Galaa Sammuu
前往频道在 Telegram
The reading nation, the leading nation! In this channel:- 👉Books 2.New apps and technologies 3. Self help messages 4. short stories Buy ads: https://telega.io/c/Afrowisdom1 Contact: @Qananii1
显示更多📈 Telegram 频道 Galaa Sammuu 的分析概览
频道 Galaa Sammuu (@afrowisdom1) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 545 名订阅者,在 教育 类别中位列第 14 722,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 532 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 545 名订阅者。
根据 03 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -202,过去 24 小时变化为 -4,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 12.80%。内容发布后 24 小时内通常能获得 3.63% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 735 次浏览,首日通常累积 492 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 3。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“The reading nation, the leading nation!
In this channel:-
👉Books
2.New apps and technologies
3. Self help messages
4. short stories
Buy ads: https://telega.io/c/Afrowisdom1
Contact:
@Qananii1”
凭借高频更新(最新数据采集于 04 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
13 545
订阅者
-424 小时
-447 天
-20230 天
帖子存档
13 545
Repost from Dr Abdi Adugna (MD)
Irreechi dhufnaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Oromoon dhibamnaan.." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Oromoon buqqaafamnaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Oromoon Ajj**famnaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Simannaan Aartistii Oromoo jiraannaan.." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Qulqullinni Aartii Oromoo kaanaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Sagaleen Oromoo ukkaamfamnaan.." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Oromoon hidhamnaan ..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Muuziqaan Oromoo garaa nu hanqannaan ..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Gameessi Oromoo wareegamnaan ..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Sansakkaan sagantaa Oromoo gad buunaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Oromoon walitti dhukaasnaan ..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Namni jirra jedhee abdii kennu dhibnaan ..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Daangaan Oromiyaa tuqamnaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Seenaan Oromoo gaafatamnaan... "silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Gootummaan Oromoo gaafatamanaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee"
Jenna.
Miidhagnii fi miidhamni keenya
Si ta'ee yeroo hundumaa
Siin, tokkicha dhabuun
Ofiinuu Qaawwi kuma!
Via Aboma Merga
13 545
Repost from Nooraa Electronics
+1
-Samsung Galaxy S10e
-Storage 128GB
-RAM 6GB
PRICE 26,000
Phone 📞 0979579737
Links:
- TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b
- Telegram: https://t.me/noorelectroniiics
- Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
13 545
Repost from Nooraa Electronics
+2
iPhone 18pro max
Storage 256GB
Links:
- TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b
- Telegram: https://t.me/noorelectroniiics
- Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
13 545
Repost from Nooraa Electronics
+2
Hp zbook
-Core i7
-11th generation
-Storage 512GB SSD
-16GB RAM
-4GB NVIDIA Graphics Card
-14” screen size
=Suitable for graphics design and video editing
=Price 98k
Call 0979579737
Links:
- TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b
- Telegram: https://t.me/noorelectroniiics
- Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=6156868485061313 545
Repost from Dr. Abdisa Ejeta
"#Ni_danda'aa?"
"Namni garaacha (Stomach )malee jiraachuu ni danda'aa?" Tokkotu akkana jedhee na gaafate. Deebii isaa siniifis haa qoodu.
Sababoota garagaraaf garaachi guutummaa guutuutti baafamuu (Total gastrectomy) danda'a. Yeroo kana, ujummoon nyaataa (Esophagus) gara mari'immaan qal'aatti (Small Intestine)-tti qabsiifaama. Haala kanaan nyaanni ujummoo nyaataa irraa gara mir'immaan qal'aatti kallattiin darba. Kanaafuu, namni garaacha malee jiraachuu ni danda'a. Eeyyeen, ni danda'a!
Fayyaa hin dhabiinaa!
