en
Feedback
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

Open in Telegram

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇 https://t.me/Ibrahim_92taf

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

Channel 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر (@tafak_or) is an active participant. Currently, the community unites 11 836 subscribers, ranking 7 524 in the Religion & Spirituality category and 2 850 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 11 836 subscribers.

According to the latest data from 07 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 22 over the last 30 days and by 3 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 19.82%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 5.14% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 2 347 views. Within the first day, a publication typically gains 608 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 26.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇 https://t.me/Ibrahim_92taf

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 08 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

11 836
Subscribers
+324 hours
-47 days
+2230 days
Posts Archive
Gadaa Fitnaa... Waan haraama ta'e waan diddeef qarshii Kasaaruu dandeessa. Dhugaa dubbatteef dhaggeeffattoota ykn hawaasa hedduu dhabuu dandeessa. Istiqamaa ykn ijjannoo kee irratti waan cichiteef boqonnaa dhabuu dandeessa. Garuu... Jannata keessatti al tokkoon waan sana hunda akka dagattu si taasisa yaa fira koo. Rabbiin warra dhugaa qabatee, dhugaa irratti jiraatee; dhugaa irratti du’ee boru Jannata argatu nu haa taasisu. @tafak_or

اهتمّ بنفسك أولاً ✍️ Jalqaba ufirratti dalagi; jalqaba ufii jijjiirami… Sababnisaas, qodaan/weelkaan duwwaan waan buusu waan taheef. Hattuun mana duwwaa osoon taane mana waa qabu hatti. Ol kaayatan ol jedhanii fuudhan jetti anbi…! Akkasi👍 @tafak_or

✍️ Injifannoon cimaan lubbuu injifachuu waan ta’eef, kan diina isaa injifate caalaa kan fedhii isaa injifate jabaadha. — Aristootil 📚 @tafak_or

#Dhugaa_Irraa 🍂💔 ✍️ Dubartii tokkotu abukaatoo/ lawyer ishee akkas jettee gaafatte: "Ani nama haati manaa irraa duutee fi daa'ima xiqqaa qabu tokkotu na fuudheera, yeroo ammaa kana isarraa ulfaa'eera. Garuu Ilmi koo jireenya isaa daa'ima biraa wajjin akka qooddatu hin barbaadu. Ittiin bulmaanni seeraa Jaarsa koo ilma isaa kan haati irraa duute san, mana yatiima keessa akka kaa'u dirqisiisu jiraa?" Abukaatoon ishees akkas jedhee deebiseef: "Wanta tokkotti sadarkaa kanatti hin ariifatin, Maaltu beeka yeroo ciniinsuu mucaa keetiis guyyaan kee gahee du'uu dandeessa, sana booda dubartii sirra gaarii ijoollee lamaan bakka tokkotti waliin guddiftu fuudhuu danda'a." @tafak_or

🤐 ✍️ Bakka barbaadde, biyyoota barbaadde keessa bashannani, garuu nama tokkottis hin odeessin. Seenaa jaalala dhugaa tan seenaa uf keessa qabdu jiraadhu, garuu jireenya kee sana eennuttis hin dubbatin. Gammachuu keessa jiraadhu, garuu gammachuu kee sana eennuttis hin himin…. Maaliif beektaa ? Ilmi namaa waan bareeda balleessuu fi jaamsuu malee, ijaaruu fi kunuunsuun waan isa hin gammachiifneef..!! Dhimma keessan iccitiidhaan fixadhaa; bakka gahuu barbaaddan public gochuu osoon taane secret 🤐 fixadhaa….!! @tafak_or

✍️ Jecha tokko wayta dubbattu madaalaa hin dubbattu taanaan afaan namaa miti Jahannamis seenuu dandeessa. Surprised hin tahin
✍️ Jecha tokko wayta dubbattu madaalaa hin dubbattu taanaan afaan namaa miti Jahannamis seenuu dandeessa. Surprised hin tahinaa jechamaaf Sahih Al-Bhukhari (6477) ilaalaa yoo sobde jettan.

Abiyyiin Waliyyii yoo jenne hoo maal taha jettanii? Rabbiin hoo maal nuun jedha, nuti hoo Rabbiin maal jennaadha!
Abiyyiin Waliyyii yoo jenne hoo maal taha jettanii? Rabbiin hoo maal nuun jedha, nuti hoo Rabbiin maal jennaadha!

