Leadership
👉 Onnee milkaa'ina jireenyaa, Kaka'uumsa galma milkaa'aa qabuuf tattaaffatu uumuf gargaara. https://t.me/joinchat/AAAAAEMxvtVzvT_fCIjFkg Nuuf barreessaa ✍️ @Gaggeessummaa_bot
إظهار المزيدلم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
20 395
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام
- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
معدل نمو المشترك
جاري تحميل البيانات...
.#1
━━━━❍❣.✰.❣ ❍━━━
Jaalala Hiriyyummaa
..........#1ffaa.........
➥ Share ➥
━━━━❍❣.✰.❣ ❍━━━
JAALALA HIRIYYUMMAA ILAALCHISEE QABXIILEE MURTEESSOO JEDHAMAN JAHA (6):
➊. Amantaan tokko ta'uun murteessa dha.
➋. Shaakala Hafuuraa:
➛ Jaalala keessa galuuf nama amantaa ta'uu qofti gahaa miti. Kan kadhatu, Sagalee Waaqayyoo kan dubbifatuu fi Waaqayyoon kan sodaatuu fi jaalala itti fufiinsaan yeroo jaalala dabarsuu barbaachisa.
➌. #Amala_Gaarii 💟
➍. Daangaa: 🚷
➛ Jaalala hiriyyummaa keessa fedhii hafuu qaban hambisuu fi qulqullummaaf daangaan barbaachisaa dha.
➎. Obsa Qabeeyyii:
➛ Firiin hafuuraa inni tokko obsuu dha. Obsi jaalala keessatti iddoo guddaa qaba.
➏ Amanamummaa eeguu dadhabuu:
➛ Hir'inni yookiin wanti hin barbaachifne yoo jiraate adeemsaan sirreessuun jaalala dabaluun ni danda'ama.
➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι
:¨·.·¨: ♥
`·.sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
#1...
በፍቅር ጓደኝነት ጊዜ ወሳኝ የሚባሉ #ስድስት ነጥቦች
➊. በጌታ የሆነ/ች ወይም አማኝ መሆን
➋. መንፈሳዊ #ልምምድ
ፍቅር ውስጥ ለመግባት በጌታ መሆን ብቻ በቂ አይሆንም። የሚፀልይ፣ ቃሉን የሚያነብና እግዚአብሔርን የሚፈራ ጤናማና ዘላቂ የፍቅር ጊዜ ያሳልፋል።
➌. መልካም #ባህሪ 💟
➍. ገደቦች 🚷
በፍቅር ጓደኝነት ውስጥ ላሉ ስሜታዊ ፍላጎቶችን ለማስቀረት እና ለመቀደስ ገደብ አስፈላጊ ነው።
➎ ትዕግሥተኝነት♻️
የመንፈስ ፍሬ ውስጥ አንዱ መታገስ ነው። ትዕግስት በፍቅር ውስጥ ትልቅ ሚና የሚጫወት ነው።
➏ ምሉዕነትን አለመጠበቅ ⭕️
ክፍተት ወይም የማይመች ነገር ቢኖር በሂደት መሰራራት ፍቅርን መጨመር ይቻላል።
➦ ገለቶማ።
:¨·.·¨: ♥
`·.sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
JAALALA HIRIYYUMMAA
....(የፍቅር ጓደኝነት)....
Yeroo dhufu irraa kaafnee waa'ee jaalala hiriyyummaa ilaalchisee qabxiilee tokko tokko waliin ilaaluu jalqabna.
Channel @Gaggeessummaa kana xaxoo (link) isaa Obboloota keessaniif #share gochuun akka hordofaniif jajjabeessaa🙏
Dhugumatti beekumsa jabduu irraa qooddattu.
Leadership ( @Gaggeessummaa )
© @Gaggeessummaa
© @Gaggeessummaa
INSPIRATIONAL QUOTES ABOUT LIFE & STRUGGLES
...Will be continue...
▬▬.#1.▬▬
Here are the best life struggle quotes and sayings for
those tough times that will make you think positively, which will keep you motivated to overcome the difficulties and move forward in life.
