Iqbal Seenaa Oromo
Open in Telegram
Chanel kun Jechoota Onnachiso Nama jajjabeessa hordofa Join godha @Jechoota_Onnachiso YouTube Kanalle subscribe Godhaa https://youtube.com/@enuarahas?si=oT9UTIyfOCNhZ2qJ
Show more1 273
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
1 273
Baayyina jibbitoota keeti yoo baruu barbaadde dogoggori baayyina nama keetis baruu yoo feete dogoggori jibbitoonni dogoggora keetiin si balleessuuf ariifatu jaalattoonni kee dogoggora kee sii sirreessuuf yaalu dogoggora kee kan arra caalaa cimina kee kan kaleessaa laalu.
✍️ Herosan Nuure
1 273
https://youtube.com/@Nuu_Fi_Isaan?si=m-FnydHadPhubfAb
Hordoftoota Koo Youtube Kanallee Subcribe Godhaa
1 273
Bilisummaa seetee dallaya keessaa baatee dhukketti gangalatte…
Qola ulfinaa keessaa yoo baate: qolli kee salphina taha! 👇Join godhaa @Jechoota_Onnachiiso_Jaalala
1 273
Baga Rabbin Soomana Ramadaanaa Bara 1144 tin Isin Gahe Rabbin Warra Bara Heeddu Takka Soomanee Soomanni Irraa Qeebalame Isin Haa Godhu 🙏🤲Rabbiif Jechaan Isin Jaaladha
1 273
Baga Rabbin Soomana Ramadaanaa Bara 1144 tin Isin Gahe Rabbin Warra Bara Heeddu Takka Soomanee Soomanni Irraa Qeebalame Isin Haa Godhu 🙏🤲Rabbiif Jechaan Isin Jaaladha
1 273
Duraan dursee As Wr Wb xalayaan kun su'uud arbiyaa irraa hawaasa musilmaa maraaf dhaamsa kana kan debarse sh/Ahmad nabbiyyi keenyaa irra (s.a.w) wardiyaa masgiidaa isaanii kan ta'an ergaan isaaniis akkana jechuun jalqaba guyyaa jimaata galgala qur'aana qara'ee rafee nabiyyiin keenyaa(s.a.w) manaaban natti dhufanii akkana naan jedhaan guyyaa jimaata har'aa namni 6000 ta'u du'e namoota kana keessaa namni tokkolee jennata hin galle
Namoonni kunninis
1.Dubartoota jecha Abba warra hin fudhanne
2.Dureessa hiyyeessa hin yaadannee
3.Hajjii seeraan kan hin geffanne
4. Isaan saalata isaanii yeroon hin salaanne
Sh/Ahmaad akkan jedhaan namni xalaayaan kun is a gahee hundi hawaasa musliima maraaf akka raabsu.
Namni xalaayaa kana raabse rabbii irraa mindaa ol aana argata Sh/Ahmaad akkan jedhaan yoo ergaan tun SOBA taate manguddummaa nabiyyii (s.a.w) na hin dhaqqabiin jedhe kabajaamoo musliima obbolessa fi obbollettiin martuu islamumma akka nabiyyin jedhanitti akka hordooftaan rabbiin Sub_haana wata'aal dhiifama akka gaafattan guyyaa wixaata fi kaamsa Aadaa godhattan akka soomtaan namni xalayaan kun isa gahe yoo xiqqate nama 20 sher godha
_Namni kana godhe jaalala rasuulaa(s.a.w)fedha rabbiitiin wanti inni yaade hundi ni taatiif
_ Wanta duraan hin argine arguu jalqaba
_Namni tokko KALIVARNII kan jedhamu xalayaan kun isa gahee hedduminaan raabsee yeroo muraasa booda carraan gaariin is a gahe.
_Namni A/salaam jedhamu tokko xalayaan kun isa gahee waan laaffiseef yeroo muraasa booda hojii irra ari'ame.
Rakkinni kun isa muudannaan xalayaa kana yaadatee baayisee raabse guyyaa (5)booda dalagaa isa diraa caalu argate.
_Namni VOOLMANTI jedhamu ammo xalayaan kun isa gahee erga kana fayidaa dhabamsiisee fakkeessuun bibbinxee guyyaa(9)ffaa tti du'e.
