Haftuu Production
Kanalga Telegram’da o‘tish
🎙 Faaruuwwan mana Adiveentistii duraan qindaa'aniifi haarawaa ba'an bakka tokkotti isiniif qoodna! Youtube Link: https://youtube.com/channel/UC9lYFfK1Ejctk-bL4o2MmUQ Nu quunnamuuf: @faaruuadiveentistii / @Od_sda
Ko'proq ko'rsatish9 800
Obunachilar
+424 soatlar
+527 kunlar
+22630 kunlar
Ma'lumot yuklanmoqda...
O'xshash kanallar
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyul '26
Iyul '26
+163
4 kanalda
Iyun '26
+317
9 kanalda
Get PRO
May '26
+155
4 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+177
3 kanalda
Get PRO
Mart '26
+221
6 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+208
3 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+235
6 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+230
3 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+245
5 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+242
5 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+319
6 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+250
8 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+308
5 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+190
6 kanalda
Get PRO
May '25
+228
8 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+229
8 kanalda
Get PRO
Mart '25
+259
10 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+250
5 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+238
4 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+347
9 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+207
4 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+169
5 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+262
6 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+227
3 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+408
4 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+219
3 kanalda
Get PRO
May '24
+265
5 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+236
3 kanalda
Get PRO
Mart '24
+196
2 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+166
2 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+212
3 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+188
3 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+187
3 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+211
3 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+273
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+133
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+224
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+115
0 kanalda
Get PRO
May '23
+123
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+136
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+105
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+92
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+216
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+155
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+158
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+164
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+118
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+155
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+181
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+143
0 kanalda
Get PRO
May '22
+169
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+100
0 kanalda
Get PRO
Mart '22
+177
0 kanalda
Get PRO
Fevral '22
+91
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '22
+124
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '21
+76
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '21
+63
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '21
+104
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '21
+83
0 kanalda
Get PRO
Avgust '21
+105
0 kanalda
Get PRO
Iyul '21
+177
0 kanalda
Get PRO
Iyun '21
+220
0 kanalda
Get PRO
May '21
+108
0 kanalda
Get PRO
Aprel '21
+95
0 kanalda
Get PRO
Mart '21
+89
0 kanalda
Get PRO
Fevral '21
+701
0 kanalda
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 18 Iyul | +6 | |||
| 17 Iyul | +8 | |||
| 16 Iyul | +10 | |||
| 15 Iyul | +9 | |||
| 14 Iyul | +7 | |||
| 13 Iyul | +14 | |||
| 12 Iyul | +7 | |||
| 11 Iyul | +12 | |||
| 10 Iyul | +5 | |||
| 09 Iyul | +8 | |||
| 08 Iyul | +8 | |||
| 07 Iyul | +5 | |||
| 06 Iyul | +13 | |||
| 05 Iyul | +3 | |||
| 04 Iyul | +13 | |||
| 03 Iyul | +11 | |||
| 02 Iyul | +16 | |||
| 01 Iyul | +8 |
Kanal postlari
| 2 | ERGAAN HAR’AA
" Walitti Dhufeenya Fedhii Ofii Qofa irratti Hundaa'e "
✝️ CAQASA M/QULQULLUU
“Simbirroota qilleensa keessa balali'an ilaalaa isaan hin facaasan hin haamanis gombisaattis hin galchan; garuu abbaan keessan inni waaqa irraa isaan in soora. Egaa isin immoo isaan irra guddaa hin caaltanii ree?”
— Mat. 6:26
XIINXALA ISAA
Walitti dhufeenyi hundinuu jaalala dhugaa irratti kan hundaa’e miti. Namoonni tokko tokko kan namatti dhihaatan nama sana akkuma jiruun jaallatanii utuu hin ta’in, maal akka argatan abdatanii dha. Jaalalli dhugaan ni kenna, ni tajaajila, akkasumas aarsaa ni kaffala; jaalalli fedhii ofii irratti hundaa’e garuu, qofaa fayyadama, ni fudhata, yeroo bu’aan sun dhumu immoo ni bada.
