cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
7 707
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+507 kunlar
+82630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Uumamni hunduu uumaa tokkicha malee hin qabu. Uumaan kunis Rabbii tokkicha malee hin jiru. Rabbiin tokkicha sana qofa haa gabbarru! Milkiyaas Raajicha:- 2:10 "ለሁላችን አንድ አባት ያለን አይደለምን? አንድ አምላክስ የፈጠረን አይደለምን? የአባቶቻችንን ቃል ኪዳን ለማስነቀፍ እኛ እያንዳንዳችን ወንድማችንን ስለ ምን አታለልን? Hundumti keenya abbaa tokkicha qabna mitii ree? Waaqayyo isa tokkichatu hunduma keenya uume mitii ree? Maaliif nuyi walii walii keenyaaf amanamuu dhabnee, wal irratti ka’uudhaan kakuu abboota keenyaa cabsina ree?" Akka macaafa kanaatti; Milkiyaas, raajii isatti muldhate irraa ka’uun waa’ee amanamummaa dhabuu ummattoota yahuudaa barsiisaa; namootaan, “abbaa isa tokkicha qabna mitiiree? Waaqayyo tokkicha mitiiree?” irraa uumamne jechuun tokkichummaa Waaqayyoo lallabaa ture. Ummatni yeroo sanaa, abbaa tokko qofa “Waaqayyo” erga qabaatanii, kiristaanonni har’aa abbummaa Waaqayyo; kan Yesuus qofa akkamitti taasisanii? Waaqni, hunda ilma namaatiif abbaa yoo ta’e, Yesuus maaliin adda ta’e? Kanumaa wajjin; warren pirootestaantii kitaaba kakuu moofaa hin fudhannu jedhu, garuu yeroo hunda baadhatanii adeemu. Kun maaliif? Yeroo dogoggora ofiis ta’ee kan kitaabichaa irratti argan, dafanii cufu yookiin “keyyatni kun diigameera” jedhu. Ofitti amanamummaa hin qabanu. Yennaa lallaban immoo, akka waan waa hunda beekanuu iyyanii lafa dhiitu. Ummata gowwaa argatanii waan barbaadan akka barbaadan irratti taphatu. Kitaaba keessaayis waan barbaadan qofa fuuchuun, “inni kaan isin hin fayyadu” jedhu. Yoo namni gaaffii dhiyeesse, “Waaqni keenya falmii ni dhowwa” jedhu. “Wol qoruunis hin barbaachisu” jedhu. Namni beekumsa amantii qabu garuu, dhugaa hin dabsu, hin sodaatu. 👉 Telegram channel https://t.me/Dhugaa_Dhokate 👉 Telegram channel https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa 👉 Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
Hammasini ko'rsatish...
Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

