cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡ https://t.me/Ibrahim_92taf

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
8 436
Obunachilar
+1624 soatlar
+1597 kunlar
+66630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

#Seenaa....๐Ÿ˜ โœ Abbaa manaattu "hifziin qur'aanaa natti jabaate" jedhee haadha manaatti himate. Haati manaas "
Yoo ati waggaa takka keessatti qur'aana buuste, baasii kootiin jaartii lammaffaa sitti fuudha"
jettee kakatte. Achumaa abbaan manaa waggaa takka osoo hin guunne baatii jaha keessatti buuse. Haati manaas guyyaa 3 soomuun kaasaa kakuu ishee kafalte. โœ Dhugaan qabduu ree aarii masaanuutiin waggaa guutuu guyyaa tokko soomaa guyyaa tokko soomuu mannaa... guyyaa sadi tana soomtee boqachuu wayyaaf..... ๐Ÿ˜ Share๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
Hammasini ko'rsatish...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

โค 15๐Ÿ˜ 6๐Ÿ‘ 3
#Ummii.... โค๏ธ โœ Osoo dugdi kankee gadi jedhee na baatuu baatee silaa dugdi koo ol diriiree hin dhaabbatu ture....! @Ibro https://t.me/tafak_or
Hammasini ko'rsatish...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

๐Ÿ‘ 6
โœ Eennus eennuun hin kasaaru... ๐Ÿ‘‡ kan si dhiisee deeme, isa biraa argata... atimmoo uf argatta...! @tafak_or
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 8โค 1
โœ
"Wanti Towhida caala Rabbiin biratti jaalatamu inuma hin jirre, wanti shirkii caala Rabbiin biratti jibbamus hin jiru"
ูˆู„ุงูŽ ุดูŽูŠุกูŽ ุฃุญูŽู€ุจู‘ ุฅู„ู‰ูฐ ุงู„ู„ูŽูŽู‡ ู…ูู†ูŽ ุงู„ุชู‘ูˆู’ุญูŠุฏ ูˆู„ูŽุง ุดูŽูŠู’ุก ุฃูŽุจุบูŽุถูŽ ุฅู„ูŠู’ู‡ู ู…ู†ูŽ ุงู„ุดู‘ูู€ุฑู’ูƒู ๐Ÿ–Š#Ibnu_Teymiyaa (Rahimahullaah) ุงุจู†ู ุชูŽูŠู…ูŠู‘ุฉ ุฑุญู€ู…ู‡ู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ Share๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
Hammasini ko'rsatish...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

๐Ÿ‘ 4
#Nagaa_jirtuu โœWarri yoo imimmaan dhangala'u argitan namarraa haqxan, โœ Warri gaarummaa namaa yoo gartan raabsaa, hammeenya namarraa yoo shageessan namaaf dhoksitan...! โœ Nama yaada keessa seene yoo gartan booharsaa, nama mucucaate yoo gartan ciqilchaa, kan laafe yoo gartan dhaabaa bira kuttan. โœ Baga nagaa jiraattan... warri gammachuun namaa isa gammachiisu... warra gaddi namaa isa gaddisiisu.. anaa jiraatu, irra deebi'ee baga jiraattan isiniin jedha. โœ Isaan bar... "karaan tokkochi jaalalatti nama geessu, dursitee nama jaalachuudha" warra jedhanii amananiidha. Hiriyyoonni koo fi warroonni na jaalattan hunduu nagaan naaf jiraadhaa...! ๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
Hammasini ko'rsatish...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

๐Ÿ‘ 13โค 2

๐Ÿ‘ 1
- ๏ดฟูˆูŽุฅูู†ู‘ูŠ ู„ูŽุบูŽูู‘ุงุฑูŒ ู„ูู…ูŽู† ุชุงุจูŽ๏ดพ . - ุณูˆุฑุฉ: ุทู‡ .
Hammasini ko'rsatish...
โค 10
๏ดฟููŽุชูŽูˆูŽูƒูŽู‘ู„ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ุฅูู†ูŽู‘ูƒูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ุญูŽู‚ูู‘ ุงู„ู…ูุจูŠู†ู๏ดพ.
Hammasini ko'rsatish...
โค 3