ar
Feedback
Diraamaa Hiree Jaalalaa®️

Diraamaa Hiree Jaalalaa®️

الذهاب إلى القناة على Telegram

✅️Diraamaa Bareedaa #Hiree_jaalalaa6 karaa Telegram hordofuu yoo barbaaddan kutaa 1ffaa kaatanii channel kana join godhachuun hordofuu dandeessu! #hiree #Hiree_jaalalaa6

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Diraamaa Hiree Jaalalaa®️

تُعد قناة Diraamaa Hiree Jaalalaa®️ (@hiree_jaalalaa6) في القطاع اللغوي Amharic لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 176 432 مشتركاً، محتلاً المرتبة 589 في فئة التكنولوجيات والتطبيقات والمرتبة 132 في منطقة Ethiopia.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 176 432 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 15 سبتمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 2 366، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -78، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 2.81‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 1.28‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 4 966 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 2 262 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 26.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
✅️Diraamaa Bareedaa #Hiree_jaalalaa6 karaa Telegram hordofuu yoo barbaaddan kutaa 1ffaa kaatanii channel kana join godhachuun hordofuu dandeessu! #hiree #Hiree_jaalalaa6

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 16 سبتمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التكنولوجيات والتطبيقات.

176 432
المشتركون
-7824 ساعات
-3127 أيام
+2 36630 أيام

جاري تحميل البيانات...

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
سبتمبر '26
سبتمبر '26
+114
في 1 قنوات
أغسطس '26
+5 195
في 13 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+1 869
في 1 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+2 803
في 1 قنوات
Get PRO
مايو '26
+2 945
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+1 579
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+1 116
في 3 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+361
في 1 قنوات
Get PRO
يناير '26
+923
في 2 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+762
في 4 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+1 792
في 2 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+1 923
في 1 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+3 174
في 1 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+886
في 1 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+1 011
في 2 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+971
في 2 قنوات
Get PRO
مايو '25
+4 409
في 3 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+3 101
في 5 قنوات
Get PRO
مارس '25
+200
في 3 قنوات
Get PRO
فبراير '250
في 3 قنوات
Get PRO
يناير '25
+3 878
في 2 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+9 786
في 2 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+7 969
في 1 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+8 664
في 1 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+10 528
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+14 733
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+17 776
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+11 873
في 4 قنوات
Get PRO
مايو '24
+9 355
في 6 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+9 029
في 6 قنوات
Get PRO
مارس '24
+14 084
في 12 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+10 384
في 4 قنوات
Get PRO
يناير '24
+6 589
في 70 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+8 967
في 198 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+13 599
في 241 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+22 093
في 252 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+27 212
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '23
+3 945
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '23
+9 456
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '23
+7 834
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '23
+7 628
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '23
+3 909
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '23
+4 514
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '23
+6 270
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '23
+6 722
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '22
