AJ Vet Services
Ir al canal en Telegram
📌AJ Vet Services 📌Tajaajiloota Fayyaa Beeyiladaa *Education and informations related to Veterinary Medicine *Animal production *Vacancy announcements ✍For your questions or ideas use Email address: ethioj17@gmail.com https://t.me/veterinary_service
Mostrar más3 322
Suscriptores
-124 horas
+527 días
+22030 días
Carga de datos en curso...
Canales Similares
Nube de Etiquetas
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
julio '26
julio '26
+112
en 0 canales
junio '26
+391
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+42
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+43
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+96
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+63
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+72
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+67
en 1 canales
Get PRO
noviembre '25
+68
en 1 canales
Get PRO
octubre '25
+100
en 1 canales
Get PRO
septiembre '25
+41
en 0 canales
Get PRO
agosto '25
+40
en 0 canales
Get PRO
julio '25
+90
en 2 canales
Get PRO
junio '25
+82
en 2 canales
Get PRO
mayo '25
+116
en 1 canales
Get PRO
abril '25
+29
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+37
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+48
en 2 canales
Get PRO
enero '25
+81
en 2 canales
Get PRO
diciembre '24
+139
en 3 canales
Get PRO
noviembre '24
+121
en 2 canales
Get PRO
octubre '24
+129
en 1 canales
Get PRO
septiembre '24
+103
en 1 canales
Get PRO
agosto '24
+127
en 2 canales
Get PRO
julio '24
+121
en 2 canales
Get PRO
junio '24
+80
en 2 canales
Get PRO
mayo '24
+101
en 1 canales
Get PRO
abril '24
+134
en 1 canales
Get PRO
marzo '24
+169
en 2 canales
Get PRO
febrero '24
+158
en 1 canales
Get PRO
enero '24
+109
en 1 canales
Get PRO
diciembre '23
+152
en 2 canales
Get PRO
noviembre '23
+65
en 0 canales
Get PRO
octubre '23
+63
en 0 canales
Get PRO
septiembre '23
+118
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+76
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+57
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+120
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+279
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+247
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+95
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+54
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+225
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+264
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+101
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+31
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+23
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+36
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+50
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+77
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+117
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+86
en 0 canales
Get PRO
marzo '22
+232
en 0 canales
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 19 julio | +2 | |||
| 18 julio | +1 | |||
| 17 julio | +9 | |||
| 16 julio | +8 | |||
| 15 julio | +12 | |||
| 14 julio | +18 | |||
| 13 julio | +4 | |||
| 12 julio | +6 | |||
| 11 julio | +8 | |||
| 10 julio | +18 | |||
| 09 julio | +14 | |||
| 08 julio | 0 | |||
| 07 julio | +1 | |||
| 06 julio | +6 | |||
| 05 julio | +2 | |||
| 04 julio | 0 | |||
| 03 julio | +1 | |||
| 02 julio | +1 | |||
| 01 julio | +1 |
Publicaciones del Canal
🔄Gaaffiin namoota hedduurraa horsiisa lukkuu irratti yeroo baay'ee nuuf dhihaatu:
✔️Lukkuun oomisha killee kennaa hin jirtu ykn addaan kukkutti,
✔️Galiin kiyyaa fi baasiin kiyya wal madaalaa hin jiru waan ta'eef rakkoo keessa seeneera,
✔️Dhukkubootni lukkuu miidhaa geessisaa jiru, kan jedhanii fi kkf'dha.
📈Gaaffilee kanneeniif deebii ta'a kan jennu akka ogeessa tokkootti, karaa miidiyaan wantoota argaa turree fi mirkaneeffachaa turrerraa, akkasumas namoota horsiisa lukkuu keessa jiran dubbisuun qorannerraa kaanee deebii akka armaan gadiitti isiniif keenya.
1️⃣ Filannoo lukkuu kaayyoo horsiisaa keenya waliin deemu hubachuu dhabuu. Fkn. Kaayyoon keenya oomisha killee ta'ee osoo jiruu sanyii lukkuu foonii ykn oomisha killee irratti nu hin baasne hojjachuu. Sababa kanaan bu'aa barbaadamu argachuu waan hin dandeenyeef kisaaraaf saaxilamna.
2️⃣ Qabiinsa sirrii sanyii lukkuu kaayyoo oomishaa barbaannuuf horsiifnu taasisuu/hubachuu dhabuu. Keessattuu, lukkuun killee qabiinsa saayinsaawaa barbaadu. Kanaafuu, qabiinsa barbaachisu taasisuuf saayinsii horsiisaa irratti hubannoo gahaa qabaachuu qabna. Qabiinsa barbaachisu gama bakka jireenyaatiin, nyaataa fi dhugaatiitiin, fayyaatiin yoo hin taasisiniif ammas bu'aa barbaadamu osoo hin taane faallaa sanaa kisaaraa hamaaf saaxilamuu dandeenya.
