Diraamaa Hiree Jaalalaa®️
✅️Diraamaa Bareedaa #Hiree_jaalalaa6 karaa Telegram hordofuu yoo barbaaddan kutaa 1ffaa kaatanii channel kana join godhachuun hordofuu dandeessu! #hiree #Hiree_jaalalaa6
Ko'proq ko'rsatish📈 Telegram kanali Diraamaa Hiree Jaalalaa®️ analitikasi
Diraamaa Hiree Jaalalaa®️ (@hiree_jaalalaa6) Amxar til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 176 552 obunachidan iborat bo'lib, Texnologiyalar & Aralashmalar toifasida 589-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 132-o'rinni egallagan.
📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika
невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 176 552 obunachiga ega bo‘ldi.
13 Sentabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 1 646 ga, so‘nggi 24 soatda esa -16 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.
- Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
- Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 2.93% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 1.26% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
- Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 5 183 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 2 229 ta ko‘rish yig‘iladi.
- Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 31 ta reaksiya keladi.
📝 Tavsif va kontent siyosati
Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“✅️Diraamaa Bareedaa #Hiree_jaalalaa6 karaa Telegram hordofuu yoo barbaaddan kutaa 1ffaa kaatanii channel kana join godhachuun hordofuu dandeessu!
#hiree #Hiree_jaalalaa6”
Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 14 Sentabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Texnologiyalar & Aralashmalar toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.
Ma'lumot yuklanmoqda...
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 14 Sentabr | 0 | |||
| 13 Sentabr | +19 | |||
| 12 Sentabr | +16 | |||
| 11 Sentabr | +2 | |||
| 10 Sentabr | +19 | |||
| 09 Sentabr | 0 | |||
| 08 Sentabr | 0 | |||
| 07 Sentabr | 0 | |||
| 06 Sentabr | 0 | |||
| 05 Sentabr | 0 | |||
| 04 Sentabr | +21 | |||
| 03 Sentabr | 0 | |||
| 02 Sentabr | 0 | |||
| 01 Sentabr | +36 |
| 2 | #Hiree_Jaalalaa6 Kutaa 97ffa
#React Roobsaa Nu Eegaa🙏 | 6 489 |
| 3 | 🚨AMMEE
Namoonni Interaansii 200 ol fiddan hundi Baga gammaddan Odeeffannoo guutuu dubbiisuuf bakka SEE MORE jedhu tuqaa seenaa 👇👇👇 | 403 |
| 4 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 1 139 |
| 5 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 840 |
| 6 |
Barnootni Ga'eessotaa Meeshaa Jireenya Hawaasaa Saffisaan Fooyyessuufi Fayyadama Dijitaalaan Kan Walitti Madaqsuudha Jedhame.
BBO - Hagayya 30/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Haala Raawwachiisummaa Sagantaa Barnootaa Al - Idile (Non - Formal Education) Irratti Abbootii Adeemsaa Sagantaa Barnoota Al-Idilee Godinaaleefi Bulchiinsa Magaalotaa Irraa Walitti Babahaniif Giddu Gala Qorannoofi Leenjii Barnootaa Oromiyaa Adaamaatti Argamutti Leenjii Guyyaa Lamaaf Turu Kennuu Eegaleera. Leenjicha haasawaan kan banan hogganaa I/A BBO obbo Girmaa Baayisaa yoo ta'an, barbaachisummaa sagantaa barnoota Al - Idilee ilaalchisee daa'imman umriin isaanii 8 -14 ta'anii carraa barnoota idilee hin argatiniifi barnootaa ala ta'an Sagantaa Barnoota Saffisaan, Ga'eessotni carraa barnootaa otuu hin argatin umrii 15fi ol ta'an immoo Sagantaa Barnoota Ga'eessotaan barsiisun hawaasa dinagdee saffosaan guddisuu danda'u, dubbisuu barreessuufi herreguu danda'uufi teeknooloojitti fayyadamuun faayinaansii isaa sirna dijitaalawaan bulchuu danda'u horachuuf biiroon keenya cimee hojjataa jira jedhaniiru. Kanaafuu, jedhan obbo Girmaam, hawaasni keenya barreessuu, dubbisuu, lakkoofsa shallaguu hin dandeenye yeroo ammaa moobaayilii harkaattilee fayyadamuu dadhaburraa kan ka'e ergaa t'ext'n darbu erguu ykn fudhachuu hin dandeenye kanneen fala hatattamaa kennuuf qabna. Leenjitootnis kutannoon of kennitanii akka hojjattan jechuun dhaamsa dabarsuun waltajjiin ifaan ifatti saaqamuu ibsaniiru.
