cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Kitaabolee Afuuraa Ortoo-Oroo (KAO)

Youtube keenya hordofaa👉 https://youtube.com/@Kooeelmedia 🌷Maatii Waaqayyoo Kana jalaa Kitaabolee Afuuraa Ortoo-Oroo ni argattu hiriyoota keessan itti Affeeraa! KAO 👉Yaada qabdaniif karaa Link 👉 @Kooeel

إظهار المزيد
فنلندا724لم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
2 399
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+327 أيام
+2230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Baafata ykn Gitsaawwee Sirna Galatoo Afaan Oromoo 👉 Share gochuun tajaajiltoota hunda qaqqabsiisaa🙏 👉 Karaa keessaa kan naaf ergameedha! Namoonni pdf barbaachisoo qabdan sinis gahee keessan bahadhaa. Karaa keessaa naaf ergaa 👉 @Galmee_Dhugaa Kitaaba biraa pdf'n argachuuf 👇👇follow taasisaa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @ceesisa.   ♨️ ╚═════════════╝ Yaada 👉 @Galmee_Dhugaa n naaf kennaa!!!!
إظهار الكل...
Baafata (Gitsaawwee) Afaan Oromoo.pdf53.44 MB
iccitii torban mana kiristaana.docx0.65 KB
➡ Kitaaba Qiddaasee (Sirna Galatoo) Afaan Oromoo ➡ Kitaabni Kun yeroo baayyee gabaarra argamaa waan hin jirreef buusun fayyadamaa. Iddoo hanqin jiruttis print gochuun fayyadamaa. Kitaaba Qiddaasee Guddichuma waan ta’eef Sizen isaa guddaadha. Wifi fayyadamaa. ➡ Waan arganne qabannee fuulduratti sochaana. Kanaaf tajaajiltoonni Daqonoonni fi Luboonni jabaachuun uummata Afaan Sabni dhaga'un tajaajilaa. 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ Yaada 👉 @Galmee_Dhugaa n naaf kennaa!!!!
إظهار الكل...
Maacafa Sirna Galatoo(kidase).pdf156.27 MB
Kottaa Application kana buufadhaa. Kuusaa walalooti. Namoonni baay’een kitaabaan akkan qopheessu na gaafachaa turtaniittu. Na jajjabeessuu keessaniif galatoomaa! Garuu jireenya biyya keenyatti kitaaba barreessanii maxxansuu miti, biirii(Qalama) bitanii waraqaa tokko barreessuun ulfaata ta'eera. Kana ta'u isaan kunoo Walaloo 150 ol application tokko irratti siniif dhiyaatee jira, buusaa fayyadamaa! Na jajjabeessu fi yaada naaf kennu hin dagatina. Irree koof sagalee ta'a waan ta'eef!!! 👇👇👇 🙏Share https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.walalootewaahidoo
إظهار الكل...
Walaloo Tawaahidoo - Apps on Google Play

App'n kun walaloo Tawaahidoo bakka tokkootti of keessaa qaba

👇👇 kitaabolee biroof @Ceesisa @Ceesisa
إظهار الكل...
'''Faaruu ortoodoksii'''@WKU 2012.pdf1.81 MB
🌹Share waliif godhaa, mana Amantaa baadiyyaa ishee tajaajila malee dagatamtee yeeyyiin itti baayyatte sanas ittin leenjiisaa ijoollee ishee Albee Afuuraan qaraa! 👉F/taa Koo'eel Shawaa! 🌹 @Faarfataa
إظهار الكل...
Barumsa Faarfannaa.pdf21.39 MB
Walaloo hafuuraa @Ceesisa @Ceesisa
إظهار الكل...
Walaloo filsataa 2013.pdf2.56 KB
Tajaajila Afuuraa 👇👇👇👇👇👇👇👇 ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @ceesisa ♨️ ╚═════════════╝ #Share
إظهار الكل...
Leenjii Tajaajila Afuuraa.pptx7.69 MB
Pdf biraaf👇👇 @Ceesisa @Ceesisa
إظهار الكل...
Tajaajila Afuuraa news.docx1.16 KB
Fayyadamaa dubbisuun! 👇👇👇 for other pdf @Ceesisa @Ceesisa
إظهار الكل...
3. ITTI FAYYADAMA YEROOYEROO.pdf7.17 MB
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.