uk
Feedback
Aartii Oromoo

Aartii Oromoo

Відкрити в Telegram

Afaan Oromoo haa cimsinu Aadaa keenya haa ibsinu!

Показати більше
2 662
Підписники
-224 години
-177 днів
-6230 день

Триває завантаження даних...

Хмара тегів
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Вхідні та вихідні згадування
---
---
---
---
---
---
Залучення підписників
червень '26
червень '26
+6
в 0 каналах
травень '26
+34
в 1 каналах
Get PRO
квітень '26
+90
в 0 каналах
Get PRO
березень '26
+85
в 0 каналах
Get PRO
лютий '26
+14
в 0 каналах
Get PRO
січень '26
+15
в 0 каналах
Get PRO
грудень '25
+6
в 0 каналах
Get PRO
листопад '25
+15
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '25
+9
в 0 каналах
Get PRO
вересень '25
+19
в 0 каналах
Get PRO
серпень '25
+2
в 0 каналах
Get PRO
липень '25
+52
в 0 каналах
Get PRO
червень '25
+96
в 0 каналах
Get PRO
травень '25
+62
в 0 каналах
Get PRO
квітень '25
+2
в 0 каналах
Get PRO
березень '25
+5
в 0 каналах
Get PRO
лютий '25
+58
в 0 каналах
Get PRO
січень '25
+3
в 0 каналах
Get PRO
грудень '24
+21
в 0 каналах
Get PRO
листопад '24
+47
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '24
+55
в 0 каналах
Get PRO
вересень '24
+158
в 0 каналах
Get PRO
серпень '24
+1 537
в 1 каналах
Get PRO
липень '24
+106
в 0 каналах
Get PRO
червень '24
+10
в 0 каналах
Get PRO
травень '24
+7
в 0 каналах
Get PRO
квітень '24
+30
в 0 каналах
Get PRO
березень '24
+21
в 0 каналах
Get PRO
лютий '24
+9
в 0 каналах
Get PRO
січень '24
+8
в 0 каналах
Get PRO
грудень '23
+16
в 0 каналах
Get PRO
листопад '23
+49
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '23
+288
в 0 каналах
Get PRO
вересень '23
+18
в 0 каналах
Get PRO
серпень '23
+175
в 0 каналах
Get PRO
липень '23
+66
в 0 каналах
Get PRO
червень '23
+32
в 0 каналах
Get PRO
травень '23
+29
в 0 каналах
Get PRO
квітень '23
+32
в 0 каналах
Get PRO
березень '23
+25
в 0 каналах
Get PRO
лютий '23
+46
в 0 каналах
Get PRO
січень '23
+1 501
в 0 каналах
Get PRO
грудень '22
+33
в 0 каналах
Get PRO
листопад '22
+34
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '22
+30
в 0 каналах
Get PRO
вересень '22
+57
в 0 каналах
Get PRO
серпень '22
+31
в 0 каналах
Get PRO
липень '22
+48
в 0 каналах
Get PRO
червень '22
+40
в 0 каналах
Get PRO
травень '22
+39
в 0 каналах
Get PRO
квітень '22
+907
в 0 каналах
Get PRO
березень '22
+1
в 0 каналах
Get PRO
лютий '220
в 0 каналах
Get PRO
січень '22
+1
в 0 каналах
Get PRO
грудень '21
+2
в 0 каналах
Get PRO
листопад '21
+1
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '21
+2
в 0 каналах
Get PRO
вересень '21
