cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Abdurazak.Husen Official

⛳️Let's do our best to serve justice⚖ ⚖️Ambo University, law student. 🔐Justice For All✍️ """......and avoid the false statement (Forged wetness, lying speech)""" Sura..Al-Haj(the Pilgrimage) 22

Ko'proq ko'rsatish
Finlandiya3 174Til belgilanmaganQonun5 487
Reklama postlari
655
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-17 kunlar
+1630 kunlar
Post vaqtlarining boʻlagichi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Nashrni tahlil qilish
PostlarKo'rishlar
Ulashishlar
Ko'rish dinamikasi
01
Media files
341Loading...
02
Arafaah Liman Arafah! 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Guyyaan borii guyyaa mana Qulqulleessu, jijjirraa maggaarajaati fi Guyyaa bashannanaati miti. Guyyaan borii Rabbiin namoottan arafaatin/arafaa dhaabataniin malaa'ikotarratti ittiin boonu, ilmi namaa baay'inaan ibiddarraa kan bilisa jedhamu, waan mararrayyu guyyaa du'aa'iwwan guutumaan guututti qeebalama argatanii dha. Laylatul qadr beekamu baatus guyyaan arafaa immoo ni beekama. Halkan laylatul qadr malaa'ikoonni ni buuti guyyaa arafaa immoo Allaahun (bu'iinsa isaan malu) bu'a. Nama fayyaadhaan guyyaa borii qunnaamuf ibaadaa godhuu qabuu fi danda'uu isinif haa qoodu Ganama * fajriin duratti laylirraa salaatu, suhuura nyaachu fi istigfaara heddummeessu! * salaata fajriin booda takbiiraa jalqabuu, haga aduun baatutti Qur'aana qar'uu, taahlila taahmiida jechu walumaa galatti zikriin dabarsuu(azkaarassabaah osoo hindagatamiin) * yeroo aduun baatu achumatti sigaajaa keenyarraa osoo hinka'in salaata mindaa/ajrii rasuula wajjin(saw) hajjuu argachuuf salaatu. * Ibaadaa guyyaa keessa goonuf nugargaara yoo jenne xiqqoo haa rafnu. Yeroo kaanu xiqqomaan rak'aa 4 haa salaannu. Sa'aa booda * salaata zuhrin booda Qur'aana haa qaraanu. Khuxbaa Arafaa(ergaa masjiida namiraah irraa dabarfamu) sirnaan hordofuu * kitaaboota ykn vidiyoowwan onnee keenya jiisuu danda'aniin yeroo keenya haa dabarsinu * akkasumatti asriin boodas Qur'aanaa fi zikriin haga magribni dhihaatutti isaan dabarsu Yeroon guddaa isa ammaa kana. * kan dhukkubsate ka itti yaalamu kan abdii kute abdiin isaa ka lubbuu itti hoortu sa'aa dinqii. Du'aa'ii!!! Du'aayii qofa! guyyaa kanatti ibiddarraa bilisa jedhamuu baatun kasaaraa dha. Fedhii qabaanne fedhii keenya osoo hin guutin hafuun wallaalummaa dha! "Namni gaara arafaarratti dhaabatu hin dandeenne daangaa Rabbiin isa beeksiseerratti haa dhaabbatu. Namni muzdalifaa buluu hin dandeenne ajaja Rabbii isaa irrratti haa bulu. Namni minaarratti qalma qalu hin dandeenne fedhi lubbuu isaa haa qalu. Namni gara mana Rabbii isaa sababa fageenyaatin deemuu hin dandeenne Allaahu hidda dhigaa isaa irra itti dhihaatu haa kajeelu!" Ibnu Rajab Araaramatu nuu wayya! Huzeyfa sultan ☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️ https://t.me/Abdu_Husen
370Loading...
03
Media files
520Loading...
04
Media files
520Loading...
05
Beeysisa Ramaddii gargaaraa Abbaa Alangaa Biiroon keenya baase dorgomuun warri milkooytan baga gammaddan. BAAWO yoomiyyuu caalaa hanqina humna namaa qabu guuttachuuf tattaaffii jabaa godhaa akka jiru mul'ata. jabaadhaa.
491Loading...
06
The US has been arming Israel, which stands accused of genocide, with high-tech weapon systems and smart ammunition since it began its brutal invasion of Palestine’s Gaza on October 7 last year. Here are some of the lethal American weapons Israel has used on the besieged enclave 👆👆
1500Loading...
