ch
Feedback
FOCUS FINFINNEE

FOCUS FINFINNEE

前往频道在 Telegram

Welcome! This is FOCUS Finfinnee's Official Telegram Channel! Library: @focuslibrary Facebook: https://www.facebook.com/focusfinfinnee Youtube: https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh Contact us: 0967464945 Ask Anything: @focusfinfinnee_bot

显示更多
1 353
订阅者
+124 小时
+87 天
+4430 天
帖子存档
“Egaa akkuma ani fakkeenya Kristos fudhadhe, isinis immoo fakkeenya koo fudhadhaa! 1Qor:11:1 #We_are_focused #We_Live_for_God
“Egaa akkuma ani fakkeenya Kristos fudhadhe, isinis immoo fakkeenya koo fudhadhaa! 1Qor:11:1 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|

“Ani muka waynichaa ti, isin immoo damoota isaa ti; inni anatti qabatee jiraatu, anis isatti jiraadhu, isa ija baay'ee kan go
“Ani muka waynichaa ti, isin immoo damoota isaa ti; inni anatti qabatee jiraatu, anis isatti jiraadhu, isa ija baay'ee kan godhatu; anattii gargar baatanii waan tokko illee gochuu hin dandessan.” Yoh. 15:5 Barri kun bara itti Muka wayinichatti qabannee ija baay'ee godhannu nuuf haa tahu! 🌻Baga geessan🌻! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|

“Yoo jiraanne, akeeka gooftichaatiin jiraanna, yoo duunes akeeka gooftichaatiin duuna; egaa jiraannus duunus nuyi kan gooftic
“Yoo jiraanne, akeeka gooftichaatiin jiraanna, yoo duunes akeeka gooftichaatiin duuna; egaa jiraannus duunus nuyi kan gooftichaa ti.” Rom. 14:8 #Gaaffii Guyyaa 365ffaa! Eebbifamtaniittuu! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|

#Gaaffii Umrii keenya dhugaa Waaqayyo in beeka, garuu har'a waggaa tokko, guyyaa 365 ffaa akka fixnu hundi keenya wal beekna! Kan isa jiraannees gaafatamuun keenya hin hafu! Osoo har'a kana #Gooftaan dhufee yookiin nuyi gara Gooftaa deemne #Gaaffii #Maal hojjettee? #Maaf hojjettee? jedhu nu gaafatee maal deebisnaa? Isa duratti fakkeessuun, sobuun akka hin danda'amne hunduu beekna, mee gaaffii kana ofii keessaniif deebisaa isinuu! Umrii jiraannee dhiisne kanuma waggaa kana guyyaa 365 osoo ilaallee #maal hojjettee? yoo jedhamnu maal itti himnaa? Tokkoon tokkoon keenyaa Gooftaan waan lama nuun jechuu danda'a: 1.Baheessa gootee hojjetaa gaariidhaa fi amanamaa nanaa![Mat:25:23] 2.Ati hojjetaa hamaadhaa fi dhibaa'aa nanaa!... [Mat:25:26] Guyyoonni keenya 365 kun Gooftaadhaan ilaalamanii hojii keenya osoo nutti himee, isa kam jalatti ramadamna sinitti fakkaataa? Phaawulos Roomaa :14: 8 irratti yoo jiraannee akeeka Gooftichaatiin jiraanna, yoo duunees akeeka Gooftichaatiin duuna jedha, inni jiraachuunsaas du'uun isaas akeeka Gooftichaatiinidha, kanaaf inni Baheessa gootee hojjetaa gaariidhaa fi amanamaa nanaa! akka jedhamuu homaa shakkii hin qabnu. Kan keenya hoo akeeka eenyuuf jiraachaa jirraa? Guyyoonni keenyi, qabeenyi keenyi, waanuma nuyi of harka qabnu akeeka eenyuuf jiraatu? #gaaffiidha! Bor immoo akka biyya kanaatti bara haaraa guyyoota [360 +5/6] qabu kabajnee simachuuf jenna, akeeka eenyuu ittiin raawwachuuf deemna? Hojii nuyi bara dhuftu hojjechuuf karoorfannee akeeka eenyu raawwataa? Gooftaan hojii keenya ilaalee isa lakkoofsa #1 irraa moo #2 irraa waan nuun jedhu sinitti fakkaata! [2Mot:20:1-21] Mootiin Hisqiyaas jedhamuu dhukkubsatee du'uu geenyaan Waaqayyo karaa Isaayas ati in duuta malee hin fayyituu ittiin jedhe, innis boo'icha guddaa boo'ee kanaan dura siif hin amanamnee anii? Gaarii hin qabu si duraa? Jedhee waggaa #15 dabalsiifate, wagga dabalatee kanatti warra Baabilon[Baga fayyitee isa gaafachuu dhufan] # waan_qabu hunda daawwachiisee, inni ati akkas goote kun maalii jedhee Isaayaas isa gaafate, innis waanan qabu hunda tokko osoo hin hambisiinan itti agarsiisee jedheen, Waaqayyos karaa Isaayaas waan ilaalchiste kana jarrii booji'uuf jiru gaafa ittiin jedhu 'hamma ani jirutti nagaa fi gabiin jira mitiiree? ' jedhee gaafa inni gaafatu argina. Jiraatee qabeenya abboota isaa fi kansaa akkasumas dhaloota isatti aanee dhufu #garbumaatti boojisisee. Nuyi hoo umrii fulduratti nuuf kennamutti maal hojjennee darbuuf jirraa? #gaaffiidha! Gooftaan duunees jiraannes akeeka isaaf akka jiraannu nu haa gargaaru! Yoo Inni dhufe yookiin nuti dhaqne " Yaa hojjetaa gaariidhaa fi amanamaa nana baheessa gootee!" nun haa jedhu! 365^th day! Sin jaallanna!