Yesus namoota kuma shan erga dinqiin sooree booda, tuutni sun isa barbaaduuf ariifatu turan. Yeroo jalqabaa ilaallu, fedhiin isaanii kun kan nama dinqisiisu fakkaata ture. Ta’us, Yesus sababa isaan isa barbaadaniif ifatti baase: "Isin kan na barbaaddan... buddeen sana waan nyaattanii quuftaniif dha." Baay’een isaanii ergaa isaa irra dinqii inni hojjetu caalaatti dinqisiifatu turan. Isaan fayyisaa lubbuu isaanii caalaa, kennataa waan lafaa ta’e tokko barbaadu turan. Isaan mootii fedhii foonii isaanii kan guutuuf tokko barbaadu turan malee, kan garaa isaanii jijjiiruu miti.
Badiin kun har’as nu mudata. Kiristosiin hordofuu, gara mana sagadaa deemuu ykn geggeessitoota hafuuraa biratti argamuu kan dandeenyu, waan inni nuuf kennu (dinqii, eebba foonii ykn carraa gaarii) argachuuf qofa ta’uu danda’a. Kana gochuun garuu kennaa hundarra caalu—fayyinaa fi walitti dhufeenya Yesuusiin qabnu—dagachuu dha. Sababa keenya isa dhugaa of qoruu qabna. Kiristosiin kan barbaannu eenyummaa isaafimoo waan inni nuuf kennu qofaafi? Eebbi Waaqayyoo kan nama gammachiisuudha, garuu gonkumaa "Eebbisaa Isa ta'e" (Waaqayyoon) bakka bu’uu hin qabu.
Yaadni kun walitti dhufeenya namaa irrattis ni hojjeta. Namoonni tokko tokko qabeenya, dhiibbaa, arjummaa ykn bakka gaarii ati qabduuf jecha sitti dhihaatu. Namoota hunda irratti shakkiin ykn hamannaan akka si hin qabne. Kanaa mannaa, Waaqayyoon hubannoo siif kennuuf kadhadhu. Namoota jaalladhu, garuu ogummaan itti fayyadami. Arjummaan kee Kiristosiif akka isaan qajeelchu godhi; jaalalli inni of kennuun nama jaallatu garuu garaa of jaallachuu fi fedhii ofii qofa barbaadu jijjiiruuf humna qaba.
Walitti dhufeenyi keenya Waaqayyoo wajjin qabnu yeroo hunda mijaa’ina ykn bu’aa mataa keenyaaf kan dhufu utuu hin ta’in, jaalala dhugaa, galataafi garaa guutuudhaan kan ta’e haa ta’u!
AKKAS JEDHIITII KADHADHU:
1. Yaa Gooftaa, garaa koo guutummaatti sitti nan kenna. Mootummaa keetii fi qajeelummaa kee akka duraatti waan lafaa hundumaan olitti akkan barbaaduuf na gargaari.
2. Guyyuu Hafuura Qulqulluun na guuti. Yaadni, sababniifi gochi koo fedha kee akka calaqqisuuf na qulqulleessi.
3. Walitti dhufeenya koo keessatti ogummaa fi hubannoo naaf kenni. Namoota dhugumaan jaallachuu fi gama biraatiin immoo namoota na fayyadamuu barbaadan addaan baasee, ogummaan deebisuufi hubachuuf na gargaari!
Ayyaanni isiniif haa baayyatu!🙌
@haftuuproduction | 1 044 |
| 3 | ⏳ COMING SOON! 🔥
MISIRAACHOO ✝️
F /taa Badhaasaa Firrisaa fi
F/ttuu Siccaalee Tasfaayee
Faaruu ajaa'ibaa eebba mana samiin guute kana Sanbata dhufaa jiru galgala saa'atii 01:00(LT) #Haftuu_production gubbaan nu eeggadhaa!
AYYAANA BAAYYEE!
@haftuuproduction | 1 218 |
| 4 | 🌟 COMING SOON! 🔥
MISIRAACHOO ~ F/taa Badhaasaa Firrisaafi F/ttuu Siccaalee Tasfaayee
#Haftuu_production gubbaan eeggadhaa!
@haftuuproduction | 1 |
| 5 | Eebbi faarfannaa Badhaasaa Firrisaa fi Siccaalee Tasfaayee Sanbata dhufu (Adoolessa 11, 2018) akka ta'e beektu!
𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐧𝐲𝐞 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩 "ᴀʟʙᴜᴍ ꜰᴀʀ. ʙᴀᴅʜᴀᴀꜱᴀᴀ ꜰɪ ꜱɪᴄᴄᴀᴀʟᴇᴇ" 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮𝐮 𝐒𝐚𝐧𝐛𝐚𝐭𝐚 𝐬𝐚'𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐬𝐚'𝐚𝐭𝐢𝐢 𝟖:𝟎𝟎 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐞𝐞 𝐨𝐧𝐥𝐢𝐧𝐞 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐮𝐮 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮! 𝐇𝐚𝐦𝐦𝐚𝐬𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐧𝐮 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐚!
ꜱᴀɢᴀɴᴛᴀᴀ ꜰᴀᴀʀꜰᴀɴɴᴀᴀ ɢᴜᴅᴅᴀᴀᴛᴜ ᴊɪʀᴀ!
𝐋𝐢𝐧𝐤'𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐭𝐚𝐧
https://t.me/as_written | 1 237 |
| 6 | A A G A D H A G A ' A A 📢
🎶 Yeroo darbe obboleessi keenya Girmaayeen #Albeema isaa #6ffaan dhufaa jiraachuu isaa isin beeksisuun keenya ni yaadatama.
Maarree Jimaata dhufaa jiru galgala Saa'atii 01:00 (LT) irraa kaasee, karaa toora #youtube_channel "GIRMAYE BAYISA OFFICIAL" (kan armaan gaditti #seensiftuu isaa isiniif keenyeen) kan isiniif lakkifamu ta'uu isaa yeroo isin beeksifnu gammachuu guddaani.
👉🏾 https://youtube.com/@girmayebayisaofficial?si=pjy_lyEsOs1xveAb
Ammasitti kan maatii hin ta'in jirtan, seensiftuu isiniif keenyeen seentanii #subscribe gochuu hin dagatinaa!
Ayyaana Baayyee!🙏
@haftuuproduction | 1 637 |
| 7 | https://youtu.be/db_slSDqBlQ?si=Y8kiOHlgo3wKgvj2 | 1 503 |
| 8 | https://youtu.be/jxjwvXR-a38?si=wPfJo3DyHmZBr-Tu | 1 484 |
| 9 | https://youtu.be/4mGTtqH1FG4?si=ZBoQERkylTkMPv3R | 1 447 |
| 10 | 📢 AAGA DHAGA'AA!
💫F/taa Badhaasaa Firrisaa fi F/ttuu Siccaalee Tasfaayee jedhamu. W/A/G/7ffaa Burraayyuu-Dirree irraa. Faaruu Albeema guutuu mat-dureen isaa "MISIRAACHOO" jedhu qabatanii dhufaa jiraachuu isaanii yeroo isin beeksifnu gammachuu guddaadhaani. Sirni eebba isaa sanbata dhufaa jiru, jechuunis Adoolessa 11, 2018'tti Waldichatti haala adda ta'een kan eebbifamu ta'a.
Maarree obbolootni naannoo sana jirtaniifi isiniif mijatu martuu akka irratti qooda qabaattaniif kabaja guddaa afeeramtanii jirtu!
@haftuuproduction | 2 515 |
| 11 | Yeroo Dhiyootti Eeggadhaa!📢
@haftuuproduction | 2 208 |
| 12 | " Boru ganamarraa eegallee haga galgalaatti(guyyaa guutuu) Sagantaa Addaa "Qophii Faarfannaa" jedhu bifa adda ta'een isiniif qopheessinee jirra.
Sagantaa kanatti akka eebbifamtan homaa shakkii hin qabnu.
Koottaa nu waliin faarfannaadhaan Waaqayyoon waaqeffanna.
Sagantaa kanarratti Leenjiin dhimma Faarfannaarratti bifa addaan isiniif qophaa'ee jira.
Seenaa Imaltoota Emaahus irraa dhoksaa hedduu baranna.
Utuu Yesuusiin sirriitti hin hubatiin karaa dheeraa isa waliin deemneerra ta'a! Utuu Yesuusiin hubannee hin argiin, daandii dheeraa isa waliin deemnee tajaajilleerra ta'a!