07
ከማረሚያ ቤት ያመለጠው ወንጀለኛ ይፈለጋል! 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 በሆለታ ከተማ የመስጂድ ኢማም የነበሩትን ሸህ አህመድ ሙሀመድን በመግደል የ20 ዓመት እስር ፍርድ ተላልፎበት የነበረው አብዱልአዚዝ መሐመድ ጀማል የተሰኘው ወንጀለኛ ከሸገር ማረሚያ ቤት አመለጠ። በሆለታ ከተማ ታላቅ ዓሊምና ኢማም የነበሩት ሼህ አህመድ ሙሀመድ ሚያዝያ 9 ቀን 2014 ዓ.ል ረመዷን ወር ላይ ለማሰገድ ወደ መስጂድ ሲጓዙ በነበረበት ወቅት በሁለት ጥይት ተደብድበው መገደላቸው ይታወሳል። በግዜው በዋነኝነት ግድያውን ያቀናበረው አቶ አብዱልዓዚዝ ሙሀመድ ጀማል የተባለው ግለሰብ በ ሞያሌ በኩል ሊያመልጥ ሲሞክር በዚሁ የፌስቡክ ገጽ ላይ ባደረግኩት ጥሪ በሻሸምኔ ከተማ ላይ በሻሸመኔ ሙስሊም ጀምዓ መያዙ ይታወሳል። በቁጥጥር ስር ከዋለ በኋላ በግድያ ወንጀሉ ተከሶ በጥር 29 ቀን 2015 ዓ.ል. በዋለው ችሎት የ20 ዓመት ጽኑ እስራት ቅጣት ተላልፎበት ነበር። ሆኖም የእስር ቅጣቱን በሸገር ማረሚያ ቤት እየፈጸመ እያለ በግንቦት 23 ቀን 2016 ከእስር ቤት በመሰወሩ በተገኘበት እንዲያዝ ያለበትን የሚያውቅና ያየ ሰው እንዲጠቁም ጥሪ ተላልፏል። የተፈላጊው ወንጀለኛ ምስል፣የአፋልጉን ጥሪ ደብዳቤና ተያያዠ መረጃዎች ከስር ተያይዟል።
1780Loading...
08
Mariin biyyaalessaa maali?  Maaliif hundeeffame?  Muslimaaf maaltu tola?     Mariin biyyoolessaa komishinii rakkoolee fi waldhabdee biyyoolessaa seenaa keessattis ta’e haala yeroo keessatti uumaman mariidhaan hiikuuf hundaa’eedha.  Seenaawwanii fi seeneffamawwan durii akkamitti barreeffamuu akka qaban kallattii kaa’a.  Gootota biyyattii bal'inaan tarreessa.  Mallattoo fi mul’annoo akkamii biyyattiin har’a qabaachuu akka qabdu (alaabaa, faaruu biyyaalessaa, maqaa daandii fi kkf) murteessa.  Lammiileen biyyattii keessatti mirga akkamii qabaachuu akka qabaniifi daangaan mirga isaanii maal akka ta’e ibsa.  Heerri mootummaa sarara waliigalaa fooyya’uu qabu kaa’a. 📌 Akka Muslima tokkootti ajandaawwan armaan olitti ibsaman fi kanneen biroo hin kaafamne nu tuqa.  Bu’aan isaa gaariis ta’ee hamaa ta’us, ejjennoo hawaasni Musliimaa biyyattii keessatti qabu mirgaa fi dirqama isaatiin murtaa’a.  Seenaan keenya ni barreeffama.  Mirgi keenya ni eegama.  Bakka bu'ummaan keenya ni ibsama.  Dhimmoota Muslima waliigalaa kaasan irratti murteen ni darba. 📌 Marii kana keessatti hirmaattonni hawaasa keessaa kan filataman yoo ta’u, hirmaattoota 2,000 Addis Ababa keessa jiran keessaa Muslimoonni dhibbeentaa 5 gadi jechuunis naannoo namoota 100 ta’u.  Naannolee Musliimoonni guutumaan guututti keessa jiraatan kan akka naannoo Affaarii fi Somaalee keessatti lakkoofsi hirmaattota waliigalaa dhibbantaa 50 gadi ta’uu ibsameera.  Naannolee biroo keessattis gara dhibbeentaa 1.8 ta’a. 📌 Murtoon kana keessatti murtaa'u negaatiivii yoo ta'e rakkoon akkuma duraanii itti fufa.  Salphumatti ijoolleen keenya ammas gootichi biyya keenyaa Ahmed giraany akka weeraraatti barachaa jiran.mana barumsaa keessatti ajandaan hijaabaa ajandaa ta'ee itti fufaa jira.salaata dhiisuun humna waraanaatti seenuuf ulaagaa ta'ee itti fufaa jira.Kanneen biroos... 