cookie

ะœั‹ ะธัะฟะพะปัŒะทัƒะตะผ ั„ะฐะนะปั‹ cookie ะดะปั ัƒะปัƒั‡ัˆะตะฝะธั ัะตั€ะฒะธัะฐ. ะะฐะถะฐะฒ ะบะฝะพะฟะบัƒ ยซะŸั€ะธะฝัั‚ัŒ ะฒัะตยป, ะฒั‹ ัะพะณะปะฐัˆะฐะตั‚ะตััŒ ั ะธัะฟะพะปัŒะทะพะฒะฐะฝะธะตะผ cookies.

avatar

๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡ https://t.me/Ibrahim_92taf

ะ‘ะพะปัŒัˆะต
ะ ะตะบะปะฐะผะฝั‹ะต ะฟะพัั‚ั‹
8 598
ะŸะพะดะฟะธัั‡ะธะบะธ
+3424 ั‡ะฐัะฐ
+1477 ะดะฝะตะน
+63030 ะดะฝะตะน

ะ—ะฐะณั€ัƒะทะบะฐ ะดะฐะฝะฝั‹ั…...

ะŸั€ะธั€ะพัั‚ ะฟะพะดะฟะธัั‡ะธะบะพะฒ

ะ—ะฐะณั€ัƒะทะบะฐ ะดะฐะฝะฝั‹ั…...

#Special โœ Nama addaa tahuudhaaf yoo onnatte, แŒฅแ‰ƒแ‰ตdhaaf uf qopheessuu qabda. Nama addaa tahuun gatii guddaa akka nama gaafatu dursitee beekuun waajiba. Share๐Ÿ‘‡ @tafak_or
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ัŒ ะฒัะต...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

โค 2
#Dhaloota_ammaa.... ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿฆฑ Ilma: Abbaa koo, gaafii barsiisaan Daree keessatti nu gaafate, guyyaa hardhaa namni hunduu dadhabee ana qofatu deebisee bar...!! ๐Ÿง”โ€โ™‚ Abbaa: Wow.....! baay'ee nama gammachiisa mucaa koo... gaafiin maal tureeyyu ? ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿฆฑ Ilma: Namni hardha hujii manaa osoon hojjatin dhufe eennu... ๐Ÿ˜œ Share ๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ัŒ ะฒัะต...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

๐Ÿ˜ 6๐Ÿ‘ 1
โœ Nama afaaniin caldhisee waa hunda bira dabru tahuun kee isaaniif hin galu. Suutumaan bira dabree.... bira dabree.... bira dabree.... .............., Hanga namni si argu kamuu wan guyyaa takka kufuu mitii mucucaatte sin seene takka. Obsi kee simaafuu raajiidha...! @tafak_or
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ัŒ ะฒัะต...
๐Ÿ‘ 3โค 1
โœ Rizqii halaalaa argachuun dugda nama cabsa, garuu akka mataa ol qabattee jiraattu si godhร ...! Rizqii halaalaa Rabbiin isiniif haa hiru. @tafak_or
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ัŒ ะฒัะต...
โค 29
#Ariifadhaa.... ูˆูŽุณูŽุงุฑูุนููˆุง ุฅูู„ูŽู‰ ู…ูŽุบู’ููุฑูŽุฉู ู…ู‘ูู† ุฑู‘ูŽุจู‘ููƒูู…ู’ ูˆูŽุฌูŽู†ู‘ูŽุฉู ุนูŽุฑู’ุถูู‡ูŽุง ุงู„ุณู‘ูŽู…ูŽุงูˆูŽุงุชู ูˆูŽุงู„ู’ุฃูŽุฑู’ุถู ุฃูุนูุฏู‘ูŽุชู’ ู„ูู„ู’ู…ูุชู‘ูŽู‚ููŠู†ูŽ #Ariifadhaa..... Duuti teettee sin eegduu waan taateef....! โœ Boru towbadha; boru dubbisa; boru waan barbaadu sana qopheessaan soba.... Boruun suni osoo nuti waan yaanne sana tokkochaa galmaan hin geenye nu bira gaha...! โœ Abjuun/yaadni keenya dheerachuun wal qabatee immoo....hundi keenyaa waan duuti tun nurraa fagoo jirtu wahii nutti fakkaata... sun isin qofa osoo hin taane, namni ammuma daqiiqaa takka dura du'es, akkuma kiyyaaf kee du'a tana fagootti eegaa tureera...! โœ #Ariifadhaa... limsuu ijaatiif barfachuun kee, gatii umrii guutuu si gaafachuun mala... Dubbitu dubbii fida jedhan: #Sunaabiihi/ุงู„ุตู‘ู†ุงุจุญูŠู‘ namni jedhamu tokko akkana jedhe: โ€œ Rasuula barbaachaaf Yamanirraa gara madiinaa imalle. Wayta nuti madiinaa Rasuulaa seennu, Rasuulli erga Aakiramee halkan Shan bule jedhamne... ๐Ÿ˜ขโ€ Argitee, halkan Shan qofa barfachuun isaanii, sadarkaa guddaa sahaabummaa sana isaan dhabsiise. โœ #Ariifadhaa... Sa'aatii takka barfachuun keenya Jannata nu dhabsiisuus mala....! waan hardha dalaguu dandeessan maaf boritti dabarsitan.... ๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ัŒ ะฒัะต...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

๐Ÿ‘ 5โค 2
Aa'ishaan haati mu'imintootaa ( Radiyallaahu anhumaa) waggaa meeqatti duute____?Anonymous voting
  • A) 66
  • B) 80
  • C) 85
0 votes
๐Ÿ‘ 4
โœ๏ธ Aa'ishaa Haati mu'imintootaa (Radiyallaahu anhumaa) waggaa meeqatti duute____?Anonymous voting
  • A) 66
  • B) 80
  • C) 85
0 votes
ูŠุง ุฃู…ุงู†ูŽ ุงู„ุฎูŽุงุฆูููŠู†ูŽุŒ ูŠูŽุง ู…ูŽู„ุงุฐูŽ ุงู„ุชู‘ูŽุงุฆู‡ููŠู†ูŽุŒ ุฑูุญู’ู…ูŽุงูƒูŽ ุฑูุญู’ู…ูŽุงูƒูŽ ุจูุงู„ู…ูŽุณูŽุงูƒููŠู†ู...... ๐Ÿคฒ
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ัŒ ะฒัะต...
ะคะพั‚ะพ ะฝะตะดะพัั‚ัƒะฟะฝะพะŸะพะบะฐะทะฐั‚ัŒ ะฒ Telegram
โœ Naannoo sin madaalle jiraachuu jechuun gabaabinnumatti teessoo kanarra taa'uu jechuudha. akkam Mee Yimechal? ๐Ÿ˜ https://t.me/tafak_or
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ัŒ ะฒัะต...
๐Ÿ‘ 7๐Ÿ˜ 1
Garee Facebook kootii kana Seenaa hordofaa ๐Ÿ‘‡ https://facebook.com/groups/241389094040288/
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ัŒ ะฒัะต...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

๐Ÿ‘ 2