+5
в 0 каналах
Get PRO
серпень '21
+9
в 0 каналах
Get PRO
липень '21
+220
в 0 каналах
Дата
Залучення підписників
Згадування
Канали
14 червня0
13 червня0
12 червня0
11 червня0
10 червня0
09 червня0
08 червня0
07 червня0
06 червня+1
05 червня+3
04 червня0
03 червня+1
02 червня+1
01 червня0
Дописи каналу
HIN KUFIIN!💥🎙️ Akka hin kufnetti jabaadhuu dhaaphu; kuftee jennaan kan suura si kaasu malee, kan lafaa si kaasu muraasa! ሰው
HIN KUFIIN!💥🎙️ Akka hin kufnetti jabaadhuu dhaaphu; kuftee jennaan kan suura si kaasu malee, kan lafaa si kaasu muraasa! ሰው ልጅ ጠዋት ወርቅ ነው፣ ቀን ደሞ ጨርቅ ሆኖ ይገኛል፣ በእጅህ የሆነ ነገር ሲኖርህ ይወድሃልና ያከብርሃል፤ ነገር ግን የሆነ ነገር ስታጣ ማንም አያውቅህም። ~> እንደ መልእክት፣ ማንኛውንም ሰው ማንነቱን ብቻ እንውደድ! Abdinaa'ol Abarraa✍️🫴

2
ITTIIN BOONI-THIS IS ABOUT IDENTITY💥 Kan Gadaa qabdu ittiin booni; kan gatte ammoo deeffadhu, sirna Oromoon kamuu dammaqee jabeessuuf dagaagsuu qabudha, amantaan, siyaasni, dhufee darbaan kamuu sirna eenyummaa Oromoo kana laaffisu fudhatama hin qabu! Ani waggaa 48 dhufun qabadha; kana jechuun abbaan kiyya amma Qondaala(Dooroma) dha; waggaa 8'n kana qabata, Gadaa bara 6420 ykn 2026 dhufu Michillee(Muudana) kanatti aansee jechuudha, animmoo afurtama abbaa kiyyaatti mitiiree?! Akkasi ilaa! Tuulamni: ilmaan sadi Daacci, Bachoo fi Jiille qaba, Bacho ammoo ijoollee 6 hore, isaanis ILUU, WAAJITU, MEETTAA, GARASUU, KEEKKU FI URU. Isaan keessaa warri qaccee kiyyaa GARASUUDHA; Tuulamaaf Bachoon ilma 2ffaadha, marsaa Gadaa Michilleetti aanee waggaa 8'n dhufu, kana jechuunis waggaa dhufu booda waggaa 8’tti Bachoon marsaa Gadaa itti aanuuf alangee fudhata. Warri Tuulama jalaa Latiinsa hiddaan Bachoo bar-sana qabatu jechuudha; kiyyas abbaan bara sana qabata, ani afurtaama koo lakkaawwadhee 48 kana qabadha. Umriin raagee, Waaqni eebbisee achiin na gahee jennaan nan qabadha; ykn ammoo ilmi yoon godhadhe, mucaan kiyya akaakayyuu isaa walii, abbaa koo waliin qabachuu danda'a jechuudha. Saddeettan kanatti. Tuulama jalaa Bachoo, Bacho jalaa ammoo Garasuudha warri abbaa kiyyaa! Latiinsa hidda ofii beekuudhaan, sirna durammaa uummata Oromoo, kan addunyaafuu bu’uura tahe, kan sirni dimokraasii keessaa madde, Gadaa dagaagsuu, jabeessuu qabnaan dhaamsa kiyya goolabaati. Gada-baddee hin tahiinaa; kan Gadaa gate sirnuma Gadaan, tumaa abbootii Gadaan deeffatee haa qabatu, kan Gadaa siruma hin qabanne Oromoo keessatti yoo gateen ala hin jiru. Sababni isaa Oromoo kamiifuu Gadaan latiinsa hiddaan marsaa isaan dabaree qabaatu illee, Oromoo hundumaafi sirni Gadaa. Kan gate egaa haa deeffatu; kan itti fufsiisee asiin gahes daran haa jabeessu, kan siruma Gadaa hin qabne ammoo, egaa bitadhaa! 