HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
Kaayyoon keenya bashannansiisaa,kofalchiisaa,haqawwan .. Youtube https://youtube.com/@odesitutube?si=uWwFA0Pk5UGOCn1m subscribe gochuun bohaaraa Guddina artii, aadaafi afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu haa baanu. Yaada @Dhaloota nuun gahuu dandeessu
إظهار المزيد📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
تُعد قناة HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (@baacoowwan) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 20 291 مشتركاً، محتلاً المرتبة 3 842 في فئة الدين والقيم الروحية والمرتبة 247 في منطقة فنلندا.
📊 مؤشرات الجمهور والحراك
منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 20 291 مشتركاً.
بحسب آخر البيانات بتاريخ 28 سبتمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -377، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -13، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.
- حالة التحقق: غير موثّقة
- معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 2.61%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 1.36% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
- وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 529 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 276 مشاهدة.
- التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 3.
📝 الوصف وسياسة المحتوى
يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Kaayyoon keenya bashannansiisaa,kofalchiisaa,haqawwan
..
Youtube https://youtube.com/@odesitutube?si=uWwFA0Pk5UGOCn1m subscribe gochuun bohaaraa
Guddina artii, aadaafi afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu haa baanu.
Yaada @Dhaloota nuun gahuu dande...”
بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 29 سبتمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الدين والقيم الروحية.
جاري تحميل البيانات...
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 28 سبتمبر | 0 | |||
| 27 سبتمبر | 0 | |||
| 26 سبتمبر | 0 | |||
| 25 سبتمبر | 0 | |||
| 24 سبتمبر | 0 | |||
| 23 سبتمبر | 0 | |||
| 22 سبتمبر | 0 | |||
| 21 سبتمبر | 0 | |||
| 20 سبتمبر | 0 | |||
| 19 سبتمبر | 0 | |||
| 18 سبتمبر | 0 | |||
| 17 سبتمبر | 0 | |||
| 16 سبتمبر | 0 | |||
| 15 سبتمبر | 0 | |||
| 14 سبتمبر | 0 | |||
| 13 سبتمبر | 0 | |||
| 12 سبتمبر | 0 | |||
| 11 سبتمبر | 0 | |||
| 10 سبتمبر | +7 | |||
| 09 سبتمبر | 0 | |||
| 08 سبتمبر | 0 | |||
| 07 سبتمبر | +1 | |||
| 06 سبتمبر | 0 | |||
| 05 سبتمبر | 0 | |||
| 04 سبتمبر | 0 | |||
| 03 سبتمبر | 0 | |||
| 02 سبتمبر | 0 | |||
| 01 سبتمبر | +4 |
| 2 | #Kana_Beektuu_laata?
***DGU**BB****
1.Gosti midhaanii dursee beekame atara.
2.Kibba chaayinatti shaayii mi'eessuuf sukkaara osoo hin taane soogidda fayyadama.
3.halluun #Coca_cola magariisa yoo tahu erga keemikaalli itti dabalameen booda gurraacha'a.
4.Jaarman keessatti sareen hundi taargaa(lakkoofsa gabatee) qabdi.
5.Addunyaa irraa biyyi mana poostaa baay'ee qabdu hindiidha.
6.Maallaqni kan tolfamu waraqaa osoo hin taane jirbii fi naayiloonii irraayyu.
7.Waraana addunyaa 2ffaa irratti biyyoota 52tu hirmaate.
8.Rifeensi namaa bona caala waqtii gannaa daddafee guddata.
9.Giriikonni jecha dimookiraasii jedhu waggaa 2500 dura fayyadamuu jalqaban.Ta'uus Biyyoota dimookiraasii dhabuun rakkatan keessaa Giriikiin ishee tokko.
10.Dubartoonni Gibtsii durii uumrii isaanii tokko jedhanii kan lakkoowwatan gaafa heerumanii ka'aniiti.
11.Namoota lootoriin baheef ulfaatinni isaanii sa'aatii 24 keessatti dabala.
12.Dooniin Faardinaand Maajelaan ittiin lafatti naanna'e #Viktooriyaa jedhamti.
13.Addunyaa irraa guyyaatti namoota 259,200tu du'a.
14.Namni makiinaa uffataa uume,uffataa dhabee du'e.
15.Daadhiin wayiinii xiqqeessanii yoo dhugan dhukkuba onnee fi ujummoo dhiigaa ni ittisa.
16.Namoonni hedduun kan du'an naannawaa guyyaa dhaloota isaaniiti.
17.Xiyyaarri Booyingii 787 yeroo jalqabaaf kan balali'uu eegale 7/8/2007 ykn 7/8/07ture.
18.Jechi ingiliffaa #set jedhu hiikaw 463 ol qaba.
19.Mootummoonni Ameerikaa harka namaatti ajjeefaman hundi guyyaa jimaataa ajjeefaman.
20.qorattoonni xiinsammuu akka jedhanitti namni yeroo sobu fuula gara bitaatti naanneessa ykn gara samii ilaala.