Itti aansun haasawa kan taasisan hogganaa I/A BBO Dr. Bultoosaa Hirkoo yoo ta'an, haasawa isaanii keessatti Barnootni Ga'eessotaa Meeshaa Jireenya Hawaasaa Saffisaan Fooyyessuufi Faayinaansii Isaa Sirna Dijitaalaan Bulchuu Dandeessisuu Keessatti Murteessaa Ta'uu Ibsaniiru.
Barnootni beekumsa, dandeetti, ilaalchaafi fayyadama teeknooloojii dhala namaa kan guddisuufi fooyya'insa jireenyaaf bu'uura ta'uu kan dubbatan Dr. Bultoosan, lammiin carraa barnoota Idilee hin arganne hunduu sagantaa barnoota al idilee keessatti hammatamuu akka qaban; lammiin hin baranne misoomaafi nageenya biyyaa irratti dhiibbaa guddaa waan qabaniif qooda fudhattootni barnootaa hunduu gahee isaa bahachuu qaba jechuun dhaamsa dabarsaniiru.
Haaluma walfakkaatun, BBOtti Daayirektarri Daayirektoreetii Sagantaa Barnoota Al Idilee obbo Tashoomaa Abbabaa sagantaa leenjichaa waltajjiif kan beeksisan yoo ta'u, mata dureewwan
Hammatummaa Faayinaanssii (#Financial Inclussion) ilaalchisee barnoota ga'eessotaa keessatti haala dhugoomsuun danda'amuufi Gahee BBO irratti kan dhiheessan obbo Amiin Abdallaa, Waajjira Pirezidaantii MNO irraa ta'uu,
Qaajelfama Sagantaa Barnoota Saffisaa kan dhiheessan Ministeera Barnootaa Itoophiyaa ogeessa sagantaa barnoota al idilee irraa ta'uu walduraa duuban kan dhihaataniifi mariin irratti taasifamu ta'uu -Dhumarratti, Gabaasa Raawwii Hojii Bara 2018 Godinaaleefi Magaalotaa kan gamaagamamu ta'uu beeksisaniiru. Dabalataanis obbo Tashooman, leenjitootni /abbootin adeemsaa Sagantaa Barnoota Al Idilee Godinaaleefi Magaalotarraa dhuftan carraan barnoota Al Idilee dhabuuf argachuun lammiilee barnoota idileen ala jiranii hundi harka keessan jira jedhaniiru. Kanaafuu, imaanaa biiroon keenya isinitti kenne kutannoon galmaan akka geessan isinirraa eegama jedhaniiru. Hawaasa barate, teeknooloojiin walitti madaqe, jireenya isaa fooyyeffate arguuf hundi keenya xiyyeeffannoo kennuu qabna jechuun dhaamanii jiru.
Walumaa galatti, leenjicha kan kenne qaama Waajjira Pirezidaantii MNO fi Ministeera Barnootaa Itoophiyaa irraa dhufanii yoo ta'u obbo Amiin Abdallaa Gorsa Waajjira Pirzdantii MNO Dhimma Faayinaansiifi Dr.Yoseef Abarraa Ministeera Barnootaatti Daayirektara Sagantaa Barnoota Al Idilee kan argaman yoota'u BBO irraas hoggantootni I/A fi Daayirektarootni kan argaman ta'uun beekameera. | 10 902 |
| 7 | ❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
Jijjiirraan Barsiisotaa Gad-dhiifame!
