cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ancient history of oromoo

YouTube kenya https://youtu.be/eq2eWxR8t-w Facebook kenya https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Mostrar más
Kenia14El idioma no está especificadoHechos4 338
Publicaciones publicitarias
1 611
Suscriptores
+224 horas
+67 días
+630 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
t.me/muskempire_bot/game?startapp=hero567113628 🔥Play with me, grow your startup. 💰Earn real money in the $15000 lottery. 💸 +5k coins as your first gift 💵 +25k coins if you have Telegram Premium
Mostrar todo...
#FINFINNEE *የፊንፊኔ ከተማ ቀደምት የአስተዳደር አወቃቀር፣ ይዞታዎች፣ መሪዎቿ እና የአካባቢ መጠሪያ ስሞች ----------- # የፊንፊኔ_መሪዎች_የነበሩ 1-የጫፌ ቱላማ መሪ...........ቱፋ ሙና 2-የብርብርሣና ጉለሌ መሪ...ቀጄላ ዶዮ 3-የቴቾ መሪ.......................ጉደታ አረዶ 4-የቦሌ መሪ.......................ሸቡ ኤጄርሣ 5-የቦሌ ቡልቡላ መሪ.........ሶራ ሎሜ 6-የኮልፌ መሪ.....................ቀጣሌ ጃታኒ 7-የዳላቲ/ቀራኒዮ መሪ...........ጃሞ ደበሌ 8-የጃርሳዬ መሪ......,.............ገለቴ አሼቴ 9-የየካ መሪ..........................አቤቤ ቱፋ # አምስቱ_የፍንፍኔ_መግቢያዎች 1-ካራ ቅርጢ..........ወደ ገበያ የሚወሰደው መንገድ 2-ካራ ቆሬ...............ወደ ጂማ የሚወስደው መንገድ 3-ካራ አሎ...............ወደ ደሴ የሚወስደው መንገድ 4-ካራ ቃሉ /ቃሊቲ.....ወደ ቢሾፍቱ የሚወስደው መንገድ 5-ካራ ገፈርሣ...........ወደ አምቦ የሚወስደው መንገድ *የአስተዳደር አካባቢዎች አከፋፈል A- # የቱለማ_ጫፌ_አካባቢ_ይዞታ 1-ፍንፍኔ ~ የጉለሌና የገላን ኦሮሞዎች ከብቶቻቸውን ለሣር ግጦሽና ከሆራ ዉሃ ለማጠጣት የሚያሰማሩበት ቦታ 2-ሑሩፋ ቦምቢ ~ የዛሬው ጃን ሜዳ፣ የግብጽ ኤምባሲና ምንልክ ሆሰፒታል ያለበት 3-ጫፌ አራራ........