Inspirational quotes about
struggle in life to remind you that even though you are facing
hardships, don't ever give up
because the sun will shine again after the storm, to have a fresh new start that will allow you to do better and correct the mistakes from the past. You can share these short inspirational quotes about life
and struggles with your family,
friends, and loved ones to inspire them as well, and acquire the encouragement for dealing with the struggles in life. Your life struggles meant to strengthen and mold you to be a better version of yourself in
the future.
1. In any situation, there is a
sacred-solution.
— Lailah Gifty Akita
2. We all make mistakes, have
struggles, and even regret things in our past. But you are not your mistakes, you are not your struggles, and you are here now with the power to shape your day and your future.
— Steve Maraboli
3. In everybody’s life, there’s a
point of no return. And in a very
few cases, a point where you can’t go forward anymore. And when we reach that point, all we can do is quietly accept the fact. That’s how we survive.
— Haruki Murakami
4. Quietly endure, silently suffer
and patiently wait.
— Martin Luther King Jr.
5. Always think extra hard before crossing over to a bad side, if you were weak enough to cross over, you may not be strong enough to cross back!
— Victoria Addino
6. Those who overcome great
challenges will be changed, and
often in unexpected ways. For our struggles enter our lives as
unwelcome guests, but they bring valuable gifts. And once the pain subsides, the gifts remain. These gifts are life's true treasures, bought at great price, but cannot be acquired in any other way.
— Steve Goodier
7. When I am struggling with my life I look up towards the sky and say; Lord you take over.
— Joan Disantis
8. When nothing goes right, you
have to face forward and take it on head first.
— Kyo Shirodaira
9. Life’s struggles are necessary for growth.
— Auliq Ice
10. Your strength will be found
when you stop struggling with
yourself, instead of thinking
everyone is a struggle worth
overcoming. Every obstacle in life is a lesson that teaches us, not others.
— Shannon L. Alder
11. Whenever you feel a little
stricken down in pain, think about this. The knife has to be
sharpened by striking and rubbing it against something strong before it can become useful. You are going to be great after the struggles.
— Israelmore Ayivor
12. The triumph can't be had
without the struggle.
— Wilma Rudolph
13. Struggles not only make us
into stronger, better and wiser
people, they also let us learn more about ourselves and our purpose in life.
— Auliq Ice
14. The conception of each star
was at the point of no return; of a desperate soul struggling to
master the winds!
— C. JoyBell C.
15. You are not alone in the
struggles of life. Entire cosmos is with you. It evolves through the way you face and overcome
challenges of life. Use everything in your advantage.
— Amit Ray
.
.
.
sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Walitti qabama chaanaloota barbaachisoo isiniif qabanne dhufne! Itti dhiyaadha. Nutti dabalama.
🔰 Faarfannaa haaraa akkuma gadhiifameen
🔰 Faarfannoota dur durii
🔰 Muuziqaa fi kilaasikaloota garagaraaf
🔰 Oduu fi odeeffannoo haaraa
🔰 Hubannoo Macaafa Qulqulluu argachuuf
🔰 Beekumsa waliigalaaf
🔰 Kitaabilee digitaala garagaraa PDF'n
🔰 Qo'annaa Macaafa Qulqulluuf
🔰 Gorsoota milkaa'ina
Hundaa iddoo tokkotti qabanne dhiyaannerra. Nutti dabalamuun jireenya dansaa jiraadha!
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
El-Ro'i International Ministry
Purpose Driven Life
ONESMOS MISSIONARY MOVEMENT (OMM)
Gola Waaqeffannaa
DHUGAA JIRTUU
Furtuu Media
Karaa Jireenya
Jesus Christ will come
🎵FSF MEZMUR TUBE🎶
Insight
Oromo Gospel Songs
Wangeela Afaan Oromoon
Danny Official
Harbuu Ganama
Jireenya Haaraa
Luboota Kakuu Haaraa
Solomon Ogeessicha
Sagalee Jireenyaa®
Furtuu Jireenyaa
Read PDF
Leadership
Kairos
Karaa Dhugaa
Furtuu IM
IFA TUBE
Gospel for Generation
BUDDEENA JIREENYAA
🇬 🇷 🇴 🇺 🇵 🇸
👇👇👇
Ye Geta lijoch.......