'Gadaan ni bitama' kan jedhu orally nan dhagaha; bakka kanatti may be guddifachaa fi moggaasni illee sirnuma Gadaan wanta dhufeef, sanarraa kaheetii laata?! Kan jedhun shakka malee, Gadaan bitamee gurguramu hin jiraatu. Bakkan dogoggoretti ammoo, abbootni Gadaa, Jaarsoliin sirna Gadaa sirnaan beektan na sirreessaa! Ati mee sadarkaa Gadaa kamirra jirta? Ykn abbaan kee?! Abdinaa’ol Abarraa Iyyaasuu Dibaabaa Badhaadhaa Dabalaa Bulbulee Dabboo,…Garasuu->Bachoo->Tuulamaa~>Booranaa~Oromoo
61
3
SADARKAALEE SIRNA GADAA BEEKTUU?! Yaa'ii saglaan Boraanaa jiraan keessaa Abbaa Duulaa Abbaa Duulaa👇 Abbaa Duulaan sirna Gada
SADARKAALEE SIRNA GADAA BEEKTUU?! Yaa'ii saglaan Boraanaa jiraan keessaa Abbaa Duulaa Abbaa Duulaa👇 Abbaa Duulaan sirna Gadaa keessaatii kan waraana hogganudha; kan biyya eeguu fi diinni akka biyya hin weerarre kan eeguudha. Abbaan Duulaa kan foollee hoggaanudha; foollee kan ta'e waraana qajeelchuudha, kan waraana qaree ajajuu fi waraana bobbaasudha, caasaa sirna Gadaa keessatti jechuudha. Foolleen kan loluudha; Abbaa Gadaa fi Abbaa Duulaatu ajaja kan dabarsuu dha; waraana ajaja itti dabarsee daangaa biyyaa fi qabeenya uumaamaa kan eegu, Abbaa Duulaa jedhama. Gama birootiin sadarkaleen Gadaa, Itti Makoo Dabballee Foollee Qondaala(Dooroma) Raabaa Doorii jifuu isaanii akka eeggatanii ni qajeecha; Abbaa Duulaan jechuudha, haaluma kanaan sirnaa Gadaa keessatti caasaa Abbaa duulaa akkaa armaan gadiiti, Abbaan Duulaa, Foollee hooggana; foolleen doorama hooggana, itti makoon dabballeedhan hoogganama jechuudha. Abdinaa’ol✍️🎙️
58
4
GALATOOMAA!💥 Biyyi sirna uummata ishee kabajjuu fi bakka laattuuf, ni dagaagdi; ni misoomti, nagayaan waaraan ni dhufaaf! Aa+6
GALATOOMAA!💥 Biyyi sirna uummata ishee kabajjuu fi bakka laattuuf, ni dagaagdi; ni misoomti, nagayaan waaraan ni dhufaaf! Aadaaf duudhaa, sirnaaf safeeffannaa uummata waggoota hedduuf cunqurfamaa ture, haala kanaan arguu caala Uummata Oromoof gammachuun hin jiru; sirni dhufee darbaan, dhugeeffannoo uummatichaa dararaa, quucarsaa, balleessuuf guyyuun irratti hojjechaa ture kufee, mataa ol qabachuudhaan biyya ofiitti eenyummaa ofii kabachiisuudhaan sirna akkasii kana addunyaafuu bu’uura tahuun wanta tokko! Addatti, qaamolee(namoota) sirna kana bakkatti deebisuudhaan, uummatni sirna isaan akka quba wal qabaatuuf, hortee isaa baree sirnaaf duudhaa ganamaan wal cimsuuf jabeessitaniif galatni keessan guddoodha! Galatoomaa dhugaa! Abdinaa’ol Abarraa✍️
68
5
+2
Немає тексту...