የዛሬው ስድስት ኪሎ ዩንቬርስቲና የካቲት 12 አካባቢ 4-Dhuሙጋ...የዛሬው ግንፍሌ አካባቢ 5-ኬሎ ማስቃላ.........የዛሬው አራት ኪሎ፣ፖርላማና ሥላሴ ቤተ ክርስታን 6-ቱሉ ሔጦ ዲምቱ..የዛሬው ቤተመንግሥት፣ገብርኤልና 6ኛ ፖሊስ ጣቢያ አካባቢ 7-ደከ አራራ......ፍት በር፣ ፖሊስ ጋራጅና ሽራተን አካባቢ 8-ቃርሣ..........የዛሬው ካዛንቺስና ጥይት ቤት አካባቢ 9-አዋሮ.........አዋሬ አካባቢ 10-ሁሉቃ ኮርማ...የዛሬው እስጥፋኖስ፣መስቀል አደባባይና ራስ ብሩ ሠፈር የሚባሉት ቦታዎች 11-ሆራ ፍንፍኔ...ከሁለተኛው ቤተ መንግሥት እሰከ ፍልወሃ 12-ዳባሶ...የዛሬው ለገ ሀርና መሿለካያ 13-ዶሎ ብዴና.....የዛሬው በቅሎ ቤት፣ጎተራና ወሎ ሠፈር 14-ሀዳ አማ.......የዛሬው ቴሌ ጋራጅ፤ጨርቆስ ቤ/ክርስቲያን B- # የብርብርሣ_ያኢ_ጎሮ_አከባቢ_ይዞታ 1-ወዴሣ...የዛሬው ፒያሣና ቸርችል ጎዳና 2-ማራማ ብርብርሣ......ጊዮርግስ ቤተ ክርስቲያን አካባቢ C- # የቀርሣ_ይዞታ 1-ሁሩፋ ራሬ..... የዛሬው ክ/ሀገር አውቶብስ ተራ፣ራስ ገነሜ ሠፈርና አዲሱ ሚካኤል አካባቢ 2-ሶኮሩ....አማኑኤል ሆስፒታል፣እህል በረንዳና ማሳለሚያ 3-ሱሉላ ገርቢ....የዛሬው ተክለ ሐይማኖትና ጭድ ተራ 4-ገርቢ....የዛሬው ሠንጋ ተራና አንባጣ መከላከያ አካባቢ 5-ቀርሣ.....የዛሬው መርካቶ፣አሜርካን ግቢና አኑዋር መስጅድ አካባቢ 6-ባሮ ኮርማ....የዛሬው ጎላ ሚካኤል፣ራስ ተሰማ ሠፈርና ጥቁር አንበሣ ሆስፒታል ያለበት አካባቢ 7-ደቼ ጎልባ...ዛሬ አዲስ ከተማ ተብሎ የሚጠራው D- # የጉላሌ_ይዞታ 1-አዳሚ.....የዛሬው ራፋኤል ቤተ ክርስቲያን፣ሰሜን ማዘጋጃና ሰሜን ቶታል ተብሎ የሚጠራው 2-ቃሌ....በአሁኑ አጠራር አስኮ ተብሎ የተሰየመው 3-ፊቼ....አሁን የጣሊያን ምሽግ የሚለባው ቦታ 4-ከታ....."ከመለወጥ ያመለጠ ስም" ዛሬም Kattaa ነው። 5-ዲዲምቱ....የሾገሌ ሠፈር 6-ቡራዩ....."ከመለወጠ የዳነ" ዛሬም Burrayyuu 7-ሐርቡ እሬቻ....አሁን ራስ ኃይሉ ሠፈር የሚባለው E- # የአቢቹ_ይዞታ 1-ቡርቃ ኤጄሬ.....የዛሬው እንጦጦ ክዳነ ምህረትና ፈረንሣይ ኤምባሲ አካባቢ 2-በዳ ኤጄርሣ...