AJ Vet Services
رفتن به کانال در Telegram
📌AJ Vet Services 📌Tajaajiloota Fayyaa Beeyiladaa *Education and informations related to Veterinary Medicine *Animal production *Vacancy announcements ✍For your questions or ideas use Email address: ethioj17@gmail.com https://t.me/veterinary_service
نمایش بیشتر3 321
مشترکین
+124 ساعت
-57 روز
-2230 روز
آرشیو پست ها
3 321
+1
Sanyii hoolaa % 80 ilmoolee lakkuu sadii, % 20 ammoo ilmoolee lakkuu lamaa dhalan. Ajaa'iba, biyyi keenya warqii hin tuqamne gama qabeenya beeyiladaatiin qabdi kan jennuuf kanaafi. Sanyiin Hoolaa kanaa Maajii (Benchii Maajii) kan jedhaman yoo ta'u, akka bakka mara dhaqqaban ciminaan irratti raawwatamuu qaba.
80% ሶስት መንትያ፣ 20% ደግሞ ሁለት መንትያ ግልገሎችን የሚወልድ የበግ ዝርያ። የሚገርም ነው፣ አገራችን በእንስሳት ሀብት ረገድ ያልተነካ ወርቅ አላት የምንለው ለዚህ ነው። ይህ የበግ ዝርያ ማጂ (ቤንች ማጂ) የሚባል ሲሆን፣ በሁሉም ቦታ እንዲደርስ በጠንካራ ሁኔታ ሊሰራበት ይገባል።
3 321
+1
የተደለቡ በሬዎች አምቦና ሻሸማኔ አካባቢ
Sangoota furdifaman naannawa Amboo fi Shaashamanneetti
3 321
Yaada Daldalaa Horsiisa Hoolotaa/Re'ootaa Irratti
Lafa dheedumsaa yoo qabaatte ykn kiraadhaan argachuu yoo dandeesse hoolota umriin waggaa lama guutan biti (hanga humna keetiitiin). Ji'oota sadii hanga afuriitiif achirratti kunuunsi. Fayyaa isaanii haalaan eegi. Nyaata dabalataas hanga dandeesseen dhiheessiif. Bishaan qulqulluu dhiheessiif. Mana isaanii qulqullinaan qabi. Gatii ammaatiin hoolota akkasii qarshii hanga 15, 000 tiin argachuu dandeessa. Kunuunsi kee yoo tole hoolota kanneen ji'oota sadii booda hanga qarshii 30,000tti gurguruu dandeessa. Fkn. Hoolota 20'n osoo eegaltee 20*15000=300,000 gatii bittaa hoolotaati. Gatiin gurgurtaa ji'oota sadii boodaa 20*30,000=600,000 ta'a.
600,000-300,000=300,000.
Baasii adda addaatiif 100,000 osoo baasii taasiftee 200,000 bu'aa qulqulluu ji'oota sadii booda argattu ta'uu danda'a.
3 321
Check out Vet Services's video! #TikTok https://vm.tiktok.com/ZSV4y9tXY/ This post is shared via TikTok Lite. Download TikTok Lite to enjoy more posts: https://www.tiktok.com/tiktoklite
3 321
AA akebabi yelema/fertile yedoro inkulal yalachu? Beteley Tetra-H woym temesasay zrya bhon ymeretal!
3 321
Beeksisa
******
Ogummaa DVM'tiin eebbifamtamtoonni haaraa hojii hin eegalin yoo jiraattan nu dubbisaa. Carraawwan waliin irratti hojjannu waan jiraniif namoota muraasa nhi barbaanna. CV keessan ykn odeeffannoowwan akka maqaa keessanii, yuunivarsiitii itti barattanii fi teessoo keessanii nuuf ergaa!
Email: ethioj17@gmail.com
#AjVetServices
3 321
Repost from N/a
Fedhii namni qabdan, fedhii qofaas miti qophii fi humnas namni qabdan jirra jedhaa. Nuti isiniif qopheessuuf qophiidha.
3 321
Gaaffii fi fedhii keessan irratti hundoofnee dokumentii leenjii furdisa kormaa/sangaa irratti yeroo gabaabaa keessatti isiniif kan qopheessinu ta'a.
3 321
Korma ykn sangaa guyyoota 90 keessatti akkamiin furdisuun gabaaf geessuu dandeenya? Barumsa guutuu barbaadduu?
3 321
https://vm.tiktok.com/ZS4K1Jd7K/ This post is shared via TikTok Lite. Download TikTok Lite to enjoy more posts: https://www.tiktok.com/tiktoklite