Dr. Abdiisaa Ejjetaati
@Orobook
13 545
Repost from Nooraa Electronics
+2
=Hp elitebook 840 G7
=Core i5
=10th generation
=Storage 512GB SSD
=8GB RAM
=14 inch screen
=Keyboard light
Price 60,000
Call ☎️ 0979579737
Links:
- TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b
- Telegram: https://t.me/noorelectroniiics
- Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=6156868485061313 545
Repost from Dr Abdi Adugna (MD)
Namni tokko wal-qunnamtii saalaa marsa tokko (single act of unprotected sex) keessatti carraan inni dhukkuba #HIV qabamuu 0.08% dha. Kan vaayirasii tiruu gosa B (#HBV) garuu 20–30% dha!
Look at how dangerous it's 😳
Fayyaa hin dhabinaa!
Dr Abdi Adugna (MD)
13 545
Repost from Dr Abdi Adugna (MD)
Har’a Guyyaa Kulkula Tiruu Addunyaa (World Hepatitis Day) ti!
Guyyaan kunis waggaa waggaan akka addunyaatti Adoolessa 28 (July 28) kabajama.
Kaayyoon isaa hubannoo waa’ee kulkula tiruu, keessumaa kulkula tiruu vaayirasiin (viral hepatitis) dhufu uumuu fi babal’isuudha. Kana malees, dhukkuba kana ofirraa ittisuuf, qorannoo yeroo yerootti gaggeessuu, talaallii dhukkubicha ittisuuf gargaaru dursanii fayyadamuu, karaalee dhukkubichi itti daddarbu hubachuu, akkasumas yoo vaayirasiin kun dhiiga keessatti argame ta’e, saffisaan yaala barbaachisaa argachuuf kakaasuudha. Tarkaanfiiwwan kunneen du’aatii dhukkuba kanaan dhufu hir’isuuf gahee olaanaa qabu.
Keessumaa biyya keenya keessatti dhukkubni kun baay’inaan mul’achaa kan jiruufi lubbuu namoota hedduu galaafateedha. Kanaafuu, namni hundi qorannoo kulkula tiruu akka godhatu ni gorfama.
Odeeffannoo fayyaa argachuuf #link https://t.me/drabdiadugna miseensa ta'aa!
Dr. Abdi Adugna(MD)
Fayyaa hin dhabinaa!
13 545
Repost from Dr. Abdisa Ejeta
#ARGATINNUU_LAATA...?
Abbaa manaafi haadha manaadha. Edda wal fuudhanii waggoota 12 lakkoofsisanii jiru. Haga kana waliin jiraatanillee, dhala godhachuu hin dandeenye. Kun madda dhiphina isaanii yeroo hundumaati. Si'a tokkollee ta'u, dhala dhabuun isaanii kun ajandaa isaanii hin ta'iin oolee bulee hin beeku. Dhiphachuu qofaanis hin dhiifne. Yeroo yerootti mana yaalaa deemuun furmaata barbaadaa turanii jiru. Wareega meeqas wareeganii jiru. Yeroo dheeraaf obsuufi furmaata dhabuun booda, wal hiikuufillee yeroo baay'ee dhumarra gahanii deebi'aa turani.
Kana hunduma keessatti, kan dhiphina lama dhiphachaa jiru haadha warraadha. Tokko kan dhala dhabuu, inni biraan dhiibbaa karaa garagaraa irratti ta'u! Abbaan warraa 'dhala naaf godhachuu dhabde' jedhee itti guunguma, maatiin abbaa warraa 'ilma keenya dhala malee habifte' jedhanii guyyaa isheen qe'ee isaanii gadhiiftee deemtu eeggatu, ollaafi naannoon, akkanuma hiriyyoonni 'dhala dhabuu' jedhanii quba itti qabu. Dhiphina maatiin isheen isheef dhiphatanis ni dhiphatti. Kana irraan kan ka'e, si'a baay'ee lubbuu ishee balleessuuf yaalii gootee jirti.
Yeroo mana yaalaa deeman hunda, jalqabaa kaasee akka isheen dhala godhachuu hin dandeenyeetti himatti. Sababa ka'umsa dhala dhabuushee baruuf qorannaan hafe tokko hin jiru. Akanuma wareegni wareegamu hundis akka isheen dhala godhachuu dandeessuufidha malee namni waan biraa shakkee beeku hin jiru. Asittidha dogoggorri guddaan!
