uz
Feedback
AJ Vet Services

AJ Vet Services

Kanalga Telegram’da o‘tish

📌AJ Vet Services 📌Tajaajiloota Fayyaa Beeyiladaa *Education and informations related to Veterinary Medicine *Animal production *Vacancy announcements ✍For your questions or ideas use Email address: ethioj17@gmail.com https://t.me/vet_service

Ko'proq ko'rsatish
3 232
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+27 kunlar
+32830 kunlar
Postlar arxiv
photo content
+5

Leenjiin oonlaayinaa akkuma itti fufetti: Barnoota kallattiin dabruun alattis marii fi gaaffiin garicharratti deemu barbaachisaadha. Namoonni carraan kun isin dabre yeroo biraa hin dabarsitan jennee yaadna!

record.ogg3.13 MB

#Vacancy #AAU CVMA
#Vacancy #AAU CVMA

Leenjii horsiisa lukkuu https://t.me/+7MoqAM2XXWNmZWY0
Leenjii horsiisa lukkuu https://t.me/+7MoqAM2XXWNmZWY0

Repost from AJ Vet Services
photo content

Leenjii horsiisa lukkuu https://t.me/+7MoqAM2XXWNmZWY0
Leenjii horsiisa lukkuu https://t.me/+7MoqAM2XXWNmZWY0

Falaasama Hoggansa KAIZEN.pptx11.02 MB

photo content

record.ogg2.35 MB

photo content
+2

Tartiiba kana fayyadamtanii data yoo bitattan barnoota karaa oonlaayinaa salphaatti hordofuu dandeessu gara connection argamutti siqnaan. #999# kanarratti bilbiltu. Tartiiba itti aanu suurawwan kanneenirraa hubattu. Filannoo 3ffaa miidiyaa hawaasaa (Setting'n keessan afaan Ingiliffaarra yoo jiraate social media jedha) kan jedhu san filattu. Connection'n 3G irrattis haalaan hojjata. Namni 4G'n isin bira gahu yoo 3G'n isin jalaa kukkute 4G irra galchuu dandeessu. Setting keessan Data saver irra gochuu hin irraanfatinaa yeroo kamuu.

record.ogg1.20 KB

የዶሮ እርባታ ስልጠና በኦንላይን ቢዘጋጅላችሁ ምን ይመስላችሃል?
የዶሮ እርባታ ስልጠና በኦንላይን ቢዘጋጅላችሁ ምን ይመስላችሃል?

Join our channel communication/discussion group: 👉https://t.me/vetdiscuss1

Repost from AJ Vet Services
Galmee Leenjii Horsiisa Lukkuu Marsaa 1ffaa 1. Leenjichi kan kennamu karaa onlaayinaatiini. 2. Pilaatifoormiin leenjiin ittiin kennamu karaa linkiitiin isiniif ibsama. 3. Leenjicha torbee torbeen itti fufuu dandeenya. 4. Leenjicha ogeessota muuxannoo waggoota hedduu qabantu isiniif qopheessa. 5. Xumura leenjii irratti maanuwaaliwwan leenjii isiniif ergama. 6. Galmaa'uu fi odeeffannoo dabalataa argachuuf linkii kana fayyadamaa! Namoonni hojii horsiisa lukkuu eegaluuf fedhii fi qophii qabdan koottaa! Galmaa'uuf maqaa keessanii fi lakk bilbilaa nuuf ergaa! Link: https://t.me/hDvm79 #AjVetServices

photo content

photo content

photo content