BBO - Hagayya 29/2018 Jijjiirraan Barsiisota Naannoo Keenyaa Gana 2018 'Online'n Gaafatamaa Ture Har'a Gad-dhiifameera. Haaluma kanaan, barsiisotni jijjiirraaf 'online'n iyyattan(apply) gootan liinkii asii gaditti kenname banuun ilaallachuu ni dandeessu.
Liinkichis: https://www.tmis.oeb.gov.et
#Hubachiisa:- Barsiisan komiin qaba jedhu yoo jiraate bakka "Complain" jedhu banuun komii qabu dhiheeffachuu ni danda'a.
📱 Share and Join our channel
https://t.me/biiroo_barnoota_oromiyaa7
https://t.me/biiroo_barnoota_oromiyaa7 | 9 336 |
| 8 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 1 714 |
| 9 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 984 |
| 10 | ❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
Jijjiirraan Barsiisotaa Gad-dhiifame!
BBO - Hagayya 29/2018 Jijjiirraan Barsiisota Naannoo Keenyaa Gana 2018 'Online'n Gaafatamaa Ture Har'a Gad-dhiifameera. Haaluma kanaan, barsiisotni jijjiirraaf 'online'n iyyattan(apply) gootan liinkii asii gaditti kenname banuun ilaallachuu ni dandeessu.
Liinkichis: https://www.tmis.oeb.gov.et
#Hubachiisa:- Barsiisan komiin qaba jedhu yoo jiraate bakka "Complain" jedhu banuun komii qabu dhiheeffachuu ni danda'a. | 2 872 |
| 11 | #Beeksisa #Barattoota_Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qabxii Yunivarsiitii Isaan Galchu Galmeessisan Hundaaf:
BBO - Hagayya 28/2018 Barattootni Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 fudhachuun qabxii Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo/Yunivarsiitii Isin Seensisuu Danda'u/Dabartan/ Yunivarsiitii Keessatti Barachuu Barbaaddan Online'n Liinkii Asii Gaditti Kenname Banuun Hagayya 28/2018 Hanga Qaammee 5/2018 Akka Filattan Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Beeksiseera.
Liinkichis:- https://student.ethernet.edu.et/
#Hubachiisa:- Barattootni sababa fayyaan walqabate , qaama miidhamtootni, lakkuuwwan saalan tokko ta'aniifi haati daa'ima ji'a 6 gadii hoosiftu ragaa seera qabeessa ta'een walqabsiisanii akka filatan jedhameera. | 3 162 |
| 12 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 1 954 |
| 13 | #Beeksisa #Barattoota_Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qabxii Yunivarsiitii Isaan Galchu Galmeessisan Hundaaf:
BBO - Hagayya 28/2018 Barattootni Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 fudhachuun qabxii Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo/Yunivarsiitii Isin Seensisuu Danda'u/Dabartan/ Yunivarsiitii Keessatti Barachuu Barbaaddan Online'n Liinkii Asii Gaditti Kenname Banuun Hagayya 28/2018 Hanga Qaammee 5/2018 Akka Filattan Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Beeksiseera.
Liinkichis:- https://student.ethernet.edu.et/
#Hubachiisa:- Barattootni sababa fayyaan walqabate , qaama miidhamtootni, lakkuuwwan saalan tokko ta'aniifi haati daa'ima ji'a 6 gadii hoosiftu ragaa seera qabeessa ta'een walqabsiisanii akka filatan jedhameera.