Amma qe'ee gadhiiftee deemuun dura carraa dhumaa yaaluu akka qaban irratti walii galani. Bakka dura itti yaalamaa turtee irraa rifeerii fudhatanii hospitaala biraa deemani. Bakki kun bakka itti furmaanni argamedha. Asitti haadha warraa qofa irratti hin turre kan qorannaan guutuun godhame, abbaa warraas kan dabalate ture.
Haga ammaayyuu inni qoratamuuf eeyyamamaa hin turre ture. Sababni isaas, osoo haadha warraa isaa ishee kana hin fuudhiin dura haadha warraa biraa irraa mucaa tokko qaba ture. Isheen mucaa tokko deesseen booda boqottee jirti. Kanaaf namni isa shakke tokko hin turre. Waan nama ajaa'ibu garuu, kan dhala godhachuu hin dandeenye abbaa warraa ta'ee argame. Kana qorannoo yaalaatu mirkaneesse. Sanaan booda gara yaala furmaata fiduu danda'utti itti fufame. Argatinnuu laata....?
Argitanii? Dhala dhabuun rakkoo dubartootaa qofa fakkaatee mul'achuu har'allee itti fufee jira. Garuu dubbiin akkana miti; dhala dhabuun dhukkuba sirna wal hormaataa dhiiraafi dhalaati. Rakkoon dhala dhabuu yoo maatii tokko keessatti mudate, abbaan warraafi haati warraa sababa ka'umsa ta'uuf carraa wal qixaa qabu (Sababa dhiiraan 30%, sababa dhalaan 30%, sababa lachaniin 30%, kan sababni isaa hin beekamnen 10 %). Akkanuma, kanaan dura dhala qabaachuun dhala dhabuu jalaa bilisa nama hin baasu. Waan yeroon boodaa mudachuu danda'udha.
Kana hundachuu dhabuun miidhama xiin-sammuu gam-tokkee, jeeqama maatiifi hawaasummaafi qisaasa'insa diinagdee hammana hin jedhamne fida. Akkanuma ka'umsi dhibee kanaa akka yeroon hin argamne godha. Kanaaf, dhala dhabuun rakkoo dubartootaa qofaa jennee yaaduufi fudhachuu irraa of qusachuu qabna. Dhala dhabuun dhukkuba sirna wal hormaata dhiiraafi dhalaati. Kana kudhaammadhaa, waliif qoodaas!
Fayyaa hin dhabiinaa!
Dr. Abdiisaa Ejjetaati
@Orobook
13 545
Repost from Nooraa Electronics
+1
iPhone 12 Pro Max
Storage 128GB
Batteryhealth 91%
Price 63,000
☎️ 0979579737
Links:
- TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b
- Telegram: https://t.me/noorelectroniiics
- Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
13 545
Repost from Nooraa Electronics
+2
The HP EliteBook 830 G8 is available with the following specifications:
- Processor: Intel Core i5, 11th Generation
- Storage: 512GB SSD
- Memory: 16GB RAM
- Display: Touchscreen with 360-degree rotation
- Lightweight laptop
Price: 80,000
Contact Number: 0979579737
Links:
- TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b
- Telegram: https://t.me/noorelectroniiics
- Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
13 545
13 545
Repost from Dr Abdi Adugna (MD)
☕ Good news for coffee lovers!
A new study of more than 350,000 people found that higher coffee consumption is linked to significantly lower risks of serious liver diseases — including cirrhosis and liver cancer.
People who drank 5+ cups a day had:
✔️ 32% lower risk of cirrhosis
✔️ Nearly 50% lower risk of liver cancer
Even better? The benefits were seen with both caffeinated and decaf coffee — and even among those who added sugar or artificial sweeteners.
With coffee already part of many daily routines, it may be more than just a morning pick-me-up — it could be an easy way to support liver health.