Itti deebi'ee sh/Ahmaad akkana jedhan maqaa rabbiitiin isin kadhe namni xalayaan kuni isin gahe martii baayiftanii isilaama maraaf akka raabsitan kabajamaa rabbiif galanni Haa gahu. As wr wb
@amantii_islaamaa
@amantii_islaamaa
1 273
👉 Iqu fi Iqbal
Waliin Jireenya Namoota 2n kana Haa Laallu Inni Irra Guddaa Kun Iqbal Ja'ama Inni Xiqqaan kun Iqu Ja'amun Beekkama.Iqbal Kun Namoota Heeddu walin Waliif hin galu Amalli Isaa Akkuma Ibiddaati Namoota Irra Bu'e Hjnddahu Inuma Guba Mirra Isaa Toohachuu hin danddahu yeroo Mara Yaada Negatifin Deema Osuma Akkanaan jiruu Namni Maqaan Isaa Iqu Ja'amu Isima Iqbal Ja'amu keessa Bahe Iqu Jechuun Miira Tohata Iqbal Ja'amun Beekkama Amalli Isaa akkuma Bishaaniti Yoo namni Fageenya Isaa hin beyine Seene Ni hammata Yoo Ammo Ibiddatti naqame Ibidda San Ni dhaamsa Yaadni Iqun Addunyaa tanaafi namoota Addunyaa Tana Keessa jiraniif Qabu Ilaalcha Gaarii qaba Miidhuurra miidhamuufi Jibbuu irra Jaalachuu Walumaagalatti Iqun Faalla Jireenya Iqbali. Amalli Iquu Ammo Isa Guddaa Kana Persent 100/100 Moohee Iqbal Nama Ja'amu kana Harkkatti Galfatee Mana Barusa Jibba Irraa baase Mana Barumsa Jaalalaan Jiraachu Naqee Fildii Jaalala Ja'amtun Eebise. Amalii Iqu Namoota Bayyetti Tole AKkuma dubnisteen Namota Kana Likkiti
1 273
Intala tokko
dhiirota 4 taanee bakka tokko teenyee text barreessaafi turre, maqaa ishee gaafannee hunda keenyatti himte, lakkoofsa ishee gaafannee isas walumaa faana nuuf ergite, Dhumarratti garuu hojii keenyaa nu gaafatte!
Hiriyyaankoo inni jalaqabaa gaheen hojiikoo "Hojii dhabaadha" jedhee isaaf asumaatti text isaa ilaaltee dhiistee🥺
Inni 2ffaa gaheenkoo "Shufeeriidha" jedhee tolee ammuma wal arguu dandeenyaaree jettee!
Inni 3ffaa gaheenkoo "Baankeriidha" jedhee Isaan immoo tolee Bor wal argina jette
Animmoo gaheenkoo"barataadha" Akkuman jedheen wal hin arginuuree jennaan, ijaan si arguu hin barbaaduu naan jette
Gabaabadhumatti shufeerii dursitee arguu barbaadde isheen shamarran garuu shufeera qofaa osoo hin taanee lafoofis dursa kennaa
dhaamsakooti 🤣
JOIN GODHAA👇
@Jechoota_Onnachiiso
1 273
Xaxama xaxamtuun xaxxeef xaxaa xaxxuun xaxxeen ani xaxamee hin kufu. Xaxxuun xaxaa xaxuun amala isheeti. Xaxamniif xaxaan isheen xaxxe, xaxee nan kuffisu. Xaxamaa xaxxuun naaf xaxxeenan xaxamee kufa osoo hin taane, xaxaa fi xaxama xaxxuun naaf xaxxe keessaa Rabbi na baasa! Xaxaaf xaxamni xaxxuun xaxxe xaxxuudhuma xaxxe xaxee kuffisa
Suuta dubbisi🤣
Halkan bareedaa qabaadhaa!!
1 273
Nyaachuu qofaaf anfariirree,
Isa nu nyaatu yoo hin agarre,
Kan waraanamnee du'aa jirru,
Kan biraatti yoo kottee dirru,
Miidhama keenya dagannee,
Yoo kan biraatti afaan banne,
Wal galaafachuu taatu malee,
Wal oolchuun waan hin malle.
Akki fakkaate maakmaaksa harree,
Ani du'u sarduun akka'in magarre,
Jechuun wal mancaasuu yoo taate,
Akka walirra jiruun yoo wal nyaate,
Ardiin tun nutti taati uuda jibbaa,
Hiikni duwwaa baay'isuu dhibbaa,
Duwwaatu hafa isii bu'aa hin qabne,
Herreega akkanaatiin hundi agabne.