Rise nation🙌
Tokkumma Waldooti Afaan Oromoo Ethiopia
FSF MEZMUR TUBE🎶
Daandii Guddinaa
Shalom Promotion
DHAGAA GOLEE!√
CCL Jesus
HUMNA WANGEELAA!
Cʜᴀᴀɴᴀʟɪɪ ᴋᴇᴇssᴀɴ ʙᴇᴇᴋsɪғᴀᴄʜᴜᴜғ ᴀsɪᴛᴛɪ ʙᴜ'ᴀᴀ ɴᴜ ᴅᴜʙʙɪsᴀ✍
Jᴏɪɴ ғᴏʀ ᴍᴏʀᴇ SHALOM PROMOTION
⌚ Yeroo keetti qoosaa jirta yoo ta'e yeroonis sitti qoosuuf jira!
💔 Gaafa nama harka si qabutti watwaattu qoosaan har'aa kun siif galuuf jira.
Obboleessoo addunyaan keessa jirru kun laafaa simachuu diddee jirtiitii yerootti fayyadami!
Addunyaa jabaa keessummeessuu malee didde kana keessatti jabaa namaa ta'ii as ba'ii mul'adhu! Gabaa irratti dorgomaa cimaa ta'i!
Calliftee yoo teesse yeroo kee akkasumaan balleessita. Addunyaan kuni yoo hojjette siif hojjetti; calliftee yoo teesse isheenis harka marattee si ilaalti.
➨ KAROORSI !!!
➨ HOJJEDHU !!!
➨ MILKAA'I !!!
➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι
:¨·.·¨: ♥
`·.sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Dubbisi! #Share Godhi!
▬▬▬▬▬▬▬▬
◈ Hiriyoota lamatu meeshaa baay'ee ulfaatu of bira kaa'anii taaksii eegu turan. Daqiiqaa xiqqoo booda taaksiin dhufe. Isa Booda kontoraata Qarshii 500'niin walii galanii meeshaa isaanii irratti fe'atanii keessa galanii deeman. Karaa dheeraa erga ittiin deemaniin booda mana isaanii ga'anii meeshaa isaanii taaksii irraa erga buufataniin booda. Amma deemuu dandeessa jedhaniin.
◉ Konkolaachisaan taaksii sunis herreega koo naaf kennaatii nan deema jedhe. Isaanis hin kenninu deemi jedhaniin, gurbaanis karaa hanga kana isiniif meeshaa keessan fe'ee dhufee, boba'aa hanga kana fixee akkamitti herreega koo na diddu naaf kennitan malee hin deemu jedhe. Isaanis Ishii akka siif kenninu barbaadda taanaan sirbi jedhaniin. Innis maal qoostu hojjedheen isin gaafachaa jira. Sirba hin beeku qarshii koo naaf kennaa jedheen. Isaanis Eshi! Ililililili! jedhiitii ililchi jedhaniin.
◉ Konkolaachisaan taaksii sunis baay'ee aaree hin ililchu jedhaa rabbi biraan argadha jedhee taaksii isaa fudhatee deeme.
◉ Erga fagaateen booda bilbilli wayii barcuma dudduubaa irraa waamuu eegale. Gurbaanis naasuudhaan konkolaataa isaa dhaabee bilbilicha yoo ilaalu iphone 11dha isa booda kaasee 'Hello' yeroo jedhu, 'Hello dhiifama Obboleesso nutti hin qabamin konkolaataa kee keessatti bilbila dagannee buune' jedhaniin, eenyu isin yeroo jedhuun, nuti hiriyoota amma meeshaa nuuf feetee dhuftee Sirbi, ililchi malee herreega kee hin kaffallu jenneedha dhiifama wajjin jedhaniin.
