0 channels Get PRO
December '24
+80
@0
in 0 channels Get PRO
November '24
+105
@0
in 0 channels Get PRO
October '24
+89
@0
in 0 channels Get PRO
September '24
+68
@0
in 0 channels Get PRO
August '24
+80
@0
in 0 channels Get PRO
July '24
+53
1
in 1 channels Get PRO
June '24
+54
@0
in 0 channels Get PRO
May '24
+69
@0
in 0 channels Get PRO
April '24
+55
@0
in 0 channels Get PRO
March '24
+72
@0
in 0 channels Get PRO
February '24
+41
@0
in 0 channels Get PRO
January '24
+57
@0
in 0 channels Get PRO
December '23
+54
@0
in 0 channels Get PRO
November '23
+49
@0
in 0 channels Get PRO
October '23
+51
@0
in 0 channels Get PRO
September '23
+48
@0
in 0 channels Get PRO
August '23
+37
@0
in 0 channels Get PRO
July '23
+39
@0
in 0 channels Get PRO
June '23
+32
@0
in 0 channels Get PRO
May '23
+30
@0
in 0 channels Get PRO
April '23
+29
@0
in 0 channels Get PRO
March '23
+46
@0
in 0 channels Get PRO
February '23
+20
@0
in 0 channels Get PRO
January '23
+43
@0
in 0 channels Get PRO
December '22
+38
@0
in 0 channels Get PRO
November '22
+43
@0
in 0 channels Get PRO
October '22
+34
@0
in 0 channels Get PRO
September '22
+31
@0
in 0 channels Get PRO
August '22
+40
@0
in 0 channels Get PRO
July '22
+66
@0
in 0 channels Get PRO
June '22
+74
@0
in 0 channels Get PRO
May '22
+46
@0
in 0 channels Get PRO
April '22
+41
@0
in 0 channels Get PRO
March '22
+36
@0
in 0 channels Get PRO
February '22
+36
@0
in 0 channels Get PRO
January '22
+43
@0
in 0 channels Get PRO
December '21
+52
@0
in 0 channels Get PRO
November '21
+64
@0
in 0 channels Get PRO
October '21
+145
@0
in 0 channels Get PRO
September '21
+98
@0
in 0 channels Get PRO
August '21
+23
@0
in 0 channels Get PRO
July '21
+44
@0
in 0 channels Get PRO
June '21
+25
@0
in 0 channels Get PRO
May '21
+34
@0
in 0 channels Get PRO
April '21
+44
@0
in 0 channels Get PRO
March '21
+41
@0
in 0 channels Get PRO
February '21
+43
@0
in 0 channels Get PRO
January '21
+51
@0
in 0 channels Get PRO
December '20
+1 412
@0
in 0 channelsDate | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
12 July | +4 | @0 | 0 | |
11 July | 0 | @0 | 0 | |
10 July | +3 | @0 | 0 | |
09 July | +4 | @0 | 0 | |
08 July | +4 | @0 | 0 | |
07 July | +8 | @0 | 0 | |
06 July | +4 | @0 | 0 | |
05 July | +1 | @0 | 0 | |
04 July | +3 | @0 | 0 | |
03 July | +6 | @0 | 0 | |
02 July | 0 | @0 | 0 | |
01 July | 0 | @0 | 0 |
Channel Posts
TEEWDIROOSII FI DALAGAA ISAA
Kutta XUMURAA
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Eenyummaan ummata Oromoo Walloo keessa jiraatanii akka baduuf kan gahee taphate tokkummaa dhabuu Muhammad Alii fi Abbaa Waatoo ta’uu ragaan hedduun ni eera. Adeemsa wal dhabdee kanaa jijjiiruu keessatti qoodni Warqituu akkaan kan ilaalamuudha. Warqituun wal dhabdeen sun akka ummata keenya bara sanaa miidhuu danda’u hubachuun walitti dhufeenyi dhaabota siyaasaa giddutti akka uumamuuf dalaga jabaan akka barbaachisu yaadaa turte jedha seenaan. haa ta’uu adeemsa Warqituu sanaan Minilik Maq-dhalaa irraa akka gara Shawaatti galu goote oduu jedhuus ni jira Teewdiroos ilma Warqituu Hammadee Alii Liiban Bara 1865tti Ajjeessuun, du’aan addunyaa kanarraa dhabamsiise. Haaloo kanaa bahachuuf gargaarsa Mastaawat gooteen Warqituun Teewdiroosiin ajjeesuu dandeessee jirti. Har’a ilmaan keenya kitaabota barnootaa keessatti seenaa dogoggoraa kan barataa jiran ta’uu hubachuun ni barbaachisa. Akkaatan ittiin kitaabota seenaa kitaaba barnoota biyyattii keessatti barachaa turretti, Teewdiroos shugguxiin of ajjeese jechuun waan hinjirre bocanii seenaa bareechachuuf yaaluu isaanii hubanna. Dhugaan dubbii garuu, Teewdiroos intala gootittii Oromoo Warqituun gargaarsa obboleettii ishee Mastaawatiin ajjaeefamuudha. Osoo waan kun Oromoo irratti dalagamaa turuu beekanii kanneen harcaatota isaanii kana leellisan Oromoo irratti yakka kana dabalataan dalaguuf hawwuu isaaniiti. garuu goonkumaa hin milkaahan.
