fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.

HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.

رفتن به کانال در Telegram

Kaayyoon keenya bashannansiisaa,kofalchiisaa,haqawwan .. Youtube https://youtube.com/@odesitutube?si=uWwFA0Pk5UGOCn1m subscribe gochuun bohaaraa Guddina artii, aadaafi afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu haa baanu. Yaada @Dhaloota nuun gahuu dandeessu

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.

کانال HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (@baacoowwan) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 20 001 مشترک است و جایگاه 3 963 را در دسته دین و مذهبی و رتبه 260 را در منطقه فنلندة دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 20 001 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 20 اکتبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -383 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -19 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 2.12% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 1.55% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 424 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 310 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 1 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
“Kaayyoon keenya bashannansiisaa,kofalchiisaa,haqawwan .. Youtube https://youtube.com/@odesitutube?si=uWwFA0Pk5UGOCn1m subscribe gochuun bohaaraa Guddina artii, aadaafi afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu haa baanu. Yaada @Dhaloota nuun gahuu dande...”

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 21 اکتبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته دین و مذهبی تبدیل کرده‌اند.

20 001
مشترکین
-1924 ساعت
-1127 روز
-38330 روز

در حال بارگذاری داده‌ها

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اکتبر '26
اکتبر '260
در 0 کانال‌ها
سپتامبر '26
+12
در 1 کانال‌ها
Get PRO
اوت '26
+173
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '26
+270
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '26
+56
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+34
در 3 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+10
در 2 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+73
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+99
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+110
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+339
در 2 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+424
در 3 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+643
در 4 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+7
در 8 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+4
در 5 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+10
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+3
در 3 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+19
در 5 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+3
در 3 کانال‌ها
Get PRO
مارس '250
در 1 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+6
در 6 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+2
در 1 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+14
در 3 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '24
+32
در 7 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+85
در 5 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+189
در 7 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+411
در 9 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+251
در 7 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+317
در 13 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+734
در 12 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+640
در 10 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+556
در 43 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+659
در 14 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+576
در 12 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '23
+376
در 10 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '23
+348
در 10 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '23
+1 884
در 14 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '23
+1 859
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '23
+787
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '23
+535
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '23
+675
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '23
+483
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '23
+329
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '23
+371
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '23
+861
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '23
+2 358
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '22
+1 271
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '22
+250