የዛሬው የሱስ ቤ/ክርስቲያንና ራስ ካሣ ሠፈር የሚባለው አካባቢ. 3-ሁሩማ......አሁን የጣሊያን ኤምባሲና አቦ ቤተ ክርስቲያን ያለበት ቦታ F- # የጢጣ_ይዞታ 1-ሃጤ ላሊ...የዛሬው ሽሮ ሜዳና እንጦጦ ማርያም 2- ዋዩ........ የዛሬወ ቀጭኔ አካባቢ 3-ከራ ቆርጢ....የዛሬው ሰሜን በርና በላይ ዘለቀ መንገድ G- # የኤካ_ይዞታ 1-ቡርቃ ቆርቻ....የካ ሚካኤል ጠበል፣ ቀበና ወንዝንና ለገ Dhaadhii አካባቢ 2- ከረ አሎ ሪቅቻ....የ እንግሊዝ፣ የራሺያና የጀረመን ኤም ምባሲዎች አሁን ያሉበት ቦታ 3-ሃርቡ....የአሁኑ ጉርድ ሾላ አካባቢ 4-ኮቶቤ.....ከመቀየር የዳነ Kotobee 5-ዶቃ ቦራ...የአሁኑ 22 ማዞሪያ አካባቢ H- # የቴቾ_ይዞታ 1-ጎልቦ....የዛሬው ቆርኪ ፋብርካ፣ቄራና ጎፋ ሠፈር 2-ሉሜ.....የዛሬው ዮሴፍ ቤተ ክርስቲያን አካባቢ 3-ላፍቶ ቱምቱ...የዛሬው ቡና ቦርድ አካባቢ 4-ጀጃ......የዛሬው ብሔረ ጽጌ 5-ቱሉ Dheertuu....የዛሬው ጎፋ ቤተመንግሥት አካባቢ 6-ባቦ.......የዛሬው አዲሱ ቄራ አካባቢ 7-ሰሙ ጉለሌ...ዛሬ ሜታ ደርቻ የሚባለው I- # የቦሌ_ይዞታ 1-ገርጂ.....ከመቀየር የዳነ -Garjii 2-ቡልቡላ... ከመቀየር የዳነ -Bulbulaa 3-ወራ ገኑ....ከመቀየር የዳነ-Warra Ganuu J- # የጫፌ_አነኒ_ይዞታ 1-ጫፌ ሙደ...በአሁኑ ጊዜ ከፍተኛ ፍ/ቤት ያለበትና ልደታ 2-ሃርቡ...የአሁኑ ጊዜ መክሲኮ፣ ተግባረ ዕድ ት/ቤትና ገጃ ሠፈር፣ አካባቢ 3-ሐረዋ.....ቃጫ ፋብርካ አከባቢ K- # የጃርሳዩ_ይዞታ 1-ማርዴ...... አሮጌ አይሮፕላን ማረፊያ፣ምድር ጦር እና ረጲ 2-በካኒሳ....በመከኒሳ ተቀይሮ የነበረና አሁን ወደ ቀድሞ መጠሪያው እየተመለሰ ያለ L- # የኮልፌ_ይዞታ 1-ዳላቲ........አሁን ቀራኒዮ የሚባለው አካባቢ 2-ለቡ............የዛሬው ሥጋ ሜዳና ታጠቅ ጦር ሠፈር 3-ጣሮ.........የዛሬው አጣና ተራና ፈጥኖ ደራሽ አካባቢ። ናቸው። በጠቃለይ እነዚህ ቀደምት የፊንፊኔ ከተማ የተለያዩ የአካባቢ ስሞች፣ ይጠሩበት ከነበሩ ወደ አዳዲስ ስያሜ እየቀየሩት፣ አሁን ጥቂቶቹ ብቻ ናቸዉ የቀሩት። By #ጉለሌ_ፖስት "ancient_history_of_oromoo" https://t.me/+Tt3O_yP-u5ZsOsG2
Mostrar todo...
ancient history of oromoo

