uz
Feedback
AJ Vet Services

AJ Vet Services

Kanalga Telegram’da o‘tish

📌AJ Vet Services 📌Tajaajiloota Fayyaa Beeyiladaa *Education and informations related to Veterinary Medicine *Animal production *Vacancy announcements ✍For your questions or ideas use Email address: ethioj17@gmail.com https://t.me/veterinary_service

Ko'proq ko'rsatish
3 346
Obunachilar
+2024 soatlar
+157 kunlar
+11430 kunlar
Obunachilarni jalb qilish
Avgust '26
Avgust '26
+23
0 kanalda
Iyul '26
+139
0 kanalda
Get PRO
Iyun '26
+391
0 kanalda
Get PRO
May '26
+42
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+43
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+96
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+63
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+72
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+67
1 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+68
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+100
1 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+41
0 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+40
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+90
2 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+82
2 kanalda
Get PRO
May '25
+116
1 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+29
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+37
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+48
2 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+81
2 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+139
3 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+121
2 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+129
1 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+103
1 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+127
2 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+121
2 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+80
2 kanalda
Get PRO
May '24
+101
1 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+134
1 kanalda
Get PRO
Mart '24
+169
2 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+158
1 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+109
1 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+152
2 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+65
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+63
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+118
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+76
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+57
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+120
0 kanalda
Get PRO
May '23
+279
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+247
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+95
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+54
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+225
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+264
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+101
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+31
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+23
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+36
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+50
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+77
0 kanalda
Get PRO
May '22
+117
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+86
0 kanalda
Get PRO
Mart '22
+232
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
03 Avgust0
02 Avgust+21
01 Avgust+2
Kanal postlari
2
Hojiin horsiisa lukkuu karaa salphaan isa kami? Hojii eegaluuf haalduree kam faa guutuu qabna? Baay'ina lukkuu ittiin eegaluu barbaannu waliin filannoon sanyii lukkuu fi sirna horsiisaa keenyaa kam ta'uu qaba? Namoota horsiisa lukkuu eegaluu barbaadanii fi dura eegalanii fooyyeffachuu barbaadaniif deebii qabna. Chaanaalii telegiraamii keenyaa join godhaa! https://t.me/veterinary_service
250
3
Matn yo'q...
248
4
https://youtu.be/RedI-zx-U-0?si=CuDKiAXQStks9hGa
326
5
Matn yo'q...
