AJ Vet Services
Ir al canal en Telegram
📌AJ Vet Services 📌Tajaajiloota Fayyaa Beeyiladaa *Education and informations related to Veterinary Medicine *Animal production *Vacancy announcements ✍For your questions or ideas use Email address: ethioj17@gmail.com https://t.me/veterinary_service
Mostrar más3 395
Suscriptores
-124 horas
-17 días
+8130 días
Archivo de publicaciones
3 395
Hello everyone,
My name is Dr. Bacha Tefera (DVM), a Veterinary Medicine graduate from Haramaya University, Ethiopia.
My professional interests include animal health, disease diagnosis and treatment, livestock production, and poultry management.
I am currently seeking employment opportunities in the veterinary and livestock sectors. I am also open to professional collaboration, knowledge sharing, and learning from experienced professionals.
I would appreciate any relevant job leads or professional recommendations.
Thank you.
3 395
Horsiisa beeyiladaa ammayyaa hubachuuf dubbisi. Ogeessota mari'achiisi. Horsiisota lukkuu daaw'adhuu muuxannoo fudhadhu. Leenjiis yoo argatte leenji'i. Ittiin milkooftaa! Horsiisa lukkuu irratti dokumentii Afaan Oromootiin qophaahe ni qabna. Fudhaa irraa baradhaa!
#AjVetServices
3 395
Horsiisa beeyiladaa ammayyaa hubachuuf dubbisi. Ogeessota mari'achiisi. Horsiisota lukkuu daaw'adhuu muuxannoo fudhadhu. Leenjiis yoo argatte leenji'i. Ittiin milkooftaa! Horsiisa lukkuu irratti dokumentii Afaan Oromootiin qophaahe ni qabna. Fudhaa irraa baradhaa!
#AjVetServices
3 395
Gama horiisa beeyiladaatiin, dhaabbileen akka manneen barnootaa, koolleejjotaa, dhaabbileen barnoota olaanoo, dhaabbileen qorannoo fi kkf., akka madda galii keessootti hojiin hojjachaa jiranii fi jalqabbiin jiru jajjabeessaadha. Hojiin kun xiyyeeffannoon yoo irratti hojjatame qabeenya dilbii biyya keenyaa kana fayyadamummaa isaa mirkaneessuu nu dandeessisa.
3 395
ሰላም ቤተሰብ እንደ አርቢነቴ እኔ ልሸወድ የነበረውን እንዳትሸወዱ ወይም የተሸወዳቹ ደግሞ በድጋሚ እንዳትሸወዱ ነው ።
በዚሁ ግሩፕ ላይ መኖ የሚያቀርብ ሰው የኑግ ፋጉሎ አለብሎ ጠቁሞኝ የሚሰሩበት ቦታ ሄጄ የሚሰሩትን ፋጉሎ የሚሉትን ብታዩት በጣም ታዝናላቹ ቦታው ገፈርሳ አካባቢ ሚካኤል ቤተክርስቲያን ገባ ብሎ የሚገኝ ሲሆን ለጥሬ እቃነት የሚጠቀሙት ምንም አይነት ዘይትነት የሌለውና ምንነቱ ያልታወቀ የተለያየ የበሰበሰ ጥሬ እቃ ሲሆን ዘይት ሳያመርቱ በማሽኑ በመጭመቅ ብቻ የፋጉሎ አይነት ቅርጽ እንዲኖረው ያደረጉት ሲሆን መኖው ዋጋው በጣም ቅናሽ ሲሆን ጥሬ እቃው የበሰበሰ እና አፍላቶክሲን ፎርም ያደረገ ሲሆን ይህንኑ ለአርቢው እንደ ፋጉሎ እያቀረቡ በውድ ዋጋ የገዛቹት ከብት ለበሽታ እየዳረጉባችሁ ሲሆን በተጨማሪም ወተቱ ለሰው ልጅ ጎጂ የሚሆን ሲሆን በመሆኑም ሁላችሁም የምትገዙትን ፋጉሎ ዘይት ከሚያወጡ ድርጅት እንድትገዙ እያልኩ ይህንን በዓድ ነገር ለተለያዩ መኖ አምራች እያቀረበ ሲሆን ለምትገዙትም concentration feed ጥንቃቄ ማድረግ አለባቹ ምክንያቱም ባለፈው እንደሰማቹት በእንደዚ አይነት ስግግለብግብ ነጋዴ በአዲስ አበባ ያለው የወተት ጥራት ጉዳይ ማህበረሰቡን እያወዛገበ መሆኑን ትረዳላችሁ
አመሰግናለሁ
3 395
Leenjiiwwan gaggabaaboo fi Level 1-4 ogummaawwan garagaraatiin koolleejjotatti kennaman fudhachuu barbaaddaa? Odeeffannoo tokkoon tokkoo isaanii toora chaanaalii telegiraamaa kanarratti isiniif maxxansinaa hordofaa!
https://t.me/veterinary_service