76
6
THE CURRENT OF ABBAA GADAA 💥 Getu Telila has been publicly selected as the new Abbaa Gadaa of the Oromo Tulama. He will lead the Michillee Gadaa administration for the next eight years in accordance with the traditions and principles of the Oromo Gadaa system. The Gadaa system remains one of the greatest cultural, political, and democratic heritages of the Oromo people. The Tuulamaa Oromo community continues to preserve and uphold this respected indigenous institution, and all Oromo people should work collectively to strengthen, protect, and promote this valuable cultural legacy for future generations. In today’s historic transition ceremony, the Meelbaa Gadaa formally transferred the “Alangaa” (symbolic authority of leadership) to the Muudanaa Gadaa. The Tulama Gadaa administration, which had been led over the past eight years by Gobana Hola under the Meelbaa Gadaa, has now officially passed leadership authority to Getu Telila of the Muudanaa (Michillee) Gadaa. Following the traditions and constitutional principles of the Gadaa system, Gobana Hola respectfully blessed and handed over the Alangaa, successfully completing the peaceful transition of leadership. The Gadaa system is a proud identity and enduring heritage of the Oromo people — a system that deserves continuous preservation, strengthening, and celebration by all Oromo’s🫡🤝 By Abdinaol Abera✍️
71
7
Sirna Alangee dabarsuu Gadaa Tuulamaa 71ffaa! Finfinnee teenyee,fuunyaan Finfinnee irratti sirna keenya irraa hin oollu jenne
Sirna Alangee dabarsuu Gadaa Tuulamaa 71ffaa! Finfinnee teenyee,fuunyaan Finfinnee irratti sirna keenya irraa hin oollu jennee Ardaa jilaa Dhaka Koraa oolle! Michelleen Aangoo fudhateera! Halchisaa fi Roobalee Birmajjiidhaan nuuf marse Meelbaan dabareen geenyaan Muudanatti dabarse Inni olii nuuf tole Nuuf godhe bara eebbaa Waaqayyoo Gadaa milkii Nuuf godhe Gadaa Meelbaa Waaqni garaa gurchaa Waaqni Gadaa Michillee Gadaaf quufaaf gabbina Nuuf haa godhu sichillee🙏 ©️ Kumaa Safaraa
60
8
ABBAA GADAA HAARAA💥💘 Abbaa Gadaa Geetuu Taliilaa-Abbaa Gadaa haaraa Oromoo Tuulamaatiif filamanan, waggaa 8'f sirna Gadaa M+4
ABBAA GADAA HAARAA💥💘 Abbaa Gadaa Geetuu Taliilaa-Abbaa Gadaa haaraa Oromoo Tuulamaatiif filamanan, waggaa 8'f sirna Gadaa Michillee isaantu hooggana. Gadaan akkasi; Tuulamni akkasiin beekama, Oromoon sirna Gadaa kana caalaa cimsee dagaagsuu qaba, kun wanta keenya!🫡🤝 Gadaan Meelbaa, Gadaa Muudanaaf Alangee dabarse! Waggoota saddeettan darbeef Abba Gadaa Meelbaa, Goobanaa Hoolaa gaggeeffamaa kan ture Gadaan Tuulamaa har'a Abbaan Gadaa Muudanaa(Michillee) Geetuu Taliilaaf Alangee kennee jira. Goobanaa Hoolaa karaa duudhaafi seeraa Gadaa eegeen Alangee eebbisuun Gadaa Muudanaaf dabarsuun yuubomanii jiru. Gadaan sirna Oromoon kamuu cimsee itti fufsiisuu qabudha; Orom-durammaa akkasiin beekama! Abdinaa'ol Abarraa✍️
74
9
Немає тексту...