Adeemsi akkasii kun akkasumaani. Gooftaa Yesuus bartoota sanaaf Emaahus irratti ijasaanii baneef. Sana booda sirriitti isa argani. Tajaajillii fi jireenyi isaanii achumaan jijjiirame. Sagantaan kun sagantaa Gooftaa Yesuus irratti argamee ija keenya nuuf banu akka ta'u hawwina, kadhannas!
Finfinnee, Shaggarii fi naannoo kanatti dhiyoo ka jirtan, namoonni Kutaa biyyaarraa maatii dubbisuu ykn dhimma gara garaaf magaala keenya jirtan, akkasumas miseensonni keenya biyya hambaatii dhimmoota adda addaaf gara biyyaa dhuftanii as jirtan sagantaan kun isiniifis kan keessani.
Haalota kana hundaaf carraa mijataa kan hin argannemmoo karaa Marsariitii #HopeChannelEthiopia kallattiidhaan daawwachuu dandeessu.
Irraa hin hafiinaa!!!" | 2 332 |
| 13 | Baga Guyyaa Qulqulla'aafi Eebbifamaa SANBATA Gooftaa Keenya Yesuus Kristoos Nagaan Geessan!🤗
#SANBATA_GAARII!
@haftuu_graphics | 2 176 |
| 14 | https://youtu.be/7FmZ-D2kXDk?si=ZAgD_dcX2oP4rjZO | 2 232 |
| 15 | @haftuuproduction | 2 788 |
| 16 | @haftuuproduction | 3 |
| 17 | 📣 MISIRAACHOO GAARII MUL'ATA DHEERAA WALIIN!
" Inni faarfannaa haaraa, isa ani ittiin isa jajadhu afaan koo keessa in kaa’e; baay’een kana arganii isa in sodaatu, waaqayyummaa isaa in amanatu."
(Macaafa Faarfannaa 40: 3)
Gurri Keessan aaga haa dhaga'u! Gurra keessa isin naanna'aa akka jiru ni beekna; kunoo nus as baasneerra! Faarfataa GUUTAMAA BULTII kanaan dura faaruu #Albeema guutuu gargaarsa Waaqayyootiin nu biraan ga'uun isaa beekamaa dha; ittiinis eebbifamaa jirra. Maal kana qofa ree! Faaruun cinattis kitaabilee nama honnachiisan barreessuudhaan kanaan dura kitaaba lama gumaachee jira! Kunis eebba Waaqayyo isaaf kenne da'oo godhamchuudhaan; abbaa kennichaa Isa ta'e WAAQAYYOOF galanni haa ta'u!
Yeroo ammaa kana immoo Albeema lammaffaa isaa mata duree " MUL'ATA DHEERAA" jedhuun qabatee dhufaa jira! Maarree, jiraattonni Finfinnee fi naannoo ishee eebbi faarfannichaa guyyaa gaafa 11/11/ 2018 jechuun B/Sanbataa Sadaffaa irratti W/G/7ffaa Afaan Oromoo Biishooftuu Saanshaayiniitti waan geggeeffamuuf qopheessituun sagantichaa waldaan Saanshaayinii isin eegaa jirra irraa hafuun eebba dhabuudha jechaa jirti!
Maarree, waamicha kabajamaa kana kabajjanii argamtanii eebbifamaa Jetti!
Keessummoonni tajaajilaaf afeeraman hedduu keessaa muraasni kan armaan gadii ta'u. Namoota fageenyaaf jecha qaamaan argamuun isiniif hin mijanne toorri #Telegiraamaa ittiin argattan yeroo dhihootti kan isiniif ifoomu ta'a! Waaqayyo nama guyyichaa nu haa taasisu! Eebbifamaa!
@haftuuproduction | 3 127 |
| 18 | YEROO DHIYOOTTI EEGGADHAA!💫
@haftuuproduction | 2 482 |
| 19 | 🎶 F/taa Biqilaa Amsaaluu jedhama.
Buufata Gambeelaa irraa. Gara fuulduraatti immoo #Albeema guutuun dhufaa jira.
Ittiin eebbifamaa!🙏
@haftuuproduction | 2 405 |
| 20 | Matn yo'q... | 2 544 |