Naamusa salaamtaa🤝 🔻Nabiin (s.a.w) akkana jedhan “Jannata hin seentan hanga amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, mee waan yoo isa hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu tessanitti.” muslimtu galmeesse.
1. Muslima hundarratti salaammatuu.
🔺Kamii hojii islaamaattu caala jechuun gaafatame nabiin (s.a.w) Akkana jedheeti deebisaa godhe “nyaata nyaachista, salaamtaa qaraata nama beeytuufii kan hinbeynerratis.” bukhaariifi muslim.
2. Salaamtaa daddafsiisuu.
🔻Nabiyyiin (s.a.w) Akkana jedhe “caalaan isaan lameenii ka salaamtaan jalqabe” bukhaariif muslim. 🔹Ammas nabiyyiin akki jedhe “xiqqaan guddarratti haa salaammatuu, kan deemu ka taa’urratti haa salaammatuu, namni lakkoofsaan waaxiqqoon heddurratti haa salaammatuu.’’ bukhaaritu odesse.
Nu immoo Yeroo baay'ee ija babaafnee nama nutti dhufe laalla akka selamata nuun jedhuuf🙈😏
3. Salaamtaa deebisuu.
▪️Dura salaamtaa jechuun sunnaa jaalatamtuu, ammo deebisuun waajiba dirqama.salaamtaa ta sagaalee taatuu ta barruu taatuu yogguu siin jedhamte deebisuun dirqama, abbaa jedhe san agartu arguu baattuu. 🔸 Aaishaan (r.a) akki jette Nabiin (s.a.w) akkana naan jedhe “yaa Aaishaa jibriil kanaatu salaamtaa siin jedha” jennaan isiinis osomaa isa hin argin wa’aleyhissalaam warahmatuLlaahi wa barakaatuhuu’’jette. Bukhaaritu odeesse.
4. Salaamtaa irra deddeebi’uu.
🔶Nabiyyiin (s.a.w) akkana jedhan “tokkoon keessan obboleessa isaatti yogguu dhaqe haa irratti salaammtuu, egasii yoo gidaarri, yookaa, dhagaan, yookaa mukni isin jidduu bahees irrumatti salaammadhu.’’ abuudaawud odesse.
5. Yeroo salaamtaa harka wal fuudhuu.
🔷Nabiyyiin keenya (s.a.w) akkana jedhan “Kanuma tahe haa tahuu muslimtoonni lama walitti dhufanii harka wal fuunaan osoo isaan addaan hin bane isaaniif araaramamu malee hin hafan.” abuu Daawud odeesse.
6. Joollee daa'imarratti salaammatuu.
🔻Anas ibnu maalik (r.a) akki jedhe Nabiyyiin keenya joollerra dhufeeti irratti salaammate jedhe’’ muslimtu odeesse.
7. Salaamtaa yeroo deemsaaf ka’anii.
🟤Nabiyyiin (s.a.w) akkana jedhe “tokkoon keessan teessootti yoo dhufe haa salaammatuu, yoo taa’uu fedhe haa taa’uu, eegasii yogguu ka’u haa salaammatuu, ta duraa ta boodaarra jabeeyfamtuu miti’’ tirmizii fi abiidawud odesse.
8. Salaamtaa barruufii midiyaarraa dhufte deebisuu.
🔺Sheek abdul’aziiz ibnu baaz Rabbi rahmata isaa haa godhuu akki jedhe “bakka akkanaa tanatti salaamtaa deebisuun fardii walirraa gutani. inni hedduu ummataatii waan salaammatuuf gariin isaanii deebisnaan ni gaya. ammoo haa tahuu irra caalaan hundi nama dhagayee deebisuun barbaachisaadha. ragaan kan waliigalaa waan taheef.’’ Majmuu’a fataawii ibnubaaz 693\9. https://t.me/tafak_or

﷽ 🪴Namoonni yeroo du'uuf deeman dafanii waan isaaniif akka tiifamu barbaadan dhaamatan..... ✨ Rasuulli rabbii immoo salawaatu rabbii wa selaamuhuu Aleyhi..... 🧕Dubartoota dhaamatan...! 🌸Ee hin gaddin nama si jaaalatu dhabdus rasuulli si jaalatan😊 #https://t.me/tafak_or

