Oromian Students
Open in Telegram
■Channel kanarraa:- ✓Reference book ✓Text book ✓Teacher guide ✓ Work sheet ✓Entrance Exam ✓Odeeffannoo waa'ee barnootaa ni argattu! Buy ads: https://telega.io/c/Oromian_Students
Show more7 066
Subscribers
No data24 hours
-277 days
-12530 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
May '26
May '26
+39
in 0 channels
April '26
+41
in 0 channels
Get PRO
March '26
+27
in 0 channels
Get PRO
February '26
+25
in 0 channels
Get PRO
January '26
+38
in 0 channels
Get PRO
December '25
+34
in 0 channels
Get PRO
November '25
+65
in 1 channels
Get PRO
October '25
+71
in 2 channels
Get PRO
September '25
+187
in 3 channels
Get PRO
August '25
+150
in 4 channels
Get PRO
July '25
+254
in 5 channels
Get PRO
June '25
+98
in 6 channels
Get PRO
May '25
+99
in 0 channels
Get PRO
April '25
+80
in 2 channels
Get PRO
March '25
+92
in 1 channels
Get PRO
February '25
+71
in 2 channels
Get PRO
January '25
+200
in 4 channels
Get PRO
December '24
+139
in 4 channels
Get PRO
November '24
+157
in 6 channels
Get PRO
October '24
+205
in 5 channels
Get PRO
September '24
+194
in 7 channels
Get PRO
August '24
+389
in 4 channels
Get PRO
July '24
+146
in 4 channels
Get PRO
June '24
+139
in 0 channels
Get PRO
May '24
+112
in 2 channels
Get PRO
April '24
+95
in 0 channels
Get PRO
March '24
+102
in 1 channels
Get PRO
February '24
+301
in 0 channels
Get PRO
January '24
+486
in 3 channels
Get PRO
December '23
+295
in 2 channels
Get PRO
November '23
+155
in 3 channels
Get PRO
October '23
+315
in 9 channels
Get PRO
September '23
+106
in 0 channels
Get PRO
August '23
+300
in 0 channels
Get PRO
July '23
+263
in 0 channels
Get PRO
June '23
+143
in 0 channels
Get PRO
May '23
+88
in 0 channels
Get PRO
April '23
+91
in 0 channels
Get PRO
March '23
+58
in 0 channels
Get PRO
February '23
+66
in 0 channels
Get PRO
January '23
+298
in 0 channels
Get PRO
December '22
+121
in 0 channels
Get PRO
November '22
+186
in 0 channels
Get PRO
October '22
+566
in 0 channels
Get PRO
September '22
+900
in 0 channels
Get PRO
August '22
+971
in 0 channels
Get PRO
July '22
+341
in 0 channels
Get PRO
June '22
+237
in 0 channels
Get PRO
May '22
+481
in 0 channels
Get PRO
April '22
+498
in 0 channels
Get PRO
March '22
+1 055
in 0 channels
Get PRO
February '22
+384
in 0 channels
Get PRO
January '22
+555
in 0 channels
Get PRO
December '21
+523
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 29 May | +3 | |||
| 28 May | +1 | |||
| 27 May | 0 | |||
| 26 May | +1 | |||
| 25 May | +2 | |||
| 24 May | +1 | |||
| 23 May | +1 | |||
| 22 May | +1 | |||
| 21 May | +3 | |||
| 20 May | 0 | |||
| 19 May | +3 | |||
| 18 May | +2 | |||
| 17 May | +2 | |||
| 16 May | 0 | |||
| 15 May | 0 | |||
| 14 May | +1 | |||
| 13 May | +2 | |||
| 12 May | +1 | |||
| 11 May | 0 | |||
| 10 May | +3 | |||
| 09 May | +1 | |||
| 08 May | +2 | |||
| 07 May | +1 | |||
| 06 May | +3 | |||
| 05 May | +3 | |||
| 04 May | 0 | |||
| 03 May | 0 | |||
| 02 May | 0 | |||
| 01 May | +2 |
Channel Posts
Qormaatni Madaallii Gahumsa Ogummaa Barsiisotaafi Hoggansa Manneen Barnootaa Guyyaan Beekame.