+3 561
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '22
+3 642
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '22
+3 632
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '22
+4 487
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '22
+2 281
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '22
+1 944
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '22
+1 173
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '22
+1 098
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '22
+1 715
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '22
+2 613
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '22
+1 107
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '22
+2 149
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '21
+1 789
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '21
+1 505
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '21
+3 432
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '21
+2 095
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '21
+2 479
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '21
+1 946
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '21
+1 945
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '21
+2 222
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '21
+2 507
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '21
+2 604
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '21
+2 063
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '21
+2 335
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '20
+6 112
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
16 سبتمبر0
15 سبتمبر+1
14 سبتمبر0
13 سبتمبر+19
12 سبتمبر+16
11 سبتمبر+2
10 سبتمبر+19
09 سبتمبر0
08 سبتمبر0
07 سبتمبر0
06 سبتمبر0
05 سبتمبر0
04 سبتمبر+21
03 سبتمبر0
02 سبتمبر0
01 سبتمبر+36
منشورات القناة
2
#Hiree_Jaalalaa6 Kutaa 97ffa #React Roobsaa Nu Eegaa🙏
8 629
3
🚨AMMEE Namoonni Interaansii 200 ol fiddan hundi Baga gammaddan Odeeffannoo guutuu dubbiisuuf bakka SEE MORE jedhu tuqaa seen
🚨AMMEE Namoonni Interaansii 200 ol fiddan hundi Baga gammaddan Odeeffannoo guutuu dubbiisuuf bakka SEE MORE jedhu tuqaa seenaa 👇👇👇
403
4
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
1 139
5
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
840
6
‎ Barnootni Ga'eessotaa Meeshaa Jireenya Hawaasaa Saffisaan Fooyyessuufi Fayyadama Dijitaalaan Kan Walitti Madaqsuudha Jedham+5
‎ Barnootni Ga'eessotaa Meeshaa Jireenya Hawaasaa Saffisaan Fooyyessuufi Fayyadama Dijitaalaan Kan Walitti Madaqsuudha Jedhame. BBO - Hagayya 30/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Haala Raawwachiisummaa Sagantaa Barnootaa Al - Idile (Non - Formal Education) Irratti Abbootii Adeemsaa Sagantaa Barnoota Al-Idilee Godinaaleefi Bulchiinsa Magaalotaa Irraa Walitti Babahaniif Giddu Gala Qorannoofi Leenjii Barnootaa Oromiyaa Adaamaatti Argamutti Leenjii Guyyaa Lamaaf Turu Kennuu Eegaleera. Leenjicha haasawaan kan banan hogganaa I/A BBO obbo Girmaa Baayisaa yoo ta'an, barbaachisummaa sagantaa barnoota Al - Idilee ilaalchisee daa'imman umriin isaanii 8 -14 ta'anii carraa barnoota idilee hin argatiniifi barnootaa ala ta'an Sagantaa Barnoota Saffisaan, Ga'eessotni carraa barnootaa otuu hin argatin umrii 15fi ol ta'an immoo Sagantaa Barnoota Ga'eessotaan barsiisun hawaasa dinagdee saffosaan guddisuu danda'u, dubbisuu barreessuufi herreguu danda'uufi teeknooloojitti fayyadamuun faayinaansii isaa sirna dijitaalawaan bulchuu danda'u horachuuf biiroon keenya cimee hojjataa jira jedhaniiru. Kanaafuu, jedhan obbo Girmaam, hawaasni keenya barreessuu, dubbisuu, lakkoofsa shallaguu hin dandeenye yeroo ammaa moobaayilii harkaattilee fayyadamuu dadhaburraa kan ka'e ergaa t'ext'n darbu erguu ykn fudhachuu hin dandeenye kanneen fala hatattamaa kennuuf qabna. Leenjitootnis kutannoon of kennitanii akka hojjattan jechuun dhaamsa dabarsuun waltajjiin ifaan ifatti saaqamuu ibsaniiru. Itti aansun haasawa kan taasisan hogganaa I/A BBO Dr. Bultoosaa Hirkoo yoo ta'an, haasawa isaanii keessatti Barnootni Ga'eessotaa Meeshaa Jireenya Hawaasaa Saffisaan Fooyyessuufi Faayinaansii Isaa Sirna Dijitaalaan Bulchuu Dandeessisuu Keessatti Murteessaa Ta'uu Ibsaniiru. Barnootni beekumsa, dandeetti, ilaalchaafi