en
Feedback
Iqbal Seenaa Oromo

Iqbal Seenaa Oromo

Open in Telegram

Chanel kun Jechoota Onnachiso Nama jajjabeessa hordofa Join godha @Jechoota_Onnachiso YouTube Kanalle subscribe Godhaa https://youtube.com/@enuarahas?si=oT9UTIyfOCNhZ2qJ

Show more
1 273
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
August '26
August '260
in 0 channels
July '260
in 0 channels
Get PRO
June '260
in 0 channels
Get PRO
May '260
in 0 channels
Get PRO
April '260
in 0 channels
Get PRO
March '260
in 0 channels
Get PRO
February '260
in 0 channels
Get PRO
January '260
in 0 channels
Get PRO
December '250
in 0 channels
Get PRO
November '250
in 0 channels
Get PRO
October '250
in 0 channels
Get PRO
September '250
in 0 channels
Get PRO
August '250
in 0 channels
Get PRO
July '250
in 0 channels
Get PRO
June '250
in 0 channels
Get PRO
May '250
in 0 channels
Get PRO
April '250
in 0 channels
Get PRO
March '250
in 0 channels
Get PRO
February '250
in 0 channels
Get PRO
January '250
in 0 channels
Get PRO
December '240
in 0 channels
Get PRO
November '240
in 0 channels
Get PRO
October '240
in 0 channels
Get PRO
September '24
+80
in 0 channels
Get PRO
August '24
+89
in 0 channels
Get PRO
July '24
+96
in 0 channels
Get PRO
June '24
+121
in 0 channels
Get PRO
May '24
+91
in 0 channels
Get PRO
April '24
+87
in 0 channels
Get PRO
March '24
+128
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '24
+133
in 0 channels
Get PRO
December '23
+152
in 0 channels
Get PRO
November '23
+139
in 0 channels
Get PRO
October '23
+124
in 0 channels
Get PRO
September '23
+84
in 0 channels
Get PRO
August '23
+106
in 0 channels
Get PRO
July '23
+97
in 0 channels
Get PRO
June '23
+81
in 0 channels
Get PRO
May '23
+93
in 0 channels
Get PRO
April '23
+61
in 0 channels
Get PRO
March '23
+75
in 0 channels
Get PRO
February '23
+87
in 0 channels
Get PRO
January '23
+143
in 0 channels
Get PRO
December '22
+124
in 0 channels
Get PRO
November '22
+112
in 0 channels
Get PRO
October '22
+120
in 0 channels
Get PRO
September '22
+107
in 0 channels
Get PRO
August '22
+109
in 0 channels
Get PRO
July '22
+134
in 0 channels
Get PRO
June '22
+102
in 0 channels
Get PRO
May '22
+78
in 0 channels
Get PRO
April '22
+280
in 0 channels
Channel Posts
Baayyina jibbitoota keeti yoo baruu barbaadde dogoggori baayyina nama keetis baruu yoo feete dogoggori jibbitoonni dogoggora keetiin si balleessuuf ariifatu jaalattoonni kee dogoggora kee sii sirreessuuf yaalu dogoggora kee kan arra caalaa cimina kee kan kaleessaa laalu. ✍️ Herosan Nuure

2
https://youtube.com/@Nuu_Fi_Isaan?si=m-FnydHadPhubfAb Hordoftoota Koo Youtube Kanallee Subcribe Godhaa
819
3
Galatoomaa Hordoftoota Ko Asiin Baga Nageessan Subscribe 1.5k 🙏🙏
1 307
4
Bilisummaa seetee dallaya keessaa baatee dhukketti gangalatte… Qola ulfinaa keessaa yoo baate: qolli kee salphina taha! 👇Joi
Bilisummaa seetee dallaya keessaa baatee dhukketti gangalatte… Qola ulfinaa keessaa yoo baate: qolli kee salphina taha! 👇Join godhaa @Jechoota_Onnachiiso_Jaalala
821
5
Guyyaa Jummaa Salawataa Buusun Ajrii Guddaa qaba Sallu Ala Nabi #SAW