---------
BBO- Guraandhala 21/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa naannichaa yeroo yeroon qormaata madaallii gahumsa ogummaa barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa mirkaneessu kennuun Heyyama Gahumsa Ogummaa kennaa turuun ni beekama.
Haaluma kanaan bara 2018 keessa qormaata marsaa bara kanaaf kennamu fudhachuuf fedhiin 'online'n galmaa'an:-
#Barsiisotniifi_hoggansi manneen barnootaa Sad.1ffaa (kutaa 1-6) barsiisan - 11,572
#Barsiisotniifi_HMB_Sad_Giddu_Galeessaa (kutaa 7-8) barsiisan - 7,244 fi
#Barsiisotniifi_HMB_Sad_2ffaa (kutaa 9-12) barsiisan - 5,776 ,
#Walumaa_galatti naannoo keenyatti fedhiisaanitiin galmaa'un #guyyaa_qormaataa_madaallii_ogummaa_eeggachaa_jiran 24 592 ta'uun beekameera.
Qormaatni Madaallii Gahumsa Ogummaa Barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa Bara 2018 Kennamu #Akka_Biyyaatti_Guyyaafi_Sa'aatii #Walfakkaatu_Keessatti_Kan_Kennamu Ta'uu Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Ergaa Dabarseera.
Kanaafuu,
#Guyyaa_Qormaataa :- Bitootessa 28/2018,
#Sa'aatiin Qormaataa :- Ganama Sa'aatii 3:00 - 5;00 tti kennama.
#Haala_Qormaataa :- 'Online' kompitaraan
#Qophii_Qormaataa:- Barsiisaan hunduu Sadarkaa Sadarkaa Barsiisaa Jirutti Gosa barnootaa barsiisaa Jiru keessaa qophaa'a.
#Iddoo_Qormaataa:- Waajjirri Barnootaa Godinaalee, Magaalotaa, Kutaa Magaalotaafi Aanaaleen ogeessota ICT isaanii waliin ta'uun dursanii kan isin beeksisan ta'uu kallattiin
| 2 | Breaking :- Filannoo Biyyaalessaa fi Barattoota Yuunivarsiitii
Ministeerri Barnootaa xalayaa dhaabbilee barnoota olaanootiif ergeen waa'ee jiraachuu Barnootaa yeroo filannoo biyyaalessaa kana jedheera.
Caamsaa 24 bara 2018 kan gaggeeffamu Filannoo Biyyaalessaa irratti barattoonni filachuu akka danda'aaniif barnoonni kennamu filannoo dura akka xumuramu fi barattoonni gara maatii isaaniitti akka deeman hojimaanni yaadamee ture kenniinsa qulqullina barnootaa akkasumas qophii barattootaa qormaataaf akkasumas Bu'a qabeessummaa irratti sababa dhiibbaa inni qabuutiin rakkisaa ta'ee waan argameef, barattoonni deemanii filatanii deebi'uuf guyyoonni isaan barbaachisan qofti yaadamee akka isaaniif eeyyamamu fi filatanii akkuma deebi'aniin barnoota isaanii akka itti fufan Ministeerri Barnootaa fi Boordiin Filannoo Biyyaalessaa waliin dubbachuun walii galtee irra gahaaniiru.
Kana waan ta'eefis guyyoota isaaniif eeyyamame keessatti deemanii filatanii deebi'uu akka danda'aaniif eeyyamni akka isaaniif kennamu hubachiisaa, kanaafis akka gargaaru Boordii Filannoo irraa bu'uura kallattii kennamuutiin galmeen filannoo barattootaa fi dhimmoonni wal fakkaatoo kanneen biroo mijeessuun Boordichaaf deeggarsa akka taasistan.