fayyadama teeknooloojii dhala namaa kan guddisuufi fooyya'insa jireenyaaf bu'uura ta'uu kan dubbatan Dr. Bultoosan, lammiin carraa barnoota Idilee hin arganne hunduu sagantaa barnoota al idilee keessatti hammatamuu akka qaban; lammiin hin baranne misoomaafi nageenya biyyaa irratti dhiibbaa guddaa waan qabaniif qooda fudhattootni barnootaa hunduu gahee isaa bahachuu qaba jechuun dhaamsa dabarsaniiru. Haaluma walfakkaatun, BBOtti Daayirektarri Daayirektoreetii Sagantaa Barnoota Al Idilee obbo Tashoomaa Abbabaa sagantaa leenjichaa waltajjiif kan beeksisan yoo ta'u, mata dureewwan Hammatummaa Faayinaanssii (#Financial Inclussion) ilaalchisee barnoota ga'eessotaa keessatti haala dhugoomsuun danda'amuufi Gahee BBO irratti kan dhiheessan obbo Amiin Abdallaa, Waajjira Pirezidaantii MNO irraa ta'uu, Qaajelfama Sagantaa Barnoota Saffisaa kan dhiheessan Ministeera Barnootaa Itoophiyaa ogeessa sagantaa barnoota al idilee irraa ta'uu walduraa duuban kan dhihaataniifi mariin irratti taasifamu ta'uu -Dhumarratti, Gabaasa Raawwii Hojii Bara 2018 Godinaaleefi Magaalotaa kan gamaagamamu ta'uu beeksisaniiru. Dabalataanis obbo Tashooman, leenjitootni /abbootin adeemsaa Sagantaa Barnoota Al Idilee Godinaaleefi Magaalotarraa dhuftan carraan barnoota Al Idilee dhabuuf argachuun lammiilee barnoota idileen ala jiranii hundi harka keessan jira jedhaniiru. Kanaafuu, imaanaa biiroon keenya isinitti kenne kutannoon galmaan akka geessan isinirraa eegama jedhaniiru. Hawaasa barate, teeknooloojiin walitti madaqe, jireenya isaa fooyyeffate arguuf hundi keenya xiyyeeffannoo kennuu qabna jechuun dhaamanii jiru. Walumaa galatti, leenjicha kan kenne qaama Waajjira Pirezidaantii MNO fi Ministeera Barnootaa Itoophiyaa irraa dhufanii yoo ta'u obbo Amiin Abdallaa Gorsa Waajjira Pirzdantii MNO Dhimma Faayinaansiifi Dr.Yoseef Abarraa Ministeera Barnootaatti Daayirektara Sagantaa Barnoota Al Idilee kan argaman yoota'u BBO irraas hoggantootni I/A fi Daayirektarootni kan argaman ta'uun beekameera.
13 806
7
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ Jijjiirraan Barsiisotaa Gad-dhiifame! BBO - Hagayya 29/2018 Jijjiirraan Barsiisota Naannoo Keenyaa Gana 2018 'Online'n Gaafatamaa Ture Har'a Gad-dhiifameera. Haaluma kanaan, barsiisotni jijjiirraaf 'online'n iyyattan(apply) gootan liinkii asii gaditti kenname banuun ilaallachuu ni dandeessu. Liinkichis: https://www.tmis.oeb.gov.et #Hubachiisa:- Barsiisan komiin qaba jedhu yoo jiraate bakka "Complain" jedhu banuun komii qabu dhiheeffachuu ni danda'a. 📱 Share and Join our channel https://t.me/biiroo_barnoota_oromiyaa7 https://t.me/biiroo_barnoota_oromiyaa7
10 384
8
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
1 714
9
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
984
10
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ Jijjiirraan Barsiisotaa Gad-dhiifame! BBO - Hagayya 29/2018 Jijjiirraan Barsiisota Naannoo Keenyaa Gana 2018 'Online'n Gaafatamaa Ture Har'a Gad-dhiifameera. Haaluma kanaan, barsiisotni jijjiirraaf 'online'n iyyattan(apply) gootan liinkii asii gaditti kenname banuun ilaallachuu ni dandeessu. Liinkichis: https://www.tmis.oeb.gov.et #Hubachiisa:- Barsiisan komiin qaba jedhu yoo jiraate bakka "Complain" jedhu banuun komii qabu dhiheeffachuu ni danda'a.
2 872
11
#Beeksisa #Barattoota_Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qabxii Yunivarsiitii Isaan Galchu Galmeessisan Hundaaf: BB
#Beeksisa #Barattoota_Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qabxii Yunivarsiitii Isaan Galchu Galmeessisan Hundaaf: BBO - Hagayya 28/2018 Barattootni Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 fudhachuun qabxii Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo/Yunivarsiitii Isin Seensisuu Danda'u/Dabartan/ Yunivarsiitii Keessatti Barachuu Barbaaddan Online'n Liinkii Asii Gaditti Kenname Banuun Hagayya 28/2018 Hanga Qaammee 5/2018 Akka Filattan Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Beeksiseera. Liinkichis:- https://student.ethernet.edu.et/ #Hubachiisa:- Barattootni sababa fayyaan walqabate , qaama miidhamtootni, lakkuuwwan saalan tokko ta'aniifi haati daa'ima ji'a 6 gadii hoosiftu ragaa seera qabeessa ta'een walqabsiisanii akka filatan jedhameera.