👍 2
﴿إِنَّ اللهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾. «اللَّهُمَّ اجْعَلْ صَلَوَاتِكَ وَبَرَكَاتِكَ وَرَحْمَتَكَ عَلَى سَيِّدِ المُرْسَلِينَ وَإمَامِ المُتَّقِينَ وَخَاتَمِ النَّبِيِّينَ مُحَمَّدٍ عَبْدِكَ وَرَسُولِكَ إمَامِ الخَيْرِ وَقَائِدِ الخَيْرِ وَرَسُولِ الرَّحْمَةِ ، اللَّهُمَّ ابْعَثْهُ مَقَامًا مَحْمُودًا يَغْبِطُهُ بِهِ الأوَّلُونَ وَالآخِرُونَ ، اللَّهُمَّ تَقَبَّلْ شَفَاعَتَهُ الكُبْرَى وَارْفَعْ دَرَجَتَهُ العُلْيَا وَآتِهِ سُؤْلَهُ فِي الآخِرَةِ وَالأُولَى كَمَا آتَيْتَ إبْرَاهِيمَ وَمُوسَى .. اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ ، اللَّهُمَّ بَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ».
Hammasini ko'rsatish...
👍 6
Photo unavailableShow in Telegram
﴿وَمَن لَّمْ يُؤْمِن بِاللهِ وَرَسُولِهِ فَإِنَّا أَعْتَدْنَا لِلْكَافِرِينَ سَعِيرًا﴾. «اللَّهُمَّ إنَّا نَسْألُكَ إيمَانًا دَائِمًا وَيَقِينًا ثَابِتًا وَعِلْمًا نَافِعًا وَهَدْيًا قَيِّمًا».
Hammasini ko'rsatish...
Rabbi Rabbuma, Iyyasuus kiristoos namuma, ni shakkita moo??? --------- Rabbii tokko malee kan biraa hin beeknu, Tokkicha uumaa hundaa dhiifnee Makluuqa jala hin deemnu. Rabbi! Rabbuma, Iyyasuus Namuma. Ni nyaata, ni dhuga ni rafa, ni beela'a, ni qorama, ni uffata, mana fincaaniis ni dhaqa. -Kanaafuu, Nuti qamaa nyaatee, dhugee, mugee, rakkatee, tumamee, harree yaabbatee, kabalamee, fuularratti tufamee, sheeyxaanaan qoratameen Rabbi hin jennu. Rabbiin uumamtoota hunda uume kana hundarraa qulqulluudha. Inni uumamtoota hundaa uume hin rakkatu, hin nyaatu, hin mugu, sheeyxaanaan hin qoratamu, hin dhalatu, ilma hin qabu, uffanni itti hin uwwifamu, harree hin yaabbatu. Inni of danda'aa hirkoo waan hundaati. Uumamtoonni hundi isatti haajamu, Garuu inni uumamtootaatti hin haajamu. Rabbiin uumamtoota hunda uume jiraachisee ajjeesa, ajjeesee kaasa, dhukkubsee fayyisa, kadhatamaaniis isuma qofa. Ajaa'iba! Addunyaa kana keessa hawaasni na Ajaa'ibu! Hawaasa yeroo rakkinaa Rabbiin qofa kadhatu, kan ergasii ammoo Yesuus kiristoos "waaqayyo" jedhuudha. Mee Eessatti aangoo waaqummaa argate? #Deebii kiristaanaa;- Yoh 1:1, Yoh 1:14, Yoh 3:16, hayyee! #Deebii Muslima: hunduu Rabbummaa isaa hin ibsu. #Kiristaana; lakki ni Ibsaa, #Muslima; Akkamitti? #Kiristaana; Yesuus Namalle, ilmalle, hafuura qulqulluudhas jennee amanna. #Muslima; akkamitti? #Kiristaana; dhimmi kun sillaaseedha, bifa kanaan Malee Rabbummaan Yesuus hubatamuu hin danda'u. #Muslima; dhimmi kuni sillaaseedhaa miti ree. #Kirisitaana; Eeyyeen! #Muslima; Jechi sillaasee jedhamu hoo macaafa qulqulluu keessatti barreeffamee jiraa? #Kiristaana; lakki kallattiidhaan barreeffamee hin jiru. #Muslima; akkamitti itti amantu ree? #Kiristaana; akkuma kanatti itti amanna. #Muslima; waan kitaaba keessa hin jirre akkamitti itti amantu. #kiristaana; Nuuf ta'eera. #Muslima; Akkamitti? #Kiristaana; mormii hin barbaachisu, maaliif jennaan dunuunfattee amanuu si gaafatu, sanuu qaamaa fi qalbii guutuudhaan. #Muslima; qaama Rabbi hin taanetti nuti hin amannu... 1ffaa; kitaabuma keessan keessattuu bakka Yesuus ani waaqayyoodha jedhe hin agarre. 2fffaa: kitaaba macaafa qulqulluu sirritti yoo xinxallitee dubbifte, Yesuus tokkochummaa Rabbii barsiiseera. Wangeela Maarqoos 12: 29, Wangeela Yohaannis 17:3, irraa dubbisuu ni dandeessa. 3ffaa; Yesuus ani humna tokkoo hin qabu jedheera, wangeela Yuhaannis 5:30 dubbifachuu ni dandeessa. 4ffaa: Yesuus wangeelli ani isin barsiise kan koo miti jedhee dubbadheera, wangeela Yuhaannis 7:16 irraa dubbisuun dhugaa tana hubachuu ni dandeessa. 5ffaa: Yesuus ani gabbaruun yookaan waaqqessuun keessan gatii hin qabu jedheera. Wangeela Maatiwoos 15:9 irratti barreeffameera. 6ffaa: Yesuus gara waaqayyoo kiyyaa fi keessanii deemuuf jedhee dubbateera. Wangeela Yuhaannis 20:17 irratti dubbatameera. 7ffaa: macaafa keessatti Yesuus dhalatee gaafa guyyaa saddeettaffaa kittannate jedha, wangeela Luqaas 2:21 irratti ibsameera. Qabxiileen macaafa qulqulluu keessatti eeraman hedduudha. Hundi isaaniituu Yesuus akka Rabbi hin taane addeessu. Amma hoo hin amantanii? #Kiristaana: lakki nuti inni waaqayyoon ta'uu isaa waan amannee jirruuf of duuba deebi'uu fi karaa abbootii keenyaa gadi dhiisuu hin barbaannu. #Muslima. OK akkas taanaan dongoongoratanii jirtu. #Kiristaana; lakki nuuf ta'eeraa nu dhiisikaa. #Muslima; yoo nuti isin dhiifnes dhugaan isin dhiisaa hin jirtu. #Kiristaana; obboleessoo mataa nu hin dhukkubsin nuuf ta'eeraa. #Muslima; hayyee akkas taanaan muslima ta'uu koo ragaa bahikaa, #kiristaana; tole, duraa muslima ta'uu kee nan beeka. #Muslima Hayyee dhugaa tana Rabbi siif haa galchu. #Kiristaana; Aamiin Qopheessaan; Xaahir Galatoo https://t.me/Dhugaa_Dhokate
Hammasini ko'rsatish...
Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