◉ Sana booda gurbaanis maarree ammakaa ililchuun jedhee hamma gurri isaan duudutti bilbila keessaan ililililili jedhee ililchee irratti cufe jedhama.
Maal jechuun barbaadee¿...
▷ Garaan kee qulqulluu haa ta'u malee, Waaqni dafqa hiyyeessaa lafatti hin balleessu.
▷ Hin bubbulti malee karaa hin beekamneen dachaa godhee siif deebisa.
▷ Dafqa namaa hin nyaatiin Waaqni dachaa godhee si Adaba.
➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι
:¨·.·¨: ♥
`·.sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
OF AMANSIISI!
▬▬▬▬▬▬▬▬
Milkɑɑ’inɑ Gonfɑchuuf
Durɑ of ɑmɑnsiisi!
Wɑntɑ Guddɑɑ Yɑɑdi
Wɑɑn Gɑɑrii ɑrgɑmsiisi!
Hojii Irrɑ Oolchi
Hɑwwiif Yɑɑdɑ Kɑn Kee
Imɑlɑ Eegɑli
Hin Gubin Yerookee
Bɑkkɑ Guddɑɑ Gɑ’uu
Atis Ni Dɑndeessɑ
Gɑruu…….
Dɑɑndiin Milkɑɑ’inɑɑ
Obsɑ Bɑrbɑɑchisɑ
ɑmɑnsiisi Sɑmmuukee
Hin Shɑkkin Dɑndeettiikee
Wɑɑn Xiqqoo Hin Yɑɑdin
Guddisi Hɑwwiikee
Yoo Shɑkkite Ni Kuftɑ
Yoo ɑmɑnte Milkooftɑ.
(Kitɑɑbɑ #Dhɑndhɑmɑ jedhu irrɑɑ)
➦ ገለቶማ
:¨·.·¨: ♥
`·.sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
MUL'ATA MILKAA'AA QABAACHUU
▬▬▬▬▬▬▬▬
➬ Warri mul'ata isaanii milkeeffachuu dadhaban; mul'ata kee akka sin gachisiifne of eeggadhu! Sababa warra gatii kaffalanii mul'ata isaanii milkeeffachuu sodaataniif; ati karaa kee irraa maquu hin qabdu! Abdii kan si kutachiisan maatii kee fi hiriyoota kee dabalateeti malee diinota kee fi warra si jibban qofa miti.
➬ Waan waaqayyoo sitti agarsiise murteessi! Mul'ata kee cinaa dhaabadhu! Waan baramaa fi waan rakasa ta'e barbaaduu dhiisi!
➬ Namoonni baay'een mul'ataa fi hojiif osoo hin taanee; yaada (comment) kennuuf qofa yeroo kamiyyuu qophaa'oo akka ta'an ni mul'ata! Yaadni namoota si jibbanii, karaa gara milkaa'ina keetti si geessu irraa si dhaabuu akka hin dandeenye beeki!
➬ Milkaa'inni namoota biroo gonkumaa mul'ata kee ta'uu akka hin dandeenye amani!
Mul'ata kee osoo hin taane yaada namootaa hordoftee kan fiigdu yoo taate durumayyuu ati nama ofii kee hin turre jechuu dha.
➬ Namni kamiyyuu yaada qabaachuu danda'a. Ani garuu yaada kennameef jedhee isa kanas isa sanas waliin hin maku.
Namoonni si jibban abdii si kutachiisuuf kan tattaaffatan maaliif sitti fakkaata?
➥ Mul'ata isaa milkeeffata jedhanii waan sodaataniif dha.
Diinni isaanii milkaa'ina keeti malee si miti. Yoo isaaf milkaa'eef barbaadamummaan keenya ni jiraata jedhanii yaadda'u. Yoo siif milkaa'e boddeetti kan hafan; bu'aa keetiin waan gufatan itti fakkaata.
➥ Ati waan jireenya keetti mul'atu yoo raawwattu; isaan homaa akka hin goone itti kofachiista.