3 162
12
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
1 954
13
#Beeksisa #Barattoota_Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qabxii Yunivarsiitii Isaan Galchu Galmeessisan Hundaaf: BB
#Beeksisa #Barattoota_Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qabxii Yunivarsiitii Isaan Galchu Galmeessisan Hundaaf: BBO - Hagayya 28/2018 Barattootni Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 fudhachuun qabxii Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo/Yunivarsiitii Isin Seensisuu Danda'u/Dabartan/ Yunivarsiitii Keessatti Barachuu Barbaaddan Online'n Liinkii Asii Gaditti Kenname Banuun Hagayya 28/2018 Hanga Qaammee 5/2018 Akka Filattan Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Beeksiseera. Liinkichis:- https://student.ethernet.edu.et/ #Hubachiisa:- Barattootni sababa fayyaan walqabate , qaama miidhamtootni, lakkuuwwan saalan tokko ta'aniifi haati daa'ima ji'a 6 gadii hoosiftu ragaa seera qabeessa ta'een walqabsiisanii akka filatan jedhameera. 💙Oromia Education News 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook |📱 WhatsApp |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |
3 499
14
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
906
15
✅Barsiisota Jijjiirraa Gaafattan Hundaaf BBO - 28/12/2018 Guyyaa jijjiirraan itti ibsamu Roobii galgala jennee ture sababa ragaa qulqulleeffachuufi mirkaneessuu walqabateen harcaatiin waan uumameef beellama kabajuu dhabuu keenyaaf #Dhiifama_Gaafachaa, Boru #Jimaata_29/12/2018 Galgala Sa'aatii 12:00 irraa eegalee kan gadi dhiifamu ta'uu ibsaa, ammas. obsaan akka nu eegdan gaafanna.
3 780
16
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
1 629
17
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
920
18
Manni Barnootaa Bultii Addaa Najjoo bu’aa qormaata kutaa 12n tokkoffaa bahe Manni Barnootaa Bultii Addaa Najjoo qormaata kuta
Manni Barnootaa Bultii Addaa Najjoo bu’aa qormaata kutaa 12n tokkoffaa bahe Manni Barnootaa Bultii Addaa Najjoo qormaata kutaa 12 akka waliigalaatti qabxii olaanaa galmeessise. Manni barnootichaa barattoota 76 qormaata fudhatan keessaa barattoonni 75 qabxii 500fi sanaa ol fiduun manneen barnootaa bultii jiran keessaa tokkoffaa ta’uu Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Doktar Tolaa Bariisoo ibsa dheengadda waajjirasaaniitti raawwii hojii bara barnootaa 2018fi karoora bara 2019 ilaalchisuun miidiyaaleef kennaniin himan. Akka Doktar Tolaan ibsanitti, bara darbe qabxii waliigalaan Manni Barnootaa Ifa Boruu Dodolaan tokkoffaa ta’uu himanii, manneen barnootaa magaalota guguddoo keessa jiran qofatu qabxii guddaa fida jedhanii hawaasni keenya barattoota gara manneen barnootaa kanneeniitti ergaa hinturre. Ilaalcha kana Manni Barnootaa Bultii Addaa Najjoos jijjiireera. Mana Barnootichaatti barattoonni 75 qabxii olaanaa 500fi sanaa ol kan fidan yoota’u, barataa tokko qofatu 492 fide. Manni Barnootaa Bultii Addaa Yaaballoos qabxii waliigalaan lammaffaa, Manni Barnootaa Bultii Addaa Dodolaa sadaffaa, Manni Barnootaa Bultii Addaa Nageellee afraffaa, Manni Barnootaa Bultii Addaa Beddellee shanaffaa, Manni Barnootaa Bultii Addaa Odaa Adaamaa jahaffaa, Manni Barnootaa Mana Barnootaa Bultii Addaa Haramaayaa torbaffaa, Manni Barnootaa Bultii Addaa Amboo saddeettaffaafi Manni Barnootaa Bultii Addaa Bishooftuu saglaffaa ta’uu himan. Manneen Barnootaa Addaa qormaata