🔺 Dhugaa fi balaan hamma kana guddaa ta'us ammallee hanqinni dammaqiinsaa jira.  Rakkoon Muslimoota hamma kana gadi fagoo ta'us Komishiniin Marii hirmaachisuunii dide. 🔺 Dhaabbanni adda duree mormii erga dhageessise bubbuleeti jira.Dhaabbata keenya cinaa akka jirruu fi kana cal'ifnee akka hin ilaalle agarsiisuufis dirqama qabna.  Waa'ee marii fi komishinichaa karaa Facebook, telegram, X, Youtube fi fuula miidiyaa hawaasaa kana fakkaataniin ergaa haa dabarsinu.  Mormii keenya sanduuqa yaadaa fuula komishinichaa keessa haa galchinu. manaa fi iddoo hojiitti aa'ee kanaa qofa haa dubbannu.  Sana booda fedha Rabbiitiin hooggantoonni keenya ni cimu.sana booda gurri tuffii keenyaaf callise sodaadhaan dhaggeeffata.mirga keenyallee nuuf nahuudhaan otuu hin taane nu kabajuun nuuf eegu.  Mirga keenya kadhaadhaan otuu hin taane falmiidhaan ni kabachiifanna. Rabbiin marii biyya keenyaaf fayyadu haa godhu!! Madda👉@aaumsu 📍📍📍📍📍📍📍📍 https://t.me/Abdu_Husen
1741Loading...
09
Caamsaa 24,2016 BAAWO guyyaa har'aa gargaartota Abbaa Alangaa fi Abbootii Alangaa dorgomanii qormaata barreeffamaa fudhachuudhaan qabxii darbiinsaa fi isaa ol fidan galma ILQSO tti oranteeshiinii kennaafii kan jiru yoo ta'u dorgomtoonni kunneen carraa kaasuun gara godina itti ramadamaniitti kan ergamanudha jedhameera. Hanqina humna namaa gama kanaan jiru furuuf xiyyeeffannoo guddaadhaan hojjatamaa jiraachuu odeeffanneerra. Qaamoleen haqaa bBiyya keenyaa keessumaa kan naannoo Oromiyaa hojiin gama humna namaa fi dandeettii raawwachiisummaa jiru furuuf yoomiyyuu caalaa xiyyeeffannoon hojjachuutu barbaachisa. Hawaasni haqa isaaf abdiin isaa qaamolee kana waan ta'eef waan nurraa eegamu haa bahannoon dhaamsa keenya! ============================= Maddi:- BAAWO ✔ @KerimOfficial @KerimOfficial 2016.24.45
1410Loading...
10
ይህ አስደሳች ዜና ነው‼ ================= Breaking News For all Muslims Ummah!! እነሆ የዘንድሮውን የዐረፋህ ኹጥባህ በዐረፋህ ተራራ ላይ የሚያደርገው በአላህ ፈቃድ ተወዳጁ ቃሪእና የሐረመ-ል-መኪይ ኢማምና ኸጢብ ዶ/ር ማሂር አል-ሙዐይቂሊ ይሆናል። BREAKING: Sheikh Maher is appointed as Hajj Khateeb to deliver ⁩ this year's Arafat Khutbah.. #Hajj1445 ያ ረብ! አንተ ሁሉን ቻይ ነህና መንገዱን አግራልን፣ ወደተቀደሰው ቦታህ ጥራን! ✍️ Source.. Murad Tadase official Chanal!
2281Loading...
11
የሥራ ማሥታወቂያ የስራ መደብ: ዐቃቤ ህግ ደረጃ 1 (አዲስ) ስራ ቦታ: ምስራቅ ጉራጌ ዞን Beeksisa Hojii Gita hojii: Abbaa Alangaa sd 1ffaa (A.A Aanaa) Iddoo hojii: Godina Guraagee bahaa
1210Loading...
12
https://t.me/Abdu_Husen
1570Loading...
