en
Feedback
AJ Vet Services

AJ Vet Services

Open in Telegram

📌AJ Vet Services 📌Tajaajiloota Fayyaa Beeyiladaa *Education and informations related to Veterinary Medicine *Animal production *Vacancy announcements ✍For your questions or ideas use Email address: ethioj17@gmail.com https://t.me/vet_service

Show more
3 103
Subscribers
+324 hours
+1947 days
+20230 days
Posts Archive
ሰላም አርቢዎች ኤልፎራ Tetra-H Parentstock በ1400 አከባቢ እየሸጠ ነዉ የሁለት ወር ማሽን ኖሮአችሁ የዘር እንቁላል ለተቸገራችሁ መልካም ዜና ነዉ
ሰላም አርቢዎች ኤልፎራ Tetra-H Parentstock በ1400 አከባቢ እየሸጠ ነዉ የሁለት ወር ማሽን ኖሮአችሁ የዘር እንቁላል ለተቸገራችሁ መልካም ዜና ነዉ

photo content

Repost from AJ Vet Services
photo content

Namoonni lakk bilbilaa hin ergin ergaa. Keessattuu, warri jalqabarratti maqaa keessan qofa ergitan. Lakkoofsi keessanis waan barbaachisuuf irra deebiin edit goone waan ta'eef. Galmaa'uuf maqaa keessan guutuu fi lakk bilbilaa keessan ergaa! Link: https://t.me/hDvm79

Veterinary Exit-Exam Model
Veterinary Exit-Exam Model

photo content

Galmaa'uuf lakk bilbilaa keessanis nuuf ergaa! Warri dura maqaa keessan ergitanis lakk bilbilaas ergaa! Gaaffii keessanii fi waan isin beeksifnu karaa linkichaa isiniif kan ibsinu ta'a.

photo content

Galmee Leenjii Horsiisa Lukkuu Marsaa 1ffaa 1. Leenjichi kan kennamu karaa onlaayinaatiini. 2. Pilaatifoormiin leenjiin ittiin kennamu karaa linkiitiin isiniif ibsama. 3. Leenjicha torbee torbeen itti fufuu dandeenya. 4. Leenjicha ogeessota muuxannoo waggoota hedduu qabantu isiniif qopheessa. 5. Galmaa'uu fi odeeffannoo dabalataa argachuuf linkii kana fayyadamaa! Namoonni hojii horsiisa lukkuu eegaluuf fedhii fi qophii qabdan koottaa! Link: https://t.me/hDvm79

Leenjii horsiisa lukkuu marsaa 1ffaa
Leenjii horsiisa lukkuu marsaa 1ffaa

Galmeen leenjii horsiisa lukkuu kan gaggeeffamu karaa chaanaalii telegiraamaa kanaani. Join godhaa! #AjVetServices https://t.me/veterinary_service

Oduu Gammachiisaa ******** Horsiisa beeyiladaa irratti leenjii karaa oonlaayinaa dhiheenyatti kan eegallu yoo ta'u, leenjiin
Oduu Gammachiisaa ******** Horsiisa beeyiladaa irratti leenjii karaa oonlaayinaa dhiheenyatti kan eegallu yoo ta'u, leenjiin jalqabaa horsiisa lukkuu irratti ta'a. ⏰Yeroo galmeen eegalamus isiniif ibsina. 📌Beekkumsa haa horannuu! 📌Beekumsi hojii keenya keessatti nu milkeessa, yeroo nuuf qusata, dadhabbii hanbisa! 📌Jijjiiramni guddaan isa sammuu keenyarratti fidnuudha. 📌Haa barannuu! Beekkumsa haa horannuu! Haa jijjiiramnuu! #AjVetServices

photo content

Horsiisa beeyiladaa irratti leenjii karaa oonlaayinaa dhiheenyatti kan eegallu ta'a. Leenjiin jalqabaa horsiisa lukkuu irratti ta'a. #AjVetServices

photo content

photo content
+1

💧Horsiisa beeyiladaa irratti leenjiin osoo isiniif qophaa'ee fudhachuuf qophidhaa? ✔️Horsiisa loon aannanii ✔️Horsiisa lukkuu ✔️Horsiisa hoolaa fi re'ee ✔️Furdisa loonii, hoolaa fi re'ee 📈Miidiyaan keenya ogeessotaa fi dhaabbilee leenjii qindeessuu danda'an waliin hojjachuuf qophiidha. Contact us: ethioj17@gmail.com #AjVetServices

Taammiraat jedhama. Naannawa Finfinneetti lukkoota foonii gurgurtaaf gahan 100 qaba. Koottaa narraa fudhaa isiniin jedha. Tee
+2
Taammiraat jedhama. Naannawa Finfinneetti lukkoota foonii gurgurtaaf gahan 100 qaba. Koottaa narraa fudhaa isiniin jedha. Teessoo isaa karaa keessaatiin fudhachuu dandeessu. Teessoon magaalaa Hoolotaa Lakk bilb 0940000037

ለበአል ፈላጊ አአ0928825536
+3
ለበአል ፈላጊ አአ0928825536

A veterinarian is needed for poultry farm visit and disease control around Addis Ababa, Gelan. Anyone ready can contact us on: ethioj17@gmail.com