“Ani Waaqayyo gooftaa kee isa harka kee mirgaa qabee "Hin sodaatin! Ani sin gargaara'o" siin jedhuu dha.” Isaay:41:13 Eebbifa
“Ani Waaqayyo gooftaa kee isa harka kee mirgaa qabee "Hin sodaatin! Ani sin gargaara'o" siin jedhuu dha.” Isaay:41:13 Eebbifamtaniittuu! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|

Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos ka
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos kana gochuu keessan in fedha. 1 Tas:5:17-18 #Gonfoo_warra_moohanii! Waaqayyo waamicha guddaa tokko nama hundumaaf taasise, Waaqayyo inni hubannaa sammuu keenyaa irraa baay'ee gararraa tahe kun, silaa kan dhalli namaa osoo danda'a tahe iyyee isa waamuu fi isa barbaaduu qabu, faalla isaa Waaqayyo inni jiru, jiraatu kun waamicha dhala namaaf taasise! Waamichi kunis karaa ilmasaa #Kiristos taasifame! Nu waamicha kanaan #diina isaa tahuu irra gara #ilmummaatti guddifamuutti nu dabarse! #Ilmi qabeenya abbaa isaa dhaalaa, #Gonfoo Abbaa isaa Isa #mootii tahees ni argata! Maal gochuu qabnaree? #Gonficha biraa gahuuf kaachuu[fiiguu] qabna. Guddannee, fiignee Kristos bira gahuun nuuf haa tahu! Eebbifamtaniittuu! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|

Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos ka
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos kana gochuu keessan in fedha. 1 Tas:5:17-18 #Yeroo_kadhataa! Eebbifamtaniittuu! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|

Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos ka
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos kana gochuu keessan in fedha. 1 Tas:5:17-18 #Yeroo_kadhataa! Eebbifamtaniittuu! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|