Guyyaa Jummaa Salawataa Buusun Ajrii Guddaa qaba Sallu Ala Nabi #SAW
358
6
Baga Rabbin Soomana Ramadaanaa Bara 1144 tin Isin Gahe Rabbin Warra Bara Heeddu Takka Soomanee Soomanni Irraa Qeebalame Isin
Baga Rabbin Soomana Ramadaanaa Bara 1144 tin Isin Gahe Rabbin Warra Bara Heeddu Takka Soomanee Soomanni Irraa Qeebalame Isin Haa Godhu 🙏🤲Rabbiif Jechaan Isin Jaaladha
955
7
Baga Rabbin Soomana Ramadaanaa Bara 1144 tin Isin Gahe Rabbin Warra Bara Heeddu Takka Soomanee Soomanni Irraa Qeebalame Isin
Baga Rabbin Soomana Ramadaanaa Bara 1144 tin Isin Gahe Rabbin Warra Bara Heeddu Takka Soomanee Soomanni Irraa Qeebalame Isin Haa Godhu 🙏🤲Rabbiif Jechaan Isin Jaaladha
1
8
Duraan dursee As Wr Wb xalayaan kun su'uud arbiyaa irraa hawaasa musilmaa maraaf dhaamsa kana kan debarse sh/Ahmad nabbiyyi keenyaa irra (s.a.w) wardiyaa masgiidaa isaanii kan ta'an ergaan isaaniis akkana jechuun jalqaba guyyaa jimaata galgala qur'aana qara'ee rafee nabiyyiin keenyaa(s.a.w) manaaban natti dhufanii akkana naan jedhaan guyyaa jimaata har'aa namni 6000 ta'u du'e namoota kana keessaa namni tokkolee jennata hin galle Namoonni kunninis 1.Dubartoota jecha Abba warra hin fudhanne 2.Dureessa hiyyeessa hin yaadannee 3.Hajjii seeraan kan hin geffanne 4. Isaan saalata isaanii yeroon hin salaanne Sh/Ahmaad akkan jedhaan namni xalaayaan kun is a gahee hundi hawaasa musliima maraaf akka raabsu. Namni xalaayaa kana raabse rabbii irraa mindaa ol aana argata Sh/Ahmaad akkan jedhaan yoo ergaan tun SOBA taate manguddummaa nabiyyii (s.a.w) na hin dhaqqabiin jedhe kabajaamoo musliima obbolessa fi obbollettiin martuu islamumma akka nabiyyin jedhanitti akka hordooftaan rabbiin Sub_haana wata'aal dhiifama akka gaafattan guyyaa wixaata fi kaamsa Aadaa godhattan akka soomtaan namni xalayaan kun isa gahe yoo xiqqate nama 20 sher godha _Namni kana godhe jaalala rasuulaa(s.a.w)fedha rabbiitiin wanti inni yaade hundi ni taatiif _ Wanta duraan hin argine arguu jalqaba _Namni tokko KALIVARNII kan jedhamu xalayaan kun isa gahee hedduminaan raabsee yeroo muraasa booda carraan gaariin is a gahe. _Namni A/salaam jedhamu tokko xalayaan kun isa gahee waan laaffiseef yeroo muraasa booda hojii irra ari'ame. Rakkinni kun isa muudannaan xalayaa kana yaadatee baayisee raabse guyyaa (5)booda dalagaa isa diraa caalu argate. _Namni VOOLMANTI jedhamu ammo xalayaan kun isa gahee erga kana fayidaa dhabamsiisee fakkeessuun bibbinxee guyyaa(9)ffaa tti du'e. Itti deebi'ee sh/Ahmaad akkana jedhan maqaa rabbiitiin isin kadhe namni xalayaan kuni isin gahe martii baayiftanii isilaama maraaf akka raabsitan kabajamaa rabbiif galanni Haa gahu. As wr wb @amantii_islaamaa @amantii_islaamaa
361
9
Akkuma Dubnisteen Likkitti Ija Isaani Keessa Laali 👁👁
Akkuma Dubnisteen Likkitti Ija Isaani Keessa Laali 👁👁
1 302
10
👉 Iqu fi Iqbal Waliin Jireenya Namoota 2n kana Haa Laallu Inni Irra Guddaa Kun Iqbal Ja'ama Inni Xiqqaan kun Iqu Ja'amun Bee