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '22
+460
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '22
+981
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '22
+718
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '22
+643
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '22
+186
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '22
+513
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '22
+748
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '22
+1 589
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '22
+160
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '22
+404
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '21
+326
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '21
+520
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '21
+1 431
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '21
+404
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '21
+450
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '21
+1 167
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '21
+1 004
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '21
+792
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '21
+1 159
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '21
+1 257
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '21
+757
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '21
+1 200
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '20
+3 793
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
21 اکتبر0
20 اکتبر0
19 اکتبر0
18 اکتبر0
17 اکتبر0
16 اکتبر0
15 اکتبر0
14 اکتبر0
13 اکتبر0
12 اکتبر0
11 اکتبر0
10 اکتبر0
09 اکتبر0
08 اکتبر0
07 اکتبر0
06 اکتبر0
05 اکتبر0
04 اکتبر0
03 اکتبر0
02 اکتبر0
01 اکتبر0
پست‌های کانال
𝐇𝐚𝐦𝐦𝐚𝐦 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚? 𝐅𝐢𝐫𝐝𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢! 🌍 (𝔐𝔞𝔡𝔡𝔦: 𝔚𝔞𝔫𝔱𝔞 𝔟𝔞𝔯𝔯𝔢𝔢𝔣𝔣𝔞𝔪𝔢𝔢 𝔧𝔦𝔯𝔲 𝔦𝔯𝔯𝔞𝔞) 𝗦𝗮𝗮𝘄𝘄𝗮 𝗹𝗮𝗺𝗮 𝘆𝗼𝗼 𝗾𝗮𝗯𝗮𝗮𝘁𝘁𝗲, 𝘀𝗶𝗿𝗻𝗮 𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗳𝗶𝗹𝗮𝘁𝘁𝗮?🐄 𝗦𝗼𝗼𝘀𝗵𝗮𝗮𝗹𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶: Saawwa lama yoo qabaatte, tokko ollaa keef kennuu qabda. 🤝 𝗞𝗼𝗼𝗺𝗶𝘆𝘂𝗻𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶: Saawwa lama qabda; mootummaan lachuu sirraa fudhatee, aannan siif kenna. 🥛 𝗙𝗮𝗮𝘀𝗵𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶: Saawwa lama qabda; mootummaan lachuu sirraa fudhatee, aannan sitti gurgura! 💰 𝗡𝗮𝗮𝘀𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶𝗶: Mootummaan saawwan kee lamanuu sirraa fudhatee, siinis si ajjeesa! ☠️ 𝗞𝗮𝗮𝗽𝗽𝗶𝘁𝗮𝗮𝗹𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶: Saawwa lama qabdu keessaa tokko gurgurtee, jibicha bitatta. Loon kee baay'isuudhaan gurgurtee bu'aa argattuun jiraatta. 📈 𝗞𝗮𝗮𝗽𝗽𝗶𝘁𝗮𝗮𝗹𝗶𝘇𝗶𝗺𝗶𝗶 𝗔𝗺𝗺𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮: Saawwa lamaan keessaa tokko gurgurtee jibicha bitattee loon kee horsiifatta. Qarshii argattuun saawwan ollaa keetii irraa bitta. Ollaa kee hojjetaa gootee mindeessita; ollaawwan kee kunis akkuma hiyyoomanitti hafu! 🏢 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗔𝗺𝗲𝗲𝗿𝗶𝗸𝗮𝗮: Saawwa lamaan kee keessaa tokko gurgurtee, sa'a aannan oomisha olaanaa qabdu bitta. Sa'i kun humnaa ol aannan kennuu irraa kan ka'e sijalaa duuti. Du’a sa'a keetiif abbaa qorichaas ta'e mootummaa himachuuf gorsaa seeraa (lawyer) mindeessita! ⚖️ 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗙𝗮𝗿𝗮𝗻𝘀𝗮𝗮𝘆: Saawwa lama qabda; sa'a sadaffaa yoo barbaadde gara daandii baate mootummaa irratti hiriira mormii baata! 🪧 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗝𝗮𝗮𝗿𝗺𝗮𝗻: Saawwa lamaan qabdu qorannoodhaan waggaa dhibba akka jiraatan, ji'atti al tokko qofa akka sooratan, garuu aannan saawwan kudhanii akka oomishan taasifta! ⚙️ 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗖𝗵𝗮𝗮𝘆𝗶𝗻𝗮𝗮: Aannan saawwa lamaan irraa argatte lammii keetiif dhiheessita; aannan plaastika yookiin daakuu irraa hojjetame immoo biyyoota alaatiif gurgurtee qabeenya kee ol kaafatta! 📦 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗔𝗳𝗿𝗶𝗸𝗮𝗮: Saawwa lamaan qabdu sana gurgurtee ykn qaltee yeroo muraasatti fixxa. Achi booda dhaabbanni gargaarsaa saawwa naaf kenna jettee eeggatta. Sun ta'uu yoo baate gara mana amantaa deemtee saawwan akka samii irraa siif roobaniif guyyaa fi halkan soomtee kadhatta. Osoo akkana jettuu garuu hiyyummaa dinagdeetiin addunyaa irraa dhabamta! 🌍 𝗛𝘂𝗯𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶𝘀𝗮 💡 Aadaa, xinsammuufi ilaalcha keessatti dogoggorri keenya inni guddaan: boruu yaaduu dhiisuu, humna keenyaa fayyadamuu fi dinagdee tooftaan gaggeessuu dhabuudha. Ilaalcha keenya jijjiirree, wanta harkaa qabnutti fayyadamuu akka dandeenyu Waaqayyo hubannoo nuuf haa kennu! ✍🏿Mandara FB @baacoowwan