💙Oromia Education News 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱Facebook |📱 WhatsApp |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | | | 3 499 |
| 14 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 906 |
| 15 | ✅Barsiisota Jijjiirraa Gaafattan Hundaaf
BBO - 28/12/2018 Guyyaa jijjiirraan itti ibsamu Roobii galgala jennee ture sababa ragaa qulqulleeffachuufi mirkaneessuu walqabateen harcaatiin waan uumameef beellama kabajuu dhabuu keenyaaf #Dhiifama_Gaafachaa, Boru #Jimaata_29/12/2018 Galgala Sa'aatii 12:00 irraa eegalee kan gadi dhiifamu ta'uu ibsaa, ammas. obsaan akka nu eegdan gaafanna. | 3 780 |
| 16 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 1 629 |
| 17 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 920 |
| 18 | Manni Barnootaa Bultii Addaa Najjoo bu’aa qormaata kutaa 12n tokkoffaa bahe
Manni Barnootaa Bultii Addaa Najjoo qormaata kutaa 12 akka waliigalaatti qabxii olaanaa galmeessise. Manni barnootichaa barattoota 76 qormaata fudhatan keessaa barattoonni 75 qabxii 500fi sanaa ol fiduun manneen barnootaa bultii jiran keessaa tokkoffaa ta’uu Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Doktar Tolaa Bariisoo ibsa dheengadda waajjirasaaniitti raawwii hojii bara barnootaa 2018fi karoora bara 2019 ilaalchisuun miidiyaaleef kennaniin himan.
Akka Doktar Tolaan ibsanitti, bara darbe qabxii waliigalaan Manni Barnootaa Ifa Boruu Dodolaan tokkoffaa ta’uu himanii, manneen barnootaa magaalota guguddoo keessa jiran qofatu qabxii guddaa fida jedhanii hawaasni keenya barattoota gara manneen barnootaa kanneeniitti ergaa hinturre. Ilaalcha kana Manni Barnootaa Bultii Addaa Najjoos jijjiireera. Mana Barnootichaatti barattoonni 75 qabxii olaanaa 500fi sanaa ol kan fidan yoota’u, barataa tokko qofatu 492 fide.
Manni Barnootaa Bultii Addaa Yaaballoos qabxii waliigalaan lammaffaa, Manni Barnootaa Bultii Addaa Dodolaa sadaffaa, Manni Barnootaa Bultii Addaa Nageellee afraffaa, Manni Barnootaa Bultii Addaa Beddellee shanaffaa, Manni Barnootaa Bultii Addaa Odaa Adaamaa jahaffaa, Manni Barnootaa Mana Barnootaa Bultii Addaa Haramaayaa torbaffaa, Manni Barnootaa Bultii Addaa Amboo saddeettaffaafi Manni Barnootaa Bultii Addaa Bishooftuu saglaffaa ta’uu himan.
Manneen Barnootaa Addaa qormaata kutaa 12ffaan qabxii olaanaa galmeessan keessaa Manni Barnootaa Addaa Yunivarsitii Arsii qabxii olaanaa galmeessisuu dubbatan. Mana Barnootaa Addaa Yunivarsitii Arsiitti barattoota 33 qoraman keessaa barattoonni 19 qabxii olaanaa 500 ol fiduufi qabxii gadaanaan galmaa’e 448 ta’uu kaasan. Mana barnootichaatti qabxii olaanaan galmaa’e 566.92 ta’uufi raawwiinsaas %57.6 ta’uu eeran.
Akka Oromiyaatti barattoonni qabxii 500 ol fidan kuma tokkoofi 24 ta’uufi kanneen keessaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa barattoota 701 yoo qorsiisan barattoonni 456 qabxii daran olaanaa fidaniiru jedhan. Manneen barnootaa addaa barattoota kuma tokkoofi 225 qorsiisan 100 keessaa 100 yoo dabarsan, barattoonni 392 manneen barnootaa hafan keessaa qabxii daran olaanaa galmeessuu ibsan.