Via..American Gastroenterological Association
@ https://t.me/drabdiadugna
13 545
Repost from Dr Abdi Adugna (MD)
Taphataan Kubbaa Miilaa Turkii Gani Çatan Simbira Du'a Irraa Baraare
Istaanbuul, Turkii — Taphataan kubbaa miilaa Turkii Gani Çatan yeroo tapha kubbaa miilaa amateurii tokko keessatti raawwii isaa nama ajaa'ibsiiseen qalbii namoota hedduu harkise. Taateen kun gaafa Guraandhala 22, 2026 yeroo Finalii Play-Off Liigii Amateurii Kutaa 1ffaa Istaanbuul, naannoo Zeytinburnu keessatti gaggeeffamaa turetti mudate.
Yeroo tapha sanaatti, eeggataan karra garee Istanbul Yurdum Spor kubbaa gara fuulduraatti rukute. Kubbaan sun tasuma simbira galaanaa (seagull) balali'aa turte tokko rukute. Humna rukuttaa sanaatiin simbirri sun battalumatti lafatti kuftee of wallaalte.
Yeroo taphattoonnii fi daawwattoonni taatee kanaan rifatanitti, hoogganaan garee Gani Çatan ariitiin gara simbira sanaatti fiige. Simbirri sun sochii tokko illee akka hin qabne hubachuun, lubbuu ishee baraaruuf tattaaffii jalqabe.
Çatan mala gargaarsa yeroo ariifachiisaa (CPR) irraa fakkeenya fudhachuun qoma simbira sanaa suuta dhiibaa ture. Kaayyoon isaa hafuura deebisuu fi akka of wallaalummaa irraa dammaqtu gochuu ture. Namoonni hedduun abdii kutatan illee inni carraaqqii isaa itti fufe.
Daqiiqaa tokkoof tattaaffii taasise booda, simbirri sun mallattoo jireenyaa agarsiisuu jalqabde. Ijji ishee banamuu fi qaamoleen ishee socho'uu jalqaban. Kunis lubbuun ishee deebi'aa akka jirtu mul'ise.
Simbirri sun yeroo of wallaalummaa irraa deebitetti, Çatan suuta ishee kaasuun ogeeyyii fayyaa qarqara dirree jiranitti geesse. Qorannoon irratti taasifameen miidhaan baallee ishee irra ga'e akka jiru mirkanaa'e; wal'aansi barbaachisaanis kennameef.
Gareen Istanbul Yurdum Spor tapha xumuraa sana rukuttaa adabbii (penalty shootout) irratti yoo dhabe illee, namoonni hedduun injifannoon guddaan guyyaa sanaa waancaa osoo hin taane hojii gara-laafummaa Gani Çatan raawwate akka ta'e dubbatan.
Viidiyoon yeroo inni simbira sana baraaru miidiyaa hawaasaa irratti saffisaan faca'e. Namoonni addunyaa mara irraa hojii isaa dinqisiifatanii galateeffatan. Deeggartoonni kubbaa miilaa fi jaallattoonni bineensotaa gocha isaa akka fakkeenya namaa gaarii tokkootti ilaalu jalqaban.
Erga taateen sun mudatee booda Çatan akkana jedhe:
"Lubbuu tokko baraaruun waancaa tokko mo'achuu caalaa naaf hiika guddaa qaba."
Jechi isaa kun akka inni injifannoo taphaa caalaa gatii lubbuu uumamootaaf kennu agarsiise. Gaarummaan isaa kun beekamtii "Hero to Animals" jedhu argamsiiseef.
Gochi Gani Çatan kun kubbaa miilaa keessaa qofa osoo hin taane, gara-laafummaa, jaalala uumamaaf qabnu fi lubbuu uumama kamiyyuu kabajuun hammam akka barbaachisu addunyaatti agarsiiseera.
Madda: Fuula #Facebook Fayyaa Daa'immanii
13 545
Repost from Dr Abdi Adugna (MD)
"Dhaqee cinaachikoo, yommuu lafa gahu
Waanan rafeen se'a, nan rafeef hin rafne
Hin rafne jechuufis, ciisa koorran jira!"
Ammas nuun waan akkanaa tanatu nutti jira💔
Hachalu's Week!
We keep his legacy alive!😍