#kanan_dubbiserraa
@baacoowwan | 779 |
| 3 | https://t.me/mrgminerbot/app?startapp=ref_DENU5VJV
Join my MRG Miner Squad on Telegram! Mine free crypto, unlock TH/s hashrates, and earn together! | 824 |
| 4 | Baratoonni qormaata kutaa 12 ffaa dabartan hundii keessan waamichii isinif taasifamee jira university irraa. Kanaaf guyyaa gaafa...
Guutu isa dubbisuuf SEE MORE kan jedhu tuqun sana booda maqaa university isin ga'ee barreessa ergaa ergaa ilaala | 164 |
| 5 | Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanala armaan gadii bakka GET jedhuu tuqee Add kan godhe qofaaf!! 👇👇
10k+ = @Singaphor | 159 |
| 6 | Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉
Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tokkof fayyadamuuf bakka FREE INTERNET jedhu tuqun add kan jedhu tuqa fayyadama.
10k+ = @Singaphor | 180 |
| 7 | Badhaasa sa'aatii 3:00 kaasee hangaa 3:15 qofaatti kan turuu.
Nama 20 durse bakka get jedhu tuqee add kan jedhuu tuqee ni badhaasnaa. Isinis maal eegduure.
Nama tokkof qarshii 500 jechuudha.
Carraa gaari | 170 |
| 8 | Seenaa qabadhaa lakkoofsa muraasa qofa nu hafa ni buusna. | 1 259 |
| 9 | Lakkoofsa hafee
6
7
13
18
20
22
24-27
30
32-34
37_39
41-43
51
52
55
57
58
60
61
64
70
72
76
80
86
87
90
92
93
97 | 1 233 |
| 10 | Ayyana kana sababeeffachuun ethiolecom badhasa kardii 100 nama hundaf qopheessani jiruu maarre kanaafis bakka BADHAASA jedhu tuqun sana booda lakkoofsa bilbila keessan itti ergadha | 253 |
| 11 | Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉
Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tokkof fayyadamuuf bakka FREE INTERNET jedhu tuqun add kan jedhu tuqa fayyadama.
10k+ = @Singaphor | 272 |
| 12 | Badhaasa sa'aatii 3:00 kaasee hangaa 3:15 qofaatti kan turuu.
Nama 20 durse bakka get jedhu tuqee add kan jedhuu tuqee ni badhaasnaa. Isinis maal eegduure.
Nama tokkof qarshii 500 jechuudha.
Carraa gaari | 268 |
| 13 | #Aaga Dhaga'aa
Hospitaala Keeniyaa keessatti argamu tokko keessatti, dubartiin ciniinsuu irra turte takka wanta murteessaa Abbaa Manaa (dhiirsa) isheetti himuuf akka barbaaddu ibsuudhaan, gurraan akka itti gadi jedhu gaafatte. Sana booda humnaan gurra isaa ciniinuun midhaa cimaa irraan gahuu isheettu gabaafame😆
Abbaan manaa ishee ajaja ishee hordofuun wanta isheen jettu dhaga'uuf hawwiidhaan fi dhiphinaan eegee ture. Haa ta'u garuu cininnaa tasaa hin eegamne kanaan iyyee, boo'aa akka ture ibsameera.
Abbaan manaa dhukkubbiifi gaabbiidhaan boo'aa ture kun, "maaliif gocha kana raawwatte?" jedhee yoo ishee gaafatu, "Halkanoota ulfa kana fiduuf waliin hirmaanne sana keessatti gammachuu mi'aawaa sana akkuma waliin qooddannetti, ammas dhukkubbii sa'aatii ciniinsuu kanaatti natti dhagahamaa jiru kana akka na waliin qooddattu fedheet" jechuun deebii kenniteetti.
😆 Gocha kana akkamitti ilaaltan?
Via Fb
@baacoowwan | 1 828 |
| 14 | Ayyana kana sababeeffachuun ethiolecom badhasa kardii 100 nama hundaf qopheessani jiruu maarre kanaafis bakka BADHAASA jedhu tuqun sana booda lakkoofsa bilbila keessan itti ergadha | 145 |
| 15 | Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqun add godhi fayyadami.
10k+ = @Singaphor | 155 |
| 16 | Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉
Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tokkof fayyadamuuf bakka FREE INTERNET jedhu tuqun add kan jedhu tuqa fayyadama.
10k+ = @Singaphor | 201 |
| 17 | Badhaasa sa'aatii 3:00 kaasee hangaa 3:15 qofaatti kan turuu.
Nama 20 durse bakka get jedhu tuqee add kan jedhuu tuqee ni badhaasnaa. Isinis maal eegduure.
Nama tokkof qarshii 500 jechuudha.
Carraa gaari | 154 |
| 18 | Ayyana kana sababeeffachuun ethiolecom badhasa kardii 100 nama hundaf qopheessani jiruu maarre kanaafis bakka BADHAASA jedhu tuqun sana booda lakkoofsa bilbila keessan itti ergadha | 174 |
| 19 | 🟢 Sekoondii 30 booda hin bada
🎁 Badhaasa birrii 10,000 nama dursee join godhe 20f qophaa'ee jira
✔️ Ammuma Bakka JOIN jedhu tuquun add kan jedhuu tuqaa badhaasa argadhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 | 188 |
| 20 | Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqun add godhi fayyadami.
10k+ = @Singaphor | 201 |