✿✿﷽✿✿ الحمد لله رب العالمين والصلاه والسلام على صاحب التاج والمعراج صاحب الوجه الانور والجبين الاظهر سيد ولد آدم رسول رب العالمين عليه افضل الصلاة واتم التسليم 🌸✨ وبعد:-السلام عليكم ورحمة الله وبــركاتــــــــــــــــــــــه ✍🏽🚽Naamusa Mana Fincaanii 🩸Mana fincaanii seenuuf namusa asiigadii kanaatu barbaachisa. 🔹Namni mana fincaanii dhaqu yeroo seenu miila isaa kan bitaati dursa. 🔻Yeroo mana fincaanii seenu. Akka hadiisa itti aanu kanatti dhufe kana jedha. عن أنس بن مالك -رضي الله عنه- أن النبي صلى الله عليه وسلم كان إذا دخل الخَلاء قال: ((اللهم إني أَعُوذ بك من الخُبُثِ والخَبَائِث)) ♾ “Yaa Rabbi ani kormaa shayxaanaa fi dhalaa shayxaanaa irraa sittin maganfadha.” bukharitu galmeesse. ❌Gara qiblaatti fuulaafii duydas deebi’anii qulqullaawuun dhowwaadha. Hadiisni itti aanu kana ibsa. عَنْ أَبِي أَيُّوبَ رضي الله عنه، أَنَّ النَّبِيَّ صلى الله عليه وسلم قَالَ: "إِذَا أَتَيْتُمُ الْغَائِطَ فَلاَ تَسْتَقْبِلُوا الْقِبْلَةَ وَلاَ تَسْتَدْبِرُوهَا، بِبَوْلٍ وَلاَ غَائِطٍ، وَلكِنْ شَرِّقُوا أَوْ غَرِّبُوا". قَالَ أَبُو أَيُّوبَ: فَقَدِمْنَا الشَّامَ. فَوَجَدْنَا مَرَاحِيضَ قَدْ بُنِيَتْ قِبَلَ الْقِبْلَةِ. فَنَنْحَرِفُ عَنْهَا وَنَسْتَغْفِرُ الله @tafak_or

Sahaabota rasuulaa irraa namni tokko #salaama qofa namootarratti qara'uuf gabaa baha Ture..... 🙌Yaa salaam jaruma santu beeke nigdii Si yoo taata akka tasaa yoo namni Selam siin jedhe Maa eessatti na beeka jettee if duuba laalta....ofiifis nama beytu qofarratti salaammatta..! 🔹Mee keyrii si haa ajajuu har'a sa'atii dubbitee xummurte irraa jalqabii nama Karaa irratti argitu muslimaa jettee yaaddu maraa selaama itti qara'i Walii gallee🤝 @tafak_or