2
Lakkoofsa hin qabamnee ilalaa qabadha carraa keessaan yaalaa yeroon isaxumuramaa jira
847
3
Marsaa 2ffaa qabadhe isiniif dhufeen jira carraa keessan yaala milkii gaariin isiniif hawwa. Ammaa jalqabneera kootta yaala. Lakkoofsa qabadha Kafalttin kan raawatamu Cbe : 1000187685218 Telebirr :-0919500707 Namni isiin bilbilee qarshii erga jedhus hin jiru waan taa'eef haattoota irraa of Eegadhaa!!!! Hubaachiisaa:- Bilbillikoo isa group kana irraa jiru qofadha waan taa'eef kan biratin yoo isiinif bilbilamee of Eeggaadha. 1,👉0949070420✅✅ 2,👉0949070420✅✅ 3,👉0942183805✅✅ 4,👉0930722061✅✅ 5,👉+251922786876✅✅ 6,👉0925777685✅✅ 7, 8,👉+251935535238✅✅ 9,👉+251960753486✅✅ 10,👉0905663341✅✅ 11,👉0905663341✅✅ 12,👉0965040949✅✅ 13,👉0967167453✅✅ 14,👉+251941827282✅✅ 15,👉+251932212916✅✅ 16,👉0917206357✅✅ 17,👉+251947728232✅✅ 18, 19,👉+251935786692✅✅ 20, 21,👉 09 23 16 65 92✅✅ 22, 23,👉+251919515312✅✅ 24, 25,👉+251941827282✅✅ 26, 27, 28,👉+251902173917✅✅ 29,👉0965040949✅✅ 30, 31,👉+251941827282✅✅ 32, 33, 34, 35,👉+251901127408✅✅ 36,👉+251917091132✅✅ 37, 38,👉+251941827282✅✅ 39, 40,👉+251947245619✅✅ 41, 42,👉+251915882344✅✅ 43,👉+251915882344✅✅ 44,👉0968187174✅✅ 45,👉0921655404✅✅ 46,👉+251967344095✅✅ 47,👉+251967344095✅✅ 48,👉+251917810708✅✅ 49,👉0965040949✅✅ 50,👉+251922786876✅✅ 51, 52, 53,👉0965040949✅✅ 54,👉+251912886883✅✅ 55, 56,👉+251927163787✅✅ 57, 58, 59,👉+251913031237✅✅ 60, 61, 62,👉+251932957215✅✅ 63,👉+251922786876✅✅ 64,👉+251917401555✅✅ 65,👉0965040949✅✅ 66,👉+251940119541✅✅ 67,👉+251912024150✅✅ 68,👉+251932956022✅✅ 69,👉0965040949✅✅ 70,👉0979274019✅✅ 71,👉+251937766739✅✅ 72, 73,👉+251912886883✅✅ 74,👉+251934021655✅✅ 75,👉+251919515312✅✅ 76, 77,👉+251913031237✅✅ 78,👉0917059986✅✅ 79,👉0937766739✅✅ 80, 81,👉0932964969✅✅ 82, 83,👉+251917812107✅✅ 84,👉Lataa✅✅ 85,👉+251934021655✅✅ 86, 87,👉+251942744305✅✅ 88,👉0949188837✅✅ 89,👉+251937766739✅✅ 90,+251929507148✅✅ 91,👉+251917812107✅✅ 92, 93, 94,👉+251917810708✅✅ 95,👉+251938815806✅✅ 96,👉0917669696✅✅ 97,👉 98,👉+251922786876✅✅ 99,👉+251913031237✅✅ 100,👉+251912886883✅✅
831
4
Oduu gammachiisaa namoonni hojii garagara fis ta'uu dhaabbata keessanif beeksisa fi maallaqa f kan isinis oolu channali bareeda barbaaddan 1k kaasee hangaa 20k+ waan jiruuf gatii madaawwan nu bira argachuu dandeessu. Maarre kanaafis username gadii kanan nu dubbisaa 👇👇👇👇 @R4679_46
177
5
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tok
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tokkof fayyadamuuf bakka FREE INTERNET jedhu tuqun add kan jedhu tuqa fayyadama. 10k+ = @Singaphor
190
6
Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii bakka GET jedhuu tuqee Add kan godhe q
Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii bakka GET jedhuu tuqee Add kan godhe qofaaf!! 👇👇 10k+ = @Singaphor
185
7
Tapha guyyaa har'aa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
Tapha guyyaa har'aa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
275
8
#Kana_Beektuu_laata? ***DGU**BB**** 1.Gosti midhaanii dursee beekame atara. 2.Kibba chaayinatti shaayii mi'eessuuf sukkaara osoo hin taane soogidda fayyadama. 3.halluun #Coca_cola magariisa yoo tahu erga keemikaalli itti dabalameen booda gurraacha'a. 4.Jaarman keessatti sareen hundi taargaa(lakkoofsa gabatee) qabdi. 5.Addunyaa irraa biyyi mana poostaa baay'ee qabdu hindiidha. 6.Maallaqni kan tolfamu waraqaa osoo hin taane jirbii fi naayiloonii irraayyu. 7.Waraana addunyaa 2ffaa irratti biyyoota 52tu hirmaate. 8.Rifeensi namaa bona caala waqtii gannaa daddafee guddata. 9.Giriikonni jecha dimookiraasii jedhu waggaa 2500 dura fayyadamuu jalqaban.Ta'uus Biyyoota dimookiraasii dhabuun rakkatan keessaa Giriikiin ishee tokko. 10.Dubartoonni Gibtsii durii uumrii isaanii tokko jedhanii kan lakkoowwatan gaafa heerumanii ka'aniiti. 11.Namoota lootoriin baheef ulfaatinni isaanii sa'aatii 24 keessatti dabala. 