YouTube kenya

https://youtu.be/eq2eWxR8t-w

Facebook kenya

https://www.facebook.com/ebisaahusen/

https://t.me/major/start?startapp=567113628 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major
Mostrar todo...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

👍 2
Finfinnee ancient history of oromoo
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Seenaa keeyssatti kutaan shawaa lafa Amharaa taatee hin beeytu. Oromoon jaarraa 13ffaa dura akka lafa shawaa tana keessaa mitti akka kutaa walloo keeyssa jiraachaa turtte ragaan tokko laga bishilootii (laga bishuu)(bishoolee). Gara biraatiin lagnii bishiloo jaarraa 13ffaa keeyssa lafa sultanet shawaatiifi lafa Abissinya addaan daangeesa.jaarraa 17ffaa keeyssa lagnii bishiloo begemdir Fi bet-Amharaa, dhihaan gojjamiifi shawaa, kaabaan bet-Amharaa Fi shawaa addaan daangeessa.lagnii bishiloo Ykn laftii bishiloo jedhamtu tun kibbaa-dhihaa wolloo Keeyssatti argamtti.lagnii bishiloo laga Amboo kan wolloo keessa jiruufi laga cacahoo waliin walitti dabalamuudhaan laga yaa'a tahuudhaan, achii booda laga mugar wajjiin walitti makamuun gabbaarii laga Abay taha. bara 1870 gaafa Atse minilik San lagnii bishiloo kun daangaa shwaafi Begemdir ammaas kan gojjaamiif shawaa addaan daangeesuu ture. Bishiloo jachuun afaan oromootiin bishaan adii jachuudha.bishu, bishoolee,bishooftuu, Bishaanoo,bishingoo,bishoolee ....hedduudha
Mostrar todo...
👍 1
Ooromoon Raayyaa qubate kanatti kan mogaafamanidha.Jeehoota Afaan Oromoti (kittaba seena oromo Jara 16ffa fula 292.maxxansa 1996. Maxxansa 1998 ful.286) Karaa garabiraatiin burqaansaanii aadaafi Afaan Oromoo ta’ee, naannoo saboota Amaaraafi Tigiraayitti baldhinaan kan dhaga’amu,sirbiifi weedduun akka geerarsaa gootaafi gootummaa Afaan Oromootiin yeroo faarsan akkas jedhu “…Haayi ! haayi !haayi ! Korma gaafa lolaa! Hayi! hayi ! korma gaafoo ! Korma gaafoo! korma gaafoo! Korma gaafa lolaa ! korma gaafa lolaa…”jedhu.Kun Afaan Oromoodha. Kaaba Itoophiyaa kan qubataan Oromon Raayyaa, kibba kan qubate Oroomoota Arsiifi karaa bahaa Marawwaan Raayyaa wajjinis ta’ee Ituu wajjin kan walitti hidhata qabu ta’uusaa ragooleen tokko tokko ni muldhisu.Marawwaan Raayyaaf hangafadha kan jedhan akka ibsanitti, eebbarratti Raayyaa dursee dhiyeessa.Akkasumas angoon Raayyaa keessatti kennamu kamillee eebbaan kan xummuuru Marawwaadha.Jechuudhaan ragaa dhiheessu.(Kitaaba seenaa Oromoo hanga jaarraa 16ffaa fuula 288 maxxansa 1998) Hidda latii Raayyaa Oromoo Boorana Samatoo Gurachaa Nagawoo Odaa Walaabu Rayyaa Maccaa ______ Tuulama “Oromoon ka’umsa maraatti Afaan kushi bahaatirraa burqee, uummata Afaan Kushii dubatudha” (Seen Oromoo hanga jara 16ffa fula 20.maxxansa 1996) “Kitaabni qulqulun bara 1962 maxxanfame galmee jechootaa irratti, jecha Itiyoophiya jedhu, Kush jedha. Kanaaf Itiyoophiya jechun kush. Kush jechun Itiyoophiyaadha. Maqaan kun uummatis biyyis kan ittiin waamatudha ” ( kitaaba seenaa uumata Oromoo hanga jaraa 16ffafula 20.maxxansa1996) “ uumati kush Afan gara garaa dubbachuu kan jalqabe wagooota 3500 – wagoota 2000 jidutti. “ …Uumati Oromoo kan burqe kushi bahaa Afrikaarraa bara 8000 dura uumata jiraataa turedha. Kannaf Oromoon essaahuu kan hin dhufine, achuma jiraacha kan ture ta’u ibsa.”( Kitaaba S. u. O. h. jara 16ffa fulaa 23. maxxansa 1996) Uumati kush durii, yeroo ammaa sababa afaan garaa garaa dubbatanif adda adda qoodameera. Itiyophiyaa kessatti qoofa Kushi duriirraa afaanoon burqan digdamii sadii dubbatamu. Isaanis: 1. Oromoo 2. Sidaamaa 3. Burjjii 4. Affaar 5. Soomaalee 6. Kambaataa 7. Geede’oo 8. Saahoo 9. Koonsoo 10. Qimaant 11. Himtaang 12. Awung 13. Hadiyyaa 14. Baraareet 15. Busee 16. Erbooree 17. Daasanchi 18. Gawaadii 19. Garoobaz 20. Tsamayi 21. Waarazi 22. Baayisoo 23. Gidooloo “Afaanoonni maatii kush wan waliin qooddatan Aadaafi jeechoota kushi duriirraa dhaalan eerun bekkama.” Jedhu qorattonni seena( jara 16ffa .maxxansa 1996, ful.24,maxxansa 1998 ful.20) F.K. Oromoon Afaan soomaalee waliin jechoota % 35–40 waliin qabu jedhamee tilmaamama.Koonsoon Afan Oromoo wallin %50 qooddatu.Egaa kun soochiin uummata kush essaa gara eessatti akka ture nu mirkaneessa. Kabajamtoota dubbistoota keenyaa hardhaaf kanan dubbiserraa kan isinii qopheesse kanuma.Yeroo gara biraammoo mataduree gara biraan isin dubbisiisa.Waan dubbistaniif Galatooma.Dubbisuun beekumsa namaa dabala ! Masqaluu Baalchaa tiin! "ancient history of oromo"
Mostrar todo...
👍 2
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.