408
6
Horsiisa lukkuu irratti dokumentiiwwan argachuuf, deeggarsa ogeessotaatiin hojii keessan gaggeessuuf garee telegiraamii kana join godhaa! https://t.me/+qyplpIyjfGpiOTRk
397
7
Layyinii fi Abdurahmaan warroota marsaa jalqabaa irratti leenjii karaa oonlaayinaa nu biratti fudhatanii dokumentiiwwanis ergineefirraahi. Namoota 6 tahanii leenjicha fudhatan. Isaan lamaan durumaayyuu hojii horsiisa lukkuu irratti sochii keessa galanii warra turaniidha. Muuxannoo kanas achiin nuuf ergan.
401
8
Matn yo'q...
389
9
Matn yo'q...
379
10
Matn yo'q...
339
11
saawwanii fi raaddeen aannanii oomisha olaanaa fi sanyii fooyyee horsiiftonni nu beeksisan Finfinnee, Bishooftuu fi Shaashama+5
saawwanii fi raaddeen aannanii oomisha olaanaa fi sanyii fooyyee horsiiftonni nu beeksisan Finfinnee, Bishooftuu fi Shaashamanneedhaa argachuu dandeessu. Gatii amma loon kun irra jiraniin iddoowwan ibsamanii namoonni bitachuu dandeessan qofti nu dubbisaa. Teessoo isaanii fudhattanii qunnamuu dandeessu.
474
12
record.ogg
147
13
Gaaffiin akkanaa gaaffii namoota hedduuti. Horsiifni lukkuu hojii hubannoo gahaa barbaaduudha. Hubannoo argachuuf yoo xiqqaate dokumentiiwwan tokko tokko dubbisuu qabdu. Nu bira horsiisa lukkuu irratti dokumentiiwwan sagalee (Audio) fi barreeffamaan (PDF) qophaa'an jiru. Fudhattanii dubbisuun/dhaggeeffachuun waan isiniif hin galin nu gaafachuu dandeessu. Yeroo hojii eegaltanis deeggarsa ogummaatiin isin gargaaruu dandeenya. Please! Karaan hojii milkaa'aa ittiin dalagdan haala kanaan yoo adeemtaniidha. Kumoota dhibbaan invest gootanii hojii kana eegaluu dura waan xiqqoon dokumentii kanneen fudhaa sammuu keessan qopheessaa. Dura ofirratti dalaguu qabda. Sammuu kee gabbisu. Beekkumsa argadhu. Si fayyadaa!
728
14
Leeenjii guddisa cuucii guyyaa1 fi Horsiisaa lukkuu foonii irraattii nan barbaada
647
15
Matn yo'q...
654
16
📈Karoora Baasii fi Galii Horsiisa Lukkuu Kormaa Saasoo (Lukkuu Foonii) 500'f (Kan duraatirra kan fooyya'e) •Baay'ina Lukkuu: 500 •Umrii bittaa: guyyaa 45 •Turtii horsiisaa: guyyaa 90 (ji'a 3) •Nyaata lukkuuleen mataa mataan turtii kanaan nyaattu: 12kg •Hanga nyaataa waliigalaan barbaaddu: 500*12kg=6000kg 🔹Baasiiwwan •Nyaataaf (Gatii nyaataa 100kg=9000 ykn 1kg=90 yoo fudhanne): 6000*90=540,000 ETB •Bittaa lukkuuf (Gatiin lukkuu tokkoo guyyaa 45'tti 450 yoo fudhanne): 500*450=225,000 ETB •Talaalliiwwanii fi qorichootaaf: 10,000 •Afaa lafaaf: 8000 •Bishaanii fi ifaaf: 7000 •Humna namaaf: 20,000 •Geejjibaa fi wantoota dabalataaf: 15,000 🔹Waliigala baasii: 825,000 🔹Waliigala galii: Lukkuu %5 kan du'an yoo ta'e 475*2000 (ji'a 4'f guyyaa 15 booda gatiin lukkuu 2000 yoo jenne)=950,000 ETB. 📊Bu'aa qulqulluu: 950,000-825,000=125,000 ETB.
637
17
Matn yo'q...
640
18
Karoora Baasii fi Galii Horsiisa Lukkuu Foonii Baay'ina 300 Ta'aniif •Baasii bittaa lukkuu umrii 43'f= 300×330=99,000 •Baasii nyaata lukkuu ji'a 3 fi guyyoota 17'f= Hanga nyaataa lukkuuleen nyaattuu (2192kg), gatiin nyaata lukkuu foonii (Finisher) 100kg=6000 EB. kanaafuu, 2192kg'f~120,000+1500=121,500EB ta'a. •Mana kiraa ji'a 4= 4×3000=12,000 •Bishaanii fi ifaaf=5000 •Eegumsa fayyaaf= 7000 •Baay'ina lukkuu du'anii (tilmaamaan): 50 •Of eeggannoof=30,000 •Baasii waliigalaan: 274,500 •Galii gurgurtaa lukkuurraa argamu: 250*1500=375,000 •Bu'aa qulqulluu: Galii gurgurtaa lukkuu-Baasii waliigalaa 🔹375,000-274,500= 100,500 #Hub.: Sagantaan nyaataa odeeffannoo kanarratti fayyadamne gadi aanaa kan ta'eedha. Odeeffannoon kun mariif banaa kan ta'eedha. Yaada keessan irratti kennuu dandeessu. Kan nu deemsisa jettan yoo jiraattan odeeffannoo dabalataa argachuu dandeessu.
611
19
Waan hojjachuu barbaaddan warri asirratti filannoon mirkaneessitan garee kanaan nu beeksiftu waan ta'eef join godhaa! https://t.me/+qyplpIyjfGpiOTRk
556
20
Horsiisa lukkuu foonii irratti lukkuu meeqaan eegaluu barbaadda? Moodeela karoora daldalaa/Model business plan/ irratti isiniif hojjannaa!
695