114
10
🚨 Of Eeggannoo ! Yeroo ammaa kana gochi hamaan tokko miidiyaa hawaasaa, keessattuu Telegram irratti bal'inaan raawwatamaa jira. Namoota baay'ee irra miidhaan ga'aa waan jiruuf, dhimma kana xiyyeeffannoodhaan dubbisaa, waliifis qoodaa. Tooftaan ittiin namoota gowwoomsanii saamaa jiran akkas: jalqaba linkii (hidhaa) addaa tokko karaa Telegram isiniif ergu. Linkii kana erga tuqtanii booda, guutummaatti too'annaa Telegram keessanii isin jalaa fudhatu (hack godhu). Sana booda, maqaa fi fakkii keessaniin fayyadamanii, akka waan isin rakkoo cimaa keessa jirtanii fi hatattamaan qarshiin isin barbaachisetti fakkeessuun, namoota isin beekan hundumaa qarshii gaafatu. Namoonni garraamiin hedduunis isinumatu rakkatte se'anii qarshii isaaniif ergaa jiru. Wanti kun namoota tokkoo fi lama qofa osoo hin taane, namoota hedduu mudatee jira. Gocha kana irraa of eeguuf tarkaanfiilee of eeggannoo armaan gadii fudhachuun dirqama. Hundumaa dura, linkii isiniif ergame kamiyyuu tasumaa hin tuqinaa! Linkiin sun hiriyyaa keessan isa garmalee amantan irraa yoo dhufe illee, dura bilbilaan dubbisaatii mirkaneeffadhaa. Yookiin ammoo, linkiin sun kan sirrii ta'uu fi dhiisuu isaa adda baafachuuf Artificial Intelligence (AI) ykn namoota beekan gaafadhaa mirkaneeffadhaa. Dabalataan, nageenya account keessanii eeggachuuf filannoo 'Two-Step Verification' jedhamu Telegram keessan irratti dirqama on godhadhaa (Settings > Privacy and Security > Two-Step Verification). Kana gochuun, namni biraa password isin qofa beektan malee account keessan seenuu hin danda'u. Akkasumas, bakka 'Devices' jedhu seenuun Bilbilli isin hin beekne kan account keessanitti fayyadamaa jiru yoo jiraate 'Terminate' gochuun keessaa baasaa. Yoo carraa ta'ee rakkoon kun isin mudate, namoonni account keessan seenuuf yaaltanii #Dollar isin gaafates, ykn ammoo gochi walfakkaataan isin mudate karaa inbox nu quunnamuu dandeessu, isin gargaaruuf qophiidha.
113
11
🏆 𝑾𝒉𝒐'𝒔 𝒏𝒆𝒙𝒕? ✍️ 2025/2026 FIFA💥+1
🏆 𝑾𝒉𝒐'𝒔 𝒏𝒆𝒙𝒕? ✍️ 2025/2026 FIFA💥
135
12
Немає тексту...
159
13
SIRNI GADAA💥 Gadaan handhuura saayinsii uumamaa keessaa madde. Qajeelfamni isaatis sirna bulchiinsa aadaaf duudhaa qofa osoon ta'in, sirna saayinsii uumamaa (Astrophysics fi metaphysics) kan guutameedha. Barri Dhaha Oromoo inni ammaa 6420 dha. Barri kun dhaloota saayinsii Astrophysics fi Astronomy uummata keenyaati. Namoonni tokko tokko "Gadaa fi Dhahi yeroo tokko eegalan" yoo jedhan, dhimma kana ija loojikiitiin mormuun keenya saayinsawaadha. Sababni isaas, Gadaan bu'aa saayinsiiti! Shallaggii herrega fiziksitiin yoo madaallu, barri Dhaha Oromoo 6420 kun dhaloota Kiristoos dursee Bara 4394 BC (Waggaa 6,400 dura) urjii lakkaa'uun