kutaa 12ffaan qabxii olaanaa galmeessan keessaa Manni Barnootaa Addaa Yunivarsitii Arsii qabxii olaanaa galmeessisuu dubbatan. Mana Barnootaa Addaa Yunivarsitii Arsiitti barattoota 33 qoraman keessaa barattoonni 19 qabxii olaanaa 500 ol fiduufi qabxii gadaanaan galmaa’e 448 ta’uu kaasan. Mana barnootichaatti qabxii olaanaan galmaa’e 566.92 ta’uufi raawwiinsaas %57.6 ta’uu eeran. Akka Oromiyaatti barattoonni qabxii 500 ol fidan kuma tokkoofi 24 ta’uufi kanneen keessaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa barattoota 701 yoo qorsiisan barattoonni 456 qabxii daran olaanaa fidaniiru jedhan. Manneen barnootaa addaa barattoota kuma tokkoofi 225 qorsiisan 100 keessaa 100 yoo dabarsan, barattoonni 392 manneen barnootaa hafan keessaa qabxii daran olaanaa galmeessuu ibsan. Bu’aa qormaataa kutaa jahaffaan walqabatee manneen barnootaa kutaa jahaffaa qorsiisan kuma 11fi 762 kilaastara kuma tokkoofi 377n waliigalaan barattoota kuma 500fi kuma 17fi 209 qoraman keessaa qabxii darbiinsaa 50fi sanaa ol kan galmeessisan barattoota kuma 400fi kuma 64fi 839. Kunis %89.9 ta’uu eeran. Qormaata kutaa 8ffaatiin manneen barnootaa qormaaticha qorsiisan kuma sagaliifi 701 kilaastara qormaataa kuma tokkoofi 365 keessatti barattoota kuma 400fi kuma 15fi 88 keessaa qabxii darbiinsaa 50fi sanaa ol kan fidan barattoota kuma 358fi 719. Kunis %86.4 jedhan. Akka waliigalaatti, qormaata kutaa 12ffaan manneen barnootaa 37 barattootasaanii guutummaatti dabarsan keessaa sagal manneen barnootaa bultii addaati. Kunis tarsiimoon Manneen Barnootaa Addaafi Manneen Barnootaa Bultii Addaatti hojiirra oolchine bu’aa gaarii argamsiisuu agarsiisaa jedhan. Maxxansa Gaazexaa Bariisaa Hagayya 27 bara 2018
4 585
19
Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2019tti barattoota miiliyoona 13 ol simachuudhaan barsiisuuf qophiin xumurameera Hagayya 2+1
Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2019tti barattoota miiliyoona 13 ol simachuudhaan barsiisuuf qophiin xumurameera Hagayya 27/2018 (ENA) - Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2019tti barattoota miiliyoona 13 ol simachuudhaan barsiisuuf qophiin barbaachisu xumuramuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Hogganaan biirichaa Dr. Tolaa Bariisoo akka ibsanitti; bara barnoota haaraa kanaatti adeemsa baruu fi barsiisuu bu'aa qabeessa taasisuu fi qabxii barattootaa fooyyessuuf hojiiwwan dandeessisan dursanii hojjetamaniiru. Kaniinis naannicha keessatti manneen barnootaa Idileen duraa kuma 37 fi 127 mana barumsaa idilee keessatti barattoota miliyoona 13tuqaa 5 simachuun barsiisuuf qophiin xumuramuu ibsaniiru. Bara kanatti hirmaannaa hawaasaa fi tajaajila lammummaatiin manneen barnootaa Idileen duraa kuma 1 fi 597, sadarkaa 1ffaa 284, fi sadarkaa 2ffaa 23 akkasumas kutaawwan barnootaa dabalataa haaraan hedduun ijaaramuu isaanii eeraniiru. Ijoollee irratti hundee jabaa kaa'uudhaan dhaloota gahumsaa fi dorgomaa ta'e horachuuf karoorfamee hojiiwwan hedduun hojjetamaa jiraachuu eeranii; fakkeenyaaf manneen barnootaa Idileen duraa 695 fi sadarkaa 1ffaa 728 moodeela gochuun danda'amuu isaaniis kaasaniiru. Naannichatti baadiyyaa keessatti manneen jireenyaa barsiisotaa kuma 19 fi 752 ijaaramuu isaanii kan eeran Dr. Tolaan dandeettii barsiisotaa cimsuufis leenjiwwan gaggabaaboo fi dheeraa adda addaa kennamuu isaanii ibsaniiru. Bara kanatti