👍 12
Namoonni Uduuhiyyaa qaluuf karoorfattan osoo Zulhijjaan hin seenin har'aafi bor rifeensa murachuufi qeensa qorachuu hin daggatinaa.
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Kun Rabbiin tokkicha isa maalummaa fi eenyummaa isaa keessatti sadummaan hin qabne, isa jireenya isaa keessatti du'a hin qabne, waaqummaa isaa keessatti namummaa hin qabne, humna fi mala isaa keessatti dadhabina fi hanqina hin qabne, eegumsa isaa keessatti hirriba hin qabnedha. Kanaafuu:- gara Islaamummaa deebi'uun, Rabbiin Tokkicha kana qofa akka gabbartan waamicha keenya isiniif goona! https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d 👉 Telegram channel https://t.me/Dhugaa_Dhokate 👉 Telegram channel https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa 👉 Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
Hammasini ko'rsatish...
Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

👉

https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

👍 2
🔴 Marii Muslima fi Kiristaana gidduutti geggeefame. #Muslima:- Gaaffii tokkon qaba, yoo ati nama sillaaseetti amantuu taate. Wanti ati itti amantu kun (sadan tokkummaa kun) qaama sadii (person) jettee amantaa? Sababni isaas; "Waaqayyo qaamaan sadi" (person) jettu waan ta'eef. Ati kana irratti waliif galtaa? #Kiristaana :- Kana beekuuf baay'ee gadi fageenyaan seenuun sirra jira. Waaqummaan tokko malee gochaan sadiidha. #Muslima:- Kanan si gaafadhe, qaama meeqa isa jedhuudha. Qaama sadi Waaqeffattuu? Kana irratti walii haa gallu. #Kiristaana: Tole. Qaama sadiin waaqeffadha? Kkkkk. Qaama sadi osoo hin ta'in, Waaqayyo tokko bifa sadii waaqeffadha. Gaaffii kee itti fufi. #Muslima:- Maal jechuudha? "Qaama sadi hin waaqeessu, bifa sadiin waaqeffadha" jechuun kun hiika qabaa? Sirkaa bade moo? Mee sagalee kee irra deebiin dhaggeeffadhu. Itti yaadi. #Kiristaana: Tole. Sadiidha. #Muslima:- Qaama sadii (person) akka waaqeffattu amante. OK. #Wangela #Maatiyoos 4:10 "Yommus Yesus immoo, "Seexana nana, argaa koo duraa turi! 'Waaqayyo kee gooftichaaf jilbeenfattee sagadi isa duwwaafis hojjedhu!' kan jedhu caafameera" jedheen." "Waaqayyo duwwaaf" kan jedhame qaama meeqa? Sababni isaas; "Waaqayyo duwwaa" kan jedhame qaama tokko qofa (personal Pronoun) akka ta'e beekamaadha. #Kiristaana:- "Waaqayyoodha". #Muslima: Akka amantaa keessaniitti Waaqayyo qaama tokko osoo hin taane qaama sadiidha. Garuu keyyatni kun isa qofa akka ta’e dubbata. Qaama sadiif hin oolu, qaama tokko qofa. #kiristaana:- Gargaarsa hafuura qulqulluu malee hubachuu hin dandeessu. #Muslima: Hafuura qulqulluu malee yoo hin hubatamne, maaliif lallabda? Maaliif macaafa keessan afaan adda addaatiin hiiktu? Akkasitti of hin