👉 Iqu fi Iqbal Waliin Jireenya Namoota 2n kana Haa Laallu Inni Irra Guddaa Kun Iqbal Ja'ama Inni Xiqqaan kun Iqu Ja'amun Beekkama.Iqbal Kun Namoota Heeddu walin Waliif hin galu Amalli Isaa Akkuma Ibiddaati Namoota Irra Bu'e Hjnddahu Inuma Guba Mirra Isaa Toohachuu hin danddahu yeroo Mara Yaada Negatifin Deema Osuma Akkanaan jiruu Namni Maqaan Isaa Iqu Ja'amu Isima Iqbal Ja'amu keessa Bahe Iqu Jechuun Miira Tohata Iqbal Ja'amun Beekkama Amalli Isaa akkuma Bishaaniti Yoo namni Fageenya Isaa hin beyine Seene Ni hammata Yoo Ammo Ibiddatti naqame Ibidda San Ni dhaamsa Yaadni Iqun Addunyaa tanaafi namoota Addunyaa Tana Keessa jiraniif Qabu Ilaalcha Gaarii qaba Miidhuurra miidhamuufi Jibbuu irra Jaalachuu Walumaagalatti Iqun Faalla Jireenya Iqbali. Amalli Iquu Ammo Isa Guddaa Kana Persent 100/100 Moohee Iqbal Nama Ja'amu kana Harkkatti Galfatee Mana Barusa Jibba Irraa baase Mana Barumsa Jaalalaan Jiraachu Naqee Fildii Jaalala Ja'amtun Eebise. Amalii Iqu Namoota Bayyetti Tole AKkuma dubnisteen Namota Kana Likkiti
1 039
11
Intala tokko dhiirota 4 taanee bakka tokko teenyee text barreessaafi turre, maqaa ishee gaafannee hunda keenyatti himte, lakk
Intala tokko dhiirota 4 taanee bakka tokko teenyee text barreessaafi turre, maqaa ishee gaafannee hunda keenyatti himte, lakkoofsa ishee gaafannee isas walumaa faana nuuf ergite, Dhumarratti garuu hojii keenyaa nu gaafatte! Hiriyyaankoo inni jalaqabaa gaheen hojiikoo "Hojii dhabaadha" jedhee isaaf asumaatti text isaa ilaaltee dhiistee🥺 Inni 2ffaa gaheenkoo "Shufeeriidha" jedhee tolee ammuma wal arguu dandeenyaaree jettee! Inni 3ffaa gaheenkoo "Baankeriidha" jedhee Isaan immoo tolee Bor wal argina jette Animmoo gaheenkoo"barataadha" Akkuman jedheen wal hin arginuuree jennaan, ijaan si arguu hin barbaaduu naan jette Gabaabadhumatti shufeerii dursitee arguu barbaadde isheen shamarran garuu shufeera qofaa osoo hin taanee lafoofis dursa kennaa dhaamsakooti 🤣 JOIN GODHAA👇 @Jechoota_Onnachiiso
1 102
12
Xaxama xaxamtuun xaxxeef xaxaa xaxxuun xaxxeen ani xaxamee hin kufu. Xaxxuun xaxaa xaxuun amala isheeti. Xaxamniif xaxaan ish+2
Xaxama xaxamtuun xaxxeef xaxaa xaxxuun xaxxeen ani xaxamee hin kufu. Xaxxuun xaxaa xaxuun amala isheeti. Xaxamniif xaxaan isheen xaxxe, xaxee nan kuffisu. Xaxamaa xaxxuun naaf xaxxeenan xaxamee kufa osoo hin taane, xaxaa fi xaxama xaxxuun naaf xaxxe keessaa Rabbi na baasa! Xaxaaf xaxamni xaxxuun xaxxe xaxxuudhuma xaxxe xaxee kuffisa Suuta dubbisi🤣 Halkan bareedaa qabaadhaa!!
1 065
13
Nyaachuu qofaaf anfariirree, Isa nu nyaatu yoo hin agarre, Kan waraanamnee du'aa jirru, Kan biraatti yoo kottee dirru, Miidha
Nyaachuu qofaaf anfariirree, Isa nu nyaatu yoo hin agarre, Kan waraanamnee du'aa jirru, Kan biraatti yoo kottee dirru, Miidhama keenya dagannee, Yoo kan biraatti afaan banne, Wal galaafachuu taatu malee, Wal oolchuun waan hin malle. Akki fakkaate maakmaaksa harree, Ani du'u sarduun akka'in magarre, Jechuun wal mancaasuu yoo taate, Akka walirra jiruun yoo wal nyaate, Ardiin tun nutti taati uuda jibbaa, Hiikni duwwaa baay'isuu dhibbaa, Duwwaatu hafa isii bu'aa hin qabne, Herreega akkanaatiin hundi agabne. Saphaloo Kadiir Amajjii, 2023 | Oromiyaa.