12.Dooniin Faardinaand Maajelaan ittiin lafatti naanna'e #Viktooriyaa jedhamti. 13.Addunyaa irraa guyyaatti namoota 259,200tu du'a. 14.Namni makiinaa uffataa uume,uffataa dhabee du'e. 15.Daadhiin wayiinii xiqqeessanii yoo dhugan dhukkuba onnee fi ujummoo dhiigaa ni ittisa. 16.Namoonni hedduun kan du'an naannawaa guyyaa dhaloota isaaniiti. 17.Xiyyaarri Booyingii 787 yeroo jalqabaaf kan balali'uu eegale 7/8/2007 ykn 7/8/07ture. 18.Jechi ingiliffaa #set jedhu hiikaw 463 ol qaba. 19.Mootummoonni Ameerikaa harka namaatti ajjeefaman hundi guyyaa jimaataa ajjeefaman. 20.qorattoonni xiinsammuu akka jedhanitti namni yeroo sobu fuula gara bitaatti naanneessa ykn gara samii ilaala. #kanan_dubbiserraa @baacoowwan
2 049
9
https://t.me/mrgminerbot/app?startapp=ref_DENU5VJV Join my MRG Miner Squad on Telegram! Mine free crypto, unlock TH/s hashrates, and earn together!
1 635
10
Baratoonni qormaata kutaa 12 ffaa dabartan hundii keessan waamichii isinif taasifamee jira university irraa. Kanaaf guyyaa gaafa... Guutu isa dubbisuuf SEE MORE kan jedhu tuqun sana booda maqaa university isin ga'ee barreessa ergaa ergaa ilaala
164
11
Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii bakka GET jedhuu tuqee Add kan godhe q
Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii bakka GET jedhuu tuqee Add kan godhe qofaaf!! 👇👇 10k+ = @Singaphor
159
12
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tok
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tokkof fayyadamuuf bakka FREE INTERNET jedhu tuqun add kan jedhu tuqa fayyadama. 10k+ = @Singaphor
180
13
Badhaasa sa'aatii 3:00 kaasee hangaa 3:15 qofaatti kan turuu. Nama 20 durse bakka get jedhu tuqee add kan jedhuu tuqee ni badhaasnaa. Isinis maal eegduure. Nama tokkof qarshii 500 jechuudha. Carraa gaari
170
14
Seenaa qabadhaa lakkoofsa muraasa qofa nu hafa ni buusna.
1 814
15
Lakkoofsa hafee 6 7 13 18 20 22 24-27 30 32-34 37_39 41-43 51 52 55 57 58 60 61 64 70 72 76 80 86 87 90 92 93 97
1 785
16
Ayyana kana sababeeffachuun ethiolecom badhasa kardii 100 nama hundaf qopheessani jiruu maarre kanaafis bakka BADHAASA jedhu tuqun sana booda lakkoofsa bilbila keessan itti ergadha
253
17
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tok
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tokkof fayyadamuuf bakka FREE INTERNET jedhu tuqun add kan jedhu tuqa fayyadama. 10k+ = @Singaphor
272
18
Badhaasa sa'aatii 3:00 kaasee hangaa 3:15 qofaatti kan turuu. Nama 20 durse bakka get jedhu tuqee add kan jedhuu tuqee ni badhaasnaa. Isinis maal eegduure. Nama tokkof qarshii 500 jechuudha. Carraa gaari
268
19
#Aaga Dhaga'aa Hospitaala Keeniyaa keessatti argamu tokko keessatti, dubartiin ciniinsuu irra turte takka wanta murteessaa Ab+2
#Aaga Dhaga'aa Hospitaala Keeniyaa keessatti argamu tokko keessatti, dubartiin ciniinsuu irra turte takka wanta murteessaa Abbaa Manaa (dhiirsa) isheetti himuuf akka barbaaddu ibsuudhaan, gurraan akka itti gadi jedhu gaafatte. Sana booda humnaan gurra isaa ciniinuun midhaa cimaa irraan gahuu isheettu gabaafame😆 Abbaan manaa ishee ajaja ishee hordofuun wanta isheen jettu dhaga'uuf hawwiidhaan fi dhiphinaan eegee ture. Haa ta'u garuu cininnaa tasaa hin eegamne kanaan iyyee, boo'aa akka ture ibsameera. Abbaan manaa dhukkubbiifi gaabbiidhaan boo'aa ture kun, "maaliif gocha kana raawwatte?" jedhee yoo ishee gaafatu, "Halkanoota ulfa kana fiduuf waliin hirmaanne sana keessatti gammachuu mi'aawaa sana akkuma waliin qooddannetti, ammas dhukkubbii sa'aatii ciniinsuu kanaatti natti dhagahamaa jiru kana akka na waliin qooddattu fedheet" jechuun deebii kenniteetti. 😆 Gocha kana akkamitti ilaaltan? Via Fb @baacoowwan
2 115
20
Ayyana kana sababeeffachuun ethiolecom badhasa kardii 100 nama hundaf qopheessani jiruu maarre kanaafis bakka BADHAASA jedhu tuqun sana booda lakkoofsa bilbila keessan itti ergadha
145