dhamaasinaa! #Islaamummaa keessatti; Yoo hafuurri sitti hin mul’anne siif hin galu wanti jedhamu hin jiru. Alhamdulillah. Namni sammuu isaa banaa ta’e kamuu Islaamummaa dubbisee hubachuu danda’a. Islaamummaan ifaadha. Maaliifuu; Wanti isin sillaasee jettanii gabbartan kun dogoggora. Kanaafis Rabbiin keenya "Waaqayyo sadii hin jedhinaa!" Jechuun dhorkaa baase. وَلَا تَقُولُوا۟ ثَلَٰثَةٌۚ ٱنتَهُوا۟ خَيْرًا لَّكُمْۚ إِنَّمَا ٱللَّهُ إِلَٰهٌ وَٰحِدٌۖ سُبْحَٰنَهُۥٓ أَن يَكُونَ لَهُۥ وَلَدٌۘ لَّهُۥ مَا فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِى ٱلْأَرْضِۗ وَكَفَىٰ بِٱللَّهِ وَكِيلًا “Rabbiin sadihi” hin jedhinas. Isarraa dhorgamaa; isiniif caalaa (ta'aa). Rabbiin dhugaan gabbaramaa tokkicha qofa. Inni ilmi Isaaf ta’uu irraa qulqullaa’e. Wantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa kan Isaati. Hirkoodhaafis Rabbiin qofti ga’aadha. [4:171] Kana irraa wanti nuti hubannu; Rabbiin keenya Allaah'n qaamaan, maalummaan, eenyummaan tokko akka ta'e malee barnoonni "sadan tokkoo ykn tokko sadanii" Wanti jedhamu dogoggora akka ta'eedha. Sababni isaas namni kamuu kamuu, Waaqayyon "Ati" jedha malee, Isin akkuma hin jenne, Rabbiin tokkicha qofa malee kan biraa hin jiru. Haqaan gabbaramaan Rabbii tokkicha malee hin jiru. Otuu Waaqayyo lama ykn sadii ta'ee, hunduu uumamaa waan uuman fudhatanii gargar babahu turani. مَا ٱتَّخَذَ ٱللَّهُ مِن وَلَدٍ وَمَا كَانَ مَعَهُۥ مِنْ إِلَٰهٍۚ إِذًا لَّذَهَبَ كُلُّ إِلَٰهٍۭ بِمَا خَلَقَ وَلَعَلَا بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍۚ سُبْحَٰنَ ٱللَّهِ عَمَّا يَصِفُونَ Rabbiin ilma hin godhanne. Isa waliinis gabbaramaan tokkoyyuu hin jiru. (Odoo jiraatanii) silaa gabbaramaan hundi waan uumeen deema. Gariin isaanii garii irratti ol ta’u turan. Rabbiin waan isaan itti fakkeessan (hunda) irraa qulqullaa’e! [23:91] لَوْ كَانَ فِيهِمَآ ءَالِهَةٌ إِلَّا ٱللَّهُ لَفَسَدَتَاۚ فَسُبْحَٰنَ ٱللَّهِ رَبِّ ٱلْعَرْشِ عَمَّا يَصِفُونَ Odoo isaan lamaan (samiifi dachii) keessa Rabbiin malee gabbaramtoonni biraa jiraatanii lamaan isaaniituu ni badu ture. Rabbiin Gooftaa Arshii ta’e waan kaafiroonni (Isaan) jedhan irraa qulqullaa’e! [21:22] Galanni Rabbii Gooftaa adunyaa kan dukkana shirkii keessaa nu baasee ifa Towhiidaa nutti agarsiiseef haa ta'u.
Hammasini ko'rsatish...
Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

👉

https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
00:24
Video unavailableShow in Telegram
Allaahu Akbar Allaahu Akbar Godina Booranaattii Namoonnii Argitan kun Sheek #Alii_Jimmaa Harkattii Shaadaa Qabatanii jiruu Gara amantii Irrattii dhalataniittii deebi'anii jiruu Maasha allaah Maasha allaah @Abu_Amaar12
Hammasini ko'rsatish...
5.65 MB
👍 13