eegale. Addunyaa irratti kalendaarri dursa uumame kan Misir/Gibxii fi Sumeeriyan toora bara 4000–4500 BC gidduu waan ta'eef, Dhahi Oromoo kalendaara hangafaa addunyaa irra jiran hunda wajjiin piriidii tokko keessa dambalii dhalate, hangafummaas qaba. Ragaa archeology kanaan yoo ilaallu, dhagaawwan pilaarii 19 kan naannoo Laga Turkanaatti argaman (Namoratunga II, kan waggaa 4,400 dura ijaaraman) qajeellotti urjiiwwan Dhaha Oromoo torban qiyyaafatu. Tartiibni qaroomina saba keenyaa ija loojikii saayinsii hawaasummaatiin (Logic of social science 🔭) hennaa madaalamu, hundaa dura kan uumame Sirna Ateetee/ Siiqqeeti. Ateeteen bulchiinsa dubartootaa; humna nagaa, hormaataa fi kabajaa haadhaa (Neolithic era) madaale waggaa 8,000 dura (6000 BC) eegale. Kanaafuu, Ateeteen qarooma Kuush hunda ni dursa. Qarooma Kuush inni jalqabaa (Kerma/Nubia) Laga Naayilii gubbaatti kan biqile Bara 3500 BC (Waggaa 5,500 dura) yoo ta'u, Dhahi Oromoo (4394 BC) qarooma Kuush illee ni hangafa. Sirni Gadaa ammayyaa inni waggaa 8n baallii wal-harkaa fuudhu garuu bulchiinsa dubartootaa booda, toora Jaarraa 12ffaa (Bara 1162 Mormor irratti) dhalatee, Jaarraa 14ffaa (Bara 1370 Odaa Nabee irratti) caasaa siyaasaa ta'ee lakkoofsa baallii isa ammaa (Marsaa 81) mirkaneesse. Ayyaantuun Oromoo daddabarsa baallii kan muran dhimma pilaaneetota qofa osoo hinta'in, Dambalii uumamaa samii irratti madaalaniiti. marsaa addeessaa fi urjii Lamii (Bakkalcha/Pleiades/Orion) gidduu jiruun muru. Urjiilee 7n Lamii (Bakkalcha), Buusaa, Bittottessa, Algajima (Torban), Arsada (Shaniiti), Sadaasa, fi Dhahaa naanna'anii wal-gitan (conjunction uuman) Marsaan Pilaaneetota gurguddoo lamaanii, Juupitarii (Jupiter waggaa 12) fi Saatarnii (Saturn waggaa 30) herrega LCM kanaan waggaa 20 hundatti wal-gitu. Kunis Sirna Gadaa keessatti, keessa deebii (revise) kan ta'u ½ erga baallii fudhatameetiidha. Waggaa 40 keessatti immoo perfectly yeroo 2 wal-gitiinsa uumu. Kunis qajeellotti Waggaa 40 Gogeessa Gadaa (Jaatomuu) sa'aatii uumamaatiin tokko. Kanaafuu, Sirni Gadaa tilmaama namni kaaye qofaan otoo hin ta'in, Heera Uumaa fi Saayinsii Astrophysics fannoo lafaa kanaan perfectly kan wal-simatuu fi kan namaa Waaqaati. Jalqabbiifi dhufatiin saayinsii Dhaha Oromoo saayinsii qarooma addunyaa hunda dursuudha. Horaa Bulaa Deebanaa! Gadaa Faana Qabbannaa; Gadaa Haqa addunyaa ittiin ibsinu nuuf haata'u. Waxabajjii 3, 6420🌳
152
14
JILA OROMOO TUULAMAA!💥 -Sirna wal harkaa fuudhinsa alangee(aangoo) sirna Gadaa keessatti Gadaan Meelbaa kan Abbaa Gadaa Goob+9