Bu’aa qormaataa kutaa jahaffaan walqabatee manneen barnootaa kutaa jahaffaa qorsiisan kuma 11fi 762 kilaastara kuma tokkoofi 377n waliigalaan barattoota kuma 500fi kuma 17fi 209 qoraman keessaa qabxii darbiinsaa 50fi sanaa ol kan galmeessisan barattoota kuma 400fi kuma 64fi 839. Kunis %89.9 ta’uu eeran.
Qormaata kutaa 8ffaatiin manneen barnootaa qormaaticha qorsiisan kuma sagaliifi 701 kilaastara qormaataa kuma tokkoofi 365 keessatti barattoota kuma 400fi kuma 15fi 88 keessaa qabxii darbiinsaa 50fi sanaa ol kan fidan barattoota kuma 358fi 719. Kunis %86.4 jedhan.
Akka waliigalaatti, qormaata kutaa 12ffaan manneen barnootaa 37 barattootasaanii guutummaatti dabarsan keessaa sagal manneen barnootaa bultii addaati. Kunis tarsiimoon Manneen Barnootaa Addaafi Manneen Barnootaa Bultii Addaatti hojiirra oolchine bu’aa gaarii argamsiisuu agarsiisaa jedhan.
Maxxansa Gaazexaa Bariisaa Hagayya 27 bara 2018 | 4 585 |
| 19 | Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2019tti barattoota miiliyoona 13 ol simachuudhaan barsiisuuf qophiin xumurameera
Hagayya 27/2018 (ENA) - Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2019tti barattoota miiliyoona 13 ol simachuudhaan barsiisuuf qophiin barbaachisu xumuramuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera.
Hogganaan biirichaa Dr. Tolaa Bariisoo akka ibsanitti; bara barnoota haaraa kanaatti adeemsa baruu fi barsiisuu bu'aa qabeessa taasisuu fi qabxii barattootaa fooyyessuuf hojiiwwan dandeessisan dursanii hojjetamaniiru.
Kaniinis naannicha keessatti manneen barnootaa Idileen duraa kuma 37 fi 127 mana barumsaa idilee keessatti barattoota miliyoona 13tuqaa 5 simachuun barsiisuuf qophiin xumuramuu ibsaniiru.
Bara kanatti hirmaannaa hawaasaa fi tajaajila lammummaatiin manneen barnootaa Idileen duraa kuma 1 fi 597, sadarkaa 1ffaa 284, fi sadarkaa 2ffaa 23 akkasumas kutaawwan barnootaa dabalataa haaraan hedduun ijaaramuu isaanii eeraniiru.
Ijoollee irratti hundee jabaa kaa'uudhaan dhaloota gahumsaa fi dorgomaa ta'e horachuuf karoorfamee hojiiwwan hedduun hojjetamaa jiraachuu eeranii; fakkeenyaaf manneen barnootaa Idileen duraa 695 fi sadarkaa 1ffaa 728 moodeela gochuun danda'amuu isaaniis kaasaniiru.
Naannichatti baadiyyaa keessatti manneen jireenyaa barsiisotaa kuma 19 fi 752 ijaaramuu isaanii kan eeran Dr. Tolaan dandeettii barsiisotaa cimsuufis leenjiwwan gaggabaaboo fi dheeraa adda addaa kennamuu isaanii ibsaniiru.
Bara kanatti kitaaba barnootaa idileen duraa fi sadarkaa 1ffaa miiliyoona 20 fi kuma 600 ol maxxanfamanii qophaa'uu isaanii kan ibsan hoogganichi; hanga ammaatti miliyoonni 2 manneen barnootaatiif raabsamuu isaanii dubbataniiru.
Beekumsa teeknoolojii barattootaa guddisuuf kan dandeessisan paarkii dijiitaalaa 117, manneen kitaabaa fi mana kitaabaa qophaa'uu isaaniis dabaluun ibsaniiru.