XUMURAMEERA
https://t.me/etbisahusen
47930
2 | https://t.me/etbisahusen | 396 |
3 | Lola calanqoo booda waraani dajazmach Nesibu gaara mul'ataa gurawa maadheefate.
Fardoo murtii guutoo kan Raada yaayyaati hafee
Hunda fudhachuun qophii Ogadeen qabachuuf godhaa turee naannoo kanatti itti fufee.
Akkuma beekamu seenaa waraana murtii guutoo keessatti iddoon raada yaayyaa jedhamtu bakka guddaa qabaachaa turtee.baker waaree dabalatee waraani Raaree jedhamu kan fardaan lolaa turee iddoo gaara mul'ataa naannawa gurawa bakka raada yaayyaa gambeella iddoo jedhamtutti nama lallabaa lihoo jedhamu irraa akka leenjii fudhatan seenaan ni dubbata.
"SUURAA waraana dajazmach nesibu naannawa gurawaati Bara 1889.
Ancient history of oromoo
https://t.me/etbisahusen | 453 |
4 | lnama jabina qaamaa qabu tahee warra biraatiif fakkeenya tahu qaba.Abbaa gadaa tahuuf hayyummaan qoftti gahaa mitii. Jabina qaamaa irratti qabaachuu qabda.akka falaasama gadaatti namni tokkoo jabina qaamaatiifi beekumsaan guutuu kan tahu gaafa umriin isaa 40- 48tii gaheedha jedha.
Kanaafi sadarkaa umrii kana keessatti Abbaan gadaa kan gadoomuuf.
Sababaan biraa sirni gadaa dubartoonni
lolaa akka seenaniif hin jajjabeessu. Lolaa mitii dubartoonni hojii ulfaattuu akka hojataniif hin hayyamu. Fakkeenya tokko haa fudhannuu:- oromoon gaafa sirna gadaatiif Ardaa ykn lafa jilaa bulu warri galma jaaruu dubartoota.haa tahu malee warri boolla dongoru dhiira.
Akkumaan dura irratti ibsuu yaaletti
Dubrtoonni miseensa gogeesaatii.kunis sadarkaa gadaa keessatti bifa gara garaatiin Ibsama.fakkeenyaaf :- gadaa Arsii, gadaa ituu, gadaa karrayyuu, gadaa afran Qallootiifi gadaa humbanaa, gadaa oromoota walloo keessatti dubartoonni sadarkaa umriitiin akka miseensa gogeesaa turan argina.dubartoonni
Naannawa Arsii bahaa, carcarfi naannoo karrayyuu jiraatan hamma Ammaa warri daadaa takkaa ykn warri miseensa gogeesa tokkoo,ykn warri umriin gadaa tokkoo keessatti dhalate gooyduu" jechuun wal waamaa. Dubartoonni warra dhiiraatiins gogaa jechuun waama. Gooyduu ykn gogaa jechuun gogeesa jechuudha. Warri afran Qallootiifi humbanaa Aaddee jechuun wal waamaa, warri naannoo walloo ammoo Addooyyee jechuun wal waamaa jira hamma Ammaatti... itti fufa.
seenaa kee baradhuu💚❤️
seenaa oromoo fi seenaa goototaa oromoo
https://t.me/etbisahusen | 630 |
5 | https://t.me/etbisahusen | 525 |