AJ Vet Services
前往频道在 Telegram
📌AJ Vet Services 📌Tajaajiloota Fayyaa Beeyiladaa *Education and informations related to Veterinary Medicine *Animal production *Vacancy announcements ✍For your questions or ideas use Email address: ethioj17@gmail.com https://t.me/vet_service
显示更多3 232
订阅者
+424 小时
+1307 天
+32730 天
数据加载中...
吸引订阅者
六月 '26
六月 '26
+375
在0个频道中
五月 '26
+42
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+43
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+96
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+63
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+72
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+67
在1个频道中
Get PRO
十一月 '25
+68
在1个频道中
Get PRO
十月 '25
+100
在1个频道中
Get PRO
九月 '25
+41
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+40
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+90
在2个频道中
Get PRO
六月 '25
+82
在2个频道中
Get PRO
五月 '25
+116
在1个频道中
Get PRO
四月 '25
+29
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+37
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+48
在2个频道中
Get PRO
一月 '25
+81
在2个频道中
Get PRO
十二月 '24
+139
在3个频道中
Get PRO
十一月 '24
+121
在2个频道中
Get PRO
十月 '24
+129
在1个频道中
Get PRO
九月 '24
+103
在1个频道中
Get PRO
八月 '24
+127
在2个频道中
Get PRO
七月 '24
+121
在2个频道中
Get PRO
六月 '24
+80
在2个频道中
Get PRO
五月 '24
+101
在1个频道中
Get PRO
四月 '24
+134
在1个频道中
Get PRO
三月 '24
+169
在2个频道中
Get PRO
二月 '24
+158
在1个频道中
Get PRO
一月 '24
+109
在1个频道中
Get PRO
十二月 '23
+152
在2个频道中
Get PRO
十一月 '23
+65
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+63
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+118
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+76
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+57
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+120
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+279
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+247
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+95
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+54
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+225
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+264
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+101
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+31
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+23
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+36
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+50
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+77
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+117
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+86
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+232
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 25 六月 | +1 | |||
| 24 六月 | +8 | |||
| 23 六月 | +22 | |||
| 22 六月 | +97 | |||
| 21 六月 | +11 | |||
| 20 六月 | +2 | |||
| 19 六月 | +4 | |||
| 18 六月 | 0 | |||
| 17 六月 | +6 | |||
| 16 六月 | +6 | |||
| 15 六月 | 0 | |||
| 14 六月 | +2 | |||
| 13 六月 | +6 | |||
| 12 六月 | +26 | |||
| 11 六月 | +75 | |||
| 10 六月 | +12 | |||
| 09 六月 | +70 | |||
| 08 六月 | +12 | |||
| 07 六月 | +1 | |||
| 06 六月 | +3 | |||
| 05 六月 | +3 | |||
| 04 六月 | +2 | |||
| 03 六月 | +1 | |||
| 02 六月 | +1 | |||
| 01 六月 | +4 |
频道帖子
| 2 | ISA XUMURAATI
Obboloota koo kabajamoo,
Har’a Barreefama kana barreessuun koo filannoo osoo hin taane dirqama jireenyaa ti. Dhugumaan yeroo baay’ee obseera, obsaan eeggadheera, garuu yeroo ammaatti deggersi keessan na barbaachisa.
Akka hedduun keessan beektanitti balaa guddaan na mudatee ture. Miidhaan qaama koo irra gahe yeroo dheeraa keessatti jireenya koo, hojii koo fi haala sammuu koo irratti dhiibbaa guddaa geessiseera. Yeroo hedduu dhiphina keessa darbeera; yeroo hedduu abdii kutachuuf jedhuus ture. Garuu rahmata Rabbiitiin hanga har’aatti dhaabbadhee isin dubbachaan jira.
Amma garuu carraan yaalaa naaf banamee jira. Hospitaalli Turkii keessaa riferiikoo fudhatee qorannoo erga taasiseen booda Proforma Invoice naaf deebisee jira. Baasiin yaalaa isaanii na gaafatan Doolaara Ameerikaa 55,400 dha.
Dhugaa dubbachuuf, lakkoofsi kun humna koo oli. Ani kophaa koo baachuun hin danda’u. Garuu yeroo ummanni koo, obboloonni koo fi obboleettonni koo na cina dhaabbatan, wanti ulfaataan salphachuu danda’a. Kanaaf har’a isin bira dhufeera.