Keessattuu manneen barnootaa lafa qaban kuduraa, muduraa fi horsiisa beeyladaatiin misoomsuudhaan sagantaa nyaata barattootaatiif galteewwan barbaachisan of danda'anii akka guuttaniif sochii taasifamuus dubbataniiru.
Tajaajila tola ooltummaa gannaan ga'eessota dabalatee barattoota kutaalee 6ffaa, 8ffaa fi 12ffaatti darbaniif barnoonni deeggarsaa kennamaa jiraachuu ibsaniiru.
Itti aanaan hogganaa biirichaa Dr. Kasaahun Galaanaa gamasaaniitiin ENAtti akka ibsanitti; kanaan dura 'Buusaa Gonofaa Oromiyaatiin tajaajila nyaata barattootaa kennamaa ture sirna kanaan walqabatu ammayyeessuu fi sadarkaa fooyya'aatti gurmeessuu fi saganticha bal'inaan dhaqabamaa taasisuuf qophiin ga’aan taasifamuus ibsaniiru.
Haaluma kanaan naannichatti barattoonni miiliyoona 7tuqaa 4 sagantaa nyaata manneen barnootaatiin fayyadamoo akka ta'an dubbataniiru.
Tajaajila tola ooltummaa gannaan barattoota harka qal’eeyyii deeggaruuf mootummaan, dhaabbileen miti-mootummaa fi arjoomtonni uffata yuuniifoormii, dabtaraa fi meeshaalee barnootaa biroo dhiheessaa jiraachuu isaanii ibsaniiru.
Manneen barnootaa naannichaa keessatti galmeen barattootaa gaggeeffamaa jiraachuu kan eeran hogganichi bara barnootaa 2019tti manneen barnootaa hunda keessatti adeemsi baruu fi barsiisuu Fulbaana 5 bara 2019 irraa jalqabee kan eegalu ta'uu beeksisaniiru. | 4 012 |
| 20 | Barattoota Qabxii Olaanaa 500fi Ol Galmeessiaan 1024 Keessaa 44.5% MBBA, 17. 3% MBAfi 38.2% Manneen Barnootaa Garaa Garaarraa Ta'uun Beekame.
BBO - Hagayya 26/2018 Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qabxii 500fi Ol Galmeessisan 1024 Keessaa Barattootni 392 (38.3%) Mannenneen Barnootaa Sad. 2ffaa Garaa Garaa Keessatti Baratan (MBBAfi MBA hin taane) yoo ta'an, Barattootni 456 (44 5%) Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaafi Barattootni 176 (17. 2%) ta'uun beekameera.
Barattootni qaxaleen qabxii olaanaa galmeessisan kunniin MBBAfi MBA keessa qofa otuu hin taane manneen barnootaa sad. 2ffaa hunda keessatti kan argaman ta'uun hubatameera. Kanaafuu, barattootni carraa manneen barnootaa bultii addaafi manneen barnootaa addaa sad. 2ffaa hin argatin/ seenuuf fedhii hinqabnes/ bakkuma baratanitti/ manuma barnootaa baratanitti/ deeggarsa barsiisaafi maatiin kutannoo kan hojjatan/kan qo'atan/ yoo ta'e qabxii olaanaa galmeessisurraa wanti isaan daangessu barattootni 392/1024 bara kanaa ragaa bahaniiru.
Haaluma kanaan barattootni manneen barnootaa kamiyyuu keessatti barataa jirtan dandeettii keessan baaftanii kan itti fayyadamtan taanane qabxii olaanaa galmeessisuun kan danda'amu ta'uu muuxannoo irraa fudhatamuu qaba kan jedhu dhaamsa keenya ta'u,
Walumaagalatti, akka naannoo keenyaatti manneen barnootaa barattoota isaanii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 guutumaa guututti(100%) dabarsan 37 yoo ta'an , MBBA - 9,fi MBA 28 irraa ta'uun hubatameera. | 4 284 |
