cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

♡ Abduljalil Redwan ♡

👥 Nutti dhuhaadha :- Barachu:-Booharuf:- wantota dinqisoof Nashida, Da'waale garagaraa.... 🙏 @AbduljalilRedwan 🙏 👇 SUBSCRIBE 👇YouTube https://youtube.com/channel/UCEP1CQsDo_4TUJspM0l 📼YAADA YOO QABAATTAN 🎤 @Abdulj14 @AbduljBot

Show more
Finland2 485The language is not specifiedReligion & Spirituality52 894
Advertising posts
1 488
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-2030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Dubartii balleessanii dubartii gaarii nan fuudha jedhu. Tokko tokko dubartii jaalala waliin jalqabne sana hin fuunuu jedhu. Ishii jaallachaa turte ni fuutaa! Obboleettiin isaatu boolla inni dubartii biraaf qotu itti seena. Shamarree tokko balleessuu kee dura kana yaadadhu: √ Isheen abbaa qabdi, gara fuulduraattis abbaa taata beekhi atis. Sana booda namni tokko intaal kee ni balleessa maalsitti fakkata mee so akkanuma beekhi Obboleetiin namaas. √ Akkuma obboleessa ishiin qabdu, atis obboleettii qabda. √ Gara fuulduraatti abbaa manaa ni qabaatii, ati immoo haadha manaa ni qabaatta. By the way, haala amma keessa jirru keessatti dhiironni dubartoota balleessan illee itti dabalamuu hin Barbaadan. Dubartoonni akka manca'an waan hayyaman fakkaata. Wollahu-l-Mustaan! @dubartiimuslimaa
Show all...
👍 1
https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_842856810 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Show all...
Balbala Namummaa ilma namaa! Nama namummaa barbaadeetu madaala isaanii malee hin madaalamne. Barakaa diinii fi duniyaatu barsiisa keessaniin malee hin argamne. Iimaana Mu'mintootaatu jaalala keessaniin malee hin guutamne. Siituu Rabbii kee faarsee Faaruu Rabbii nu barsiise, Karaa keetiin malee Rabbi gabbaruun akka sirrii hin taane dhugaa jirtuutu nu garsiise. Gaafa Funyoo Ergama Keetii Jalatti walitti qabamnu Humnaa fi Milkaa'inaani guutamne. Gaafa Ergaa tee laaffifnu Walitti garagallee Wal nyaatuu jalqabne. Osoo nuti waliif jirra jennee Walitti himnuu, Osoo nuti wal qabna jennee dhaadannuu, Osoo Rabbiin «Waliif ni Rahmatan, Diina isaan irratti ammoo ni jabaatan» jedhuu Walirratti duuluun oogummaa fi beekumsa taate. Yaa Ifaa addunyaa Funyoo Rabbiin biraa gad kaate, Tan ati fiddee walitti nu hiitee, San lakkisuu keenyaatuu nu galaafate. Jiirkaa jaalalaa Tan qubsumti ishii Mowlaa biraa taate, Tan fedhaa fi ajaja Rahmaaniin haguugamte, Xiiba Warra amanee kan wal jaalatee tan taate, Rahmaanoon arshii gubbaa nuuf haa roobsu. Namni karaa abbaa Jaalalaa jala deemu Waan dhabe hin qabu, waan obboleessa isaa kan rakkateen gargaaru hin dhabu, kabajaa obboleessa isaa tuquuf onnee fi yeroo itti hin qabu. Hundi dogongora keenyaa baasee nu saaxila. Guyyaa tokko dirree adiitti nu waxiila. Sodaan Rabbii nu keessaa Dhabamuutu Kana hundaaf Nu cunfa/Xaliila. Hadaraa Rabbii haa Sodaannuu, Jechaa fi gocha jaalallee Keenyaa, Sayyida aalamaa, Dubbataa Ergaa Rabbii kan Ta'e Nabii keenya( Sallallaahu aleyhi Wasallam) itti haa hojjannuu. Barakallahu fiikum! @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan
Show all...
👍 2 2
#haadha Way haadha tana Aayyoo na deesse Anaaf jacha jattee Rakinni si baase Halkaniifi guyyaa Waan ati naaf taate Maal himen maalin dhiisa Galata khee yaa umma too Rabbumaafin dhiisa (2) @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan
Show all...
#haadha Way haadha tana Aayyoo na deesse Anaaf jacha jattee Rakinni si baase Halkaniifi guyyaa Waan ati naaf taate Maal himen maalin dhiisa Galata khee yaa umma too Rabbumaafin dhiisa (2) @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan
Show all...
1
Kitchen seenanii meeshaa Dhiqulle osoo taate warreen Haadha mana isaanii gargaaran nageeny fi rahmanni rabbii Isaan Irraatti Haa roobu:: Haadha mana ofii hojii gargaaruun Sunnaa nabiiyyi Sallallaahu Aleeyhi Wasallami malee dhiirumàa nama Gadi hin buusu:: @dubartiimuslimaa
Show all...
1
እውነተኝት አላህ እንዲህ ሲል ተናግሯል " እናንተ ያመናችሁ ሆይ! አላህ ፍሩ ከእውነትኞቹም ጋር ኹኑ" ( towba119) ".... እውነተኞች ወንዶችና እውነተኞች ሴቶችም...."(azaaba 35) "......እውነተኞች በኾኑ ኖሮ ለእርሱ የተሻለ በኾነ ነበር....."(muhammed 21) - እውነት የመናገር ጠቃሚነት እውነት የመልካም ነገሮች ሁሉ ምክንያት ነውና. ከሐሰት መጠንቀቅ ሐሰት የመጥፎ ነገሮች ምናጭ ነውና .አንድን ባሕሪ የተላበሰ ሰው በዚያው ባሕሪው ሊጠራ ይገባል. - ምንዳ ወይም ቅጣት የሰው ልጅ በሚጠራው መልካም ወይም መጥፎ ተግባር ላይ የተንተራሰ ነው. ✍ቢንት አብደላ @dubartiimuslimaa
Show all...
Qalbii waan barbaadu Ni gaafatti rabbiin immoo Waan ishiif gaarii isiif deebisa Rabbiin waan nuuf kheyrii qabu Cufa nuuf Haa kennu🤲 @dubartiimuslimaa
Show all...
6
Ay jannata! Biyyuma akkam haataatu dhiroo! Badhaasa rabbii tahuu kee yeroon Yaadu immoo qalbii too si yaada Garaa koo si hawwaa.💗 Jannata............. @dubartiimuslimaa
Show all...
2
" dilii hin qabu" jechuun mataan Isaatu diliidha Yeroo hunda an sirriidha jechuun Dadhabina keenyaf bu'uura jalqabaati ; Yeroo tokko tokkos dogongore Jechuun an sirridha jecha jedhu Irra kabajaa namatti godha! @dubartiimuslimaa
Show all...