Namoota aadaa wal gargaaruu hin qabne biratti kun kadhaa fakkaachuu danda’a. Garuu ani kadhachaa hin jiru. Ani obboleessa keessan ta’ee, yeroo rakkinaa keessa jiru tokkootti harka obbolummaa isinitti diriirfadheera.
Rabbiin ol ta’e Qur’aana keessatti akkana jechuun nu gorsa:
Ergamaan Rabbii akkana jedhan:
"Rabbiin gargaarsa garbaa isaa keessa jira; yeroo garbichi obboleessa isaa gargaaru."
📢 Abbootiin Mediaa, sagalee koo akka taatan isin gaafadha.
🤝 Abbootiin Qabeenyaa, akka humna keessaniin na cina dhaabbattan isin kadhadha.
❤️ Hawaasni bal’aan, waan dandeessaniin akka na deggertan isin gaafadha.
🤲 Namni qarshii kennuu hin dandeenye du'aa'ii naaf haa godhu.
📲 Namni sana illee hin dandeenye Share, Copy Link, fi odeeffannoo kana namoota biraan akka ga’u haa taasifu.
Kanaaf waamicha koo kana akka waamicha obboleessa keessanii tokkootti fudhadhaa.
Yoo Rabbiin fedhe, deggersi keessan har’a na fayyisa; bor immoo Rabbiin nama biraatiif isin sababaa godha.
Egaan har’a waamicha koo isa dhumaa kanaan isin waama. Na hin dagatinaa. Du'aa'ii keessan keessatti na yaadadhaa. Waan dandeessan hundaan na cinaa dhaabbadhaa.
Rabbiin waan gaarii hunda isin haa badhaasu. Rabbiin qabeenya keessan haa eegu. Rabbiin rakkoo keessan irraa isin haa baraaru akkuma ani har’a deggersa keessan barbaadutti.
Jazakumullahu Khayran. Galatoomaa. 🤲
CBE 1000445703908
Abdi Reggasa | 280 |
| 3 | 没有文字... | 249 |
| 4 | Pilaatfoormiin leenjii horsiisa lukkuu qophaa'eera. Ati eessa jirta? | 314 |
| 5 | እንቁላል ጥለው የጨረሱ የሚወስድ
ብዛት: 14800
Price :በስምምነት
እሰከ 20/10/2018 ማውጣት የሚችል
Contact: vetEtf1 | 621 |
| 6 | 📈Leenjii horsiisa lukkuu kana keessatti yaadota daldalaa/business ideas bu'a qabeessa isin gochuu dandeessisanis haala hojii keessan wal simuun isiniif dhiheessina.
*Horsiisa lukkuu killee moo kan foonii hojjachuuf karoora qabda? Haala humna keetiitiin akka murteessitu kallattii siif keenya.
*Gosa horsiisa lukkuu irratti hojjattuu irratti yaadota daldalaa bu'aa qabeessummaa olaanaa qabanis isinitti akeekna.
*Yaadotni daldalaa kunneen gosa horsiisa lukkuu ati irratti hojjattuu waliin kan wal simatan ykn akka dabalataatti kan irratti hojjattu ta'uu danda'u.
✔️Koottaa galmaa'aa, leenji'aa!
#AjVetServices | 373 |
| 7 | Wanti gaaffii nutti ta'e waa baay'eetu jira kan namoonni hedduun leenjiif fedhii qabna jedhanii garuu kaffaltii yoo raawwadhaa jedhaman duubatti jedhaniif:
1. Kaffaltiitu baay'ate jechuufii?
Inni kun sababa gahaa ta'uu hin danda'u. Sababni isaas qarshii 1000 yeroo ammaa cuucii lukkuu shaniiyyuu hin bittu waan ta'eef. Namni dhuguma leenjiif fedhii qabu ilaalcha akkasii qaba taanaan dogongora keessa jira.