Saphaloo Kadiir
Amajjii, 2023 | Oromiyaa.
1 273
Barsiisaa diinii Islaamaa
Leencicha ija kuulaa
Gumbii beekumsaa dhabne
Muftii Sheek Aadam Tuulaa
Gumaata baha biiftuu
Urjii warra kombolchaa
Dhabni keessan nuuf caba
Muslima mara okkolcha
Sheeka sheekota hedduu
Ilmii baree barsiise
Daa’iiwwan; Ustaazota~haafizootaaf aalimman
Baayyee karaa agarsiise
Gaaddisa firii qaalii
Bara baraan daraaraa
Maanguddoo guddaa dhabde
Biyyis jaarsa araaraa
Gaaf guyyaan nutti dhiitee
Biiftuun Ormaaf bariitu
Gaafa Sumaaleen shiraan
Qomoo keenya ariitu...
Gaafa Ormi akka loonii
Adamsitee nu qaltu
Gaafa gaddaaf gadadoon
Qe'ee keenyatti galtu
Gaafa Oromummaa qofaan
Eeboon diinaa nu hure
Sheek Aadam Tuulaa fa'atu
Jaarsummaan rakkoo fure!
Goota ija barbadaati
Roga maraanuu guutuu
Isaan lubbuun darbanis
Hojiin 'saanii hin duutu
Bara jireenya isaanii
Hin teenye maratanii
Waggoota torbaatamaaf
Hiran, waan baratani!
Muftii waardiyyaa ta’uun
Diinii har’aan nuuf ga'e
Kumaatamni leenji'ee
Harka isaaniirraa ba’e
Har'a waamicha Rabbiin
Deemanis bakka-n oolle
Gumaata nurraa qabu~kanaaf gaggessaa isaaniif
Baay'annee dachii goolle!
Kan oolmaa Isarraa qabu
Duruu ummanni galataa
Hojii isaatu hin du’u
Bara baraan dhalataa
Dungoo diinii ta'ani
Bu'uun faana Nabiyyii(S.A.W)
Kanaaf dambaliin yaanee
Jaarsaa hanga sabiyyii
Harka keenya ol' qabnee
Rabbii keenya waammannee
Galata isaanii himaa~jennata akka nuuf kaa’u
Imaanaa itti dhaammanne
Duruu kan milkaa'eetu
Diinii isaaf of kennataa
Qubsumni sheeka keenyaa
Nuuf haa ta’u jennata!!🤲
✍️.... @Jechoota_Onnachisoo_Jaalalaa
1 273
#Isii_fi_Isa
❤❤❤❤
#Isii
Ilaamee Gabaabaako
Gabaaba Akka Qocaa
Osoo Naaf Dandda'ame
Dheerinaan Sif Bocaa..
#Isa
Nan Arihin Yaa Dheertuu ko Dhewrtu Akka Gaattira
Ani Gabaabinaamiti Jaalalaaniin Siif jiraa....
#Isii
Dhugaa Anillen Haalan Sin Madaalle dhaabaa Dhaabbina Haala Jiruu kee Sin Madaallee Siif Kannee Onnee ko Namummaanu Ulaagaadha Kana Anuu sittin Himu Atuu Naaf Ragaadha ....
#Isa
Siin Jaaladha Siin Jannan Nan Agarsiifne Cinqqii Akka Namoota Kaanis
Naan Hin janne Gabaaba
Ati Anaaf Jireenya Koo keessatti Faxaraaf fi hiraata Taakkuf Dhundhuma Taanus Safartuun Keenya Sireedha....
#Isii
Jaalalli Ulaagaa Hin qabu Ulaagaan Saa Jaalala Nadhunggachuuf Yoo Jettes Siifin Kanna Malla
AtilleAkkan Si dhunggadhuf Morma Kee Olnaaf kaafta Anu sin dhamaasu Garaa naraaftaa..
#Isa
Jaalalli Jaalaluma Hin qabu Gurrachaf diimaa
Kunoo Aruuzni keenyallen
Barnoota Namaaf Himaa
Jaalalli Ulaagaa Hin qabu
Hin fedhu soofaf villa jaalalaan Kan madaalamu Yoomuu Nama Ta'uu qofaa❤❤❤❤❤❤
@Jechoota_Onnachiso_Jaalalaa👍