JILA OROMOO TUULAMAA!💥 -Sirna wal harkaa fuudhinsa alangee(aangoo) sirna Gadaa keessatti Gadaan Meelbaa kan Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaan hoogganamaa ture gara Gadaa Michilleetti darbuuf jira. Sirna kanarratti kan hirmaatan jilli hooggantoota Yuunivarsiitii Salaalee, Pirezidaantii Yuunivarsiitichaan Dr.Fayyeeraa Dhinsaatin durfamu hirmaatanii jiru. Tuulamni ilmaan Sadi kan qabu yoo tahu, isaanis DAACCI, BACHOO FI JIILLE jedhamu, Gadaan Meelbaa waggaa 8’f kan ture bokkuun quxisuu harka jechuunis JIILLE bira kan ture yoo tahu, marsaan itti aanu kun ammoo gara ilma angafa Tuulamtichaa DAACCITTI kan deebi'u taha-sirni Gadaa kunis MICHILLEE jedhama. Daaccitti aanee kan dhalate ilmi 2ffaa, Bachoon ammoo Daaccii booda aangoo kan fudhatu yoo tahu, kan ammaa kun kan DAACCITI. Oromoon Tuulamaa, jila aangoo waliif dabarsuu guyyaa har'aa jechuunis Akka Lakkoofsa Sirna Gadaatti Waxabajjii-04-6420(akka dhaha Oromootti) sirnichi ni gaggeeffama. Abdinaa'ol Abarraatin.✍️
130
15
Tuulamni mataadha jenne. Bishaanis mataa yaa'a jenne. Ammas handhuurri sabichaas biyyichaas Tuulama. Waaqa/ Ayyaanumatu mataa+2
Tuulamni mataadha jenne. Bishaanis mataa yaa'a jenne. Ammas handhuurri sabichaas biyyichaas Tuulama. Waaqa/ Ayyaanumatu mataa nama godha. Seerri sirna gadaa Odaa Nabeetti tumame/ragga'e. Gadaan Mormoritti eegalte. Qe'ee ulfoo Odaa Nabeetti hiddaan lafa qabatte. Tuulamni jila qaba. Jila aagaa, kan namaa waaqaa! Gadaan Meelbaa (Jiille) Gadaa Muudana/Michillee (Daaccii) alangee (aangoo) dabarsa. Tuulamni 3n Daacci, Bachoo fi Jiille. Bokkuun quxisuu/ Maandhaa harka turte. Amma bokkuun warra angafaa harkatti deebiti. Laal, sirnichi guddaan kun (Waxabajjii 4, 6420) jilli ykn yaa'iin Dhaka Koraa kun akkasumaan kan tilmaamaan kaa'ame miti; Ayyaantuun urjii ilaalee, urjii irratti ayyaana ilaalee akkasiin murame. Kun waanuma namni qofatti gaggeessu miti waan heera uumaan dabalameedha. Akkasiin sirnichi kan namaa waaqaa ta'e. Waaqa jechuun waan haqaa jechuudha. Gadaatu waan haqaati kun ammaaf tanuma. Gadaan quufaa gabbina. Barri roobaa naga🌳✨✨
81
16
Tuulamticha! Yaa bareedina; yaa ulfina! Warra sirnaa; Warra duudhaan bulu! Warra hambaafi ittiin bulmaata abboota ganamaa tik+4
Tuulamticha! Yaa bareedina; yaa ulfina! Warra sirnaa; Warra duudhaan bulu! Warra hambaafi ittiin bulmaata abboota ganamaa tiksee, kunuunsee, safeeffatee dhalootatti dabarsu! Abbaa Gadaa Tuulamaa, Goobanaa Hoolaa waggoota saddeetiif imaanaa isaan harka turte amma immoo fuula ifaafi gammachuun sirna guutanii rifeensa buufatanii alangee kennuuf qophaa'anii jiru. Meelbaan Alangee kenna; Michilleen ammoo fudhatee waggoota saddeettan dhufan ittiin saba gaggeessa. Marii Paanaalii sirna walharkaa fuudhiinsa Alangee sababeeffachuun taasifamaa jirudha. Warrakoo oofkalaa; Gadaan Gadaa milkiiti!