986
14
Galatooma Ummata
1 475
15
sticker.webp
115
16
sticker.webp
1
17
sticker.webp
1
18
Barsiisaa diinii Islaamaa Leencicha ija kuulaa Gumbii beekumsaa dhabne Muftii Sheek Aadam Tuulaa Gumaata baha biiftuu Urjii warra kombolchaa Dhabni keessan nuuf caba Muslima mara okkolcha Sheeka sheekota hedduu Ilmii baree barsiise Daa’iiwwan; Ustaazota~haafizootaaf aalimman Baayyee karaa agarsiise Gaaddisa firii qaalii Bara baraan daraaraa Maanguddoo guddaa dhabde Biyyis jaarsa araaraa Gaaf guyyaan nutti dhiitee Biiftuun Ormaaf bariitu Gaafa Sumaaleen shiraan Qomoo keenya ariitu... Gaafa Ormi akka loonii Adamsitee nu qaltu Gaafa gaddaaf gadadoon Qe'ee keenyatti galtu Gaafa Oromummaa qofaan Eeboon diinaa nu hure Sheek Aadam Tuulaa fa'atu Jaarsummaan rakkoo fure! Goota ija barbadaati Roga maraanuu guutuu Isaan lubbuun darbanis Hojiin 'saanii hin duutu Bara jireenya isaanii Hin teenye maratanii Waggoota torbaatamaaf Hiran, waan baratani! Muftii waardiyyaa ta’uun Diinii har’aan nuuf ga'e Kumaatamni leenji'ee Harka isaaniirraa ba’e Har'a waamicha Rabbiin Deemanis bakka-n oolle Gumaata nurraa qabu~kanaaf gaggessaa isaaniif Baay'annee dachii goolle! Kan oolmaa Isarraa qabu Duruu ummanni galataa Hojii isaatu hin du’u Bara baraan dhalataa Dungoo diinii ta'ani Bu'uun faana Nabiyyii(S.A.W) Kanaaf dambaliin yaanee Jaarsaa hanga sabiyyii Harka keenya ol' qabnee Rabbii keenya waammannee Galata isaanii himaa~jennata akka nuuf kaa’u Imaanaa itti dhaammanne Duruu kan milkaa'eetu Diinii isaaf of kennataa Qubsumni sheeka keenyaa Nuuf haa ta’u jennata!!🤲 ✍️.... @Jechoota_Onnachisoo_Jaalalaa
1 347
19
No text...
805
20
#Isii_fi_Isa ❤❤❤❤ #Isii Ilaamee Gabaabaako Gabaaba Akka Qocaa Osoo Naaf Dandda'ame Dheerinaan Sif Bocaa.. #Isa Nan Arihin Yaa+1
#Isii_fi_Isa ❤❤❤❤ #Isii Ilaamee Gabaabaako Gabaaba Akka Qocaa Osoo Naaf Dandda'ame Dheerinaan Sif Bocaa.. #Isa Nan Arihin Yaa Dheertuu ko Dhewrtu Akka Gaattira Ani Gabaabinaamiti Jaalalaaniin Siif jiraa.... #Isii Dhugaa Anillen Haalan Sin Madaalle dhaabaa Dhaabbina Haala Jiruu kee Sin Madaallee Siif Kannee Onnee ko Namummaanu Ulaagaadha Kana Anuu sittin Himu Atuu Naaf Ragaadha .... #Isa Siin Jaaladha Siin Jannan Nan Agarsiifne Cinqqii Akka Namoota Kaanis Naan Hin janne Gabaaba Ati Anaaf Jireenya Koo keessatti Faxaraaf fi hiraata Taakkuf Dhundhuma Taanus Safartuun Keenya Sireedha.... #Isii Jaalalli Ulaagaa Hin qabu Ulaagaan Saa Jaalala Nadhunggachuuf Yoo Jettes Siifin Kanna Malla AtilleAkkan Si dhunggadhuf Morma Kee Olnaaf kaafta Anu sin dhamaasu Garaa naraaftaa.. #Isa Jaalalli Jaalaluma Hin qabu Gurrachaf diimaa Kunoo Aruuzni keenyallen Barnoota Namaaf Himaa Jaalalli Ulaagaa Hin qabu Hin fedhu soofaf villa jaalalaan Kan madaalamu Yoomuu Nama Ta'uu qofaa❤❤❤❤❤❤ @Jechoota_Onnachiso_Jaalalaa👍
823