ancient history of oromoo and oromia
YouTube kenya https://youtu.be/eq2eWxR8t-w Facebook kenya https://www.facebook.com/ebisaahusen/
إظهار المزيد1 612
المشتركون
+224 ساعات
+27 أيام
-3230 أيام
- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
معدل نمو المشترك
جاري تحميل البيانات...
Photo unavailableShow in Telegram
Shamarran wal gahan
Aadaadhaan miidhagan
Qadaada harka rarraafte
Shakuraa mormaa diratte
Miidhagina shamarran oromoo baha oromiyaa waggaa fagoon duras laalaame
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Giftii Ebla Awwaaloo
(Mootii Akkichuu.)
***
Bara 5000 dura mootummoota gaanfa afrika keeyssatti oromootaan jaaraman keeyssaa tokko mootummaa gosa Akkichuu kan warra miyyootiin jaarame mootummaa Awwaalooti (Araweeloo).
Iddoon jalqaba mootummaan kun itti hundefame kibba somalia magaalaa tulluu waaqaa (jid waaqa) keeyssatti. Magaalaan tun amma kibba somalia keeyssatti argamti.namni dura mootummaa tana gad dhaabee dubartii warra miyyoo ebla awwaalooti.kan biraa warra dhalootaan gosa Akkichuu tahan warra jaarraa 16ffaa keessa sultanet Adel fi ifat hundesse keeyssa tokko sheikh yusuf bin Ahmed al- kalseyin hoggaa tahu kan warra miyyoo tahe shiekh muhidiin odaa walasham dynesty keeyssatti sulxaana tokko ture.warra
Jaarraa 16ffaa keessa mootummoota sulanet Adal wajjin dhufe, warra afaan Oromotiin amantaa barsiisaa ture keeyssaa Aw- buubee fi
Aw- barkhalee Akkichuu turan.
by oromo graphiya
^^^^^^#ancient_history_of_oromoo
👍 3
Gootota Oromoo Obbolaa sadan
Raggaasaa Bultoo
Garbii Bultoo
Hirkoo Bultoo
Weerara Itali 22ffaarratti gootota seenaa addaa qabanidha. keessattuu warra Itali booji'uun nama qochisiifachaa turanidha.
Intalli mooticha H/Sillaasee Abbaa warraashee jarrumti irraa ajjeessan Garbiitti heerumuuf fedha horattes simachuu nama didedha jedhama.
Suuraan Abdii Nuuressaa
#Like fi #share gochuun hin dagatinaa!
👍 3
ስለ ፊንፊኔ ምን ያህል ያቃሉ
MARCH 22, 2019 / LEAVE A COMMENT
እዉነቱ ይሄዉ ነዉ
#ፊንፊኔ በወራሪዎች ከመያዟ በፊት በአካባቢዋ የነበሩት
**
A- የኦሮሞ ህዝብ መሪዎች
የጫፌ1- ቱላማ መሪ………..ቱፋ ሙና
2-የብርብርሣና ጉለሌ መሪ…ቀጄላ ዶዮ
3-የቴቾ መሪ…………………..ጉደታ አረዶ
4-የቦሌ መሪ…………………..ሸቡ ኤጄርሣ
5-የቦሌ ቡልቡላ መሪ………ሶራ ሎሜ
6-የኮልፌ መሪ…………………ቀጣሌ ጃታኒ
7-የዳላቲ/ቀራኒዮ መሪ………..ጃሞ ደበሌ
8-የጃርሳዬ መሪ……,………….ገለቴ አሼቴ
9-የየካ መሪ……………………..አቤቤ ቱፋ
B- አምስቱ የፍንፍኔ መግቢያዎች
1-ካራ ቅርጢ……….ወደ ገበያ የሚወሰደው መንገድ
2-ካራ ቆሬ……………ወደ ጂማ የሚወስደው መንገድ
3-ካራ አሎ……………ወደ ደሴ የሚወስደው መንገድ
4-ካራ ቃሉ /ቃሊቲ…..ወደ ቢሾፍቱ የሚወስደው መንገድ
5-ካራ ገፈርሣ………..ወደ አምቦ የሚወስደው መንገድ
የአስተዳደር አካባቢዎች አከፋፈል
=======================
A- የቱለማ ጫፌ አካባቢ ይዞታ
1-ፍንፍኔ ~ የጉለሌና የገለን ኦሮሞዎች ከብቶቻቸውን ለሣር
