Abdurazak.Husen Official
⛳️Let's do our best to serve justice⚖ ⚖️Ambo University, law student. 🔐Justice For All✍️ """......and avoid the false statement (Forged wetness, lying speech)""" Sura..Al-Haj(the Pilgrimage) 22
Ko'proq ko'rsatish- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Ma'lumot yuklanmoqda...
☝️☝️☝️ ✍️Dhimma mata duree olitti ibsine kanaaf tooftaa hiikkoo kanaan yoo deemne rakkisaa taá jedheen yaada. Seerri Mootummaa Federaalaa amaluma isaatiin qabeenya Uumamaa irratti baasu tumaa waliigalaa Framework isaa malee tarreeffama seeraa ballinaan tarreessee kaahuu miti waan taéef qabeenya dhaabbataa lafa baadiyyaa irra jiru gurguruun buáa maalii akka hordofsiisu madaalee tarreeffamaan baasuun hojii Bulchiinsaa waan taéef qabeenya uumamaa bulchuuf immoo seera naannoleen baasaniin kan ilaalaman waan taéef tumaalee labsiiwwan lamaan walitti buán kana keessaa labsii akka lakk 248/2016 kwt 9(13)tti ilaaluun dhama qabeessa natti fakkaata. Kanaan achii lafti baadiyyaa maqaa qabeenya dhaabbataa irra jiruun karoora itti fayydama lafaa buúura godhateera taappeellaan jedhu kennameefii weerara lafaa fi dimoograaphii jijjiiruu hordofsiisuu dandaá. Tooftaan hiikkoo seeraa seera boodarra bahetu hojiirra oola kan jedhus dhimma kanarratti kan hojiirra oolchinu miti. 👁️Filannoon kun hin taú yoo taé akka ogeessa seeraatti dhimmichi hiikkoo Heeraa kaasisa jedhanii gara calaltuu gumii hiikkoo Heeraatti qajeelchuu dha. 👉Ogeeyyiin dhimma kanarratti actively barreessuu qabun jedha. Barreessaan: Miliyon T.Sarbeessaa (Abbaa seeraa MMWOfi Leenjisaa Ilqso duraanii) 😁Barreeffama addatti qophaa'ee Telegram Chanel kanaaf ergamedha. Galatoomaa jennaan! Nutis yaada dhuunfaa keenyaa yeroo gabaabaa keessatti ni keenya! Online irraa hin dhabaminaa! Desalegn B.