➥ Ofitti amanuu dhabuun isaanii qorra itti gadhiisa.
➥ Duwwaan isaanii itti iyya.
MAALIREE?
➱ Namoota akkasii dhaggeeffachuuf gurra yoo kenniteef gara sadarkaa isaaniitti akka si buusan heeyyamtaaf! Namoonni hundi yaada qabu. Keessumaa namoonni mul'ata hin qabne yaadota gaggaaridhaan kan guutamaniidha.
➱ Hin ta'u jedhamuu hin jibbin; mul'ata kee gonkumaa namoota si jibbanitti dabarsitee hin kennin! Kaayyoo jireenya isaanii milkeessuu warra dhadhabaniif laphee kee hin banin! Sagalee si keessa jiru dhaggeeffadhu!
➱ Sagalee waaqayyoo dhaggeeffadhu! Namoota si jibban si caala milkaa'efii argitee beektaa? Kan isaaniif milkaa'u jibba isaanii qofadha.
Yoo isaaniif milkaa'ellee ni kassaru malee si hin ajaa'ibsiifatan!
➱ Jibbi firii malee ulfeeffamee gadameessa malee summii dhalatu akka ta'e namoota irraa dhaga'eera.
Namoota siin falman dhiisi! Ati garuu hojii kee calluma jedhii ittuma fufii hojjedhu!
➱ Maal jedhe jedhi galaanichi akka waan darbee fi gab yeroo jedhan ni argita. Namoonni si jibban dhugaa si jibbanii miti
kan jibban ofii isaaniidha.
Sababiin isaas ati isa isaan ta'uu barbaadan waan taateefi dha.
➱ Tokko tokkoon namoota milkaa'ota ta'anii diinonni irratti wal ga'u. Warri itti caale immoo gurmaa'anii buna dhuganii hammeenya kuusatanii sitti dhufuutii hin sodaatin!
Hammeenyi isaanii yommuu dhumu ni bittinnaa'u.
➱ Jibbi gamoo dhaabbataa ta'e hin qabu. Asiif achitti kan dhaabamu dunkaana urataa ta'e dha. Bara jireenya kootii hunda jibba qabaatee namni milkaa'e raawwatee na mudatee hin beeku.
Milkaa'inni #DNA warra kaan jibbuu fi tuffatu hin qabu.
Diinota qabdaa? Gaariidha. Kana jechuun yeroo ta'etti jireenya keef waan ta'e tokkoof ejjennoo jabaa fudhatteerta jechuudha.
➱ Moo'attoonni xiyyeeffannoon isaanii moo'achuu irradha.
➱ Moo'amtonni xiyyeeffannoon isaanii moo'attoota irradha.
Adda addummaan isaa as irrattidha.
Kanaafuu Ija kee kaayyoo kee fi mul'ata kee irra qofa kaa'i!
Yeroo sana eegumsi waaqayyoo si wajjin itti fufa!
Sababni isaas ka'uumsa gaarii keessa jibba, inaaftummaanii fi tuffiin hin jiru waan ta'eef.
➦ Wɑɑn beektɑnii fi dubbistɑn dhɑlootɑɑf dɑbɑrsɑɑ. Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!
➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι
:¨·.·¨: ♥
`·.sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
By Jeffrey Lee
▬▬▬▬▬▬▬▬
Imagine That:
⁃ If there was no crime
⁃ No hurry for time
⁃ No genocide
⁃ No homicide
⁃ If there was no mothers burying their sons
⁃ If mankind didn't invent guns
⁃ If schools still had prayer
⁃ If everybody recognize Jesus Christ as our savior
⁃ If there was love and respect
⁃ No hate between white and black
⁃ No homeless
⁃ No loneliness
⁃ No wars
⁃ No rich or poor
⁃ No accidents or disasters
⁃ If man only served one master (God)
Imagining is good for all it's worth. Heaven is definitely not planet earth.
:¨·.·¨: ♥
`·.sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
اختر خطة مختلفة
تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.