81
17
Abbaa Gadaa Tuulamaa 68ffaa , Abbaa Gadaa 69ffaafi Abbaa Gadaa 70ffaa wal duraa duubaan: Abbaa Gadaa Naggasaa Nagawoo (Gadaa+2
Abbaa Gadaa Tuulamaa 68ffaa , Abbaa Gadaa 69ffaafi Abbaa Gadaa 70ffaa wal duraa duubaan: Abbaa Gadaa Naggasaa Nagawoo (Gadaa Roobalee) ,Abbaa Gadaa Bayyanaa Sanbatoo ( Gadaa Birmajii), Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa (Gadaa Meelbaa)
94
18
የሐሰት ድልድይ (False bridge)💥 አንዳንድ ጊዜ ወንዝ ስንደርስ ድልድይ እናገኛለን። እውነተኛ ድልድይ ሁለት የተለያዩ መሬቶችን ያገናኛል፣ ወንዙን ያሻግራል፣ ሰዎችንም ወደ ሌላው ዳርቻ ያደር
የሐሰት ድልድይ (False bridge)💥 አንዳንድ ጊዜ ወንዝ ስንደርስ ድልድይ እናገኛለን። እውነተኛ ድልድይ ሁለት የተለያዩ መሬቶችን ያገናኛል፣ ወንዙን ያሻግራል፣ ሰዎችንም ወደ ሌላው ዳርቻ ያደርሳል። ነገር ግን አንዳንድ ጊዜ የሐሰት ድልድይ እናገኛለን። በመልኩ ድልድይ ይመስላል፤ ግን ሁለት መሬቶችን አያገናኝም፣ ወንዙንም አያሻግርም። ድልድይ የሚመስል ቢሆንም በእውነቱ ድልድይ አይደለም። በዘመናችን በማህበረሰባችን ውስጥ እንዲህ ዓይነት የሐሰት ድልድዮች እየበዙ መጥተዋል። አንዳንድ ሰዎች ያላቸውን እውነተኛ አቋም ሳይገልጹ ይናገራሉ። የሚታዩት ከሚሆኑት ይለያል፤ የሚናገሩትም ከሚያምኑበት ይርቃል። እንደ ወንዝን የማያሻግር ድልድይ ሁሉ፣ እነዚህ ሰዎችም ከሩቅ ሲታዩ ጠቃሚ ይመስላሉ፤ ግን ወደ የትም አያደርሱም። ስለዚህ በዚህ የመልክ ዘመን ትልቁ ፈተና ድልድይን ማየት ሳይሆን፣ እውነተኛውን ድልድይ ከሐሰተኛው መለየት ነው። :::
120
19
Немає тексту...
175
20
ADARAA SHARE GODHAA!💔 (GIINCII-Aanaa Dandii) (Yeroo lubbuun jirru waliif haa birmannu!) Mucaan suuraa isaa armaan gaditti argitan kun hiriyaa keenyadha; batch tokko baranne, barataa qaxalee fi amala qabeessa, tahus barumsa isaa hin goolabiin jiruun kun egaa maraaf qixa mitiitii hiree biraaf onnate. Harmeen kun Aaddee Leensee Fayyisaa jedhamu. Jiraattuu magaalaa Giinciiti; ilmi ishee kun ammoo Qalabat H/Maariyam jedhama. Akkuma nama kamiittuu 'hojjedheen harmee kootii dabarsa' jedhee gara biyya hambaa qajeele. Haa ta'u malee, Biyya Liibiyaa keessatti to'atamuun dararaa hamaaf saaxilamee jira. Biyya Liibiyaa keessatti gara jabeeyyiin mucaa kana ukkamsanii maallaqa hedduu qarshii Itoophiyaatti Miliyoona Tokkoo fi Kuma Shibba Shan(1.5M) harmeen isaa kanfaluu hin dandeenye gaafatanii hiraarsaa jiru. Harmeen isaa ammoo “yaa uummata koo biyya alaaf biyya keessa jirtanii, lubbuu mucaa koo naaf oolchaa; waan dandeessaniin na tumsaa” jechuu irratti argamu. Maaloo hammuma humna keenyaan haa deeggarru; namoota gargaaruu danda’iif ammoo SHARE taasisuun haa dhaqqabsiifnu! Addatti ammoo, qaamoleen dhimma kana furuu dandeessan, mootummaan biyya kanaaf biyya sanaa, namootni dhiibbaa uumuu dandeessaan adaraa adaraa lubbuu hiriyaa keenyaa, mucaa ol adeemaa kanaa nuuf baraaraa! CBE:1000703229623 Moosisaa Abbabaa Durbee Abdinaol Abera✍️
163