﷽ ✨اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎ @tafak_or

Sheeyxaana namaa beektuu ? Cufti waan mataa jabaatuu fi haqa irraa fagaatuu hundi Sheeyxaana jedhama. ﴿وَقُل رَّبِّ أَعُوذُ بِكَ مِنْ هَمَزَاتِ الشَّيَاطِينِ ۝٩٧ وَأَعُوذُ بِكَ رَبِّ أَن يَحْضُرُونِ ۝٩٨﴾ [المؤمنون ٩٧-٩٨] Aayata ishee dura jirtu keessatti Waa’ee Mushrikoonni Rasuula Rabbii (SAW) azaa gochuu irraa haasahaa ture…, Kanaafuu Rabbiin azaa isaanii; qeeqaa fi qoosaa Sheeyxaanota namaa sanirraa akka mangafatu isa ajaje..! ✍️ Sheyxaana Jinnii fi ilma namaa irraahis ni jira: وَأَنَّهُ كَانَ رِجَالٌ مِّنَ الْإِنسِ يَعُوذُونَ بِرِجَالٍ مِّنَ الْجِنِّ فَزَادُوهُمْ رَهَقًا ۝٦﴾ [الجن ٤-٦] Ammas suuraa biraa keessatti akkana jedha: ﴿وَكَذَ ٰ⁠لِكَ جَعَلۡنَا لِكُلِّ نَبِیٍّ عَدُوࣰّا شَیَـٰطِینَ ٱلۡإِنسِ وَٱلۡجِنِّ یُوحِی بَعۡضُهُمۡ إِلَىٰ بَعۡضࣲ زُخۡرُفَ ٱلۡقَوۡلِ غُرُورࣰاۚ وَلَوۡ شَاۤءَ رَبُّكَ مَا فَعَلُوهُۖ فَذَرۡهُمۡ وَمَا یَفۡتَرُونَ ۝١١٢﴾ [الأنعام ١١٢] Sheeyxaana Jinnii fi Iinsiidhaa ☝️….jedha. Sheeyxaana beeyladootaa fi bineensota keessas ni jira… Fakkeenyaaf Hadiisa wayta salaattan fuuldura keessanitti Sutraa taasifadhaa jedhu keessatti….Sareen gurraachi salaata nama jalaa balleessa jedhan, Achumaa Sahaabonni Sareen gurraachi Saroota biroo irraa maaltu adda isa godha? Jedhanii gaafannaan… الكلب الأسود شيطان Sareen gurraachi Sheyxaana jedhanii deebisaniif..! Farda mataa jabaatu yaabbattee siif arreeduu yoo didu kana immaa Sheeyxaanuma natti kennitan jechuunis jira..! Gaafii: wanti mataa jabaatu hundi maaf Sheeyxaana jedhama ?! Isatu Amala isaa keessatti; gochaa fi jecha isaa keessatti; Akhlaaqaa fi uumama isaa keessatti gosa isaa ykn damee isaa irraa fagaate, isatu dhugaa; kheeyrii; qajeellumaa fi waan ifa taherraa dheesse..! Rabbiin Sheeyxaana namaa fi Jinnii irraahis nu haa baraaru..! من الجنة والناس… Yoo irraa fayyadamteef obboleessa keetiif 👇🏻 https://t.me/tafak_or

Ibliis jechi jedhu Ablasa jecha jedhurraa dhufe…! Ablasa Jechuun Hiika 5 oils nuuf kennuu danda’a, isaan keessaa: Abdii kutachuu fi Ragaa dhabanii rifannootarraa callisuus ni taha.. Guyyaa Qiyaamaan dhaabattu Mujrimoonni rifannootaa fi gadda guddaa irraa kan kahe Afaan qabatan👇🏻 سكتَ لحيرة أَو اِنقطاع حجّة، وفي التنزيل العزيز: الروم آية 12 وَيَوْمَ تَقُومُ السَّاعَةُ يُبْلِسُ الْمُجْرِمُونَ) ) . Namni rifannoota keessa jiru waan dalaguu fi waan yaadus waan harkaa baduuf caldhiinsa qofa filata…kanarraa kan kahe Ibliisas jedhama. ✍️ Ablas: (Galmee Jechoota Al-Ra'id) Ablas - Iblasan - (Gocha ) . 1- Ablas: Abdii kutate: "Rahmata Rabbii irraa abdii kutate." Ibliis Rahmata Rabbii irraa abdii waan murateef Ibliis jedhame..! 2- Ablas: Innis ni dhama’e, ni burjaaja’e. 3- Ablas: Gaddaa fi gadadoo irraa kan ka’e callise. 4- أبلس في حجته….! Ragaa tokkollee hin qabu ture. 5- Ablas: Kheyrii isaattu hir’ate.. Ibliis Jinnii irraahi moo malaa’ikaa irraa ture…? Inshallaah ibsa gabaabduu…! @https://t.me/tafak_or

Abuu Ubeydaan hoogganaa waraanaa qofa hin turre…. University madiinaa irraa damee Aqiidaatiin masters nama qabuudha…! Leenca
Abuu Ubeydaan hoogganaa waraanaa qofa hin turre…. University madiinaa irraa damee Aqiidaatiin masters nama qabuudha…! Leenca waraanaa qofa osoon taane leenca Aqiidaa ture ( Rahimahullaah)…. @tafak_or

سلامُ اللهِ عليكَ في الخالدين يا أبا عُبيدة طبتَ حيًّا، وطبتَ شهيداً
سلامُ اللهِ عليكَ في الخالدين يا أبا عُبيدة طبتَ حيًّا، وطبتَ شهيداً

Feminism ❌
Feminism ❌

( Ibsa gabaabaa wajjiin deebisaa)

Ibil/ الإبل maqaan jedhu kun, jecha kanaan qeenxee/ singular maqaa hin qabneedha… Kanaafuu qeenxeen isaa Naqah ykn Jamal taha jechuudha..! @tafak_or