ግጦሽና ከሆራ ዉሃ ለማጠጣት የሚያሰማሩበት ቦታ
2-ሑሩፋ ቦምቢ ~ .የዛሬው ጃን ሜዳ፣ የግብጽ ኤምባሲና
ምንልክ ሆሰፒታል ያለበት
3-ጫፌ አራራ……..የዛሬው ስድስት ኪሎ ዩንቬርስቲና የካቲት
12 አካባቢ
4-Dhummugaa….የዛሬው ግንፍሌ አካባቢ
5-ኬሎ ማስቃላ………የዛሬው አራት ኪሎ፣ፖርላማና
ሥላሴ ተቤ ክርስቲያን
6-ቱሉ ሔጦ ዲምቱ….የዛሬው ቤተመንግሥት፣ ገብርኤልና
6ኛፖሊስ ጣቢያ አካባቢ
7-ደከ አራራ……ፍት በር፣ፖሊስ ጋራጅና ሽራተን አካባቢ
8-ቃርሣ……….የዛሬው ካዛንቺስና ጥይት ቤት አካባቢ
9-አዋሮ………አዋሬ አካባቢ
10-ሁሉቃ ኮርማ…የዛሬው እስጥፋኖስ፣መስቀል አደባባይና
ራስ ብሩ ሠፈር የሚባሉት ቦታዎች
#ancient_history_of_oromo
@etbisahusen
👍 3
إظهار الكل...
Namni Waggaa 18 Ol Tahe Video kana hin ilaalinaa. #duet #ethiopian #habesha #ebs #interview #amh
👍 2
kan Suuraa isii kanaa gaditti
argaa jirtan Gootittii Oromoo
#Worqituu dha. Mootittiin
Worqituun Eenyu gaaffiin ja'u isin
keessatti buluun isaa waan oolu
miti. Worqituun Seenaa Oromoo
Wolloo keessatti bakka olaanaa fi
gulantaa jalqabaa irra gootummaa
isiitiin kan kaahamteedha. Du'a
Teewidiroos ilaalchisee wanti
Barreessitoota Habashaatiin
dhihaate Seenaa Sobaa fi
Gootummaa Oromtittii tana
awwaaluudhaaf hojjatame yoo ta'e
malee dhugooma kan qabu miti.
Teewidiroos bara 1868tti kan du'e
haleellaa Humni waraana mootittii
Worqituu irratti raawwateen malee
ofiin of hin ajjeesne. Yaa jamaa
kanaafuu, Teewidiroosiin kan
ajjeese Mootittii worqituudha
malee Humna waraana Ingiliiz ykn
kan biraas miti. sababiin Isiin
Teewidiroosiin akka ajjeeftuuf
daandii saaqe maal ture kan
ja'utti yoo ceene immoo Ilma
Worqituu kan ture Amadee Alii
walakkeessa bara 1860tti
Teewidiroosiin booji'amee waan
tureef duulli Worqituu kun ilma
isii baraaruudhaa fi
Olaantummaa Oromoon Kaaba
Itiyoophiyaatti qabu deebisuurratti
kan xiyyeeffate ture. kanaafis
ragaan walaloo Afoola Amaaraa
keessaa fudhatamte tana
'' Maqdalaa Afaaf Laay
cuhet Berekketee
Ye seetuwaan Anaawqim
Wend andi Sew Mootee,,,,(2x)
jedhuudha.
wolaloo tana keessatti
Bo'oo lama yoo fudhanne inni tokko '' Ye Seetuwaan Anaawqim"
kan ja'u yoo ta'u inni lammataa
immoo '' Wend Andi Sew Mootee''
kan ja'u taha. kana jechuun
immoo Maqdalatti kan wal
waraane Humna Dubartiidhaan
durfamuu fi kan dhiiraan durfamu
akka turee fi kunis dubbiin
Dhimma Worqituu fi Teewidiroos
irratti kan xiyyeeffatu ta'uusaati
Afoolli kun ragaa kan bahu.
walumaagaltti waraana 1868tti
naannawa maqdalatti taasifame
irratti Teewidiroos du'ee jira Kan
Ajjeestes Oromtittii gita hin qabne
worqituudha,,,,,,,,,xumurame,,,,,,,,
https://t.me/etbisahusen
ancient history of oromoo and oromia
YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-wFacebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/