#MoE | 2 148 |
| 3 | No text... | 1 128 |
| 4 | 📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details | 277 |
| 5 | No text... | 2 287 |
| 6 | Xumura ji’a kanaatti qormaanni bahumsaa kan kennamu yoo ta’u, barattoota yeroo jalqabaatiif qormaata kana fudhatan akka qormaata sana fudhachuuf Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa (National ID) fayyadamuun mirkaneessa eenyummaa (Identity Verification) akka raawwatan dhaabbileen barnoota olaanaa yaadachiisaa jiru.
Dhaabbileen kunneen akka ibsanitti, barattoonni/namoonni qormaataaf dhiyaatan hedduun hanga ammaatti mirkaneessa eenyummaa isaanii hin raawwanne.
Guyyoota hafan keessatti galmaa’aa/mirkaneessa gochuu hin dagatinaa!
👉 Liinkii armaan gadii fayyadamuun mirkaneessaa:
https://verify.ethernet.edu.et/ | 1 820 |
| 7 | Qaxarrii Barsisotaa (1).pdf | 1 604 |
| 8 | Walaloo jaalalaa babareduu argachuu yoo barbaadan #Join godha | 185 |
| 9 | Namoonni channel babbareedoo armaan gadii kanatti dabalamuu barbaaddan button asii gadii kana tuquun #Join godhaa | 215 |
| 10 | #Yuunivarsiitii_Arsii
Mashiniin *MRI* yeroo dheeraaf eegamaa ture Hoospitaala Asallaa dhaqqabee jira. Mashiniin MRI gaaffii hawaasaa yeroo dheera ture Amajjii guyyaa 03, 2018 Hoospitaala Asallaa gahee jiraachuu Yuunivarsiitii Arsii fuula miidiyaa hawaasaa isaa irratti beeysise.
Hoospitaalli barnootaa fi riifaraalaa Asallaa maashaa Ammayyaa'aa MRI kanatti dhimma bahuudhaan tajaajila yaalaa qulqulluu fi saffisaa ta'e hawaasaaf kennuuf akka gargaaru himame.
Dhuma irratti gaaffii hawaasaa yeroo dheeraa ture bu'aa bayii hedduu keessa darbee deebi quubsaa ta'e argatee meeshichi qabatamaan Hoospitaala Asallaa akka qaqqabuuf hoggansa Yuunivarsiitii Arsii dabalatee qooda fudhattoota gahee taphatan hundaaf hoggansi Yuunivarsiitichaa maqaa hawaasa Yuunivarsiitii Arsii hundaan galata guddaa isinii dhiyeessa jedhe Yuunivarsiitichi.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf
📌Join and share 👇👇👇
✳️@Oromian_Student🎯
✳️@Oromian_Student🎯
#Join Godhaa | 1 880 |
| 11 | +3 👀 Entrance ላይ English አሪፍ ማምጣት ከፈለጋችሁ ይሄን በደንብ አጥኑ እና ስሩት 😋😇
📌Join and share 👇👇👇
✳️ @Ethio600 🎯
✳️ @Ethio600 🎯 | 1 |
| 12 | Solar Exam Book EUEE 2002-2006.pdf | 1 241 |
| 13 | Galaxy Chemistry Grade 11.pdf | 1 111 |
| 14 | +2 Physics.pdf | 1 354 |
| 15 | Aptitude.pdf | 1 533 |
| 16 | Animals Offsprings by Negeri G..pdf | 1 288 |
| 17 | Blood relationship by Negeri G.pdf | 889 |
| 18 | Essential_Grammar_in_Use_Supplementary_Exercises_Hashemi,_Murphy.PDF | 779 |
| 19 | APTITUDE HANDOUT FOR GRADE 12_082046.docx | 878 |
| 20 | Aptitude Mathematics part Worksheet With its Solution.pdf | 930 |
