835
订阅者
无数据24 小时
-27 天
+130 天
数据加载中...
吸引订阅者
九月 '24
九月 '24
+11
在0个频道中
八月 '24
+29
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+20
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+19
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+21
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+17
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+15
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+48
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+69
在1个频道中
Get PRO
十二月 '23
+65
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+58
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+15
在1个频道中
Get PRO
九月 '23
+8
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+8
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+18
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+16
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+14
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+13
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+21
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+14
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+99
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+68
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+19
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+67
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+11
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+22
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+30
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+33
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+39
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+202
在0个频道中
Get PRO
三月 '220
在0个频道中
Get PRO
二月 '220
在0个频道中
Get PRO
一月 '220
在0个频道中
Get PRO
十二月 '210
在0个频道中
Get PRO
十一月 '210
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+240
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 25 九月 | 0 | |||
| 24 九月 | +1 | |||
| 23 九月 | 0 | |||
| 22 九月 | +2 | |||
| 21 九月 | 0 | |||
| 20 九月 | 0 | |||
| 19 九月 | +1 | |||
| 18 九月 | +1 | |||
| 17 九月 | +2 | |||
| 16 九月 | 0 | |||
| 15 九月 | +1 | |||
| 14 九月 | 0 | |||
| 13 九月 | +1 | |||
| 12 九月 | 0 | |||
| 11 九月 | 0 | |||
| 10 九月 | 0 | |||
| 09 九月 | 0 | |||
| 08 九月 | 0 | |||
| 07 九月 | 0 | |||
| 06 九月 | 0 | |||
| 05 九月 | 0 | |||
| 04 九月 | +1 | |||
| 03 九月 | 0 | |||
| 02 九月 | +1 | |||
| 01 九月 | 0 |
频道帖子
| 2 | Guyyaa 22/08/2016
☑️ Godina Harargee Bahaa, Aanaa Gooroo Muxii WKDBFA Mana barumsaa Gooroo Muxii lakk.1 tti Hubannoon Waa'ee BFA irratti qabxiilee armaan gadii irratti barsiisootaa Mana Barumsaa Saatalaayitii Gooroo Muxii Lakk.2 fi Gooroo Muxii Lakk.3 irratti Kennamee jira.
☑️ Qabxiileen Hubannoon irratti Kenname.
1.Maalummaa BFA
2.Maalummaa Barnoota hunda
Hammatoo fi Akkaataa hojirra Oolmaa isaa
3.Haala Sakatta'iinsa Daa'imman BFA qabanii qorannoo mana manaa gaggeessuun gara mana barnootaa fiduu Irratti.
4.Haala xiin_sammuu Daa'immaan Miidhama qaamaa qabanii hubannoo kennuufiin Mana barumsaa keessa walitti fufiinsaan tursiisuun danda'amu
5.Maatii Daa'imman miidhama qaamaa qabaniif hubannoo kennuufiin daa'imman Miidhama qaamaa qaban osoo hin dhoksiin gara mana barumsaa fiduu akka qaban hubannoo kennuufiin daa'imman isaanii miidhama qaamaa qaban gara mana barnootaa fiduu akka qaban hubannoo kennuufi akka qabnu.
⚫️ Daa'imni suuraa irratti argitan tun sababa Warrabeessi fuula ishee gam tokkee hanga gurraatti irraa murateen osoo maatiin manatti ugguranii diddee mana barumsaa galuun amma kutaa lammaffaa barachaa jirti.
🟣 Barnootattis barattuu baay'ee qaxalee akka taate barsiisoonni ishee ni dubbatu.
☑️ Hoggansa mana barumsichaa waliin ta'uun ilaalcha Maatii ishees jijjiruu akka qabu waliigallee jirra.
Disability Is not in ability !
Horaa bulaa ! | 497 |
| 3 | Really very good work Teacher go ahead | 424 |
| 4 | Letter from Ministry of Education.pdf | 828 |
| 5 | Ragaa Hatattamaan Ergamu: Ragaa barattoota qarodhabeeyyii kutaa 8f, 9f, 10f fi 11f barachaa jiraniifi qabiin isaanii giddugalaan(aveerejiin) 60fi ol qaban! Kan mana barnootaa bultii addaatti galmaa'anii barachaa hin jirre! Guyyaa BBO qaqqabuu qabu: Ebla 21/2016 dura, of-eeggannoon guutuun akka nuuf ergitan kabajaan gaafanna! Carraa argame akka barattoonni keenya fayyadaman dirqama keenya yaabaanu!! | 629 |
| 6 | 没有文字... | 789 |
| 7 | Hojiilee Maallaqa Deeggarsa WDBFA Incinniitiif kennaman Hojjataman kanneen asiin gadiiti.
Kunis:
1. Raampii daree gara dareettii
2. Daandii gara mana fincaaniitti geessuu hojjechiisuuf dhiheessiiwwan adda addaa bituun haala mijataa ta'een hojjetameera.
Kunis suuraan yoo agarsiifamu:
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 | 723 |
| 8 | 没有文字... | 712 |
| 9 | Godina Qellem wallaggaati wiirtuun barnoota Fedhii addaa M/B/O/ Dingiilif wajjiri hawassummaa magaalicha waliin ta'uun barattoota Fedhii addaaf uffanna gumache jira | 571 |
| 10 | 没有文字... | 613 |
| 11 | Buufata Fedhii addaa Aanaa Gidaamii mana Barumsaa Gidaamiitti baajeta hojiirra oolmaa Barnoota Fedhii addaa baajeta hojiirra oolmaa Barnoota Fedhii addaaf ramadame qarshii 50,000n hojjetamaa jiru
1. Mana fincaanii balbala lama
2.Raampii daree Barnoota duratti hojjetamaa jiraachuu isaa kabajan isin beeksifna.
Hojiiwwan kunniinis suuraan akka armaan gadii kanatti dhiyaatee Jira. | 467 |
| 12 | Kana malees daa'ima kana dura wiilcherii kennineef yaalii sirreeffamaaf gara finfinnee kan ergaa jirruu tahuu,daa,ima waggaa 4 kan kaatee hin deemne dhaabbanni tola ooltummaa tokko yaaliif fudhachuu fi barattoota dhageetti dhabeeyyii deddeebiin baratan mana kiraa akka haalli mijatu taasifameera | 638 |
| 13 | 没有文字... | 596 |
| 14 | Mana barumsaa Hiddii sad.1ffaa keessatti gamoo ijaarame | 518 |
| 15 | Hojii Barsiisaa Marmaaraan Naannoo keenya keessatti hojjecha jiru baay'ee Guddadha
Galatoomaa hundii keessanu!! | 691 |
| 16 | 没有文字... | 659 |
| 17 | 没有文字... | 693 |
| 18 | Godina Shawaa Lixaa Aanaa Tokkee Kuttaayee WKDBFA MB Guuntaritti sakatta'insa manaa manaa taasifameen hubannoo kaayyoo BFA maatiifi hawaasa naannichaaf Uumuun leenjiin daa'ima qaroo dhabeessa rakkoo ilaalchaan maatiidhaan dhokatee tureef naannoo mana jireenyaa daa'imaatti haala fayyadama ulee adii (Cane) irratti kennameera | 482 |
| 19 | Manneen Barnoota Wiirtuu kennaa Deeggarsa Barnoota fedhii Addaa Naannoo keenyaa hundii haala kanaan hojjeechu qaba | 451 |
| 20 | 没有文字... | 788 |