#Yeroo_Kadhataa! Kadhannii yeroo qabaa? Kadhanni dhimma keenya kamiiyyuu kan nuyi hafuuraan geggeeffamne Gooftaa keenya wajjin dudubbannee itti himannudha. Yeroo nuyi Waaqayyoo keenya duuka haasofnudhas, isas dhaggeeffachuu of keessatti kan qabatedha. Kadhanni akka duula wayii yeroo tahe kadhatamee yeroo tahe kan dhiifamu, yookiin yeroo murtaa'ee ho'ee yeroo murtaa'ee kan laafuu miti. Yeroo hunda Kan addaan hin cinnedha.Nyaata fooniif barbaachisu namni guyyaa tokko ho'isee soorate guyyaa tokko agabuu hin oolu, yookiin yeroo murtaa'ee hanga quufutti nyaatee yeroo murtaa'ee immoo nyaata irraa of hin dhorku. Akkasuma jireenya keenya hafuuraa keessatti soorata nuyi yeroo murtoofteef soorannee yeroo murtoofteef immoo hin dhiisne inni ijoon kadhatadha.Gooftaanis Luq:18:1 irratti "Yeroo hundumaa kadhachuun akka isaaniif tahu, kadhachuu akka hin dadhabne..." fakkeenyaan isaan barsiise. #Yeroon_kadhataa yoomiree? Yeroo hundumaati! Yeroo hundumaa kadhachuun nuuf haa tahu! Eebbifamtaniittuu!

“Amma garuu Kristosiif jedhee, wanta bu'aa anaaf qaba ture hundumaa akka waan gatameetti lakkaa'eera.” Filp. 3:7 Dilbata Eebb
“Amma garuu Kristosiif jedhee, wanta bu'aa anaaf qaba ture hundumaa akka waan gatameetti lakkaa'eera.” Filp. 3:7 Dilbata Eebbifamaa qabaadhaa! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|

“Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa!” Efe. 5:16 Guyyaa gaari
“Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa!” Efe. 5:16 Guyyaa gaarii qabaadhaa! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|

cuunfaa barumsaa walitti fufaa solaawwan 5'nan Kan nuuf dhiyeesse obboeessa keenya Haayiluu Gammachuu Barataa 'management' waggaa 4ffaa mooraa FB irraa Waaqayyoo baraaf jireenya kee haa eebbisuu

walaloo dhaan obboeessa keenya waloo Gamsiis Yaaddessa Barataa 'civil and environmental engineering' moora 5kiilo irraa Waaqayyoo baraaf jireenya isaa haa eebbisuu.

Barsiisa dubbii sagalee waaqayyoon: Obboleessa keenya Amoo Main leader keenya duraanii Waaqayyo baraaf jireenya isaa haa eebbisu!

Waaqeffachiisu dhaan Obbooloota worship team FOCUS Finfinnee Waaqayyoo baraaf jireenya keessa haa eebbisuu

Kadhataan nu dursaa kan ture: Obboleessa keenya: Boonsaa Barataa 'Public administration" Waggaa 3ffaa, Mooraa Kiiloo 4 irraa! Waaqayyo baraaf jireenya isaa haa eebbisu!

#Deebii I. Filannoo 1.C 2.B 3.B II. Deebii sirrii barreessi 4.Sola Fide 5. 2Xim;3:15, Rom;1:16... 6.Soli Deo Gloria II. Dhugaa ykn Soba 7.Soba

#Moattoota! Warri yaaltan hunda keessan Gooftaan guddaa sin haa eebbisu! Baay'een keessan yaaltaniittu!👏👏👏 Guyyaa har'aa b
#Moattoota! Warri yaaltan hunda keessan Gooftaan guddaa sin haa eebbisu! Baay'een keessan yaaltaniittu!👏👏👏 Guyyaa har'aa badhaafamtoota keenya kan tahan 1ffaa @Ebbaaaaa [Kaardii Abbaa 100]🥇 2ffaa @Geremu111 [Kaardii Abbaa 50]🥈 3ffaa @Bystds [Kaardii Abbaa 25] 🥉 Sa'aatii 4:44 irratti dursee erguun[Namni biraa qabxii hanga kana argate jira, kan dursee ergetu badhaafama!] Gooftaan hunduma keessan haa eebbisu!

Yeroon Xumuramee jira[Kan gaaffii itti deebistan] Eebbifamtaniittu!

Only 2 minutes left!