13
ወላጆቹ፣ ሚስቱ፣ ልጆቹ፣ ጎረቢቶቹና ጓደኞቹ በመልካም የሚመሰክሩለት ሰው ካገኛችሁ፤ ኸይር ነገር ላይ ያለ ሰው ነውና ጓደኛ ብታደርጉት ታተርፋላችሁ። Copied!!
1561Loading...
14
Media files
2050Loading...
15
Media files
1670Loading...
16
Lists of kaadhimamtoota Alangee⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
1120Loading...
17
Biiroo Abbaa Alangaa waliigalaa Oromiyaa irraa! Worreen calallii darbitan Baga gammaddaan Isiniin jechaa gamanumaan qormaataaf akka of qopheessitanun Isiniin jedha qaaliiwwan Koo!! Nagaan naaf bulaa! Halkaan gaariin isiniif hawwa!
1200Loading...
00:22
Video unavailableShow in Telegram
1.69 MB
Arafaah Liman Arafah! 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Guyyaan borii guyyaa mana Qulqulleessu, jijjirraa maggaarajaati fi Guyyaa bashannanaati miti. Guyyaan borii Rabbiin namoottan arafaatin/arafaa dhaabataniin malaa'ikotarratti ittiin boonu, ilmi namaa baay'inaan ibiddarraa kan bilisa jedhamu, waan mararrayyu guyyaa du'aa'iwwan guutumaan guututti qeebalama argatanii dha. Laylatul qadr beekamu baatus guyyaan arafaa immoo ni beekama. Halkan laylatul qadr malaa'ikoonni ni buuti guyyaa arafaa immoo Allaahun (bu'iinsa isaan malu) bu'a. Nama fayyaadhaan guyyaa borii qunnaamuf ibaadaa godhuu qabuu fi danda'uu isinif haa qoodu Ganama * fajriin duratti laylirraa salaatu, suhuura nyaachu fi istigfaara heddummeessu! * salaata fajriin booda takbiiraa jalqabuu, haga aduun baatutti Qur'aana qar'uu, taahlila taahmiida jechu walumaa galatti zikriin dabarsuu(azkaarassabaah osoo hindagatamiin) * yeroo aduun baatu achumatti sigaajaa keenyarraa osoo hinka'in salaata mindaa/ajrii rasuula wajjin(saw) hajjuu argachuuf salaatu. * Ibaadaa guyyaa keessa goonuf nugargaara yoo jenne xiqqoo haa rafnu. Yeroo kaanu xiqqomaan rak'aa 4 haa salaannu. Sa'aa booda * salaata zuhrin booda Qur'aana haa qaraanu. Khuxbaa Arafaa(ergaa masjiida namiraah irraa dabarfamu) sirnaan hordofuu * kitaaboota ykn vidiyoowwan onnee keenya jiisuu danda'aniin yeroo keenya haa dabarsinu * akkasumatti asriin boodas Qur'aanaa fi zikriin haga magribni dhihaatutti isaan dabarsu Yeroon guddaa isa ammaa kana. * kan dhukkubsate ka itti yaalamu kan abdii kute abdiin isaa ka lubbuu itti hoortu sa'aa dinqii. Du'aa'ii!!! Du'aayii qofa! guyyaa kanatti ibiddarraa bilisa jedhamuu baatun kasaaraa dha. Fedhii qabaanne fedhii keenya osoo hin guutin hafuun wallaalummaa dha! "Namni gaara arafaarratti dhaabatu hin dandeenne daangaa Rabbiin isa beeksiseerratti haa dhaabbatu. Namni muzdalifaa buluu hin dandeenne ajaja Rabbii isaa irrratti haa bulu. Namni minaarratti qalma qalu hin dandeenne fedhi lubbuu isaa haa qalu. Namni gara mana Rabbii isaa sababa fageenyaatin deemuu hin dandeenne Allaahu hidda dhigaa isaa irra itti dhihaatu haa kajeelu!" Ibnu Rajab Araaramatu nuu wayya! Huzeyfa sultan ☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️ https://t.me/Abdu_Husen
Hammasini ko'rsatish...
Abdurazak.Husen Official

⛳️Let's do our best to serve justice⚖ ⚖️Ambo University, law student. 🔐Justice For All✍️ """......and avoid the false statement (Forged wetness, lying speech)""" Sura..Al-Haj(the Pilgrimage) 22

Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Repost from N/a
Repost from Nuraddin Sham - FHS