kitaaba barnootaa idileen duraa fi sadarkaa 1ffaa miiliyoona 20 fi kuma 600 ol maxxanfamanii qophaa'uu isaanii kan ibsan hoogganichi; hanga ammaatti miliyoonni 2 manneen barnootaatiif raabsamuu isaanii dubbataniiru. Beekumsa teeknoolojii barattootaa guddisuuf kan dandeessisan paarkii dijiitaalaa 117, manneen kitaabaa fi mana kitaabaa qophaa'uu isaaniis dabaluun ibsaniiru. Keessattuu manneen barnootaa lafa qaban kuduraa, muduraa fi horsiisa beeyladaatiin misoomsuudhaan sagantaa nyaata barattootaatiif galteewwan barbaachisan of danda'anii akka guuttaniif sochii taasifamuus dubbataniiru. Tajaajila tola ooltummaa gannaan ga'eessota dabalatee barattoota kutaalee 6ffaa, 8ffaa fi 12ffaatti darbaniif barnoonni deeggarsaa kennamaa jiraachuu ibsaniiru. Itti aanaan hogganaa biirichaa Dr. Kasaahun Galaanaa gamasaaniitiin ENAtti akka ibsanitti; kanaan dura 'Buusaa Gonofaa Oromiyaatiin tajaajila nyaata barattootaa kennamaa ture sirna kanaan walqabatu ammayyeessuu fi sadarkaa fooyya'aatti gurmeessuu fi saganticha bal'inaan dhaqabamaa taasisuuf qophiin ga’aan taasifamuus ibsaniiru. Haaluma kanaan naannichatti barattoonni miiliyoona 7tuqaa 4 sagantaa nyaata manneen barnootaatiin fayyadamoo akka ta'an dubbataniiru. Tajaajila tola ooltummaa gannaan barattoota harka qal’eeyyii deeggaruuf mootummaan, dhaabbileen miti-mootummaa fi arjoomtonni uffata yuuniifoormii, dabtaraa fi meeshaalee barnootaa biroo dhiheessaa jiraachuu isaanii ibsaniiru. Manneen barnootaa naannichaa keessatti galmeen barattootaa gaggeeffamaa jiraachuu kan eeran hogganichi bara barnootaa 2019tti manneen barnootaa hunda keessatti adeemsi baruu fi barsiisuu Fulbaana 5 bara 2019 irraa jalqabee kan eegalu ta'uu beeksisaniiru.
4 012
20
Barattoota Qabxii Olaanaa 500fi Ol Galmeessiaan 1024 Keessaa 44.5% MBBA, 17. 3% MBAfi 38.2% Manneen Barnootaa Garaa Garaarraa+2
Barattoota Qabxii Olaanaa 500fi Ol Galmeessiaan 1024 Keessaa 44.5% MBBA, 17. 3% MBAfi 38.2% Manneen Barnootaa Garaa Garaarraa Ta'uun Beekame. BBO - Hagayya 26/2018 Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qabxii 500fi Ol Galmeessisan 1024 Keessaa Barattootni 392 (38.3%) Mannenneen Barnootaa Sad. 2ffaa Garaa Garaa Keessatti Baratan (MBBAfi MBA hin taane) yoo ta'an, Barattootni 456 (44 5%) Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaafi Barattootni 176 (17. 2%) ta'uun beekameera. Barattootni qaxaleen qabxii olaanaa galmeessisan kunniin MBBAfi MBA keessa qofa otuu hin taane manneen barnootaa sad. 2ffaa hunda keessatti kan argaman ta'uun hubatameera. Kanaafuu, barattootni carraa manneen barnootaa bultii addaafi manneen barnootaa addaa sad. 2ffaa hin argatin/ seenuuf fedhii hinqabnes/ bakkuma baratanitti/ manuma barnootaa baratanitti/ deeggarsa barsiisaafi maatiin kutannoo kan hojjatan/kan qo'atan/ yoo ta'e qabxii olaanaa galmeessisurraa wanti isaan daangessu barattootni 392/1024 bara kanaa ragaa bahaniiru. Haaluma kanaan barattootni manneen barnootaa kamiyyuu keessatti barataa jirtan dandeettii keessan baaftanii kan itti fayyadamtan taanane qabxii olaanaa galmeessisuun kan danda'amu ta'uu muuxannoo irraa fudhatamuu qaba kan jedhu dhaamsa keenya ta'u, Walumaagalatti, akka naannoo keenyaatti manneen barnootaa barattoota isaanii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 guutumaa guututti(100%) dabarsan 37 yoo ta'an , MBBA - 9,fi MBA 28 irraa ta'uun hubatameera.
4 284