3️⃣ Haala bittaa cuucii fi lukkuu sookee (Goromtii). Namoonni hedduun cuucii ykn lukkuu sookee gabaa naannoorraa daldaltoonni ykn horsiiftonni naannoo sanaa ykn bakka biraatiin dhiheessan bitu. Bakka hedduutti cuuciin ykn lukkuun sookee haala sanaan gabaatti dhihaattu rakkoo hedduu qabdi. Tokkoffaa, cuuciin sun talaallii barbaachisu osoo hin xumurin gabaaf dhihaatti. Kanarraa kan ka'e salphaatti dhukkubootaaf saaxilamuu dandeessi. Lammaffaa, karaa fagootii kan dhufu laafinsa tan qabduu fi dhibeefis saaxilamte keessatti waan argamtuuf salphaatti walitti dabbabarsuu dandeessi. Sadaffaa, haalli lukkuun sookee itti geejjibsiifamtee gabaa geessuu fi erga bitamtee gara namaatti itti galtu sirrii miti. Namoonni baay'een lukkuu erga bitanii meeshaalee geejjibsiiftuu lukkuu kireetii jedhamu waan hin fayyadamneef waan akka madaabaraa faa fayyadamuun lukkuu duraayyuu rakkoo qabdu rakkoo dabalataaf saaxilu.
4️⃣. Abdii kutachuu. Namoonni gariin sababa rakkoowwan olitti kaafne kanarraa kan ka'e yeroo hojii horsiisa lukkuu kanarraa abdii muratan agarra. Kunis sirrii miti. Kan rakkoo qabu hojicha osoo hin taane haala nuti itti hojjannu waan ta'eef dogongora keenyarraa barannee waan fooyyee qabu hojjachuutu furmaata.
🩸Goolabaa fi Yaadota Furmaataa
Conclusion and Recommendations
Rakkoowwan horsiisa lukkuu keessatti mul'atan kunneen irra caalaatti maddi isaanii waan tokkoodha. Innis hubannoo fi beekkumsa gahaa horsiisa lukkuu irratti qabaachuu dhabuudha. Lukkuun beeyiladaa kaanirra salphaatti rakkoof kan saaxilamtu waan taateef qabiinsi barbaachisaan taasifamuufii qaba. Kanaafuu, namoonni hojii horsiisa lukkuu irratti hirmaachuun dura (Meeshaalee fi wantoota horsiisaaf barbaachisan bituu dura) sammuu ofiirratti hojjachuu qabu. Karaawwan isaanii mijaaheen horsiisa lukkuu irratti hubannoo fudhachuu qabu. Leenjii horsiisa lukkuu hordofuu qabu. Ogeessota mariisisuu qabu. Haala gabaa lukkuutiin wal qabatee mootummaanis too'annoo cimsuu qaba. Namoonni cuucii gabaaf dhiheessan ragaa fayyaa fi talaallii qabaachuu isaanii hordofamuu qaba. Dhumarratti, hojiin horsiisa lukkuu hojii beekkumsaa fi of eeggannoo barbaadu yoo ta'u, haala barbaachisuun hojjatamnaan hojii bu'aa qabuudha.
| 2 | Sin texto... | 197 |
| 3 | Horsiisa lukkuu irratti deeggarsa ogummaa isinii taasifnee hojii keessan akka fooyyessitan isin gargaaruu barbaanna. Kanaaf ammoo filannoo lama isiniif qopheessineerra. Isa kamiin filattu? | 40 |
| 4 | Hojii horsiisa lukkuu eegaltee hojii keetirratti rakkoon si muudateeraa? Bu'aa barbaadamu irraa argachaa hin jirtuu? Hojii kee fooyyessuu barbaadda taanaan garee barnootaa kanatti makamii baradhu. Rakkoo jiru waliin kan hiiknu ta'a. Namoonni hojii horsiisa lukkuu keessa jirtan qofti koottaa!
Nu dubbisuuf: https://t.me/hDvm79 | 117 |
| 5 | Afaan Oromootiin qopheessine | 310 |
| 6 | Sin texto... | 475 |
| 7 | Sin texto... | 64 |
| 8 | Faayiloota barnootaa (Hubannoof) ta'an sagalee (Audio) fi barreeffamaan (PDF) horsiisa lukkuu irratti argachuuf karaa linkii kanaan nu dubbisaa!
🖇️ Link: https://t.me/hDvm79 | 503 |
| 9 | Namoonni hedduun haala ittiin horsiisa lukkuu hojjachuu danda'anirratti gaaffii nu gaafatu. Horsiisa lukkuu irratti dokumentiiwwan barreeffamaa (PDF) fi sagaleen nu biratti waan argattaniif isiniif ergina.
Karaa chaanaalii telegiraamii keenyaatiin argattu.
https://t.me/veterinary_service | 677 |
| 10 | Sin texto... | 799 |
| 11 | Sin texto... | 1 |
| 12 | 4th | 727 |
| 13 | 3rd | 768 |
| 14 | 2nd | 775 |
| 15 | 1st | 785 |
| 16 | Sin texto... | 966 |
| 17 | Faayiloota leenjii horsiisa lukkuu PDF, audio faan argachuuf garee kana join godhaa!
https://chat.whatsapp.com/GBxBsvmWw2I4ZjCufFPf7s | 915 |
| 18 | Faayiloota leenjii horsiisa lukkuu PDF, audio faan argachuuf garee kana join godhaa!
https://chat.whatsapp.com/GBxBsvmWw2I4ZjCufFPf7s | 10 |
| 19 | If you have this equipments of poultry farm please contact us.
📞0995348938 | 1 375 |
| 20 | Hojii horsiisa beeyiladaa irratti hojjachaa jirtaa? Horsiisa kee ammayyeessuu barbaaddaa? Walitti hidhamiinsa gabaa jabaa uummachuu barbaaddaa? Miidiyaa keenya waliin hojjadhaa!
#AjVetServices | 728 |