2. Rakkoo amanamummaatii?
Isa kana keessa warri jirus wanti beekuu qaban nuti karaa miidiyaalee hawaasaa keessattuu feesbuukii fi telegiraamiitiin hordoftoota hedduu kan qabnuu fi hordoftoota keenyaafis kabajaa akka qabnu warri dhiheenyaan nu hordofu salphaatti waan hubatuudha. Dabalataan, ergaa kan dabarsaa jirrus ifaan bilisaan leenjii qopheessine jennee karaa toorota miidiyaalee keenyaatiini.
3. Qophii qabaachuu dhaburraahii?
Tarii namoonni tokko tokko odeeffannoo karaa miidiyaalee hawaasaa dabranirraa argataniin hojii kanaaf fedhii qabaatanii garuummoo humna dhabuu malu. Namoonni akkasiis abdii kutachuu hin qaban. Waan xiqqoolleen ta'u waan danda'aniin jalqabanii ol guddachuu danda'u waan ta'eef.
4. Barbaachisummaa leenjii irratti hubannoo gahaa dhaburraahii?
Inni kunis hanqina fooyya'uu qabuudha. Sababni isaas, namoota hedduutu hubannoo malee horsiisa lukkuutti hubannoo gahaa malee seenee kasaaraaf saaxilamaa jira waan ta'eef. Hojii keenya fooyyessinee bu'aa barbaadamu bira gahuuf saayinsii horsiisaa irratti beekkumsa gabbifachuun waan hundarra dhimma murteessaa taeedha. | 56 |
| 8 | You all are invited!!
Join us this Friday June 19, 2026 @3:15PM-|4:150 PM
Are you Ready to Train yourself. | 440 |
| 9 | Leenjiin eegaluuf guyyaa 3 qofatu hafe. Karoora keenyatti dhihaachaa jirra. Itti makamaa leenji'aa. | 434 |
| 10 | 没有文字... | 708 |
| 11 | Leenjii horsiisa lukkuu marsaa 1ffaa | 663 |
| 12 | Galmee Leenjii Horsiisa Lukkuu Marsaa 1ffaa
1. Leenjichi kan kennamu karaa onlaayinaatiini.
2. Pilaatifoormiin leenjiin ittiin kennamu karaa linkiitiin isiniif ibsama.
3. Leenjicha torbee torbeen itti fufuu dandeenya.
4. Leenjicha ogeessota muuxannoo waggoota hedduu qabantu isiniif qopheessa.
5. Xumura leenjii irratti maanuwaaliwwan leenjii isiniif ergama.
6. Galmaa'uu fi odeeffannoo dabalataa argachuuf linkii kana fayyadamaa! Namoonni hojii horsiisa lukkuu eegaluuf fedhii fi qophii qabdan koottaa! Galmaa'uuf maqaa keessanii fi lakk bilbilaa nuuf ergaa!
Link: https://t.me/hDvm79
#AjVetServices | 483 |
| 13 | Galmeen leenjii horsiisa lukkuu kan gaggeeffamu karaa chaanaalii telegiraamaa kanaani. Join godhaa!
#AjVetServices
https://t.me/veterinary_service | 511 |
| 14 | Garee leenjii horsiisa lukkuutti makamuuf linkii kanaan hi 👋 jedhaa maqaa fi lakk bilbilaa keessan ergaa!
https://t.me/hDvm79 | 116 |
| 15 | Barbaachisummaa barnootaa/leenjii saayinsii fi teeknoolojii ammayyaa hubachuu keessatti:
Mee waan beektonni jedhan kanneen ilaali! | 623 |
| 16 | Leenjii jalqabuuf waan deemnuuf namoonni galmooftan kaffaltii leenjii isin beeksifame daftanii akka raawwattan isin yaadachiifna.
#AjVetServices | 599 |
| 17 | Dameen qabeenya beeyiladaa hubannoon itti hojjannaan damee si baasuudha.
Barnoota. Kaka'uumsa. Kutannoo.
Education. Motivation. Commitment. | 691 |
| 18 | Dameen qabeenya beeyiladaa hubannoon itti hojjannaan damee si baasuudha.
Barnoota. Kaka'uumsa. Kutannoo.
Education. Motivation. Commitment. | 15 |
| 19 | ለበሬ ማድለብያ የሚሆን ምጥን መኖ ያላችሁ አሰላ እተያ ዴራ አከባቢ አስቾካይ ነው
Contact: @vetEtf1 | 636 |
| 20 | 没有文字... | 442 |
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
